Hachalu Hundessa - Kuullee Koo

  Рет қаралды 1,975,756

Hachalu Hundessa

Hachalu Hundessa

Күн бұрын

Ethiopian/Oromo Music - Kuullee koo by the legendary Hachalu Hundessa. Volume 3. 2021
Lyrics: Lelisa Ediris, Hachalu Hundessa, Sinishaw Muleta
Copyright © Hachalu Hundessa 2021
Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.

Пікірлер: 1 500
@Rediademtube
@Rediademtube 3 жыл бұрын
Akka bishaani osso dhebun eegnu nuf dhufe galatooma nammi haacaaluu jaalatu like ittii robsun nu agarsisa
@rawadarawada7786
@rawadarawada7786 3 жыл бұрын
Kun KZbinn kaan maatii isati miti???
@metii5816
@metii5816 3 жыл бұрын
@@rawadarawada7786 kan saati kuni
@kanjetkanjet4188
@kanjetkanjet4188 3 жыл бұрын
Redi qali nama wara sirboota kanaa busee iddoo gara garanatti post godhuun dafii was jedhiin adara
@marriikk8942
@marriikk8942 3 жыл бұрын
mee warraa Sirbaa issaa fudhee ittiin Daldalu Hangaa dandesan Ordofaa Galatoma
@fiqaduuoromoo3696
@fiqaduuoromoo3696 3 жыл бұрын
@@rawadarawada7786 kan matitti
@yosephhabte8794
@yosephhabte8794 Жыл бұрын
እኔ ኦሮሞ አደለሁም ግን ኦሮምኛ እና ሁሉንም የሀገሬ ብሄር ዘፈኖች እወዳለሁ ❤❤
@KINGCHALA
@KINGCHALA 3 жыл бұрын
Mee sirboota Hacee youtubedhaanis 1ffaa haagoonu ilmaan oromoo💔
@user-pg6yp9lt4w
@user-pg6yp9lt4w 3 жыл бұрын
you tube kun kan isaa sirridha ?? garuu.
@KINGCHALA
@KINGCHALA 3 жыл бұрын
@@user-pg6yp9lt4w eyyen isa sirriidha
@najiibabaashaa3223
@najiibabaashaa3223 3 жыл бұрын
Wowowo
@kushmedia5438
@kushmedia5438 3 жыл бұрын
Dhuugaa keeti sanyii
@user-ku3hf2fc4t
@user-ku3hf2fc4t 3 жыл бұрын
ትርጉሙን ባቅ ብዬ ተመኘው የኔ ምስኪን ለፓለቲካ መጠቀሚያ አደረጉህ ልጆችህን በተኑ ያለ አባት አስቀሩ😭😭😭😭😭ጠላቶች ይበተኑ😭😭😭አንተንም ነፍስይማር😭😭😭😭😭ልቤን ያመኛል ስላተ ወንድሜ ስለ ብሄርህ አይመለከተኝም ኢትዮጵያዊ ወንድሜ ነህና😭😭😭😭😭😭😭😭😭ጠላቶችህን እግዚአብሔር ያጥፋቸው
@tiktokchallenge1806
@tiktokchallenge1806 3 жыл бұрын
Namnni haccee jaalatan like naf godha haccee koo
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Kotuu matii naaf ta,ii
@eventhink3253
@eventhink3253 3 жыл бұрын
Haaccee koo sabnii kee gubbattee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@eventhink3253
@eventhink3253 3 жыл бұрын
Leencaa koo leencaa koo
@eventhink3253
@eventhink3253 3 жыл бұрын
Haaccee qacalee koo leencaa koo
@eventhink3253
@eventhink3253 3 жыл бұрын
Qaalliwwaan koo onnee
@Fa-nm6iq
@Fa-nm6iq 2 жыл бұрын
ይሄን ሙዚቃ የማዳመጥ ሱስ ይዞኛል... ሀጫሉ የኦሮምኛ ሙዚቃ ልዑል 🙏
@raziqanazif3454
@raziqanazif3454 3 жыл бұрын
Jalqabaa natuu ilalee linke naf xuqaa namnii hacee jakartanuu❤😭🖤❤❤
@mominashifarew7903
@mominashifarew7903 3 жыл бұрын
hacee koo uuuuufffiiiii
@madinadubaidubai6416
@madinadubaidubai6416 3 жыл бұрын
Malif siif tuqu lakki ittin hin nagadhin
@raziqanazif3454
@raziqanazif3454 3 жыл бұрын
@@madinadubaidubai6416 tish gowaa you tube dhunfaa kotii iratiin gadii dhifadhee linke kadhadhee setee qinatam
@khaliltube6830
@khaliltube6830 3 жыл бұрын
Galatoomi akkas wal cinaa dhaabbuuf ariifaachuun nama gammachiisa
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Sanyii kotuu Matii naaf ta,ii
@shinigamedia6076
@shinigamedia6076 3 жыл бұрын
