KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
▪︎ HAALUMA JIRUUTI ▪︎Kutaa 12ffaa { Marsaa lammaffaa } 2022
23:14
Biren in tuchun ukeng ne ho toh festival anei na a thusei na khat viral video kahin ledoh e
9:44
When you lose control of your Waboba Moon Ball. @TheWabobaTeam #wabobapartner
00:42
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
00:22
UFC 310: Шавкат Рахмонов - Слова после боя
03:13
Wall Rebound Challenge 🙈😱
00:34
▪︎ HAALUMA JIRUU ▪︎ Kutaa 11ffaa { marsaa lamaffaa } 2022
Рет қаралды 149,317
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 104 М.
Ibsa Abdi Official
Күн бұрын
Пікірлер: 269
@abdullahoro2377
2 жыл бұрын
Eega warri jennataa jennata seenee warri ibiddaatiis ibidda seene booda lallabaan takka Akkana ja'amtee nillallabamti Yaa Muhammad waan rabbiin kee siif ta'e kana jaalatte ? Nabiyyiin Rahamataatiis akkana ja'a wallaahi Yaa rabbii kiyya hin jaalanne ummata kiyya nama tokko ibidda keessatti dhiisu😭 ja'aan Rabbiinis malaa'ikotaan akkana ja'aan ibidda keessaa baasaa cufa nama hanga misqaala zarraa takka imaanni qalbii isaa keessa jiruu baasaa ja'aan akkasitti hulaan azaabaa banamtee malaa'ikonni cufa nama qalbii isaa keessa imaanni hanga misqaala zarraa jiru san baasan Ammas eegasii Rabbiin akkana isaan ja'a Yaa Muhammad jaalattee ? Nabiyyiin rahamataatiis akkana ja'aan wallaahi yaa Rabii hin jaalanne ummata kiyya nama tokko ibidda keesatti dhiisuu😭 ja'ee deebisaaf Amma Rabbiin malaa'ikotaan ibdidda keessaa baasaa ja'aan cufa nama ijji isaa guyyaa tokko sodaa tiyyaaf imimmaan dhangalaaftee akkasitti hulaan azaabaa banamtee cufa nama ijji isaa imimmaan dhangallaaftee baasan Ammas Rabbiin akkana isaan ja'a Yaa Muhammad jaalattee? Ja'aan nabiyyiin rahamataatiis akkana ja'aan wallaahi yaa Rabi hin jaalanne ummata kiyya irraa nama tokko ibidda keesatti dhiisuu😭 ja'aan Ammas Rabbiin akkana ja'ee malaa'ikota ajaja baasa cufa nama guyyaa tokko Laa'ilaaha illallaaha muhammadun Rassuulullaah ja'ee hunda baasaa ja'aan Akkasitti nabiyyiin keenya ummata isaa ibidda keessa baasee jannatatti guura Wallaahi waa tolee namni nabiyyummaaf nabi mohammad s a w itti hidhatee waan inni irraa dhoorke irraa dhoorkamee waan inni itti ajaje qabate waa tolee waatolee waatolee wallaahi Yaa rabbi jaalala nabi muhammad S A W qalbii teenya irra nuuf kaa'ii warra isatti hidhatee isa jala deemu nutaasisu Yoo kan nabi mohammad s a w jaalattu taate salawaata irratti buusii SHARE GODHI اللهم صلى على نبينا وحبيبناوشفيعنا محمد صل الله عليه وسلم.. 💚m
