Hachalu Hundessa - Wal Dhabinaaree

  Рет қаралды 617,069

Hachalu Hundessa

Hachalu Hundessa

Күн бұрын

Пікірлер: 836
@tegeniemamo4514
@tegeniemamo4514 3 жыл бұрын
namni lubbuun jiruu hinuma du'a namuu du'a hin olu. garuu kan hacee kun homaa gad naa bu'u didde gaafa tokko qaaman arguuf karoorfadhe gidduun sokke yaa hacee uuufffffff.......maalumaafu seenaa isaa dhaloota dhufuuf fi artistoota jiranif akka barnoota ta'utti haa galmaawu.
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffff wayyoo😭😭😭😭
@alimatube9535
@alimatube9535 3 жыл бұрын
@@zaramusaendirszaramusaendi7936 kotuu mati naf tahiti
@kiyakiya5004
@kiyakiya5004 3 жыл бұрын
dhugaadha 🖤😭😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 жыл бұрын
Nama oromoo hundaa ija tokko ilaalu kadha rabbittin malee kan akka hacee ni dhalata jedhe hin yaadu hacee tiru koo nu shaggar keessati mootii nuuf taata seenem😭😭😭☝️
@deboragemechu7176
@deboragemechu7176 3 жыл бұрын
Me warii akka koo Hacceef imimaan kessaa dhangalassaa oltaani oltan like naf tuqamee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢
@abushima573
@abushima573 3 жыл бұрын
😭😭😭😭
@utfbjhddhji1163
@utfbjhddhji1163 Жыл бұрын
😭😭😭
@faycalabdiyoussouf7462
@faycalabdiyoussouf7462 28 күн бұрын
😢😢😢
@seenaakoo3034
@seenaakoo3034 3 жыл бұрын
Daandii haqaatu - Kukkutame Mogolee keenyatu - Rukutame Utuu jennuu - Galma geenyee Cabnee ofirra - Gadi teenye Baayyeen namaa- Ni manca'e Addaan bahee - Faffaca'e Akka callaa - haharca'e Inni kunii - sana fedha Inni kunimmmoo- kana jedha Erga gaafa - Si awwaallee Bakka jirruu - ni wal'aalle - Afaan keenya qofa miti, onnee keenya keessa jirta Gootakoo❤ Acee koo 😭😭😭😭
@helenyemebetelj6009
@helenyemebetelj6009 3 жыл бұрын
ዘፈኖችህ ሁሉ ምንም አይወጣላቸውም ደሞ ድምጽህ ውይ ሀጩዬ አንተን በማጣታችን በጣም ነው ያዘነው ሀጩ የኔ የዋ ሁሉን አሟልቶ የሰጠህ ሀጩኮ የኔ የዋህ ነብስህን በአጸደገነት ያኑረው ስላተ እምለው ሀሉ ይከብደኛል ሀጩኮ
@alifadli5741
@alifadli5741 2 жыл бұрын
hacaaaluuHaunadeessaa
@anioromodhaaniarsidhabiyaa8839
@anioromodhaaniarsidhabiyaa8839 3 жыл бұрын
Ayy Hacekoo Waallaahi sagale kee kee fi suura kee yoo Araguu immiman hin Qabbadhu waara hacaalu Nyataan Gaara Maati haacalu Gubbadan Gubbadhaa birri fi Angoo jettan nyatan Hacee koo Atti yoomiyuu One tiyaa kesa jirata Hin dutuu Senaa kee Dhigaan baarefame baarabaran jirataa Rabbii Daimman teti fi hadhaman maati ummata oromo hundda Sabbari haakenufi😢😢😭😭 Gumma kee Rabbii haabasuu inAllaahaa
@oromiawallaggaa3468
@oromiawallaggaa3468 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭💪💪💚❤💚❤ natti dhiiftee deemte Atisoo seenaa garaa hin baane hacee koo
@makyamakya6175
@makyamakya6175 3 жыл бұрын
😭🖤🥺
@keyrattube9249
@keyrattube9249 3 жыл бұрын
harkii kessaan haa cabuu warii dislakii gotani kuni . 😭😭😭😭😭😭❤❤👌
@biretube5899
@biretube5899 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭 waanii sif gonuu dhabnee gaariiii namaa hacee koo luubuukee boqonnaa haa argatuuu sin jalaadhaa😍❤😭
@ليلسيليلسي
@ليلسيليلسي 3 жыл бұрын
Uuuuuufffff Waqayoo lubbuu kee haa maruu hacee koo sarenii sii galafatee
