Haala Waligaaltee ABO Fi Motummaa waamachaa Tasisan Kallaattiidhaan

  Рет қаралды 6,045

K D News  Network

K D News Network

Күн бұрын

Пікірлер: 49
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h 7 күн бұрын
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@MohammedMatias
@MohammedMatias 7 күн бұрын
Nujiiradhu dhugaadubatuketuf
@gemedagemda3084
@gemedagemda3084 5 күн бұрын
Atti Gottidha❤
@QumbiiBoosee
@QumbiiBoosee 8 күн бұрын
Dadhabduu!!! Akka nama dubbii gaarii qabatee, share godhaa jetta. Ati sammuun kee faayidaa qabsoo ummataa osoo hin ta'in, faayidaa dhuunfaa keeti. ABO/WBO'n guyyaa Bilxiginnaa fi sih karaa jalaa haxaayee, Oromiyaa Walabaa mirkaneesse qofa gala.
@EMANOROMO
@EMANOROMO 8 күн бұрын
Dhugaa ket
@AbdufatahAliyi
@AbdufatahAliyi 7 күн бұрын
Konka dhuga hinbarbaadu
@AbdurhamanAbdulaziiz
@AbdurhamanAbdulaziiz 6 күн бұрын
❤❤❤❤
@AbdurhamanAbdulaziiz
@AbdurhamanAbdulaziiz 6 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BonsaUrji-x9d
@BonsaUrji-x9d 8 күн бұрын
Dhugaa jete yoo gafii ummaataf deebiin latama hin demne biyyoo olaa dabalatee africa hundaa keessaati abida bobesuuf dema akkasumaalee illee wanti jedhu kun qosaa fakkachuu dandeesi dhufaa waliin lala yoo garuu fura deman ifaa arguuf demna
@Aknewday12
@Aknewday12 8 күн бұрын
✊✊uuuuuuuuuf biftuuu nibekuu garuu nyatuu waan ta'aniif mallee
@محمدحسين-ح4ر1خ
@محمدحسين-ح4ر1خ 8 күн бұрын
Akana jedhin !!@
@abdusalaamDamsho
@abdusalaamDamsho 7 күн бұрын
Dhugakeeti
@QumbiiBoosee
@QumbiiBoosee 8 күн бұрын
Sanyiin WBO keessaa erga ari'amee ji'a 5 dabre. Badhaadhinni kee haa badu. Saree raqa nyaattu!!!
@DebelaDave
@DebelaDave 8 күн бұрын
Dhiigi Oromooo dhangala,ee oo, lubbuun Oromoo waggaa shan keessatti dhabamee,oo, harmeen abbaan, daa,imii waggaa shan keessatti dhumatee,oo, ummanni Kuma dhibbaan qe,eef qabeenya isaa dhabee,oo, salphina seenaa salphatee,oo,
@Aknewday12
@Aknewday12 8 күн бұрын
Dhugaa keedha biftuu❤❤❤
@AbdufatahAliyi
@AbdufatahAliyi 7 күн бұрын
Jiraadhu dhugaarrati dui
@amangeletu3022
@amangeletu3022 8 күн бұрын
Dhugaa keeti okiti Yoo yaadaa kee Kan fudhaatan tahe gaarii dha
@muktarhussen2551
@muktarhussen2551 7 күн бұрын
dhugaadhaa dubiin kee ulfaadhuu
@ChaliFedesa
@ChaliFedesa 8 күн бұрын
Hundumtii utuu waligalee garaa Araraatii yoo seenee gaarriidha.
@SewnetHabte
@SewnetHabte 8 күн бұрын
Jechiike dhugadhaa garuu isa Araraa didee Mal godhuu?
@user345-d2k
@user345-d2k 8 күн бұрын
Dhugaadhaa bakka isaaniin malu isaan barbaachisa .worri battee urgeessa ajjeesise akka isaanis waa hingoone .
@abbaagoolee4496
@abbaagoolee4496 8 күн бұрын
Afaan Oromoo balleessuun yakka . Harka kennuu fii araaramuun tokko miti .
@SisayGetachew-x1h
@SisayGetachew-x1h 8 күн бұрын
Ilmaan muuxxee sanna sirriiti itti himii
@LebesiEgeta
@LebesiEgeta 8 күн бұрын
Obboleettii keenyaa dhugaa dubbatte umurii dheeradhu. Namni ka'umsa bade galma hin tulu.
@muktarhussen2551
@muktarhussen2551 7 күн бұрын
11:14 11:17 11:19 11:19
@MohammedMatias
@MohammedMatias 7 күн бұрын
Himisf gona jaabadhu
@chaltudame8347
@chaltudame8347 8 күн бұрын