@arafattube6064
2 жыл бұрын
S a w
@fozyaafozyaafozyaafozyaa9836
2 жыл бұрын
𝐒 𝐚 𝐰 𝐬 𝐚 𝐰 𝐬 𝐚 𝐰
@susukaye4930
2 жыл бұрын
SAW
@ibsasaniofficial6568
2 жыл бұрын
S a w
@caalaaboy3440
2 жыл бұрын
Sallallaahu Aleeyhi wassallam
@abdimoha4212
2 жыл бұрын
Wlh ijoolleen oromoo hojii akkanaa dalaguu isaanitiif baay'ee gammada jabaadhaa ahbaabii 🥰🥰🥰
@rabbiintokichaagabaraman8201
2 жыл бұрын
Wwwww jiramani kesani bayee baredaa jabadhaa itii fufaa😍
@kalifaalii2380
2 жыл бұрын
Www baga nagaan deebitan wlh hedduun isinjaaladha warri akka kiyyatti feetan like 👍godhuun agarsiisaa akka adda dhaabne 😍
@fenetifamiusmailikrima1707
2 жыл бұрын
Jabaadha Ibsa kenya Oll isin haa fuudhu duniya fi Aakiraas insha Allah
@zahrhzahrh1746
2 жыл бұрын
Welcome ijoolee Oromoo bay.ee bay.ee Namatii toltaan Anaa dhufuu heduu isiin hoordoofaa jiraa bar baadaan jirtuu
@HuzeeEntertainment
2 жыл бұрын
Jalqaba Welcome oromoo too maatii naaf tahaa🙏💔
@fuaadoosheikhjamaalofficia2424
2 жыл бұрын
Atis naa tahi an sii tahee jiraa
@hamzaaabdurrah8205
2 жыл бұрын
Maasha'allah Maasha'allah hojiin kessan bayye nama gamchisaa haluma kanan itti fufaa işinin jenna kutaan 13 halaan türe jiraa rabbi isinif haalaffisuu insha'allah !!!!
@rozaahasaan4668
2 жыл бұрын
Ibsa Kenya Halumma jiruu kana Baga nagayaa debbitani jabaadhaa Itti fufaa Rabbin issani ha Lafisuu gaaru gurbaan Hassan fan mana Kessa Jira quba qabadhuu ok
@Zakir.hassen
2 жыл бұрын
Galatoomaa broo baayyee isin eegaa turre nuufiduu keessaniif
@hamzahabibihamzisha4064
2 жыл бұрын
M Allah baga na gammachifte siin ega ture ❤❤❤️❤️💞💞
@makidaabafaji4136
2 жыл бұрын
Bayee namaa buharsiituu oroko jabadhuuu brother 🙋😁 gamadaa bayyee sijalaadhaa👍👍💪💪❤️
@hawwahusen6225
2 жыл бұрын
Mee yutub kiyyaa subscribe naaf godha
@nurehd411
2 жыл бұрын
Wallahi barnoota guddaa qaba drama keeysan keeysahu rabbiif jecha waa namaa dhisuu nama rabbiin nama qabe keeysahuu👍👍
@abdimoha4212
2 жыл бұрын
baga nagahan dhufte 🥰🥰🥰
@fathizakariya787
2 жыл бұрын
Nasheedaa kana yoomuu nuuf gadi dhiifta 🤗🤗🤗🤗
@kaniiabdataanrabii8866
2 жыл бұрын
Wallahi Warabal Kabba kolfan Nuu fixaan jabadhaa oromoo koo walii haa Gudisnuuu ijollee kana jabessaaa❤️💚❤️💪
@kazinadinee8845
2 жыл бұрын
Wow hedu bareda baga ngyan nuf dhuftan dadafa itti fufa..