@sabotuarasi4710
@sabotuarasi4710 3 жыл бұрын
Nuti dhifate dematee sena gara banee hacce koo nufi ifati basufii tee dhabadee haccee😭😭😭😭hin jirata bara baranii❤❤❤❤
@alimahmod3036
@alimahmod3036 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufff haaceee kooo atii yomiyuu jirtaa atii onee oromo maraa kesaa seenan bara baran sii yadatii goonii yoomiyuu jiraa 💪💪💪💪💪❤❤💚💚❤❤🌷🌷🌷😭😭❣❣
@sabakoooromooromiyaa512
@sabakoooromooromiyaa512 3 жыл бұрын
Hacee koo Hagaa jiruu nuu keessaa jirtaa
@helentadese3555
@helentadese3555 2 жыл бұрын
ሀጩኮ ሁሌም ተደማጭ ነሕ የኔ አደኛ ነብስህን በገነት ያኑራት 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@michuudhugaaiyesus2826
@michuudhugaaiyesus2826 3 жыл бұрын
Wayoo haceekoo bakakee Anaa nyatuu maal qabaa yoo deebite dhuftee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 garan nuu gubatee
@gezahegnalemu6183
@gezahegnalemu6183 2 жыл бұрын
A hero always lives in glory ጀግና ሁሌም በክብር ይኖራል we love you Hacee Waqqaayyoo lubbuu kee Gaanattattii nuuf yaa kahu
@azizaatiyaa4736
@azizaatiyaa4736 3 жыл бұрын
Nuti dhisitee demitee Haccee koo sii jaalaan nuu 😭😭😭😭😭😭😭warii Haaccee keenyaa nujaalaa nyaataan Ardifii samileen issin haa jibituu waar haacce koo nyaataa sumaa
@msabontuormo8887
@msabontuormo8887 3 жыл бұрын
Acee ko Oromiyaan kee boaa jirtii si dhabdee maalif califtee acee ❤️❤️❤️ ituu si jlaanu si dhabnee gadheen si nyatee acee ko atii hin dunee senaa kee kan lubbun jiruu Calle nu Kessa jiraa yommu sin daganuu waiin kee obsaa nuu dhowwe rabbi obsaa nuf haa kenuu
@maakkaawalis4342
@maakkaawalis4342 3 жыл бұрын
Waaliraa faganee kuunoo Haculleee koo 💗😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 3 жыл бұрын
Aaahiiiiiiiiiiiiiiiii ana ha nyatuu haaccee haaccee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Atu nuti dhifte demte gubata nura bane
@fddg8645
@fddg8645 3 жыл бұрын
Haccceeeeee kooo akkmu sifi hat'uuuu garaaa koo madayee uuuuffffffff Walhii garaaa nagubatee haceee onee nacabadee yarbbii haqaa haceee basiiii uuuuuuuu guabadheee Haciyeee nugateee demateee jeccudhaaree hamanuu dadhabee maaalumaa koo godhaaa 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
@sadasada141
@sadasada141 3 жыл бұрын
Hangaa lubuun jiruu osso gubadhuu jiradhaa ayiiiiiiì😭😭😭😭😭😭😭💔💓
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 3 жыл бұрын
Uuuuuufffff Waalahii baay'eeeeee😭😭😭😭😭😭
@gelaneregasa4296
@gelaneregasa4296 3 жыл бұрын
Hacee koo Am dhugumaa wal dhabneree😥😥😥😥😥
@meseretkumas4198
@meseretkumas4198 3 жыл бұрын
Hacee Mal nuf wayaa mee obsa dhabe hacee wantan abju kesa jiru osoo nati fakatu waga 1 gute maloo hacee koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@aseteralamu4197
@aseteralamu4197 3 жыл бұрын
Jirra situu dhibee malee haceekoo😭😭😭💔💔💔የምን ግዜዬም ጀግናዬ Hacee kiyya💔😭😭
@sinboneesanyiihacaaluuhund8951
@sinboneesanyiihacaaluuhund8951 3 жыл бұрын
Haccee koo waal dhabnaa ree 😿😿😿😿😭😭😭
@oromummaatube5675
@oromummaatube5675 3 жыл бұрын
Warri haftee(legacy) hacaaluu tursiisuu/preserve gochuuf ifaajaa jirtan hunduu galatoomaa!
