Hachalu Hundessa - Foon foon irraa cite

  Рет қаралды 733,892

Hachalu Hundessa

Hachalu Hundessa

Күн бұрын

Ethiopian/Oromo Music - Foon foon irraa cite by the legendary Hachalu Hundessa. Volume 3. 2021
Lyrics: Hachalu Hundessa
Copyright © Hachalu Hundessa 2021
Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

Пікірлер: 547
@fetiyaft9532
@fetiyaft9532 3 жыл бұрын
Malloo essaa jirtaa ya Allah me firdekee faraddii dhugaa haccee bassii nuu argisisiii ya rabbi 😭😭😭
@caffeemedia8291
@caffeemedia8291 3 жыл бұрын
☝️☝️Dhugaan Isaa biraa
@JamelHassen-uv2jn
@JamelHassen-uv2jn Ай бұрын
😢😢😢😢😢
@siifanfamily
@siifanfamily 3 жыл бұрын
dhuugaa kee rabbin siif haa baasuu kan sii nyaatees kan sii nyaachiisees haa baasuu.
@yuusuftube7238
@yuusuftube7238 3 жыл бұрын
Sirba Kana osso Wol dura duuban Upload gootani baay'e gaarii ture Fkn:: Track Tokko guyyaa Tokko Ammas Track Tokko guyya bira Osso Upload godhame Hedduu faayida qaba ture.
@abdismar5966
@abdismar5966 3 жыл бұрын
Hace Your are Our Heart Forevery
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 3 жыл бұрын
Mati naf tahi lubu
@deyasdeme
@deyasdeme 3 жыл бұрын
"Egaa!, miidhanii deemurra, Miidhamuutu caala!" Ati nuu, Oromoof jecha miidhamte!💘💔
@girmytube292
@girmytube292 2 жыл бұрын
😥😥
@rahaabinthasan4116
@rahaabinthasan4116 Жыл бұрын
Ppoppoppppoplkpppoppoppoppppoppoppoppopppopppppoppppppoppppoppopppppppoppppppppppppoppopppppopppppppppppppp99p099ppppppppppppp
@rahaabinthasan4116
@rahaabinthasan4116 Жыл бұрын
P09pp
@rahaabinthasan4116
@rahaabinthasan4116 Жыл бұрын
P
@metii5816
@metii5816 3 жыл бұрын
☝🏽☝🏽☝🏽esaa jirtaa yaa waqayyoo firidi kee yomii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@ሳቢየአምቦልጅ
@ሳቢየአምቦልጅ 3 жыл бұрын
ሀጬኮ ሊገሉህ እንደ ሆነ ስታቅ ምን ብለካቸው ይሆን አንተ ላይ ሲዘነዝሩ 😢😢😢 የመጨረሻ ቃል ምን ብለን ይሆን 💔💔💔😭😭😭
@telilezerihun9888
@telilezerihun9888 3 жыл бұрын
💔💔
@matimosissa5906
@matimosissa5906 3 жыл бұрын
የእኔም ሃሳብ ልክ እንዳንች ነው ጌታን
@enatealamhude270
@enatealamhude270 3 жыл бұрын
Yaw esu selaltzgjebat endmgelhut seyak machem haacaalu yemsemaw semat yetwkjale kabad naw yaw lejhuchune bazalaye yachi tinshwane lej gemetu becha
@telilezerihun9888
@telilezerihun9888 3 жыл бұрын
@@enatealamhude270 aw aw
@berhanberhan5356
@berhanberhan5356 3 жыл бұрын
😭😭💔💔
@ambotube8241
@ambotube8241 3 жыл бұрын
Eenyuutu bakkaa jiru irraanfata laata! sirbaa hachaalu yeroo dhaggeeffatu akkaa koo!!!
