GMN: Kutaa 1ffaa Haalota Mooraan Qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessa Tureefi Jiru. Mudde 9/2024.

  Рет қаралды 2,633

Gadaa Media Network-GMN

Gadaa Media Network-GMN

Күн бұрын

Пікірлер
@Adugna-s2s
@Adugna-s2s Күн бұрын
Gadaa Media kana garaa Media Sabaa Oromoo ttii deebsuu Keessanifii hedduu galatoomaa 👍👍
@alexina6405
@alexina6405 2 күн бұрын
Insightful analysis, Prof Asafa.
@abdilubaaba6025
@abdilubaaba6025 2 күн бұрын
Yooyyaa
@efaabera7602
@efaabera7602 3 күн бұрын
walqoodinsi siyaasaa hafee walwaraanuun hafee oromoon yoo tokko ta'ee qofa bilisummaaniifi guddini saba kana.
@Justice_for_All_Daniel_Oljira
@Justice_for_All_Daniel_Oljira 6 минут бұрын
Rakkoolee hawaasa Oromoo nyaachaa jiran ilaalchisee beekumsa guudaa qabdan nuuf qooduun qabsoo bilisummaa keenyaa keessatti ilaalcha seenaa akka hubannu nu gargaaruu keessaniif galatoomaa. As both of you have mentioned the problem of Oromo is not a population size, but the lack of political, cultural self-awareness as a result of culture erosion which have been overtime eroded our confidence, our unity and our self-esteem. Cultural self-awareness is important; it helps us understand our own cultural background and how it influences our thoughts, feelings, and behaviours. Having a strong sense of cultural and political self-awareness can help us build stronger, more respectful relationships with ourselves. By reflecting on our own cultural background, we can gain a deeper understanding of ourselves and our values, leading to personal growth and self-awareness. Losing ourselves in the pages of history allows us to see a different path forward and show that we can overcome our troubles.
@asfawayanna5245
@asfawayanna5245 3 күн бұрын
Galatomi Prof. Asaffa
@lubuumerga6372
@lubuumerga6372 3 күн бұрын
Qabsoo bilisummaa Oromoo Finfinne Gahe.. Adenssa isaa Lubbuu Milon galafate Heddu bilisummaa Oromoo kaayyoo bilisumma oromoo argatee Opdo Bilisummaa akkaargatuu gofhumi
@birratedhowai6799
@birratedhowai6799 2 күн бұрын
Nujiraadha, jabinaa ciichoomina /gootummaa ABO qabu addunyaa keessati hin arginee.
@TigistShimelis-x7y
@TigistShimelis-x7y 2 күн бұрын
maqaa jaarmiyaa jaal dawudiin gartuun jaal marroo wareegama guddaa nukafalchiisaara qabsoo irraa uguramne ari'amne salphanne jibbamne abo dullattii jechuudhaan badii tokko malee qondaala dhaabaa tokko arsii baahaa aanaa sirkaa waajii raphasaa bakka mi'eessaa jedhamutti dqabanii du'a itti murteessanii harkaa bade baatii caamsaa keessa Jaarmiyaan marroo hanga pp hin jibbine qabsaawota duraanii abo mugaabee itti moggaafatanii adamsu waan ani jedhu kana jaal daawud hayyu dureen quba qabu mee walitti deebi'uun suuta haa ta'u mirga jiraachuu nuuf hayyamsiisaa sirna polotikaa nugusootaa ofirraa faccisuun hafee isaan ofirraa tiksuutti jirra wanti bittinaawuu mooraa qabsoo oromoo kana hanqaaqe cunqursaa haaraya abo wbon nuuf uume!! Warri ala jirtani tokkummaa jabeessaa Faqqadaa abdiisaa jaal daawudituu hoggana jedhu takka turanii shimeetu mindaa kafalaafi booda mootummaafi gala nuun jedhan Kan qabatamaan argine mooraa daawud osoo hin taane mooraa marroo keessaa akka kanniisaatti citee bayuu isaati Mee marroon qeellam jira isinirraa fagoodha jireenyaa guddataa bira dhaqaatii maaloo mirga lubbuun jiraachuu abo dullattiif laati jedhaanii gandummaan jara keessatti dagaaguu irraa kan ka'e ijoollee baalee nama 16 jaal qararam jala jiran bakka lagni waabeetiifii hulul walitti walda'u naannawa sanatti hidhamanii jiru kan ugguree irra taa'u nugusa arsii jedhee kan jaal marroon nuuf ramade jaal