Kuulleetoo (Walaloosaa ykn Lyrics) Yaadaaf Yaaddookeetii Halkan ciisa dhabeen Waanuma kee yaaduutti Maaf hirriba dhabaa Kee garaan akkamii Kankoo ammas didee Kunoo natti gamaa Maal naa wayya kuullekoo Egaa maalinni fallitoo Yayyaba Walaabuu madditee Ya taliila bishaan ganamaa Lixee daakee ba’uun dadhabee Danbalii yaadakeen rafama *2 Ayyaana keef safuu Simboo kankeef safuu Meeqa jilbaan oofe Maal naa wayya kuullekoo Egaa maalinni fallitoo Oogdi jaalalakee Lixee inni tumamee Utuu hin ba’iin hafe Maal naa wayya kuullekoo Egaa maalinni fallitoo Sii giiftiin jaalala Sii giiftiin gootummaa Lubbuunko si feetu Giiftii warra imaluu Giiftii warra Qaallu Maaliif kankoo hin taatu Fakkii Amadee liiban Tokkicha Abbaa waaxoo Walirraa nu dhiiban Foon tokko naaf atooo Gowwummaan Aliimaa Karaa foddaa haa baatu Utuun an siif jiru Ormaaf soddaa hin taatu Heebanuuf maqdallaa Korabiidhan sadii An si fudheen gala Kot na wajjin badii *3 Dasee erga sii taatee Magariituun biyyee Dirreetti wal ariitu Fardeenni maariyyee Keessaa qaxxaamurree dalantaan darbinaa Kamiseetti buune Sidaamee sirbinaa *2 Bareedina keessan gootummaa ishee argee Yommuu koraaf baatuu Maal naa wayya…. Goota sanyii goota gadameessa abbaakee Yaa sanyii warqituu Si daangaan jaalala si daangaan gootummaa Lubbuunkoo si feetu Giiftii warra yejjuu Giiftii warra baabb00 Maaliif kankoo hin taatu Fakkii Amadee liiban Tokkicha Abbaa waaxoo Walirraa nu dhiiban Foon tokko naaf atooo Gowwummaan Aliimaa Karaa foddaa haa baatu Utuun an siif jiru Ormaaf soddaa hin taatu Heebanuuf maqdallaa Korabiidhan sadii An si fudheen gala Kot na wajjin badii *3 Dasee erga sii taatee Magariituun biyyee Dirreetti wal ariitu Fardeenni maariyyee Keessaa qaxxaamurree dalantaan darbinaa Kamiseetti buune Sidaamee sirbinaa *2 Qabii Qabiii Qabiika *3 Achumaanimmoo Maatii naa ta'a
@tamiratchannel8585
@tamiratchannel8585 2 жыл бұрын
Ariifidha garuu deessen dasee taate jedhi sirreessi
@ohho4
@ohho4 2 жыл бұрын
Can you write the lyrics for the other's too? Galatiomi!!
@naolajr6738
@naolajr6738 2 жыл бұрын
"Dasee erga sii taatee"osoo hin ta'iin Deesseetu dasee taatee jedha, galatoomi.🙏
@FedawakGB
@FedawakGB Жыл бұрын
@@naolajr6738 Eeyyen "Deesseen Dasee taatee"
@mubarekkedir3340
@mubarekkedir3340 Жыл бұрын
galatoomi qomoo
@tawakaltualalayi8985
@tawakaltualalayi8985 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuf oromo me like godha namni akka kiya hace jalatani😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Kotuu matii naaf ta,ii
@mareliass9730
@mareliass9730 3 жыл бұрын
😭😭😭
@ricyanetelgtube7846
@ricyanetelgtube7846 3 жыл бұрын
አጬ 😭😭😭😭ኦሮምኛ አልችልም ጉራጌ ነኝ አጫሉ ስወደው 😭😭😭😭አላህ ፀናቱ ይስጣቸው ለቤተሰቡ
@user-kp5pq4ho9o
@user-kp5pq4ho9o 3 жыл бұрын
R አንድ እኩል ነን
@sumayajambo3180
@sumayajambo3180 2 жыл бұрын
💔💔😭😭😭😭
@DW-wq2vn
@DW-wq2vn 2 жыл бұрын
ወሊሶ እስከ ወልቂጤ ድረስ ኦሮም እና ጉራጌ ተጋብቶ ተዋልዶ ተዋዶ የሚኖር ህዝብ ነው የድሮ ጉራጌዎች ኦሮምኛም ሲዳምኛም ጐራጌኛም በደንብ ያቀላጥፉ ነበር አሁን ዘረኝነት ከፋፈለን እንጂ ኦሮም እና ጐራጌ አንድ ለይ ነው ያደገው ባህሉም ተመሳሳይ ነው
@rahmaajamaal3926
@rahmaajamaal3926 3 жыл бұрын
Hacee koo gubanee💔😭mee namnii akkaa ko amalee du'aa Hacalluu amanuu dadhabee😭😭😭😭💔😭💔😭💔💔💔💔😭💔😭😭💔😭💔😭💔😭💔😭💔😭Biyoon siti haa salpatuu
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Sanyii kotuu matii naaf ta,ii
@abduahmad3694
@abduahmad3694 3 жыл бұрын
''Giiftii Warra Himanoo, Giiftii Warra Qaalluu... Otoon an siif jiruu ormaaf soddaa hin taatu.”
