Halkanis Guyyaas Boqonnaa Hin Qabu

  Рет қаралды 9,101

Gemmechis Teshome

Gemmechis Teshome

Күн бұрын

Пікірлер: 57
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf Ай бұрын
Oboleeti tiyya jirenyi wani nama gonee hin qabduu addunyaa tanna irraa waa maraa arguu baredumaa atii dubarti cimtuu fi dhiraa caltudhaa amasii rabii umuri si hersuu mati kee wojini dhamsi ani sifi qabuu atii dubarti dha umuri kee demaa jiraa ilmii nama kamuu era dhalti duha gati herumee ilmani arggatudhaa ❤atisi nama gari laladhu herumi ilmani argadhu boruu si gabbisisaa duniyaa homa miti dhaltuu calaa hati tesanuu isni qabatee jennani kuno rabii dabarsefi 😢 akkaa herumte ilmo argate qophi birati dhuftu abdi qabnaa❤
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai Ай бұрын
Obboleetti kun dhugaa dubbachuuf baayyee nama gaddisiisa seenaa nuuf qooddeef galatoomi laphe itti deebitee nama amantu rabbi siif haa kennu
@HanaanJamaal-b6t
@HanaanJamaal-b6t Ай бұрын
Ani akka yaada kootii heerumi jedha sababni isaas qabeenya ilimumaf horani shamari moo umrii daangessa qabna haadha tesan osoo isin jiraachuu batani silaa har'a jirenyi isin hiin jijjiramu ture kanaaf ilmoo argachuu qabda tarii abbaa manaa gari argachuu dadesa ❤🎉
@SabitNajeb
@SabitNajeb 21 күн бұрын
Dhugaa dubachuf ati gota wow dhalan oromo hundu aka keti tahu qabu❤🎉
@user-qy9tl3ed3o
@user-qy9tl3ed3o Ай бұрын
hadhaa kessani birra dhabachuni kessani bayye tokko namatti tolla amalle jabadha oso herumte daima argatte bayye garidha dhirrii hundii tokko mittii namni ilmo argate dhuguma Rabbiini isa milkese Rabbii ha milkessu
@user-qy9tl3ed3o
@user-qy9tl3ed3o Ай бұрын
hayyii jirenya baga Rabbiini si gargarre amasi jabadhu
@GalaniEthiopia
@GalaniEthiopia Ай бұрын
akkaasii hin jedhiin namaagaarii baarabdaadhuu dhaalaa godhaadhuu❤
@bontusalalee9537
@bontusalalee9537 Ай бұрын
Nama ciimtuu koo waaqayyoo Abbaa mana gaarii siif haa keenuu galatomi ❤
@MarefaMarefa-h6o
@MarefaMarefa-h6o Ай бұрын
Obboleettii koo qaali commenti kiyya kana yoo argite itti fayyadami ati baay'ee nama jabduudha. Amma garuu herumiitii ilmoo dhali san booda yoo sii ta'uu dide wajji hin gubatinii dafii ufirraa hiiki siinjedha. Sababni isaas qabeenyi kee ar'aaf sifayyaduu danda'a boru garuu ilmoo sibarbaachisa. Carraa gaarii❤
@AhhHwg6
@AhhHwg6 Ай бұрын
Hadhaa wanuma hin tane hin qabduu ilmoo ishitti ayiii😢😢❤❤❤❤❤❤❤herrumii gamachissi hadha kee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@fayisedadi7322
@fayisedadi7322 Ай бұрын
Obboleti koo ati dhugumaa nama jabadudha wani baye dabarisite Herumi abdii hin kutatin dhiri hudu toko miti❤❤😢😢
@ZaharZAHAR-rd7xy
@ZaharZAHAR-rd7xy Ай бұрын
Jirenyaa kee bagaa rabbii sii jijiree ❤garuu nama garii kayoo qabuu lalii herumii
@Seenuu501
@Seenuu501 Ай бұрын
Baga nagaan dhuftee Gamme ❤🎉
@furnemiresa1
@furnemiresa1 Ай бұрын
Ayii hadha malii tatuu dhalaa isheef😢🎉❤
@Sifaanwabo
@Sifaanwabo Ай бұрын
