kana hundumaa kan nama godhu hiriyaa gadheedha hiriyaa gaheenbamala gaarii mancaasa jedha wangelikeenya at obboleetiiko waaqayyotti deebihi kottu gara church arara deemi kadhachiifadhu waaqayyoo 1 jedhe araaraan jireenya sijalqabsiisa gooftaan araaraan si haa yaadatu jabaadhu
@BontuBiranu-pw7qe2 күн бұрын
Waaqayyoo siif haa dhisuu
@MakiyaOromo-tf9cfКүн бұрын
Badii kee rabii sifi haa dhisuu anii wani jedhuu hin qabuu cubbu dangaa darbee kanna qabba rabii hujii nama nama lalee dhuma irrati wanii itti addabatani kanaa namaa fi qophesaa😢😢 atti dhibee musibaa kanna irraa le bagaa fayyite ❤ garaa fuduraa gochaa biyya namtii keessaa turtee kanna gogomaa dhirtii hin dubatini 😢 dalggadhuu gara biyya galii hin herumataa abdi hin marini ❤ biyyii Arabia gochaa kuni keessaa dalggamu dubayii dhala oromoo kumatamani utelaa keessaa qaxaramee gochaa akkanna daldii jedhuu maloo wori xalyyaa mucati tanna dhagetani ofi yadadhaa bakka jirtuu😢😢😢
@FfAa-s2c2 күн бұрын
Suhuban allah rabbin dhisaadhati rabbin dhifama gafadhu