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Sanyii kotuu matii naaf ta,ii
@walloonwalifii1058
@walloonwalifii1058 3 жыл бұрын
💔😭💜
@lensadinkeneh5927
@lensadinkeneh5927 3 жыл бұрын
U are a true legend, u will be always in our heart ,I know we won't get someone like u .u will be always remembered and will keep ur legacy .
@telilezerihun9888
@telilezerihun9888 3 жыл бұрын
Yeah hero koo
@hawimagarsa8047
@hawimagarsa8047 3 жыл бұрын
Q
@rajaahmed366
@rajaahmed366 3 жыл бұрын
@@telilezerihun9888 ppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppppp0ppppp00000000000000000000000000000000000000000
@telilezerihun9888
@telilezerihun9888 3 жыл бұрын
@@rajaahmed366 🙄🙄
@hawwimosa2098
@hawwimosa2098 3 жыл бұрын
Our legand 😭😭😭😭
@avp-3
@avp-3 2 ай бұрын
Who is here on june 2024
@ShewaFano544
@ShewaFano544 25 күн бұрын
Me
@user-sn8lq9tg6l
@user-sn8lq9tg6l 24 күн бұрын
On August
@jaleneabera5811
@jaleneabera5811 14 күн бұрын
On August
@simboshifera1721
@simboshifera1721 3 жыл бұрын
Hacce koo 😭 Goota koo Lecaa koo I love you 😭❤❤❤❤❤❤❤
@aayyuutube2457
@aayyuutube2457 3 жыл бұрын
Sinbokoo 😍 maatii naf ta ii me
@user-mr7hx1ec6r
@user-mr7hx1ec6r 3 жыл бұрын
አተ ለኛ ደረስክ እኛ ላንተ ባለመድረሳችን ሲፀፅተን ይኖራል አተ ግን ዘመን ማይሽሪህ ጀግና የጀግና ልጅ ነህ። ያንተን እድል። ነው ማንም አያገኘውም አጫ ኮ 🌳❤️
@telilezerihun9888
@telilezerihun9888 3 жыл бұрын
Aw legna mote Hachee koo ♥️
@efremamentie751
@efremamentie751 3 жыл бұрын
አጫሉ ሁዴሣ መቼም ብሆኒ አኒ ራስህምነፍስ በአፀደ ገነት ያኑርልን
@sofiahaacaalu6291
@sofiahaacaalu6291 3 жыл бұрын
ሀጫሉ ሁንዴሳ ኖሮም ተፅዕኖ ፈጣሪ ነው!!💪ዛሬም ተሰውቶም ተፅዕኖ ፈጣሪ ነው!!👍።ሀጫሉ ሁንዴሣ አልሞተም👍💖።👉የሞተችዋ በብር የተገዛችዋ አረመኔ አይጥዋ ነች ሂሊናዋ ሁሌም ሰላም የላትም ሁሌም ትደበቃለች ገንዘብ የከፈሉዋት አረመኔዎችም ነፍሰ ገዳይ ብለው ይጠሩዋታል እንጂ ሌላ ጥሩ ስም አይሰጥዋትም ምክንያቱም በቃ ነፍሰ ገዳይ ነችና።
@abher-
@abher- Ай бұрын
ነፍሰ ገዳይ ህይወቱ እስካለ ነፍሰ ገዳይ ይባላል ከሞተ በኋላ ደሞ የነፍሰ ገዳይ ልጅ ተብሎ ይጠራል የተቀበላቹሁት ብር ከዚ አያተርፋቹሁም😢
@mophlk5395
@mophlk5395 3 жыл бұрын
Kan hattootni gadhiisan dhaggeeffachuu dideen obsaan eeggachaa jiraam baga nuuf fiddan. Haceekoo💔🥺
@hawwiiintalaashawaa3118
@hawwiiintalaashawaa3118 3 жыл бұрын
Haaccee koo gotaa koo ani jechaa dhabee l Love you 💔💔😭😭😭😭😭😭
@sumayyaamar356
@sumayyaamar356 3 жыл бұрын
Wolhahii woni sifii kadhuu rabii haqaa kee habasuuu inishaa alhaa 😭😭😭
@dharfiathyo6869
@dharfiathyo6869 3 жыл бұрын
Ashanguti bossu hin fayyadamina jaraa Kenya Barefaama Qofaa otuu katabdani gaaridha❤️🤟
@akkashaakkasha4331
@akkashaakkasha4331 3 жыл бұрын
Hacaalu Hundessa attin akkuma jira keetin boona turee du,aan keetilee nu boonsee leenca fakki namaa boola daadhin haa guutu 😭😭😭💔💔💔💔💔💘
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Sanyiikoo kotuu matii naaf ta,ii
@eventhink3253
@eventhink3253 3 жыл бұрын
Lencaa haaccee
@martamarta2804
@martamarta2804 3 жыл бұрын