@yusuforomo3949
@yusuforomo3949 3 жыл бұрын
Haacaaluuuuuuu Maalif hin Oyanee yaruumaa Takka uuuuuuuuuffff hojjii waaqati malee Atii Du'an hin malee
@najetinagasa8477
@najetinagasa8477 3 жыл бұрын
Rabbii dhugaa kee haa basuu hacee koo 😭😭😭😭😭😭
@kurkegenati4963
@kurkegenati4963 3 жыл бұрын
Dhugadha foni foniiraa cina sora alati ta.a hacekoo si dhane akkamiti dandenya malo uuuuuufffffe 😭malo garaa nugubate malo fardi waqako miss you hace💘💘
@mulunashgezaw5040
@mulunashgezaw5040 3 жыл бұрын
Hacee koo uff anaa nyaatuu gootaa koo ufffuuuuu 😭😭😭budaan sii nyatee nuu jalaa. Gotaa koo.
@AbdulApp
@AbdulApp 2 жыл бұрын
Wal-Ha Jabeeffannuu Wan Ofii Foon Dhiigaan Jabaata 😭😭
@aseterbenyaa3687
@aseterbenyaa3687 3 жыл бұрын
Haacee qaalii oromoo yomumayuu nuu keessaa jiriitaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤
@brosapa3976
@brosapa3976 3 жыл бұрын
Hacee koo we never forget you 💔😢 hacee atii hindunee onee keenyaa kesaa yomile nijiirataa ❤️
@VuHn-pi7ie
@VuHn-pi7ie 8 ай бұрын
Oromookoookok😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤
@rowcell8528
@rowcell8528 3 жыл бұрын
Yaa rabbi ati fardi kaa umma koo maloo sila isaa defachu hin danda'u dhugaa isaa ati basi
@addisaddis1440
@addisaddis1440 3 жыл бұрын
Waqqayoo dhugaa kee haa bassuu😭😭😭😭
@najetinagasa8477
@najetinagasa8477 3 жыл бұрын
Yaa rabbii atii argii ☝️
@mesiishow1989
@mesiishow1989 3 жыл бұрын
ሀጬ አንተ አልሞትክም አትሞትምም ሁሌ በልባችን ውስጥ ትኖራለህ የንተ ትውልድ በመሆኔ በጣም እኮራለው እኔም እስክሞት ድረስ ያንተን ጀግንነት በኩራት ለትውልድ እናገራለው እመሰክራለው ያንተ ታርክ አንብቤ ሳይሆን በአይኔ አይቼ ነው ❤💔
@oromooormiyaa7634
@oromooormiyaa7634 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤😭😭😭😭
@ayyeeorocell9778
@ayyeeorocell9778 3 жыл бұрын
Ayiiiiii hacce koo uuuuuuuuyi dhugaa kee waqaayyoon haa basuu 😭😭
@biyyaahaacaaluuhundeessaor3241
@biyyaahaacaaluuhundeessaor3241 3 жыл бұрын
Hidda malee xannachi hin dhiiguu mee Haceee keenyaa maaltu nuuf caalaa😭
@ganjamganjam3782
@ganjamganjam3782 3 жыл бұрын
Yaa rabii dhuga hacee basii akka garan kena boqonna argatuu hacee koo gubane 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@amanyamany964
@amanyamany964 3 жыл бұрын
Raabbiin haqaa isaa haa baasuu inii danda'aa 😭😭😭☝🏻☝🏻
@senadandana9646
@senadandana9646 3 жыл бұрын
Hache Atto wan hudaa Beka koo. ijolee kee rabbi sif hagudisuu .haqa kee rabbitii dhisnee .
@zkj123
@zkj123 3 жыл бұрын
Boollaa kee Daadhiin haa Guutuu Haacee koo 😭😭😭
@VuHn-pi7ie
@VuHn-pi7ie 8 ай бұрын
Yaarabiinaagargariiokok❤❤❤❤❤❤😢😢😢
@oromiyaahaacaaluu4537
@oromiyaahaacaaluu4537 3 жыл бұрын
Uuuuuffff hacee kooo maal nuuf dhamte😭💔
@the_perspectives
@the_perspectives 3 жыл бұрын
Hacee Likkii dhiiraa!