@JMELJemalMathsEducationLab
@JMELJemalMathsEducationLab 3 жыл бұрын
Waa'ee kee yoo akkam goone taha laata? Bineensa nyaatee hin yuusnetu si nyaatee.😭😭😭😭 Rabbummaan dhugaa kee haa basso. Yaa rabbi ati birmadhuuf🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@Bashashaaitalaaoromo
@Bashashaaitalaaoromo 3 жыл бұрын
Haceee koo senaa garaaa banee nutii dhiftee demtee senaa kee dhaloota kana barasifanaa Senaa sii yadataa barabaranaa ❤❤❤😭😭
@sanyiihacaluuhundeessaa3032
@sanyiihacaluuhundeessaa3032 3 жыл бұрын
Nuti dhistee demtee hacee koo senaa garaa banee uuuufff bolaa kee dhadhiin haa guttuu qalii keenyaa😭😭😭💔💔💔
@jdhhsh5394
@jdhhsh5394 3 жыл бұрын
Gubatta onnee haccee halkan fi guyyaa waallee guyyaa nuuti dukkanyee demmu kee ebjuu natii fakkataa 😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@cellandsell9245
@cellandsell9245 3 жыл бұрын
Barana bohuun nuu nifisii dhiigaa kee dachaan deebisna garuu guyyaa eggata
@Asugracefamily
@Asugracefamily 3 жыл бұрын
Wol irraa fagannee kunoo dugdaaf garaa tanee nattii dhiftee deemte atis hoo seena garaan baane achii buuten kee dhabeem H too💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭yoomiyyuu waan jirtuu nattii fakkaatam my king💔💔😭
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 3 жыл бұрын
Dune siti dabalamne jirane jiru gari hin jirane haaccee ko gubata jira chaa jiraa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@amiiinamiiin5469
@amiiinamiiin5469 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭 hacee koo wanii jenuu dhabnee jiraa mee malii malii kenaa haccee koo uuuuuuuufiii biyenii galabaa mitii woliraa hin xarganii lecaa koo😭😭😭❤️❤️
@alimatube9535
@alimatube9535 3 жыл бұрын
Amiiin Amiiin kotuu mati naf tahiti
@urjiihacee8531
@urjiihacee8531 3 жыл бұрын
Ani Abbaa, Sister, Brother Kan Hundaa Dhabee Kan Akkaa Kee Naa Gubee HinJiruu! Adunyaa Kan Irraa Har'aas Boruus Ni Jirataa Yeroo hundaa Isaa dhugaa Waggaa Gutee Ergaa Nuurraa Faggatee Ani Daqiqaa 1Jedhee Ammanuu Dadadhabee? Sagalee Rasasaa Hacee koo 😭😭💔💔 Malumaa Si Tanuu Gubanee!😭💔💔
@zewdneshfkryoutube3248
@zewdneshfkryoutube3248 3 жыл бұрын
Ufffffffffff Haacee koo wanna Jedhunn Dhabe ee Waqayo o Dhiigaa kee Nuffi Haabasu uu!!! 💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
@Belaynes
@Belaynes 3 жыл бұрын
wayyyooo hacee garaa nuyi gubbatee😭😭😭😭😭😭😭 waqayyoon lubbuu kehe haa maruu gotaa kenyaaa nagaa boqadhuu