Hacee koo my king👑🤴❤️ Atii jirtaa yomiyuu leencaa kenyaa😭😭😭💔💔💔
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 3 жыл бұрын
Qaalli koo jirtaa yomu onnee oromoo keessaa jirtaa ❤😭gotaa koo!!
@siinboonee
@siinboonee 3 жыл бұрын
Hacee koo ati hin duune garuu si ajeesne see, an malee 🥰💪💪🙏
@abdifata8232
@abdifata8232 3 жыл бұрын
Yoomiyuu onnee Oromoo kessaa jirtaa #HachaaluHundessa
@etsevidalemma4786
@etsevidalemma4786 3 жыл бұрын
ሀጩኮ ድምፅህን በሰማሁ ጊዜ ይበልጥ ትናፍቀኛለህ 💔💔💔💔💔
@sabontuushawaa2931
@sabontuushawaa2931 3 жыл бұрын
Hacee ko ati jirtaa yomiyuu😭😭
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 жыл бұрын
RIP Hacee koo Galatoomi iddoo jirtutti Leencaa Sanyii Leencaa Hundeessa Bonsaa💪💪💪🐅🐅🐅🐅❤💚❤✅
@smartor3313
@smartor3313 3 жыл бұрын
Haccee ilmaa sabaaf ilmaa xiiqii Maali nuu wayya haccee koo 😢👈💔
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Sanyiitoo kotuu matii naaf ta,ii
@Sada-yf8ch6hb8x
@Sada-yf8ch6hb8x 2 жыл бұрын
አጩ😭😭😭 ኦሮምኛ አልችልም አጫሉ ስወደዉ 😭😭😭😭 አላህ ፀናቱ ይስጣቸዉ ለቤተሰቡ
@michugamachu5726
@michugamachu5726 3 жыл бұрын
Gotta Koo you are never be forgotten you always be in our heart we love you we miss you Haccee koo 😭💔💔😭💔😭💔
@WIN_Media
@WIN_Media 3 жыл бұрын
Kuullee tiyya❤ Yaadaafi yaaddoo keetiin Halkan ciisa dhabee Waanuma kee yaaduutti Maaf hirriba dhabaa Kee garaan akkamii, Kankoo ammas didee Kunoo natti gamaa Maal naaf wayya Kuullee koo Egaa maalinni falli koo (×2) Yayyaba walaabuu madditee Yaa taliila bishaan ganamaa Lixee daakee ba'uu dadhabe Danbalii yaada keen raafama. (×2) Ayyaana keef safuu Simboo kankeef safuu Meeqa jilbaan oofee Maal naaf wayya Kuullee koo Egaa maalinni falli koo Oogdii jaalala kee Lixee inni tumamee Utuu hin ba'in hafee Maal naaf wayya Kuullee koo Egaa maalinni falli koo Si giiftiin jaalaalaa Si giiftiin gootummaa Lubbuun koo si feetuu Maal naaf wayya Kuullee koo Egaa maalinni falli koo Giiftii warra Himanuu Giiftii warra qaalluu Maalif kankoo hin taatuu Maal naaf wayya Kuullee koo Egaa maalinni falli koo (×2) Fakkii Amadee Liiban tokkicha Abbaa Waaxoo Walirraa nu dhiiban foon tokko naaf atoo Gowwummaan Aliimaa karaa foddaa haa baatu Utuu an siif jiruu ormaaf soddaa hin taatuu Heebanoofi Maqdallaan Koraabiidhaan sadii An si fudheen galaa, Kot' na wajjiniin badii(×2) Deessee Dassee taate magariituu biyyee Dirree itti wal ariitu fardeenni Maariyyee Keessa qaxxaamurree Dalantaan darbinaa Kamiseetti buunee Sidaamee sirbinaa (×3) Qabii, qabii, qabiikaa Qabii, qabii, qabiikaa (×2) Bareedina keessan Gootummaashee argee Yommuu koraaf baatu Maal naaf wayya Kuullee koo Egaa maalinni falli koo Goota sanyii gootaa Gadameessa baatee Yaa sanyii Warqituu Maal naaf wayya Kuullee koo Egaa maalinni falli koo Si daangaan jaalaalaa