Gingilchaa: "Waan nu yaaddeessu qabu egeree sabaa keenyaatti malee....."

  Рет қаралды 63,876

Qaanqee Show

Qaanqee Show

Күн бұрын

Пікірлер: 305
@gobeburka5634
@gobeburka5634 Ай бұрын
Dubbiiin sii galtee jirti Osoo hundumaaf akkanatti galee maal qaba.🎉🎉🎉❤❤❤
@Fira-b4p
@Fira-b4p Ай бұрын
Yaa rabbii koo nagaa nu busii kan hafees nu galchii 😭😭😭♥️♥️🙏🙏🙏🙏
@Respect-m9v
@Respect-m9v Ай бұрын
God Bless you Habtamu! Keep it up.
@NegeroCharuJ
@NegeroCharuJ Ай бұрын
Hubataa namaa nuuf jiradhu Habte koo🙏 Hubataan fedhii ummata keenyaa nama hubachuu danda'udha! Innis maal yoo jette osoo mana manarra deemnee maal dhabdan? jennee Ummata keenya gaafannee, nagaa dhabne malee maal dhabne jedhu hundumtuu! Nagaa ummata keenyaaf dursa haa kenninu!!
@BED-o3j
@BED-o3j Ай бұрын
Habtamuu Lamuu, mataa dhiira jabaadhu! Sila Wallaggi hundi siyaasa akka keeti hubate gaarii ture. Ati hundaafu jabaadhu. Dhugaa qabatte nagaa Oromoof hojjecha jirta
@jomama151
@jomama151 Ай бұрын
Fayyaa ta'i habte dhugaa jette ❤❤❤❤❤
@gonfaejeta2545
@gonfaejeta2545 Ай бұрын
Your best suggesting than ever.I like it at most.Thank you.
@teguaasefa7977
@teguaasefa7977 Ай бұрын
Hbtamuu i aprshate you💪💪💪
@kasahunmegersa8980
@kasahunmegersa8980 Ай бұрын
Jabaadhu Habish gorsa fi xiinxalaa gaariidha. Atis saba keetiif qalidhaa dhugaadha ceesisu qabda❤❤❤
@bogaleoda6331
@bogaleoda6331 Ай бұрын
Thanks brother !!! we are all happy with agreement 🎉
@BERHANUChala-u8h
@BERHANUChala-u8h Ай бұрын
Goota keenya akkasii kuunoo dubbiin galatoomi ❤
@KebebaBelay
@KebebaBelay Ай бұрын
Baayyee sitti gammanna ati goota oromooti jabaadhu
@AbdallaDigaashu-j9c
@AbdallaDigaashu-j9c Ай бұрын
Dhugakeeti leenccakenya nusgamanneerra❤❤❤❤❤💪👍👍😘😘😍😍
@It19988
@It19988 Ай бұрын
ሀብትሽ የሰው አንበሣ ‼️🙏🏻👌🏻👌🏻 በዉነት ትለያለህ‼️‼️‼️ Dhugaa Jechootni ati fayyaamtuufi gorsi ati obboleewwan keenyaaf kenniteef kennaa jirtu dhugaatti heddu namatti tola‼️🤲🏻🤲🏻🤲🏻 Ummatnikee yoomillee sigalateeffata......... 🙏🏻በርታልን ወንድማችህን 🇪🇹🇪🇹🇪🇹
@AhamadaliyyiiAhamadaliyyii
@AhamadaliyyiiAhamadaliyyii 29 күн бұрын
Qaanqee shows waan Ati kana hunda haasoftuuf ni beeyna Garuu osoo Akka Ati yaaddutti oromoon yaadde kaasaarre GINGILCHAA NAMA HIN TAHIN
@hiwottadesse9074
@hiwottadesse9074 Ай бұрын
Professor Isqeel jibbaa fi inaaffaadhaan machaa’aniiru.