@abdulmananadem6348
@abdulmananadem6348 3 жыл бұрын
Barabaraan siyadanaa hacce koo silaa du’a wal jijjiranii atii bakka kiyya jiraataa 😭😭😭
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090 3 жыл бұрын
Hacee koo garaan nuu gubatee maa hadhoo koo uuuuuuuuffffffffff haqaa kee rabbiin guddatee haa basuu inshallaa 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔
@jolax8651
@jolax8651 3 жыл бұрын
Haacee doesn't bark like a dog rather he roars like a lion.we never forget u. Yelibachen jegnaa nehh
@ebisemosisa210
@ebisemosisa210 3 жыл бұрын
Yaa waqqaayyo gumaa goota kenyaa nuuf basii atii☝️☝️💔🖤🖤🖤😭😭😭😭😭😭
@uaeuae7039
@uaeuae7039 11 ай бұрын
Hacee Koo 😭😭😭😭😭
@jbhassen5323
@jbhassen5323 3 жыл бұрын
Bekka koo ur different #HaacaaluuHundeessaa the legend 😭💔
@BirukShemles-r7z
@BirukShemles-r7z 2 ай бұрын
Father of oromiya❤❤❤
@shagekelifak1352
@shagekelifak1352 3 жыл бұрын
Maal jechuga haceekoo 😭 Guyyan kamu wayii ketiim😭😭😭
@mahmoudsaleh6803
@mahmoudsaleh6803 3 жыл бұрын
My heart is bleeding every time I see and hear that your sweet untouchable sound, we are not forget you forever my number one.
@uaess9428
@uaess9428 3 жыл бұрын
Uuuuuuf hacee wanti kee garaa nama guba akka dhukkuba garaacha rabbi nahaa nyaatu oromoo haceen tokkicha kana sagaleen isaa jabaadha nuuf hin baasu deebi'ee 😭😭😭😭😭
@bilisummaabokkuu5734
@bilisummaabokkuu5734 3 жыл бұрын
Maal goona hin gubane Hacee koo😭😭😭
@almuzaseta6722
@almuzaseta6722 3 жыл бұрын
Waqayyoo dhugaa kee yaa basuu hacuu koo uufffff jechaa dadhabe haccuu koo ani😭😭😭😭💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭
@iliyasabdi3086
@iliyasabdi3086 4 ай бұрын
One of best ethiopian artist hachalu hundesaa
@honestylove8769
@honestylove8769 3 жыл бұрын
Hache theres no word to explain how we miss you dear 😭😭😭 may your beutiful, caring heart rest in paradise!
@misbahabdusemedali4803
@misbahabdusemedali4803 3 жыл бұрын
One Love Haacee koo❤❤🌳🙏⭐️😭⚫️🔴⚪️
@jiraabuuleebaariiargufu2220
@jiraabuuleebaariiargufu2220 3 жыл бұрын
uuuuuuff haacee gootaa keenyaa 💪💪💪💪🐅🐅🐅🐅
@muhammadmuhammad433
@muhammadmuhammad433 3 жыл бұрын
Yaa rabbiin taa Allhaa haqaa hacee nuuf basii sii kadhaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝☝☝☝☝☝☝
@mastumasarati2168
@mastumasarati2168 3 жыл бұрын
Yaa rabbi atii dhugaa hacee koo baasi 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔
@mafraqzamshukri7311
@mafraqzamshukri7311 3 жыл бұрын
Atii kabajaan awalamte rabbii ko jannata keessa si ha qubsiisuu siif dhiisee abba dhugaa abba jaalala koo
@ajmansafeer2991
@ajmansafeer2991 3 жыл бұрын
😭😭😭😭haceee koo hadhoo koo hadhoo kichuu citeee malooo gotaa kooo atii hin dunee hacee ilmaa hundesaaaa
@munira1437
@munira1437 3 жыл бұрын
Yaa rabii obsaa nuf kenni haccee koo year's 1 💔😭