Si daangaan gootummaa Lubbuukoo si feetuu Giiftii warra yejju Giiftii warra bamboo Maalif kankoo hin taatuu? Maal naaf wayya Kuullee koo Egaa maalinni falli koo Fakkii Amadee Liiban tokkicha Abbaa Waaxoo Walirraa nu dhiiban foon tokko naaf atoo Gowwummaan Aliimaa karaa foddaa haa baatu Utuu an siif jiruu ormaaf soddaa hin taatuu Heebanoofi Maqdallaan Koraabiidhaan sadii An si fudheen galaa, Kot' na wajjiniin badii(×2) Deessee Dassee taate magariituu biyyee Dirree itti wal ariitu fardeenni Maariyyee Keessa qaxxaamurree Dalantaan darbinaa Kamiseetti buunee Sidaamee sirbinaa (×3) Qabii, qabii, qabiikaa Qabii, qabii, qabiikaa (×2)
@jofesisay7823
@jofesisay7823 11 ай бұрын
@deyasdeme
@deyasdeme 3 жыл бұрын
"Egaa!, miidhanii deemurra, Miidhamuutu caala!" Ati nuu, Oromoof jecha miidhamte!💘💔
@fozewaliso9441
@fozewaliso9441 3 жыл бұрын
Haacee kooo yoomuu jirtaa onnee sabaa oromoo keessati mana ijaratte. haacee gaafa xiqiii!, haacee onneen gaara caaluu!!@😭😭❤️❤️❤️❤️❤️
@sebontuabdo6602
@sebontuabdo6602 3 жыл бұрын
The pain of losing you unexpectedly will always be fresh Haacee koo 😭😭 remembering you in daily basis my hero, my legend mostly loved oromo son ♥️🌳♥️ GONE BUT NEVER GONNA BE FORGOTTEN 💔💔
@zebibamohammed1770
@zebibamohammed1770 Жыл бұрын
😊😊😊😊😊😊😊!😊
@bontuuasfawu3787
@bontuuasfawu3787 3 жыл бұрын
Gootaa keenyaa atii baraa baraan onee keenyaa irraa jiraataa haacee koo 😍😍😍
@hawwiitayyee
@hawwiitayyee 3 жыл бұрын
Maaalooo uuuuuuufffff baaayyee eeega ture galatoma baayyee hacakoofi lik shire godha maaaloo lamikoo😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@tselotshafi2339
@tselotshafi2339 2 жыл бұрын
This is just a pure treasure. ..idk how many times am listening to it. ..legend for real. ..history ,romance and music at the same time(who is homer ..who is Shakespeare )
@tesfamichaeldechasa6578
@tesfamichaeldechasa6578 2 жыл бұрын
Well put❤💚❤
@linaapoopp9yyorpahmed277
@linaapoopp9yyorpahmed277 Жыл бұрын
8yrtt5tg
@amanueladmasu2985
@amanueladmasu2985 3 жыл бұрын
WOWO SIMPLY AMAZING SONG 🤟😍😍😍😍REST IN PACE LEGEND 🏴🙏
@aayyuutube2457
@aayyuutube2457 3 жыл бұрын
Amuko maatii naf ta ii me
@mesifiqir5519
@mesifiqir5519 3 жыл бұрын
wayyo haccee seenaa si dagatu waaqayyo lubbu kee haa maruu Uuuuuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭
@oromoofaarist9916
@oromoofaarist9916 3 жыл бұрын
Yaa qalii kenyaa tatii hin dunee nutuu dee gotaa koo
@hafeezahalnaim5178
@hafeezahalnaim5178 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@queenofsheba8252
@queenofsheba8252 2 жыл бұрын
I am amhara. But i like haacaluu music. He is a legendary guy. REST IN PEACE hacce
@Dj_leftii
@Dj_leftii 2 жыл бұрын
😍😍
@bini9462
@bini9462 2 жыл бұрын
አታሽቃብጥ
@elsagetachew548