@DejuDejene-h7m
@DejuDejene-h7m Ай бұрын
God bless you 🌹🌹🌹🙏🙏🙏🙏🙏
@seafnaf7376
@seafnaf7376 Ай бұрын
I love your show.jabadhuu
@Bontuu-f3y
@Bontuu-f3y Ай бұрын
dhugaa keeti rabbin siihaa Ebbisuu
@olifamanti
@olifamanti Ай бұрын
Jabaadhu sooressa lamuu
@AbdelaShale
@AbdelaShale Ай бұрын
Proud of you 👏
@JemalMohammed-g9x
@JemalMohammed-g9x Ай бұрын
Dhugaa keeti Habtee keenya ❤❤❤
@ArarsaGebisa
@ArarsaGebisa Ай бұрын
Good speech lamu❤
@negashteshome6578
@negashteshome6578 Ай бұрын
Galatoomi....keep up your GOOD Job!
@JamamaBuzunaa
@JamamaBuzunaa 29 күн бұрын
Enyuudha dr . Habatamuudha
@FaizaAbdurhaman
@FaizaAbdurhaman Ай бұрын
Dr Hesqeel hedduu nama gedisiisa
@milkiofficialyoutube7642
@milkiofficialyoutube7642 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ Haptish Thankyou
@fatumahashim7141
@fatumahashim7141 Ай бұрын
Lencha Oromo jabadhu waan gaariti jirta
@HasadaaAliyyii
@HasadaaAliyyii 20 күн бұрын
Aboo Ati Numa Hayyuudha Ishiishee
@EfaaGemmeda
@EfaaGemmeda Ай бұрын
❤❤❤❤❤ habte galatomi yaada keetif
@ObsaRespect
@ObsaRespect Ай бұрын
Galatoomi habtee❤
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 Ай бұрын
Walayii dhugaa ketii jabadhuu ❤❤❤❤❤❤❤
@YehyesGhiwot-dt8xk
@YehyesGhiwot-dt8xk Ай бұрын
Habtaamuu nama dhugaa. JABBAADHU NAMA KOO.
@GGU900
@GGU900 Ай бұрын
hattuun FIB cuftee meeqa saamtee keeniyaan baqattee baddeetu siyaasa oromoo xinxaaluuf deemti kanatu rakkoodha afaan ishee cufudha☝️☝️☝️
@Kiya-rty
@Kiya-rty Ай бұрын
You are right ✅️ ❤❤❤❤❤❤❤
@kiyyaa2525
@kiyyaa2525 Ай бұрын
Gorsa gaarii dha 🙏🙏 Ulfaadhuu 🙏🙏🙏
@rabumaabate7242
@rabumaabate7242 Ай бұрын
Keep it up!
@tamiru4794
@tamiru4794 Ай бұрын
Qoricha Maalii Liqimsitee ati garuu
@AlemiNegasa
@AlemiNegasa Ай бұрын
❤❤❤❤🎉 Haftee jabaa keenyaa nuuf jiraadhaa
@AbrahamNegasa-v9k
@AbrahamNegasa-v9k Ай бұрын
Atii nama jabadha dhugaa
@MuluDeresa
@MuluDeresa Ай бұрын
Wooooow dhugaadha nuf jiradhaa warrii qanqee show yadii keessaa baayee namaatti tolaa ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@jimalewama1002
@jimalewama1002 Ай бұрын
Your enemyis loughing at you when you are divided and they also celebrate you are fighting .please unity is answer
@jimalewama1002
@jimalewama1002 Ай бұрын
You do not know??
@heywet
@heywet Ай бұрын
​@@fikirtewoldemariam4402our enemies are #1, starting with dekala Oromo who leads Oromiyaa in power. #2, North Oromiyaa neighborhood people and their family Sefaryan.