@ayeesisha7144
@ayeesisha7144 3 жыл бұрын
Haccee yommu onnee kenya kessa jirtaa😭😭💔
@obseeseefuu3990
@obseeseefuu3990 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffff Haccee ko mal gona dacheen gara jabateho si nyatee😭😭😭😭😭😭😭😭
@ayyantuwarrawancii8727
@ayyantuwarrawancii8727 3 жыл бұрын
Biyyoof uguum acee koo kan si nyaattee achiin siyaa abifaatte 💔💔😥😥😥😥
@zuzusaanii9842
@zuzusaanii9842 3 жыл бұрын
Way hace ko ❤️ 😘 yomillee ati onnee tenya kessaa jirtta ya dhira nama lenca kenya😍♥️
@etsegenethailu2873
@etsegenethailu2873 3 жыл бұрын
ጀግና መቼም አይሞትም ❤💚❤💪💪💪💪
@oromosanyihaceeeeegota121
@oromosanyihaceeeeegota121 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭wali dhabinare wali jalacha wali dhabuni haace ko luubbu kefi haa maru dhiga ke Rabbi ha basu😭😭😭😭😭😭😭😭
@sooqusabya6777
@sooqusabya6777 3 жыл бұрын
😭😭😭😭Maal gonna gaa si nyaate gantuun Dhugaa kee rabbiin haa baasu Falmata Dhugaa Haceee
@hawinagash6095
@hawinagash6095 3 жыл бұрын
Garaan koo naa dide amanu Garaan koo ibidaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@madinaamuddee5450
@madinaamuddee5450 3 жыл бұрын
Rabbiin gummaa. Ke sii haa busuuu haccee koo😭😭😭😭😭
@muna4149
@muna4149 3 жыл бұрын
WAQAYYOO dhigaa kee lafati Balleessin Haaccee koo kichuu koo Lubbuu kee mirgaa Quluquloota sin kayyuu 😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@sofiyasofiya3406
@sofiyasofiya3406 3 жыл бұрын
Hacaluu gootaa Umata oroomoti rabinii dhiigaa hacaluu habasuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@balloutphone7594
@balloutphone7594 2 жыл бұрын
ፍትህ ዎቶ ለቀራው ለሀቻሉ ሁንደሳ 😭😭😭😭😭😭
@lattuoromiyaatube2467
@lattuoromiyaatube2467 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuffff hacee Koo walirraa nu faggeesaani kaa!😭😭😭😭 gameessa koo qaaman malee yoomiyuu onnee keenya keessa jirta haculee Koo kutata dhiira koo 😭😭😭😭💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@siifusanyiijawarmohammed8929
@siifusanyiijawarmohammed8929 3 жыл бұрын
Hacee koo duuti keetif Hidhamuu Jawwee Abjuu nati ta'e 😭😭😭
@dubaidxb3146
@dubaidxb3146 3 жыл бұрын
An maaliif akka ta'eef hin beeku haacaluun waan du'e natti fakkaattu dide maaltu naaf wayya yaa Rabbii koo gaaf ta'ee waa'ee isaa yaadu hafuura bafachuun dadhabba imiimaan koo qabachuun dadhabba humna dhabbas
@nonaa383
@nonaa383 3 жыл бұрын