@elsagetachew548 2 жыл бұрын
Read what you just wrote again and again till you truly understand it
@flowerpurple5298
@flowerpurple5298 3 жыл бұрын
Rest In Peace our king 🤴 you will always be in our heart ❤️!! They broke us deep 😭💔
@abher-
@abher- Ай бұрын
በሌላው ማህበረሰብ ልብ ውስጥ ተወዳጅነት ካተረፉ ዘፈኞች ውስጥ ትመደባለህ የዘፈነ ሁሉ አርቲስት አይደለም ሀጫሉ በምትሰራበት ዘመን ተቀጠፍክ 😢ነፍስ ይማር😢
@user-et1qe4rn6x
@user-et1qe4rn6x 3 жыл бұрын
ሀጩ በአንተ ሞት ልቤ ተሰበረ መቼ ነው የማምነው ተቃጠልኩልህ😭💔💔💔💔💔
@rozialemu4009
@rozialemu4009 3 жыл бұрын
💔😭
@Amen2216
@Amen2216 3 жыл бұрын
Ehhhhhh💔😭😭😭
@telilezerihun9888
@telilezerihun9888 3 жыл бұрын
💔 let his voice be our strength
@hawidesta7792
@hawidesta7792 3 жыл бұрын
Anchi bicha adelashi hulachin ye oromo lijochi eska ahun ke dingeti aliwetanim hazeni layi nan
@kali5447
@kali5447 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭
@buzehaccaluhundeessa7575
@buzehaccaluhundeessa7575 3 жыл бұрын
Yadda fi yado ketin ani hirba dhabe hacce koo maluma nafi wayya🥺🥺😭😭😭🙏
@user-kx9he3is6b
@user-kx9he3is6b 3 жыл бұрын
ሀጩ ኮ የኛ ጀግና ሁሌም በልባችን ነህ የዘመኔ ጀግና ነክ ለእኔ 😢Hacee lencaa koo yaa goota koo dhugaa kee rabbii siif haa basuu!!!
@user-cr4rb1wc5k
@user-cr4rb1wc5k 3 жыл бұрын
የኔ ወድም ነብስክን ባፀደ ገነት ያኑር ስራክ ሁሌም በልባችን ነው ለቤተሰቦችክ ብርታቱን ይስጣቸው ልጆችህ ለወግ ማረግ ይድረሱልክ
@Daniel.Podcast
@Daniel.Podcast 3 жыл бұрын
Heroes might die but LEGEND neve die ! You are the true Legend ... From Hadiya love 😍🥰😍🥰😍
@proha2861
@proha2861 3 жыл бұрын
wow one of the most amazing oromo kamesie music that i ever listen, rest in peace hero
@sumayyaamar356
@sumayyaamar356 3 жыл бұрын
Ayii hacee koo mali sifi taa gotaa koo 😭😭😭😭😭😭
@boche.bekele
@boche.bekele 2 жыл бұрын
Best Music I have never ever heard before......our legend is always in our heart forever!
@ganalama6077
@ganalama6077 3 жыл бұрын
haccee koo uufee gubadhe damaa koo malifi godhaaa 😭😭😭
@makyamakya6175
@makyamakya6175 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭
@rahmiosman2819
@rahmiosman2819 3 жыл бұрын
Wallo koo jirtuu❤️
@mukhtyarahmad978
@mukhtyarahmad978 3 жыл бұрын
Haacee ko Atii jirtaa😭😭😭😭🙏🙏🙏
@yeroosanintalaashawaa2407
@yeroosanintalaashawaa2407 3 жыл бұрын
Haccee qalii keenyaa 😭😭😭😭😭😭😭😭 Mali gonuu ree
@tukeboru9927
@tukeboru9927 3 жыл бұрын
Rip our legend we never ever forget you 😭😭😭 my condolences 💐 to his family and his kids
@oromp212
@oromp212 3 жыл бұрын
Our hero 💚❤🗝 Haachalu is first world artist 💚❤🗝
@meserettarich6915
@meserettarich6915 3 жыл бұрын
Biyeen naa nyatuu qali namaa💔💔
@aayyuutube2457
@aayyuutube2457 3 жыл бұрын
Masikooo maatii naf ta ii me
@leelloojiruu5020
@leelloojiruu5020 3 жыл бұрын
Haacee 💔 Gootaa keenyaa qaalii ❣️🧡😭😭
@amiko542
@amiko542 3 жыл бұрын
goota koo, HAACCE YOU WILL NEVER FORGOTTEN OUR KING.