@alexlencho2790
@alexlencho2790 Ай бұрын
Unity is the key to defeating your enemy. When you come together as one, you become a stronger force that is harder to defeat. By setting aside your differences and working together towards a common goal, you can show your enemy that you are a force to be reckoned with. So, come together, unite, and show your enemy that you are stronger together than apart
@SayidMahammed-e2o
@SayidMahammed-e2o Ай бұрын
Isham allaaha❤❤❤❤❤
@EtichaAbdisa-ns1gm
@EtichaAbdisa-ns1gm Ай бұрын
Galatoomi Habtee,haasawuun akaketti,jraaadh ilmako🎉🎉🎉❤❤❤
@MesayTilahun-v8b
@MesayTilahun-v8b Ай бұрын
Habite nuu jiraadhuu❤❤❤
@GiiftiBekan-h4s
@GiiftiBekan-h4s Ай бұрын
Congr everything orevery body🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@Asd-w4e
@Asd-w4e Ай бұрын
Waqqaayyo,ammale,nagaa,nuuf,haa,busuu,nuti,nagaa,Hawina,biyya,kenyaa,ithophiyaadha,❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@boontuu559
@boontuu559 Ай бұрын
Jabba nama jiraadhu ogessa nama jechi kee nama hubbatefi barumissa gudda qabaa dhugaa hafte kenyaa nama qaali ❤
@siiftiif9209
@siiftiif9209 Ай бұрын
Oromoon damnaqee tokkummaa filateera. Amma ethiopia qofa osoo hin taane Africa bulchuu dandeenya. Warreen tokkummaa keenna hin feene qeequun dirqama. Galatoomi habtee qaalii
@LatifahLatifah-w6v
@LatifahLatifah-w6v Ай бұрын
Dhugaa keetii bro 💓💓💘😋💓😢😢😢😢😢
@OsmanHassan-x9p
@OsmanHassan-x9p Ай бұрын
Habtamu atuu bitamte jirrta atimoo me waan taakan sii gafadhaa Dr sagaarran atii naa faarissa jirtu kuun namticha billisumaa oromoo durra dhabacha jirru kaana warrana oromoo bilissa baasu bahe durradhabatu kana sobidu nafarssin kijiba abaa gaarra
@reklcall4513
@reklcall4513 Ай бұрын
Tokkicha qixee kuma jiraadhuu dhugaa argaadhu🥰🥰🥰
@gadaa2519
@gadaa2519 Ай бұрын
You are king habatish
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 Ай бұрын
dhugaa ketii ❤❤❤👍👍
@HasadaaAliyyii
@HasadaaAliyyii 20 күн бұрын
Aboo Maqaa Ummataa Hin Balleyssin
@AddisGaredew
@AddisGaredew Ай бұрын
Habte haqa qabattee deemtu yoomuu gadi hin dhiisiin. Oromoon gurra yoo qabaate si haa dhaggeeffatu. Fayyaa ta'i
@BonsaMetaisa
@BonsaMetaisa Ай бұрын
Gingiilchutti jira Gingilchaan mark it bro.
@AleeA-l8s
@AleeA-l8s Ай бұрын
Dhugaa keeti bro 🙏
@GalaxyA24-y2t
@GalaxyA24-y2t Ай бұрын
❤dhugaadhaa keeti leencaa koo 🥰 🥰🥰🥰🥰👏👏💯💯💯💯💯🌼🥀🥀🥀🌹🌹🌹💪🫶🫡🧏‍♀️😁🕊💘💘👍🌳
@uaess9428
@uaess9428 Ай бұрын
Kunis nagaa fidu kuun galee kuun gafee waaye nama baadiyaatti dararamu quba hin qabdan mootummaa tana caala nama irra dibutu jira mee gibbira nu cinqitanin kana nurra hir'isa nu cinqii keessa jirra rabbin zaalima sooriyaa wagga 13 booda irraa kaase nus cinqi keessa jirru kana keessa abiyyi nurraa yaa kaasu inshaalla nu nyaanne buluu dadhabne ahaaaaa ara abbaan fedhe nahaa bulchu wallahi samamne nyaatamne daearamne wallahi uuuuf ☝🤲
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h Ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 Ай бұрын
Welcome❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤
@sarakebede4793
@sarakebede4793 Ай бұрын
ሀብቴ ኮ አንተን መደመጥ አይሰለችም እኮ ኑርልን ገለቶም ኦቦሌሶ❤❤❤❤❤
@barisoaleka7912
@barisoaleka7912 Ай бұрын
Habtee galatoomi ❤❤
@abdulhalimjabal-b9t
@abdulhalimjabal-b9t Ай бұрын
jabaadhu rabbi sihaa gargaaruu baayyee gaaridhaa
@ayelelemma394
@ayelelemma394 Ай бұрын
Boss siyyaasan biyyana sif gale jira please saayinsii siyaasan jabeefadhumeee. Baradhumee maalirra akka jirtu beeku baadhus. Ulfina waaqa argadhu!