Ilmii dhiraa kabjaa barbadaa gadi jedhimaa jiradhuu namaa tokkoo walin
@SamsungPhone-q8w
@SamsungPhone-q8w Ай бұрын
Uuuuuuuuuufffff 😢😢😢😢😢😢
@nurajituuoromiyaa6612
@nurajituuoromiyaa6612 Ай бұрын
Laki herumii umurin dubarti gababdudha❤
@MohammedAbd-eg1kc
@MohammedAbd-eg1kc Ай бұрын
Herumi
@محمدنور-ص9ب3ك
@محمدنور-ص9ب3ك Ай бұрын
bagaa nagan dhuftee game
@OfiinboonOromoo
@OfiinboonOromoo Ай бұрын
Maaloo obsuun dadhabee Hundaafuu herumii akkanattii turuun kee boodaa dhala dhabduu si godha ati utu ballessaa qabattee as hin gessuu
@BurtukaAlmitu
@BurtukaAlmitu Ай бұрын
,👍👍👍
@HamdiyaaAlii
@HamdiyaaAlii Ай бұрын
Suban Allah 😭😭
@shafekshafek9781
@shafekshafek9781 Ай бұрын
😢😢😢Uuuuuuffffff
@BiliseGangul
@BiliseGangul Ай бұрын
Welcome Gamme kenya ❤
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@BiftuuTulu
@BiftuuTulu 28 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@ImraanMuhiddiin-u8h
@ImraanMuhiddiin-u8h Ай бұрын
Hadha kèe dhifama gafadhuu
@iftuhusen
@iftuhusen Ай бұрын
Aradha antu sadfa irati ilale
@UdXg-tb9cd
@UdXg-tb9cd Ай бұрын
Welcome gammee❤❤
@Obsinanee
@Obsinanee 26 күн бұрын
Kotuu abaa manaa garii qabaa wly yoo 2 tanee wajii jiranaa abdii kutinii obaletii to dhugaa rabii fedhii ke yo tatee abaa manaa kiyaa amalaa qabesaa yo fetee manaa tokoo kesaa jiranaa kiyuu nu gayaa wly😢❤
@Fjgcjf-iz3ue
@Fjgcjf-iz3ue 25 күн бұрын
Abba manakeemoo?
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai Ай бұрын
😢😢😢
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai Ай бұрын
Dubartiin kamiyyuu gaa'elaan bareeddi qormaanni garaa garaa baay'atus guyyaa tokko siif milkaa'uun danda'a abdiin kutinii carraa akka lammaffaa yaali 😢😢😢
@dinkyababa7880
@dinkyababa7880 Ай бұрын
Obboleettii too, dhiisii dogoggora hin qabduu anis akkaa keeti, ofiin ofii bylchuun
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai Ай бұрын
Inni amma xaaraa jirtu boru kophaa kee isin fayyadu ilmaan kee wajjin yoo ta'e malee dubartiin qarree ishee omaa itti hin fakkaatu ogummaan umrii ishee siqee taanan kopbummaan zee sana sitti dhaga'ama otoo jechaa jiraachuurra ammuma carraa rabbiseef kenne amantiidhaan itti fayyadame waaqaa isii haa gargaaru
@TigstBirhanu-lg8ym
@TigstBirhanu-lg8ym Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@rahaoro7140
@rahaoro7140 Ай бұрын
❤well come to ❤👍
@samiramuhammad4187
@samiramuhammad4187 Ай бұрын
Lakkosaa gamme na kenna
@kennadubaro2910
@kennadubaro2910 Ай бұрын
Hangaa dhumatii dhagefadhuu jiraam😊
@MidhulRaj-z6u
@MidhulRaj-z6u Ай бұрын
Obboletii tiyya herumi ilmoo argadhuu
@QarreDambi
@QarreDambi Ай бұрын
Erga heruma jibite qabenya enyuf walit qaba jirta 😮? Kanaf herumun dirqama ilmo qabachun barbachisadha boru qabenya kee isaantu dhala gafa dhufte sagagalumaf bata kanaf tokomati herumi qabenya kee ilman keeti gudisi akka jinni kopha hin jiratin
@chaltukebede1759
@chaltukebede1759 Ай бұрын
Bagaa milkoftee hadhee
@GorfiG
@GorfiG Ай бұрын
Waqayoo bagaa sii gargaree