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 3 ай бұрын
Wal haa jabeeffannuu
@zinashdaba374
@zinashdaba374 3 жыл бұрын
I miss you Hace my hero 💔💔😭😭😭😭
@kumekumasa5689
@kumekumasa5689 3 жыл бұрын
Qaalii koo taasa si dhabnee 😭💔
@seeyou775
@seeyou775 2 жыл бұрын
ኦሮምኛ አሰማለሁ ይሄ የመጨረሻ ስራው ይመስለኛል ሀጬ ✊
@demamangesto8782
@demamangesto8782 3 жыл бұрын
Waqaayyoo dhuugaa kee hiiNii Gaattiinnii😭😭😭😭😭😭
@moaadhayesuus6210
@moaadhayesuus6210 3 жыл бұрын
Uuuuuuuu haceekooo sii dhabunu salphina bariii 😭😭😭😭😭😭😭😭
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 жыл бұрын
Attis garaa nuu dhokfate nurra gargara batee yaa haacee koo dhugaa kee waqqayyo haa basuu ☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@faximaaahmadhasan3636
@faximaaahmadhasan3636 3 жыл бұрын
Aaahh anana yaa hacee ko mee akamitii si obsinaa 😭😭😭😭😭onnee nu madawee
@nebilayub9837
@nebilayub9837 3 жыл бұрын
Gumaa kee RABBIIN nuuf haa baasu
@hawwiiintalaashawaa3118
@hawwiiintalaashawaa3118 3 жыл бұрын
Haaccee koo 😭😭😭yaa rabbii ati dhugaa haaccee nuufi basii malooo 😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏haaccee koo gubanee gotaa koo waan funu dhabene bee haaccee koo 😭💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
@islaamummaanlubbuukootioro8316
@islaamummaanlubbuukootioro8316 3 жыл бұрын
Uuuuuuhh 😭😭😭😭😭 Iyyus hin awwaattu maal naa woyya 😭😭
@shamsiiintalaaoromo6468
@shamsiiintalaaoromo6468 2 жыл бұрын
Gariin nama hin barakatuu
@kajelasori9441
@kajelasori9441 3 жыл бұрын
Jabaa nama
@umuashiim1447
@umuashiim1447 3 жыл бұрын
Aceeekoooo Aaaaa'aaaaa jecha jirachu tate qonni Kenya Ani acabuka😭😭😭😭😭❣❣❣❣
@ሜላት-ቈ9ሰ
@ሜላት-ቈ9ሰ 3 жыл бұрын
ፈጣሪ በአፀደ ገነት ያኑሪህ ሃጩ💔💔💔
@mrjatttara7783
@mrjatttara7783 3 жыл бұрын
Namni hacee nyaatani nu boochiftan rabbi sa,a nama keessan yaa boochisu gadda male gammachu hin argatina yaa rabbi ati faradi kaa☝️☝️☝️☝️😭😭😭😭
@fatimah09alkmm22
@fatimah09alkmm22 3 жыл бұрын
Rabbiin dhigaa kee haa baasu haccee koo
@sifendefaru793
@sifendefaru793 3 жыл бұрын
😍😍😍 fooniotu foon irraa cite haceko adda nu baasani
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 3 жыл бұрын
Mati naf tahi qali
@seenaatesfaye6091
@seenaatesfaye6091 3 жыл бұрын
Uuuuffff waqayyoo dhugaa kee haa baasuu hadhokoo gubane 😭😭😭😭😭😭😭
@MadinaGadisa
@MadinaGadisa Жыл бұрын
Nama hacaaluu ajeese osoo na hin argisisin naa hin ajeesin ya rabbii
@AFROKUSHTIC
@AFROKUSHTIC 3 жыл бұрын
TEAR ON MY EYES FEEL BROKEN LEGEND NEVER DIE .WE WILL REMEMBER U FOR EVER
@SamsungA-sr8ho
@SamsungA-sr8ho 3 жыл бұрын
Waaqayyo dhugaa kee siif haa basuu hacee
@muluunagaash5051
@muluunagaash5051 3 жыл бұрын
Atii mirgaa dhalaa namaf sii Uumee turee Waaqni hacee koo Arjaa koo garaa lafesaa koo malii gonaa ree Saree sii nyatee nuurraatti 😭😭😭😭😭😭
@bareedduub1940
@bareedduub1940 3 жыл бұрын
MY HERO ...!!