@kuffadekamo7237
@kuffadekamo7237 Ай бұрын
I like Shurube
@SayidMahammed-e2o
@SayidMahammed-e2o Ай бұрын
Oromo huda nugashaa❤❤❤❤❤
@DejeneKebede-x4w
@DejeneKebede-x4w Ай бұрын
❤❤❤Warri Nagaa hiin barbane dhugaadha
@MuheArsii-h4o
@MuheArsii-h4o Ай бұрын
Baayy'ee galaatomii Habte
@iyobgurmessa6751
@iyobgurmessa6751 Ай бұрын
atiyyuu hattuudha saanyiin harraa galee gowwaa dhaaqi soobi birgeedi meeqaatu hafee gafaadhu shurrubbee kuni juwaariin yaalamee turee garuu hin hojeetnee
@tesfayealemu5157
@tesfayealemu5157 Ай бұрын
Obbo Habtaamuu guddaa galatoomi. Falmii gurguddaa saba oromootiif gaggeessaa jirta. Falmii dhugaa falmii seena qabeessa. Yaadi keetis hedduu beekkumsa irratti kan dhaabbateedha. Nama ofii irratti duuluu irraa of qusachuun hedduu yaada sirriidha. Beekaa ofii nama akka Leencoo Lataa, akka pr Henok Gabbisaa faallee kabajuu qabna. Isaan kana fi kan isaan kana fakkaatan hayyooti oromoo baraa baayee mudhii hidhatanii jireenya isaanii guutuu saba keenyaf falmii gurguddaa isaan godhanitu hardha kanaan nu gahe. Akkuma nama kaanii isaanis takka takka dogoggoruu dandahu. Kabajaan ha qeeqnu-kabajaan. Garuu ati biyya keessaa dabarsita waan taheef akka namni keenya meediyaa mootummaatti si hin daballe of eeggannoo godhi. Kanaa achi amanamummaa dhabda. Kana jechuun addaan iti bu'iitii mootummaa qeeqi jechuu kiyya miti. Hardha kallattiidhan mootummaa qeequn hindandahamu. Itti buutee booda rakkoo keessa akka hingalle of eeggaannoo godhi garuu biyyuma keessa nuuf jiraadhu. Guddaa galata siif galcha - Qabsoo ol'aanaatti jirta jabaadhu.
@tesfabeyene9940
@tesfabeyene9940 Ай бұрын
Kobor mucaa kana fakkatu qabddi. Galatoom Habtaamu!! Erggan kee kun baaye barbbachisaadha.
@jbonsa2450
@jbonsa2450 Ай бұрын
Addaaggeen hin ibsu namittii hattuu kana
@ZiyaadSheMahmud
@ZiyaadSheMahmud Ай бұрын
Dhuaa rabbii ati onnee koo keessa seente amma booda sbiscrab siif godheeèeèe😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FaizaAbdurhaman
@FaizaAbdurhaman Ай бұрын
Gammanee jira
@AnsarAhmed-c8i
@AnsarAhmed-c8i Ай бұрын
Bayyee gaaltoomi ❤❤❤
@abebedelesa3229
@abebedelesa3229 Ай бұрын
Maaloo yaa Waaqayyo ammas ati nagaa nuu buusii. Nagaa biyya keenyaaf, nagaa naannoo keenyaaf, nagaa uummata keenyaaf, ... Uummata keenya Amantiin, Godinaan, Lagaan hin qoodinaa.