Yaa OROMOO. Malitatani siribaa Haacee malifii You Tobii. Iraa ofatanii worraa. Mataa domaa isinii You Tobii iraa hiofinaa Lakaa mee Haacee. Mee Enunisitanii💖💖💖💖💖💖💖💖💔💔💔💔😭😭😭😭
@tekootube
@tekootube 3 жыл бұрын
qaalii keenya haacee koo nagaan nuf boqodhuu
@ibsaali6284
@ibsaali6284 3 жыл бұрын
Warra hacee nyatee maradhaaa rabbin issin haa marchuu du'af jiruu tessan haa wallalan warra dhiga namaa bilshi godhu duniya jahannam isinitii haa tatuu
@hawii7444
@hawii7444 3 жыл бұрын
Hacceekoo qaliikoo biyyeen sita salphaatu atii yomiyuu ni jirtaa 😭😭😭
@zaynabahuseen2404
@zaynabahuseen2404 3 жыл бұрын
Anaa haa nyatuu hacee koo kunoo sii dhabnee gubbachaa jiranaa madaa bara baranii hin fayinee nutii tatee. Anii hangaa garaa amanee fudhachuu dadhabee hacee koo😭😭😭😭 Anii Abbaa kosii du'aani dhabee jiraa garuu kani kee kunii kanii abbaa koo natii calee Hacee koo qallii oromoo. Naganii boqadhuu taree goototaa biratii yomuu sii daganuuu😭😭
@kiao9306
@kiao9306 3 жыл бұрын
Wal irraa fagaannee kunoo dugdaaf garaa taanee hacee 💔
@hussenosman-lx8in
@hussenosman-lx8in 4 ай бұрын
Namnii akka kiyya nii jirraa kan 2024 jul keessa dhageefachuu jirru sirba haacalu keenya😢
@cellandsell9245
@cellandsell9245 3 жыл бұрын
Hacee gumaa kee nii bafanna dachaadha😭😭😭😭😭
@tigistwarqinaa1555
@tigistwarqinaa1555 3 жыл бұрын
Ayiii😭😭😭😭😭😭😭 waqayoo☝️ haa barabaddufii isin birati 🙌 🙌🙌🙌🙌
@obsaanashete5937
@obsaanashete5937 3 жыл бұрын
Nuti dhistee demtee hacce senna gara banee uuuuuuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 osoo bonyuu waggaa gunne lubbu kef boqanna Yaa kenuu waqayyoo
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 3 жыл бұрын
Wal dhabne jira hacee koo Ahhhh waya biyee hacee koo rabbii nsmsii kee haa maruu gumaa kee rabbii haa basuu hacee gafa xiqaa
@nabeehaa2487
@nabeehaa2487 3 жыл бұрын
Hacee koo biyyee sitti salphatuu😢😢😭😭😭gota koo hadho koo 💘💝💕💓💕
@orotube9188
@orotube9188 3 жыл бұрын
Walirra faganne kuno dugddaf garaa tane achii buuten kee dhabame akka miila bakar waree Haaceekoo Ilma Hundeessa Bareeda goota oromoo wal jaalacha wal dhabnaree💔😭😭 Haceekoo akkanumati wal dhabnaree 😭😭
@ruqiyyoutube3081
@ruqiyyoutube3081 3 жыл бұрын
💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭 Hacee koo utunii duraa kee duhe malii qabaa siilah
@disasaajema9329
@disasaajema9329 3 жыл бұрын
Haceen ammallee kan lubbuun jiruu oli. seenaan isaa bara baraan jiraata.Yoomuu si irraanfachuun hin danda'amu Qaalii koo !