@umalkhayrmohamef9345
2 жыл бұрын
As wr wb masah allah❤❤❤❤❤💝💝💝💝
@hawwahusen6225
2 жыл бұрын
Waaleykum saalam warahamatullahi mee maatii naaf tahii uktii tiyyaa
@maryak7263
2 жыл бұрын
Wwwwwwooooo anii haa dhufuuu💓💓💓💓💓💓💓💓
@uaeme7388
2 жыл бұрын
Wowow mashaa Allah masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah Baranotaa heduu qaba galatooma jajabadhaa
@hawwahusen6225
2 жыл бұрын
Mee maatii naaf tahii
@fuaadoosheikhjamaalofficia2424
2 жыл бұрын
Hassan na aarse dhugaa rabbii Wayiiii kadiir Koo😭😭😭😭😭
@nasriitube5485
2 жыл бұрын
Ibsa hojji bareda irra jirtaan haluma kanaan itti fufaa jabadha hedu namati tolaa abdi hin kutina kana caala jabadha
@mtube9646
2 жыл бұрын
MASHALLAH jabaadhu Ibsa keenya
@bulchaatube4400
2 жыл бұрын
Jamadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤🏰🏰🏰wow halumakana itifufaa
@abdikarimxayib3372
11 ай бұрын
M.Allah dhugaa waan gaagaarii daalaagaa jirtaan M.Allah Nuf jaajaabaadhaa jaalaan oromoo ❤❤❤❤❤
@imamqasim4027
2 жыл бұрын
Baay'ee namatti Tola kutaa 12ffaa itti nuuf fufaa please
@jihadmohammed920
2 жыл бұрын
Haluma jirutu isin bachise baga haala jiru isin bachifte saniwaji haala jiru qabatani nuf dhuftan😎😎😎
@dastuabdallah1103
2 жыл бұрын
Wow mashaallah ❤️❤️ so cute lovely
@hananarsii5291
2 жыл бұрын
As wr wb mashaa Allaah anaa dhufuu bagaa nagayaan debitan
@ililiabrahami9525
2 жыл бұрын
Baga Ngy dhuftan joollee teenya qaqalii Nama ❤💚❤
@hawwahusen6225
2 жыл бұрын
Mee maatii naaf tahii uktii tiyyaa
@saadu7901
2 жыл бұрын
Bagaaa nagayaa dhuftaani 🥰🥰
@arafattube6064
2 жыл бұрын
Masha Allah iti jabdhu Baye nam borsisa
@fayyomahamed2031
2 жыл бұрын
Woowwo hedu namatii tola jabadha itii fufa
@asmaaahmed1703
2 жыл бұрын
As wr wb An haa dhufuu bag ngyn dhuftaan 🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰😍🥰💯💯💯💯💯💯👍👍👍👍👍
@HamziTv2014
2 жыл бұрын
Jabaadha hojiin keessaan baay'ee namatti tola❣️❤️💚💚
@ayyaanaanuuraan5345
2 жыл бұрын
Malifi akatii turtan abdidhan isin egaa jiraa jabadha amalee itii fufaa
@MaryamMaryam-hq9jt
2 жыл бұрын
As wr wb Baga nagah dhuftan 👍👍💯 jabadhaa Hassan du'ee moo ka'ee lataa dhumaa issa?
@umeyriwood4047
2 жыл бұрын
Mashalla Mashalla is good 👍 👌 galatoma jajabadha
@simrutakitiinole7020
2 жыл бұрын
Wow das ja’a jabadha ibsush🥰😘
@nimareisak6733
2 жыл бұрын
Bayee namatii tolaa halumaa kanan itii fufaa jabadha
@fuaadoosheikhjamaalofficia2424
2 жыл бұрын
Welcome 💖💖🙏 obboleessa kiyya qaalii namaa baga nagaan dhuftan fuulduraafis rabbi sihaa gargaaru jabaadhu ibsaa koo 💪❣️ sicinaa jirra dhugaa rabbii dubbachuuf Account nama kudhanii oliin Subscribe sii godhee jira fuulduraafis siwaliin jira ibsaa koo💖💖✌️✌️
@usniyaahmedin5114
2 жыл бұрын
wwoww mashaa Allah kaana aada qabadaan hun dikesanu jabadha tifufa
@Abegame296
2 жыл бұрын
Masha allaah jabadha
@naimatah3706
2 жыл бұрын
Mashala tabarakala baga ngy dhuftani
@aishaaaa4440
2 жыл бұрын
Mashaallh heduu namatii toolaa jabadhaa itiin dhresaa
@rahimaanaziif735
2 жыл бұрын
Wow mashallaah bayee namaattii tolttuu
@yaarabbiinsitiirkaadhe4944
2 жыл бұрын
mashaa Allah baay.ee baareda dalagaa gaari baarumsa qabaa
@hawwahusen6225
2 жыл бұрын
Mee maatii naaf taha oboleyaan kiyyaa qaqaalii
@dulleehafiz3478
2 жыл бұрын
Mashallahalla walahi bayeen isinitii gamadee jabadhaa
@fariidatube5893
2 жыл бұрын
Kaa ittii aanu 12ff fidaa woooow jabaadha hedduu namatti tola