@Sk_sami2
@Sk_sami2 6 ай бұрын
Still listening this music 😫😫🤌 2024
@jaleneabera5811
@jaleneabera5811 3 ай бұрын
Same here ❤
@ukashajemal9955
@ukashajemal9955 3 жыл бұрын
Leenca gaafa xiiqi jirta yoomuu onnee keenya keessa😭😭
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 3 жыл бұрын
Maal sii oromoo koo laykii fi sakirybi maliif hin yoo bayina kaa nuu caluu hin jiruu harkaa isiin hin dhukubu sakirybi fi laykile godhefi dinaa garaa gubaa
@shamsirashid7853
@shamsirashid7853 3 жыл бұрын
You break my heart I don’t know what to say😭😭😭
@princesssusu5528
@princesssusu5528 3 жыл бұрын
yene wud Haceeeyeeeee♥hulem tinoraleh blebachin abet amelk hoye nebesun yemarelen
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Sanyii kotuu matii naaf ta,ii
@obsinaansiraaj9928
@obsinaansiraaj9928 3 жыл бұрын
Hace,you live in the hearts of millions eternally ❤💚❤
@ohho4
@ohho4 Жыл бұрын
Haccu our beloved we miss you every day! And what a GIFT to Wollo and expressing Love to this beautiful people !! And a reminder to us all!!
@HawwaaArsii4644
@HawwaaArsii4644 3 жыл бұрын
obsii hin jirruu😭😭😭☝️
@fenettube3523
@fenettube3523 3 жыл бұрын
Haayii hangaa lubbuu koo duniyaa irraa jiruu gubachaa jiradhaa hacee😭😭😭bochaa malee furmataa dhabee
@soniyoutube7700
@soniyoutube7700 3 жыл бұрын
Hulem be belenachen tenoralek jegna ❤😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Kotuu matii naaf ta,ii
@soniyoutube7700
@soniyoutube7700 3 жыл бұрын
Ok
@ahmedseid5877
@ahmedseid5877 3 жыл бұрын
አጩ በደንብ ሳንረዳህ ምርጥ ዘፈን እሪኩም ወሎ ቀቢ ቀቢ ቀቢኮ
@mohammedamin6340
@mohammedamin6340 3 жыл бұрын
Haceee koooo onnee keessa nu jirta Wallahi 💔💔
@musaboro5845
@musaboro5845 3 жыл бұрын
Way goota ko silaa deemsi nama hundarraayyu hin ooluu osomaa sirba kana nubiraan geette gammachuu waliin qooddannee deemtee maal qaba 😢😢❤❤🙏
@ibsaabersisa6080
@ibsaabersisa6080 3 жыл бұрын
Maatii fi hiriyootni Hacaaluu baayyee galatoomaa. Amansiisaa maaloo video sirba Walloo kanaaf nuuf hojjadhu. This is my favourite music from this album. Hacuukoo boollikee daadhiin haaguutu.
@genoorotube4917
@genoorotube4917 3 жыл бұрын
Oromo mee likee godhaa warrii haccen yommuu onnee umatta kessa jiraaa jettanuuu 😭😭❤❤❤❤✅💯
@seyfaddiinamaanamaanseyfad4685
@seyfaddiinamaanamaanseyfad4685 3 жыл бұрын
Haacaaluu yaa ilma Hundeesse jirtaa yoommuu ❤onee ko keessaa
@safijemalo7594
@safijemalo7594 3 жыл бұрын
Nice to hear you sing Wallo Hacee koo🥰Rest in peace the star💔
@user-iq4ny3yb5q
@user-iq4ny3yb5q 3 жыл бұрын
አጩኮ ሁሌም በልባችን አለህ መቼም አንረሳክም እንወድሀለን
@ay6989
@ay6989 2 жыл бұрын
I can't stop crying for you, my legend 😢
@tagelbulti5833
@tagelbulti5833 3 жыл бұрын
Haacaaluu's song speaks to you. It changes your emotions.You are always in my heart.
@telilezerihun9888
@telilezerihun9888 3 жыл бұрын
Yeah ♥️♥️
@ganishawatube4865
@ganishawatube4865 3 жыл бұрын
Mee oromookoo like godha goota kenyaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@kingcell1754
@kingcell1754 3 жыл бұрын
Waqayyoon lubbukee mirgaa ergamtoota nuuf haa kawuu
@beakalayele3433
@beakalayele3433 2 жыл бұрын
ሃጬ የምንጊዜም ምርጡ ሙዚቀኛ እግዚአብሔር ነፍስህን ይማረው!