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 жыл бұрын
Dhugaa kee Rabbiin nuuf haa baasuu Leenca Oromoo dhugaa namatu dhoksa malee Rabbiin biratti hin dhokatu🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭
@horaentertainment4162
@horaentertainment4162 2 жыл бұрын
Maal mallisaa is the question of every qubee generation
@nonaa383
@nonaa383 3 жыл бұрын
Yaa Rabii Gumaa Haacee koo nu bassii yaa Rabii gafanee mee ☝️☝️☝️☝️☝️☝️💔💔💔💔❣❣❣❣❣❣❣😭😭
@alazaralelghe175
@alazaralelghe175 2 жыл бұрын
guyya hunda waa'ee keen yaada
@nahorka844
@nahorka844 3 жыл бұрын
Foon foon irraa cite> The true legend will live on in our hearts, and may you rest in peace, my beloved musician and patriot, knowing that your legacy will live on.
@yaarabbiibiyyatoonaganutgo4110
@yaarabbiibiyyatoonaganutgo4110 3 жыл бұрын
Hacce qalli kenya yomilen one kenya kessa jiratta
@mophlk5395
@mophlk5395 3 жыл бұрын
Haceekoo 💔🥺
@kebedeabu
@kebedeabu 3 жыл бұрын
Qaalii Oromoo Hacee 😭😭😭
@hamziyageme7377
@hamziyageme7377 3 жыл бұрын
Yaaa rabii dhugaa hacee nufi bassii 💔💔😭😭
@oromoarsi162
@oromoarsi162 3 жыл бұрын
Rabbiin haqa Wareegamtoota keennaa fi hidhamtoota keennaa haqa Oromoo haa baasu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Oronews2023
@Oronews2023 3 жыл бұрын
Osso Album Hunda Baka tokoti Gootani Hedu Lalama ture Waa Hundafu Galatoma
@shukriyamuhamud3230
@shukriyamuhamud3230 3 жыл бұрын
Essati sii arken sii galatefaadha ya Haacee? Jechoonii kee addure qerranssa tasisu, du'aa demu onne namati horra! Ya haacee Warrqii warrqii calu Rabbiin nuf kane akka itti egganu wallale binensan nu harka nyadhame! Ergga kufftes Jechoota kee fi hojiin kees kan xurre nutii agarsisu nuf dhifte demte galatoomi waan offi 🙏 you are not dead always in our hearts❤💚❤.. hadha Wabii fi Milki Haacaaluu galatomi hojii haacee galman gesse..🙏
@jawweejawar1765
@jawweejawar1765 2 жыл бұрын
Onnee Oromoota sii jalaatu akkuma cabeeti hafee kaa essaa sii funuree qaalii kenaa💔💔💔💔
@abdulhd5394
@abdulhd5394 3 ай бұрын
2024 King of King hachallu hundessaa😅😅
@metiid6750
@metiid6750 3 жыл бұрын
miss u hacce 💔😢💔
@biyyaahaacaaluuhundeessaor3241
@biyyaahaacaaluuhundeessaor3241 3 жыл бұрын
Hacee koo erga ati nuu dhiistee deemtee Giimiin garaa kooti qabate dhaamu didem😭😢 Uuf fe'e ee Haadhoon kee guddaatun akkaam haa taature 😭😭😭😭😭
@21hakim843
@21hakim843 2 жыл бұрын
😰💔 2021.11 still watching hachalu hundesa my legend ♥️🥰 onne keenya kessa badu forever bro
@yaarabbiiwaanjabaatekullii1811
@yaarabbiiwaanjabaatekullii1811 3 жыл бұрын
Rabbii dhugaa kee haa baasuu haccaalluu leechaa koo 😭😭😭
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 3 жыл бұрын
Mati naf tahi qali
@dysg2972
@dysg2972 3 жыл бұрын
Obsa nuu keeni yaa rabbi
@ilililoromoo4244