@Ayanto1-n9l
@Ayanto1-n9l Ай бұрын
Dhugaa keeti❤❤
@Jundimusa-zy4gq
@Jundimusa-zy4gq Ай бұрын
Doctor gamachu namaa dhugaatii walaahi
@XaahirarsiiXaahir
@XaahirarsiiXaahir Ай бұрын
Habtee jabaa oromoo nuuf jiraadhu hamma feete
@teshomegezahegn1069
@teshomegezahegn1069 Ай бұрын
Ebiifamii Habtish......!!!!!
@selamademsung5995
@selamademsung5995 Ай бұрын
ገለቶሚ ❤
@RetoAl-fl2iq
@RetoAl-fl2iq Ай бұрын
Gorsaa garii galatomii 🎉🎉🎉🎉
@bahirumamo9459
@bahirumamo9459 Ай бұрын
Me Kane jirra org.engnre me nudhese esa ache dame.
@FiraolGizaw
@FiraolGizaw Ай бұрын
Dhugaakeedha waan ofiikoo
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 Ай бұрын
Dhugaakeeti qabxii gaarii kaasteeta. Kun waan fudhatamuu qabuugha. Galatoomi!
@HamzaAwel-m3i
@HamzaAwel-m3i Ай бұрын
Sagantan gingilcha torbanitti yero tokko ta'un isaa na Arsa jira meme warri akkas jettan
@HalimaKedir-j8i
@HalimaKedir-j8i Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍
@nardos8487
@nardos8487 Ай бұрын
Oromiya koo tokuummaa❤❤❤
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz Ай бұрын
Galatomii abboo ittii cabsii dubbadhuu wowowo
@FeyisaKumela
@FeyisaKumela Ай бұрын
Galatoom Habtee
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 Ай бұрын
Ni eynaga How far we go
@HailuDhaba-b6j
@HailuDhaba-b6j Ай бұрын
Dhugaa jettee galatoomi🎉🎉🎉🎉
@zuriyaAbadiga
@zuriyaAbadiga Ай бұрын
Dhugaa ketii qaliiko❤❤❤❤
@MeedaInasaymaynab
@MeedaInasaymaynab Ай бұрын
Gaalaatomii
@Fikadu4G
@Fikadu4G Ай бұрын
Sabaa kesaa ba'uu miti gaffii saba debiisutu cimee.
@wisdomseeder
@wisdomseeder Ай бұрын
Habte akkuma kee hunduu osoo studio arganne baay'ee haasofna.
@ambaa7247
@ambaa7247 16 күн бұрын
Dhuga dha walkaa ta’ee
@alaminfinix
@alaminfinix Ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@senaamesfen2441
@senaamesfen2441 Ай бұрын
👍👍👍 yess
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН
Gingilchaa: Habtaamuun Lamuu dhiifama gaafate?
30:48
Qaanqee Show
Рет қаралды 74 М.
Qarshii Miliyoona 19!!  Aartiisti Tafarii Salaalee
38:31
Qaanqee Show
Рет қаралды 25 М.
Murti Guuton Dachas Seerati Dhiyyessa Ja'e
16:46
MIRQANSA SHOW
Рет қаралды 10 М.
Yooya Yooya Obbo Ambo Kallaatiidhaan Dawwadhaa!!
28:25
Oromoo HD
Рет қаралды 11 М.
Wal Mormii cimaa Jawar irraa//Hayyoonni wal qaban!!/12/25/2024 F24
16:36
The Best Band 😅 #toshleh #viralshort
00:11
Toshleh
Рет қаралды 22 МЛН