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku Ай бұрын
Gaa'eli sii barbaachisa nama dhiiba keessa nama tokkoo kan sii ta'u hin dhabdu abdii hin kutiin
@زينبامانو
@زينبامانو Ай бұрын
laafa hiyyesa wahi lalii itti herumi ilma tokka lama irra dhallitti yoo sihin tain ni aritta 😂😂😂
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 Ай бұрын
Mali kofalita re ati doma😏🤥
@Birkisa
@Birkisa Ай бұрын
Erumi ilmo argachun barbachisadha dirri garrin jira
@zaruuhajoolee
@zaruuhajoolee Ай бұрын
senaa kee heduu garaa namaa nyataa garuu akaa yadaa kotii herumii qabenyaa araraa qabaduu kanaa ilmoo kesatii gudafadhuu hagaa fedhee yoo tayee du uu kenaa oluu gifitii ko dhalaa kee qabenyaa kee kanaa sifi qabuu
@bashoBabsa
@bashoBabsa Ай бұрын
Dhalaa malee hafatamoo hadhoo ko
@MOnetBadh
@MOnetBadh Ай бұрын
Herumi rabbii kee irrati kadhadhu dhala godhadhu fakkeenya hadha kee irra furadhu isin qabachu bate ati keesa rakko kan calutu irra ga a ture kanafu herumi barumsa gudda qaba
@tdac3017
@tdac3017 19 күн бұрын
Kun bar sena sobatii mal jedhaa ummanii
@WienFan-lz2cp
@WienFan-lz2cp Ай бұрын
Naa fudhii maloo anii hermuu barbdaa 😂😂😂
@ሀናየጌታልጅ
@ሀናየጌታልጅ Ай бұрын
Boruu hin gabitaa erumii hadhoo koo ilmon sii barbachisaa
@Milkiiu
@Milkiiu Ай бұрын
𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐒𝐢𝐟𝐢 𝐡𝐚,𝐚 𝐥𝐚𝐟𝐟𝐢𝐬𝐮 𝐇𝐞𝐫𝐮𝐦𝐢𝐢 𝐒𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢 𝐁𝐮𝐟𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐟𝐢 𝐥𝐚𝐟𝐟𝐢𝐬𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨 𝐃𝐡𝐢𝐫𝐢 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐰𝐨𝐥𝐢𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐮😢😢😢
@Tamima-kz6cb
@Tamima-kz6cb 19 күн бұрын
Uuuuuuufffff 😢😢😢
@MetiMamo-z5v
@MetiMamo-z5v Ай бұрын
😢😢😢
@Kookybaitushomi
@Kookybaitushomi 29 күн бұрын
😢😢
Sammuun Kiyya Maraachuu Geesseetti
12:21
Oromia 24
Рет қаралды 19 М.
Cat mode and a glass of water #family #humor #fun
00:22
Kotiki_Z
Рет қаралды 21 МЛН
Quando A Diferença De Altura É Muito Grande 😲😂
00:12
Mari Maria
Рет қаралды 38 МЛН
Lamborghini vs Smoke 😱
00:38
Topper Guild
Рет қаралды 67 МЛН
Dhiirummaa Dubartii Bulchatu Hin Qabdu
17:16
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 9 М.
Dubartoota hedduu waliin saal quunnamtii raawwate. Baaltazaar Ebaang.
2:57
Derartu Gerba Official
Рет қаралды 4,6 М.
Yeroo Jaalalaa  OBN Sadaasa 01,2017
22:50
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 8 М.
Nyaachuuf Otuu Jedhuu Harkatti Qabame
23:58
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
Dhirri jaalalakeen akka maraatu gochuuf waan 5 gochuu qabdu
9:00
info jalala
Рет қаралды 181 М.
NADIYA..... 19
21:29
Gobe Da Labari
Рет қаралды 11 М.
አታምርም ተብሎ  ብዙ ተገፍቻለሁ
1:03:47
Fitsum Fiseha /ንቁ ህይወት
Рет қаралды 1 МЛН
Hamma Kansaa Kan Guddatu Eessayyuu Hin Jiru
24:25
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 12 М.
#GUUTUU ABARRAA NAAF BILBILE.... | SEENAA FIQIRUU | GAMMADAA SHOW
51:31