@turinamahadi7646
2 жыл бұрын
Mashaa allaah mashaa allaah 🥰🥰🥰🥰🥰
@hawwahusen6225
2 жыл бұрын
Mee maatii naaf taha oboleyaan kiyyaa
@saadu7901
2 жыл бұрын
Mashaallaa maashaallaah maashaallaah 😍😃😃
@hawwahusen6225
2 жыл бұрын
Mee yutub kiyyaa subscribe naaf godha oboleyaan kiyyaa
@musabmusab5388
2 жыл бұрын
Wawaw 11hedun itigamade jabadha itifufa hamadan denyuyii isngargara
@goodthing1195
2 жыл бұрын
wow baayyee galatoomi😉😉🤣
@hamdiijaahirofficial6548
2 жыл бұрын
GOOD OPPORTUNITY
@galmessajohaar2466
2 жыл бұрын
Wow mashaa allah
@dingoaliyyii5279
2 жыл бұрын
Welcom halaamu jiru kaan itii anuu fidaa
@BullooShow
2 жыл бұрын
Oromoo koo maatii naaf tahaa🙏
@fatihaj1956
2 жыл бұрын
Mashaa'Allaah 🤣🤣
@mayaacity327
2 жыл бұрын
baga nagayaan dhufte ibsa keenya jabaadhu
@YoomireeShow
2 жыл бұрын
Wallaay akka itti fuftanin fadha Boss kiyya itti fufi
@MunaFaris9
2 жыл бұрын
Bagaa nagaan debitaan 🙏
@oromuuma3512
2 жыл бұрын
Welcome heddu isin Eegaa turre 🌹❣
@abdullahoro2377
2 жыл бұрын
Mashalla jabadha itti fufaa
@FayizaMahammed-gg8gn
Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤jabadha namatii tolaa heeduu
@LolOaswrwb
2 жыл бұрын
Jabaadha baay, Eee isin Eeega ture
@techmusictg2896
10 ай бұрын
I Love this drama❤️❤️❤️
@keysonentertainment8837
2 жыл бұрын
Sah wallaahi jabaadhaa jajjabee
@onneraastube5009
2 жыл бұрын
Masha allh Itti fufa
@asaanofficial3074
2 жыл бұрын
Ibsa kenya gudda galatoomi
@zakariyyaasaanii9873
2 жыл бұрын
Baga nagayaan dhuftan isin eegaan ture
@Fadeluawol
2 жыл бұрын
baga nagaan dhuftan ibsaa keenya
@milkeessaanrabbumaa9748
2 жыл бұрын
Yoom qabaadhe anu sif hin kennu kkkkkhhh
@oromoooromoodhigako6680
2 жыл бұрын
Itii fufaaa ibsaa jabadhuu
@nasriitube5485
2 жыл бұрын
Horddoftooni Ibsa kota matti naaf taha oromoo koo🙏
@hafizahmed896
2 жыл бұрын
Wow mashallah ni bareda itti fufa nurra tursistan
@sufiokemal605
2 жыл бұрын
Soqaa meeqanin argadhe you tube kana alhamdulillah
@shamsayoutube5275
2 жыл бұрын
Abo hasanii lakii akan garaa jabatinii
@karimaabintiihuseen4181
2 жыл бұрын
Maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa maashaaaaaa alhaaa ❤❤❤🥰
@hamzaa1946
2 жыл бұрын
Abboo issiin yaanee baarr itiinuu fuufaa isiin eeguu jiirraa
@amukahubbii9198
2 жыл бұрын
Welcome gamanegamadaa wannufgadiftaanif galatomaathanks
@biftuahmed9989
2 жыл бұрын
Well come back
@obsaavine9198
2 жыл бұрын
Bayyee namatii buharaa
@mellaqwa1142
2 жыл бұрын
Galatoma barnota gudaa offii keessaa qaba heduu galatoma oso lallee hin qufini dhumate dhugaa jabadhaa
@mustaqimaedarus8880
2 жыл бұрын
Baga.ngaya.nuf.dhuftan
@abdinuure9852
2 жыл бұрын
Jabaadhu maashaa Allah
@ArabArab-wh7zw
2 жыл бұрын
Jabadha dargagoo oromo❤❤❤❤💚💚💚
@sumiyaadam6775
2 жыл бұрын
Wwwwww hedduu namatti tola itti nu fufa ibsa
@mooneetifaa4780
2 жыл бұрын
Kkkkk uuuuuffff diraamaa bayee nama bo'aarsuuf nama kofalchisuu
@UkkaashaaAadam-v4z
Ай бұрын
I love you this drama
@lightuponlight5215
2 жыл бұрын
Bally bally dha 😂😂😂😂😂
@alimahammad4251
2 жыл бұрын
Issin egaa jira kudhaa lamaaf
@abduualiyi1534
2 жыл бұрын
Dirqama haaluma jiruu nidhiiftaniisa
@Xvaaaxbbb88
2 жыл бұрын
As wr WB baga nagaan dhuftanii
@hamzaaoro219
2 жыл бұрын
Nuugalatooma bagadhuftan itti nufufa
@saas1041
2 жыл бұрын
Jabadha ibsaa keenya
@salaquri3400
2 жыл бұрын
Maalif akkanatti nurraa turtan? diraamaan kuni hedduu mi'aawaa dha. haraaraa natti tehe.