@oabdnoabd3260
@oabdnoabd3260 3 жыл бұрын
Rabbiin haa baasuu dhugaa kee Hacee koo 🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭
@zebibazebibaahmed4020
@zebibazebibaahmed4020 3 жыл бұрын
Du’itti oso jijiira qabate maal qaba hacce koo 😭😘
@فاطمهامان-ز6ي
@فاطمهامان-ز6ي 2 жыл бұрын
Hacce fi hin hafanee jabadhaa yaa oromo akka gudatuu godhaa yutubi isaa
@zineetihabiie1964
@zineetihabiie1964 3 жыл бұрын
Wayoo haceekoo malatuu sirafata yomu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@siifusanyiijawarmohammed8929
@siifusanyiijawarmohammed8929 3 жыл бұрын
Wolidhabnee kaa Haccee koo gabaata qofa taanee hafne haqa keessi dhabne
@nejihaahmed3095
@nejihaahmed3095 3 жыл бұрын
We never forget about you haacee koo you are in all oromo hearts haacaaluu ❤
@atube7046
@atube7046 3 жыл бұрын
Wwwwayyyoooooo garaan gubtee haachi koo
@neeusr6075
@neeusr6075 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭💯👍
@alimatube9535
@alimatube9535 3 жыл бұрын
@@atube7046 kotuu mati naf tahiti
@alimatube9535
@alimatube9535 3 жыл бұрын
@@neeusr6075 kotuu mati naf tahiti
@berhanusegni7018
@berhanusegni7018 3 жыл бұрын
Legends never die.... You are in our heart forever Hachalu
@aberubayis3607
@aberubayis3607 3 жыл бұрын
Wqyo lubbu keti boqina gaarii haa kenu Ace ko erga ati dute keessa ko na gubacha jira amaa gara ke dhufti gubachi hafa Ace ko😭😭😭😭😭💔💔
@aminaabdulgabar1381
@aminaabdulgabar1381 3 жыл бұрын
Waliraa faganee kunoo dugdaa garaa tanee hacee koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@xayibaairboo6381
@xayibaairboo6381 3 жыл бұрын
Tuba isaa kanaa kaa dhugaa moo akmi mee naa himaa ? Haccee koo 😭😭😭😭
@sabirenahassen4337
@sabirenahassen4337 3 жыл бұрын
Qalii kenyaa dhugumaa waall dhabnee reen?? 💔💔💔🖤🖤😭😭
@zamoromiya5874
@zamoromiya5874 3 жыл бұрын
Woyyoo yaa du'a maaf garaa jabaate uuuuuu😭😭😭😭
@mamiyeejimmaa9002
@mamiyeejimmaa9002 3 жыл бұрын
Maf dutii Hacee kun garaa ko Nahaa gubaa Lataa uuufeee takaa dhugomisee bekuu duhee. Jedhee 😭😭😭😭😭
@qayootube4677
@qayootube4677 3 жыл бұрын
Hace ko nu keessaa marmartaa atii naf mana barnotatii😭
@sabriiusmaan5699
@sabriiusmaan5699 3 жыл бұрын
Uuufiii haccee akkami si obsinuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Si dhabnee lubbuu qofa jiraa haccee koo Maalii qaba oso takka olii jette 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@sabotuuarsiiarabguguuoromi8902
@sabotuuarsiiarabguguuoromi8902 3 жыл бұрын
Wayoooo haceee Anaa nyatuu saree kajelaa bultu sih nyatee raabiiin biyoo sitiii ha salqisuu 😭😭😭
@mustiitube5814
@mustiitube5814 3 жыл бұрын
Akanumatii wal dhabnee hacee koo 💔💔💔💗💗
@invisible_d_r
@invisible_d_r 3 жыл бұрын
Natti himi teessoon kee ciroomoo awwadaayii si dhabee hin jiraadhu walaahii bilaahii💔💔💔💔😿😿
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 жыл бұрын
Hacee koo wal dhabnee bar sin wal dhabun ulfaatus💔😭😭😭😭😭😭
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 3 жыл бұрын
Aaaaaa wyyoooooo
@wbooromiyyaairaa9429
@wbooromiyyaairaa9429 3 жыл бұрын
Way garraa koo akam tanaa ree gubanee haccee koo😭😭😭😭
@OsmanKedee
@OsmanKedee Жыл бұрын
Baye na gadisisaa 😢😢😢💔💔💔
@shamsiyaatube5609
@shamsiyaatube5609 3 жыл бұрын
Woli dhabnaree haaceekoo tiruuko ,😭😭😭💕💕💕
@iftuoromiya6454
@iftuoromiya6454 2 жыл бұрын
Hacuuuuuu koo wl Dhabaneera Mali godhu garuu🖤🖤🖤🖤💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@yasidatinguzodengelnyezo2098
@yasidatinguzodengelnyezo2098 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭. Waldhabneme. Hachukoo. Garaan. Nugubate. Wayooo. Akumatin. Sihobsuun. Dhabe😭😭😭😭😭😭😭
@siifusanyiijawarmohammed8929
@siifusanyiijawarmohammed8929 3 жыл бұрын
Waan Abiy nu godhee jazaa rabbii isaa haa keennu
@umarbaalee7186
@umarbaalee7186 3 жыл бұрын
Yaa hacee koo ati yoomuu onne keenna keessa hin baatu bara baraan💝😭😭😥
@roberadanieladisu4202
@roberadanieladisu4202 3 жыл бұрын
Wal dhabnaree haacuu koo😭😭😭
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 3 жыл бұрын
Uuuuuuu wayyyyy gara naan ballesiin sanyii atimo uuuuuuufff akkasituu gubadheraa 😭😭😭😭😭😭
@gddfg8874
@gddfg8874 3 жыл бұрын
Kan akka ni jira Lata?