sabaa ifi ijoollee kanaaf sagalee ta'aa Ambo aanaa cophiirratti kaadiroota isaanii kan baqatanii mootummaatti galan dhabnaan maatii isaanii kuma150 adaban Abo wbon qilleensarratti jaarmiyaa dhugaati lafarratti garuu sabni dhumee jira ummata akka itti isaan tuffatan xinneessan adda!! " ummanni sirkaa dhume oromoo qotee bulaa wayyaa qabu qabanii horii gaafatu Kan firaafii diina adda hin baafanne rabbi nutti ramade Miseensonni abo dullattii rakkina guddaa keessa jiru pp ni dheessu loltoota marroon qacaree bobbaase ni dheessu jaldeessa saree4 afuriin marfamte taane Garaa kutachuurraa osoo abo wbo du'ee hirmii hin tufu!!
@Adugna-s2s
@Adugna-s2s Күн бұрын
Oddoo Daud jiraachuu baatte hundii Eeshetuu har'aa PP turtee Jibbaa Daud iraa qabduu Private Oddoo goodhaatani !!!! gaarriidhaa !!!
@JustaThoughtUSA
@JustaThoughtUSA 2 күн бұрын
Warri akka keessan ligdaa'ee OROMO tti hitaphattan!!! Habadan!!
@mulatuwoldegzi7715
@mulatuwoldegzi7715 10 сағат бұрын
Professor Assafaa? Mee wan sigaffdha? PW Votha of south Africa president said " sabnni gurachi samu dandetii ittin😮 ofbulchu hinqabu jedhee " did he lie?? Why oromons defrenchised ?
@birratedhowai6799
@birratedhowai6799 2 күн бұрын
Qabsoo addanyaa kessati harcahaa inni kaan koree nideema. Diinni raafe buluu, karaa hundaa hojeta. Sababni harki dhigaan ajahee jiruuf seeraa baqatu. Du,a baqatu. Angoo keessati off dhoksani jiraachuuf gugufa jiraatu.
@assefaabebe474
@assefaabebe474 2 күн бұрын
Akkata ibsaa hayyuun kuni kennanitti, warri qabsoo Oromootiin daldalanis, warri OSAn akka laafuu godhanis, warri yaada Oromummaa dhiisani Itoophiyummaa jala deemanis, warri Oromoon callisee akka ta'ufi odeesituu mana keessa (oral society) akka tahuu godhanii mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo mo'aniiruu jechuudha. Amma duubbiin mooraan suun maaliif lafee, maaliif mo'amee? Loltoonii WBO yeroo yerootti maaliif isaa sirna nafxanyaa jedhamutti galuu? Fuldurafis abdii maltii jiraa?
@fantalemessa3710
@fantalemessa3710 3 күн бұрын
Jaarsi kun jaanja'eera!
@JustaThoughtUSA
@JustaThoughtUSA 2 күн бұрын
OFFII KEESAN BIYYA AMBAA TAAT'AA SABA KEENYATT QIOSA.... SABNI NAGAA QOFA FARBAADA .... WE DONT CARE ABOUT ABO/ KFO.... GALAMALE
@bradjohnson6427
@bradjohnson6427 2 күн бұрын
Toole!!,Dmmaqaa! The problem is leadership. Please ask the gust what is Oromo Libration looks like, goal. The guest's attitude of dismissal and arrogance is the issue.
@osmanalsaied476
@osmanalsaied476 2 күн бұрын
Adaa Bilisumaa Oromoo Shabiyya Eritrea Bilisaa bafftu Tgire Yoo motummaa Dariigi Kuuffsaan Shirraa English goo.tee Oromoo Duuba.tii Hiin habiisinee ??
How many people are in the changing room? #devil #lilith #funny #shorts
00:39
黑天使被操控了#short #angel #clown
00:40
Super Beauty team
Рет қаралды 54 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma
00:33
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 37 МЛН
Арыстанның айқасы, Тәуіржанның шайқасы!
25:51
QosLike / ҚосЛайк / Косылайық
Рет қаралды 663 М.
OMN   ODUU  MUDDE 12, 2024
20:16
OMN
Рет қаралды 17 М.
Gabaasa Addaa: Du'a Welliistu Oromoo Almaaz Tafarraa
29:14
GMN: Oduu Mudde 12/2024.
13:29
Gadaa Media Network-GMN
Рет қаралды 1,1 М.
Mana Kiyyatti Dhuftee Na Qabatte
26:58
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
Jaal  Shurrubbeen OBN waliin turtii godhaniin maal jedhan?
4:12
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 111 М.
Manguddoo umrii dheeraa
30:24
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 277 М.
How many people are in the changing room? #devil #lilith #funny #shorts
00:39