@ilililoromoo4244 3 жыл бұрын
Hacee gootaa koo essaa jirtaa uuuff Yaa biyyee !💔😭😭😭😭😭
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 3 жыл бұрын
Mati naf tahi lubu
@senakooyoutube6871
@senakooyoutube6871 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuu malfi digada godoo jalala maloo gubanee hace koo maluma sifi gonaa😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭
@fikirutemesgengeleta2944
@fikirutemesgengeleta2944 3 жыл бұрын
Foon foonirraa cinnaan soora allaattii ta’uun battalaa ee battalaa Eegeef gaabbiin silaakaa duubaa jirtii gaabbuun keenya hin oolu galgalaa ee galagalaa Irra deddeebi’ee sitti himuun doorsisa fakkaataa Wal haajabeeffannu yaa waan ofii foon dhiigaan jabaataa *2 Uuuuuuuuu…..maaliif diigdaa godoo jaalalaa waliin ijaarrannee ohoohoo eyehehee Uuuuuuuu…….maaf dagattaa dhaamsa jaalalaa waliin dhaammannee eheheeohoho Yaa jaranaa gurri abbaa duubaa gurra abbaa irra seetee Maal naaf dhaamtaa garaa naa dhoffattee narraa gargar ba’uu feetee *2 Itti hin bartuu atis hin beektaa hubadhumee Itti hin baruu ansi hin beektaa hubadhumee Har’a garaa wal dhoffannaa bor nama gaabbii taanaa Hidda malee xannachi hin dhiiguu mee waan ofii maaltuu caalaa *2 Uuuhiii jaala too gorsaa uhuhii jaalaa too gorsaa Itti hin bartuu atis hin beektaa hubadhumee Itti hin baruu ansi hin beektaa hubadhumee Har’a garaa wal dhoffannaa bor nama gaabbii taanaa Hidda malee xannachi hin dhiiguu mee waan ofii maaltuu caalaa *2 Uuuhiii jaala too gorsaa uhuhii jaalaa too gorsaa
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 3 жыл бұрын
Mati naf tahi qali
@irimemberyoualwaysb.b536
@irimemberyoualwaysb.b536 3 жыл бұрын
Hacce Koo Biyyeen Sitti Haa Salphatuu
@halimaorotube2314
@halimaorotube2314 3 жыл бұрын
Mee yarabi.haqa hacce kenna nuf baasi yaa.rabbii uuuuuuuuuuuuuuuuuuuu. Gubane hacce koo mee xiqima nuf koottu
@beselotsamuel5939
@beselotsamuel5939 3 жыл бұрын
Hacee Qaalii oromoo 😭😭😭
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 3 жыл бұрын
Hiddaa maale xanachii hin dhiguu dhugaa kee jetee haaceee kooo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🤚
@youtubekids2038
@youtubekids2038 3 жыл бұрын
My dear I really sorry 😭😭😭😭😭😭 I will never forget you...
@enuzinab7763
@enuzinab7763 11 ай бұрын
😘😘😘😘🙏🙏🙏
@yodittilahun4060
@yodittilahun4060 3 жыл бұрын
Ati jirtuu jennaan Eyyeen jirra jennee
@zahrajamal9906
@zahrajamal9906 3 жыл бұрын
Hacu koo 😭😭😭😭❤❤❤💔💔💔
Hachalu Hundessa - Gootakoo
5:28
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 1,8 МЛН
Кәсіпқой бокс | Жәнібек Әлімханұлы - Андрей Михайлович
48:57
Я сделала самое маленькое в мире мороженое!
00:43
Кушать Хочу
Рет қаралды 4,4 МЛН
Mom had to stand up for the whole family!❤️😍😁
00:39
Кәсіпқой бокс | Жәнібек Әлімханұлы - Андрей Михайлович
48:57