@momenatim4762
@momenatim4762 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭🐅👍🙏🌳😭😭😭😭😭
@alimatube9535
@alimatube9535 3 жыл бұрын
@@zaramusaendirszaramusaendi7936 kotuu mati naf tahiti
@alimatube9535
@alimatube9535 3 жыл бұрын
@@gddfg8874 kotuu mati naf tahiti
@oromiyanteenyaa3899
@oromiyanteenyaa3899 3 жыл бұрын
Waaeen hacaaluu beeyee boochiisee
@hayattesfaye9084
@hayattesfaye9084 3 жыл бұрын
Hacee wal dhabaree uuuuffee uuuufffe hacee yoon waa.ee kee yaduu mataa naa hadoda😭😭😭😭😭😭😭😭
@ikmaikma5516
@ikmaikma5516 3 жыл бұрын
Uuuufff haccee gafaa xiqiiiii walirra faganne kuno dugdaf garaa tane 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@jvfxgc9966
@jvfxgc9966 3 жыл бұрын
Hacceeeeeee erga gaafa wareegamte eegale hanga ammaati jireenyi nati dukanoofteti anoo biyya arabaa keessati maraachuf deema
@yffd7975
@yffd7975 3 жыл бұрын
Wayoo Hacee koo goota koo Leencaa saba ❤💚❤💯💔💔💔👈😭😭😭😭😭😭😭
@selambest1871
@selambest1871 3 жыл бұрын
Uuuufff namani seenaa bareeda qabuu yeroo mara niyaadatama 😭😭😭😭😭😭😭
@jamilamohamed9002
@jamilamohamed9002 3 жыл бұрын
Walii iraa faganee hacee ufff yaa wakkayoo
Hachalu Hundessa  -  Maasaan gamaa
6:38
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 1,8 МЛН
Wal Dhabinaaree
6:29
Haacaaluu Hundeessaa - Topic
Рет қаралды 438 М.
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 27 МЛН
coco在求救? #小丑 #天使 #shorts
00:29
好人小丑
Рет қаралды 104 МЛН
Правильный подход к детям
00:18
Beatrise
Рет қаралды 10 МЛН
Hachalu Hundessa - Diggittii
5:57
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 311 М.
Andualem Gosa | Makkoo Bilii (New Oromo Music Album 2024. Ayyaantuu )
5:06
Hachalu Hundessa - Biliqqiseekoo
6:35
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 641 М.
HACAALUU HUNDEESSAA -  OROMIYAA TIYYAA - Lyrics
6:24
BEKHA FILMS
Рет қаралды 284 М.
Hachalu Hundessa - Kan Sidinquu
6:09
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 301 М.
Hachalu Hundessa - Maal Mallisaa?
6:59
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 952 М.
Hachalu Hundessa - Si jajuun koo
5:13
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 561 М.
Gutu Abera - Iyyoolee - New Ethiopia Oromo Music 2024
4:09
Gutu Abera official
Рет қаралды 2,9 МЛН
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
STORROR
Рет қаралды 27 МЛН