Ati nama gaariidha dhugaa maashaallahi mee Canada deemuu fedha amma garuu dubai jira anis asii galee achi deemuu fedha obsaa keenya
@abdiabishu3559 Жыл бұрын
Masha Allah namoota kabajaama fi jalaatamaa rabbiin isiin tasisee rabbiin ammalee rabbiin isiin haa jallaatuu rakkata bira dhabachuu keessanifi hedduu gallatoma jzk
@zeragalato2879 Жыл бұрын
Masha Allah o AAA &kulan thank you love you both ❤
@bentislam1930 Жыл бұрын
Uuuuuuuufff gara nama nyata yero namni nama bira demu yaa Allah imiman na qabe dhuga wari gefesitani ile galatoma ulfadha oromon akasi illa mashallaah Raabin umuri kesan ha dheresu dhuga 🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾🌺🌺🌺🌺
وعليكم اسلام ورحمة الله اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد اللهم ماسلي علي حابيبينا محمد اللـهـمَّ ﷺصَـلِّﷺوَسَـــلِّـمْ ﷺ نَبِيِّنَـــا مُحـ❤ـمَّد
Obsaa mee anaaf kanaadaa deemuu fedha dubai irraa galee na erguu dandeessaa obsaa keenya haadha faaxeetiin wol nu barsiisille mee
@ashias9880 Жыл бұрын
Rabbii karaa nagaa ishii haa ofuu
@lailalaila4100 Жыл бұрын
Mashalla mashalla❤️💓❤️💓💕👍👍👍
@sinqeemedia Жыл бұрын
Rabiin nagaan si haa gessisuu biyyi ati dhaqxuu haadhaf Abbaa sif haa taatuu miskinaa too sila biyyaa ormatiti deemuun nama hin gammachiisuu garuu silaa teenyaa biyyaa keessaa jiraachun ulfaate Obsa koo gaarii fi qaalii nama rabbiin akka atii nama gargaartee kanatii si haa gargaaruu galatoomii dhugaa jechaa sif hin qabuu💪💪🙏🙏🙏🙏