@saeedabdullah6588
@saeedabdullah6588 3 жыл бұрын
Who can do it better than him?!! I really don't feel like he died after listening to his songs. 💔💔 We really lost a legend, a great one too 😢
@ayanbetu2549
@ayanbetu2549 3 жыл бұрын
አጫሉ፡ነብስ፡ይማር፡መቼም፡አረሳክም፡ትርጉሙም፡ባይገባኝ፡እወድለታለው፡ሙዚቃዎቹን፡በስራዎቹ፡እያሰብነው፡ይኖራል፡ለቤተሰቦችክ፡መፅናናትን፡እመኛለው፡ባለቤቱና፡ልጆቹን፡ፈጣሪ፡ይጠብቃቸው፡ያባታቸውን፡ስም፡የሚያስጠሩ፡ልጆች፡ሆነው፡እዲያድጉ፡እመኛለው፡ኪያ፡ምርጥ፡እናት፡ነሽ፡ምርጥ፡ሚስት፡ነሽ፡በርቺ፡ለልጆችሽ፡ስትይ፡ተደስተሽ፡ኑሪ፡እድሜ፡ጤና፡ይስጥሽ?????????
@hawiadem1852
@hawiadem1852 3 жыл бұрын
Gotaa kenyaa Nuti yaada keeti gubbacha Jira😭😭😭😭💔
@anwarseid3191
@anwarseid3191 3 жыл бұрын
I do no understand oromo language but I love haacaalu songs more than this song wow wow. Welloye
@nuurishaafachee7994
@nuurishaafachee7994 3 жыл бұрын
Baga nagayan dhufte si'eegaan 𝒕𝒖𝒓𝒆
@rabiyaaalii8637
@rabiyaaalii8637 3 жыл бұрын
Hacee kooo uuffff gubanne maal nuuf wayya ❤😭😭😭😭😭
@abdizinadin8051
@abdizinadin8051 3 жыл бұрын
HAACAALUU HUNDEESAA THE LEGEND 😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 3 жыл бұрын
Sanyii kotuu matii naaf ta,ii
@faafiiwalloo8210
@faafiiwalloo8210 3 жыл бұрын
Warqituu wallo ♥♥ hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭
@sabirenahassen4337
@sabirenahassen4337 3 жыл бұрын
Hacee Qalii kenyaa lakkii atti hin dunee jirtaa gotaa koo😭😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️
@shemsedinseyd3396
@shemsedinseyd3396 3 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤲
@qatarvip408
@qatarvip408 3 жыл бұрын
Aaaha yiiiii hace yomiyuu jirtaa ati one oromo oromomiyya keesaa 😍😍😍😍
@shukiyabdulaa5452
@shukiyabdulaa5452 3 жыл бұрын
Waiiy garako na gubatee yaa rabii akamin ta
@mekonnen74
@mekonnen74 3 жыл бұрын
ሀጫሉ ነብስህን በገነት ያኑርልን ፈጣሪ.ገዳዮችህንም ፈጣሪ ይፍረድባቸው!!
@qananiituulammii8696
@qananiituulammii8696 3 жыл бұрын
Hacee qaalii keenya qaroo oromoo❤️😭 share like godha oromookoo
@aayyuutube2457
@aayyuutube2457 3 жыл бұрын
Qanikoo 😍 maatii naf ta ii me
@qananiituulammii8696
@qananiituulammii8696 3 жыл бұрын
@@aayyuutube2457 tole wan ofii ❤️
@kajidamuhe6707
@kajidamuhe6707 3 жыл бұрын
Jiraa haccee keenya qalimaa sih dhabamanee dhugaa nati fakkatu ati nuhi addaa bahu sih jaladhaa hagaa lubbuu jiruu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❣❣❣
Hachalu Hundessa  - Eessa Jirta?
4:45
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 3,3 МЛН
Hachalu Hundessa - Gootakoo
5:28
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 1,7 МЛН
Matching Picture Challenge with Alfredo Larin's family! 👍
00:37
BigSchool
Рет қаралды 52 МЛН
Dad Makes Daughter Clean Up Spilled Chips #shorts
00:16
Fabiosa Stories
Рет қаралды 7 МЛН
SCHOOLBOY. Мама флексит 🫣👩🏻
00:41
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 6 МЛН
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 3,2 МЛН
Matching Picture Challenge with Alfredo Larin's family! 👍
00:37
BigSchool
Рет қаралды 52 МЛН