Har,a dhuguman ofirra dubate Biftu. Abiy wagga 1000 yoo qabsoon gotani namni hin jiru jedhen. Garuu motumman kun sirrit wani itti yadee nati hin fakatu.
@SehaniTerefe
@SehaniTerefe 8 күн бұрын
Uuuuuu safuu beekii attii araraa essatti beektaa Jibaa Marroo irraa qabduu kootuu odeessi yoo kaan guraa ololaa yoo qabatuu jiratee siidagahaa.warrii nagaadha jedhaanii waan nagaa otuu lalabanii Qalamaan ,Batee urgeessa Hacaaluu Hundessa.Essasa jiruu??yaa jaartii mucaattii mucaadhuma keef haadhisnuu.
@Aknewday12
@Aknewday12 8 күн бұрын
Dhugaa keedha❤❤
@MuusaaArsiilixaa
@MuusaaArsiilixaa 8 күн бұрын
Dhugaa ❤❤❤❤❤
@SehaniTerefe
@SehaniTerefe 8 күн бұрын
Intalii kun jirttii safuudhaa.
@oromtichaoromia1265
@oromtichaoromia1265 8 күн бұрын
Shallee dhala sammuu udaaniidhaa😂
@olyadgemda
@olyadgemda 8 күн бұрын
eenyuutu ajjeesee ree meenutii eemi
@motumakestana5558
@motumakestana5558 7 күн бұрын
Befitu waniguuda daabreset gaalatomi
@IbiroJamal
@IbiroJamal 8 күн бұрын
Dhuga❤❤❤
@AbdalaibirooAbdalaIbiroo
@AbdalaibirooAbdalaIbiroo 8 күн бұрын
Malislaa
@chaltudame8347
@chaltudame8347 8 күн бұрын
Biftu namni arara jibuu tokkolee hin jiru. PP wani barbadan nu jalati gala jedhan malee gaffin oromoo debisuu hin barbadans hin godhans. Kana oromoo hundauu ni beka. PP yoo arara baribadan malif maroo fi Jawar walin hojachuu dadhaban?
@HadhaaMoii
@HadhaaMoii 8 күн бұрын
❤❤❤❤❤ galatomi❤❤❤
@AdamAliyyii-s8z
@AdamAliyyii-s8z 8 күн бұрын
yaayoo
@theconfusedoromo5361
@theconfusedoromo5361 8 күн бұрын
korommi maalii??🤣
@SeyidHuse
@SeyidHuse 8 күн бұрын
❤❤❤❤❤q
@gadissateferi8004
@gadissateferi8004 8 күн бұрын
jarri kun kaayyoon isaan bosona seenaaniif maalii ?? Amma kaayyoo isaaniitu galmma ga'eemoo maaltu isaan galchee ?? Gaaffii oromootu deebii argatee ?? Silumayyuu maqaa oromootiin lagatti galanii ummatichuma saamanii qabeenya oromoo saamaa turanii isawalitti qabataniin magalaa jiraachuuf murteeffatanii ?? Namnni harka laate tokko harka eerga kennatee waligaltee maal mallateessa ?? Ajandaan waliigaltee keessani maalfayii ? Waa'ee eenyuu irrattis waliigaltuu ?? # Namnni tokko amma yoomiifi hamma hagamiitti Ofgowomssaa ???
@AbdalaibirooAbdalaIbiroo
@AbdalaibirooAbdalaIbiroo 8 күн бұрын
Biftuu
@motumakestana5558
@motumakestana5558 7 күн бұрын
etifufi
@NemeMerera-jd6km
@NemeMerera-jd6km 4 күн бұрын
Jaartii salphoo
@EMANOROMO
@EMANOROMO 8 күн бұрын
Biiffttii kijjibduu hattu oromodhafi mali gote wosak😂😂😂😂😂dhabama ta ii
@libamutube9
@libamutube9 8 күн бұрын
Stop to put the pen in your mouth.
@MohammedMatias
@MohammedMatias 7 күн бұрын
Nujiiradhu dhugaadubatuketuf
А я думаю что за звук такой знакомый? 😂😂😂
00:15
Денис Кукояка
Рет қаралды 6 МЛН
Quilt Challenge, No Skills, Just Luck#Funnyfamily #Partygames #Funny
00:32
Family Games Media
Рет қаралды 53 МЛН
The evil clown plays a prank on the angel
00:39
超人夫妇
Рет қаралды 44 МЛН
🔴Dhimma Faar.Altaayyech Galata fi Waldaa Guutuu Wangeelaa Fiinaansii Gidduu jiru maal dha? #Icciiti
13:59
Bonsa Addisu Gute - Good News - Oduu Gaarii
Рет қаралды 4,9 М.
yoyaa yoyaa kadir Elemo
19:12
K D News Network
Рет қаралды 672
А я думаю что за звук такой знакомый? 😂😂😂
00:15
Денис Кукояка
Рет қаралды 6 МЛН