@Abegame296
2 жыл бұрын
Itti fufaa isin egaa jira
@burqakamal307
2 жыл бұрын
Baga ngy dhuftan
@KhadijaKhadija-um7sz
2 жыл бұрын
Mashaaallaahaa mashaaallaahaa
@dastuuabdii1545
2 жыл бұрын
Nura hin dhabina addan isiin eganaa
@roopnoop8053
2 жыл бұрын
Maloo dafaa part 12 pilis
23:14
▪︎ HAALUMA JIRUUTI ▪︎Kutaa 12ffaa { Marsaa lammaffaa } 2022
Ibsa Abdi Official
Рет қаралды 154 М.
9:44
Biren in tuchun ukeng ne ho toh festival anei na a thusei na khat viral video kahin ledoh e
Paul kuki Vlogs
Рет қаралды 3,1 М.
00:42
When you lose control of your Waboba Moon Ball. @TheWabobaTeam #wabobapartner
Daniel LaBelle
Рет қаралды 141 МЛН
00:22
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
Kotiki_Z
Рет қаралды 31 МЛН
03:13
UFC 310: Шавкат Рахмонов - Слова после боя
UFC Eurasia
Рет қаралды 862 М.
00:34
Wall Rebound Challenge 🙈😱
Celine Dept
Рет қаралды 20 МЛН
25:43
(New) Sheykh-Doctor Diramaa funny qophii iida 2019
Al Itqan Dawa Group
Рет қаралды 135 М.
23:51
Kutaa 7ffaa HAALUMA JIRUU Oromoo Drama 2021
Ibsa Abdi Official
Рет қаралды 124 М.
6:01
" New Nashiida || Ethiopia 🇪🇹 ♥️ #ramebaye
Rame Baye
Рет қаралды 11 М.
23:34
Seenaa Namicha manguddoo rasuulatti dhufee Rabbiin naaf araaramaa jedhenii? Seenaa garaa nama raaftu
Ibsaa Media
Рет қаралды 189 М.
24:29
ForX Entertainment Media: QOPHII CIMDII
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 105 М.
23:24
" Dubartiin Dalagachuu Qabdi " DHALOOTA HEGEREE ( 06 )
Ibsa Abdi Official
Рет қаралды 91 М.
15:31
Diraamaa ajaa'ibaa haaraya "Zigaal" - New oromo drama 2020 || Bultum multimedia
Bultum Multimedia
Рет қаралды 59 М.
6:30
New Best Art" Faaxee Anniyyaa || - Weeyrara Jaalalaa|| New oromo Ethiophia Music 2022.
Art Faaxee Anniyyaa
Рет қаралды 1,8 МЛН
19:07
Nama Cufa Niin Ajjeesaan || DHALOOTA HEGEREE 27 ||
Ibsa Abdi Official
Рет қаралды 53 М.
20:26
Kutaa 9ffaa" HAALUMA JIRUU " Oromo Drama 2021
Ibsa Abdi Official
Рет қаралды 99 М.
00:42
When you lose control of your Waboba Moon Ball. @TheWabobaTeam #wabobapartner
Daniel LaBelle
Рет қаралды 141 МЛН