Hamzaa Booranaa, Fiixee Mootii, Nagaraa Dhugumaa, Hamzaa Waariyoo waliin marii goone OBN 01 05 2011

  Рет қаралды 56,983

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 95
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 ай бұрын
❤dhugaa keettii gzx Ajajaaa Waraana fi Mootummaa bira jiruu Compared with ida'amuun gzx fi Hamzaa Hamzaa Mario dhoksaa
@hartbreaker8496
@hartbreaker8496 4 жыл бұрын
Hamzaa kenyaa nuuf jiradhuu hamtun sii hin argiin toltun sii hin darbin 💘💘💘💘💘💪💪💪💪💪💪💪💪⚘⚘⚘⚘⚘👈👈👈
@iammuslimfromethiopia935
@iammuslimfromethiopia935 6 жыл бұрын
Hamzaa borannaa gotaa Oromoo umrii nuuf dheraaadhaa gotaa keenyaa😍😍👍👍👍👍👍👍
@oromiyaaabdala2657
@oromiyaaabdala2657 4 жыл бұрын
Hamzaa kenaa qalii 👍👍👍
@uaeajman7031
@uaeajman7031 4 жыл бұрын
Hamaza kenyaa❤💚❤
@roziyaabdullah4895
@roziyaabdullah4895 4 жыл бұрын
Hamza kenyaa🥰🥰🥰 ❤️💚❤️
@zararaskhaimah4411
@zararaskhaimah4411 4 жыл бұрын
haayotan te'en beeytotaa oromo jabbadha yoo daadhabane jeene Rabbin itti yoo kadhane buqisu daanden oromon ebbisu miilkeso Abbarus baaleesoo waan te'ef humana Raabbiittin deemnaa innshaaallha ☝💪💝💝jabadha Rabbin sii haa gaargaruu
@احمدالرويلي-ث8ط
@احمدالرويلي-ث8ط 6 жыл бұрын
Hamzaa gotaa kenyaa nuuf jiradhuu rabbii umrii kee sii haa dhereesuu
@abdowaroo9288
@abdowaroo9288 2 жыл бұрын
Hamziye qalii
@abb8953
@abb8953 4 жыл бұрын
Heddu namati tola hasofni kee hamza boorana jabadhu amsi
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 ай бұрын
❤❤❤Gzx OBN 24hours bakkkaa tigrai itti isin jibbee Waraanni meeshaa Qaba.gzx Dubbii qabuu dadhabee mallaszenawii meeshan ofiin lola nama malee? Ittisa Marshaal fildii Biraanuu juulaa freehogganttootaa ABO Affan gzx Keennee
@kasahunabera1294
@kasahunabera1294 4 жыл бұрын
HAmzaan akka ammaa utuu yaadi isaa hin faalamiin yaada bareedduu haasa'e ture! Amma garuu dheebuu aangoof qabu ykn jaalala qarshiif qaburraa ka'ee yaada baayyee uummata qoddooduu fi diigaa qabatee jira.
@sadaaragaw2465
@sadaaragaw2465 4 жыл бұрын
Jiradhaa Dhugaa Jirruu Dubattee Ayyuu Oromoo Jiradhaaaaaaa
@taddeebayisaa8707
@taddeebayisaa8707 4 жыл бұрын
Hamzziyee lencaa kenyaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 ай бұрын
Waraannii Bakka tokkoottii Gaafa barsiiftan Gzx dubbiin Ulfaattii
@habbakedir7301
@habbakedir7301 4 жыл бұрын
Ha.za kenya nujiradhu💓💓💓💓💓💓
@nizaamshoworomoo6411
@nizaamshoworomoo6411 4 жыл бұрын
Jajjabaadha akkuma kanan
@احمدجمال-ث2ق
@احمدجمال-ث2ق 4 жыл бұрын
Hamzaan nisoba innis deegaraa worra gantuutiif saamtuuti hin amaninaa
@NurTube-gr6yw
@NurTube-gr6yw 4 жыл бұрын
Yaa rabbii nuf birmadhuu
@tesfayekebede9964
@tesfayekebede9964 4 жыл бұрын
Haamzaa illmaa abbaa gaddaa jaabadhuu::
@arebbeshir5777
@arebbeshir5777 6 жыл бұрын
Yaa leenca keenya hamzaa booranaa umrii nuuf dheeradhuu akkatti dhugaa nuuf dubbadhuu birillèen dhugumaan nuuf jijjiiramuu qabdii akkasitti birrii gara baankii fiduu danda.aatii
@abuhaji7224
@abuhaji7224 4 жыл бұрын
hamzaa keenya jabaadhu
@amjadtheeb2549
@amjadtheeb2549 4 жыл бұрын
Dhugaankessan hindhokatin Rabbi isinbira hadhabattu
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Seeraafi seenaa mana haadha dachee ilmaan oromoo jigee hafuu rabbiifi gootasabaatu dhuka lafaafi lafeetii dubartiin lafee duugdaatii. dubartoonni jirtuu jirraa ammas .
@misraaabrahim8806
@misraaabrahim8806 5 жыл бұрын
namaa gamachiftan bayye
@bmma1766
@bmma1766 4 жыл бұрын
Hamzaa leencaa gaaf xiqii
@abdiiahmadi3408
@abdiiahmadi3408 4 жыл бұрын
Sabiyyin Angoo gadi lakkisuu qaba
@zinapf6656
@zinapf6656 4 жыл бұрын
Eyye dhugaa abiyi miti sabiyyidha
@izeddinkelifa
@izeddinkelifa 6 жыл бұрын
Jiraadhaa hayyoota keenya
@fawziyawaqu6963
@fawziyawaqu6963 4 жыл бұрын
Hamasaa qofaa dhugaa iiratii dhabaatee
@mulatailovelamamagarsatoda9859
@mulatailovelamamagarsatoda9859 4 жыл бұрын
We support Domestics truth Federal Not madabar is old school we support ever body Speak his own Languages
@dhhdshhd2804
@dhhdshhd2804 4 жыл бұрын
Dhugadhaa ebifamaa
@faaxumasaafawo4032
@faaxumasaafawo4032 6 жыл бұрын
Hamzaa Borannaa dubiin tee akaa bishaanii lollatii rabiin umrii sii haa dhersuu
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Goota seenaafi barnoota keenya lafaafi lafeen goototaa oromummaa barnootaa,ammas barnoota Kanaafuu Rabbiin/swt/ nu waliin jira isiin haabulfatu /ttuu
@baharhassen8149
@baharhassen8149 6 жыл бұрын
waaw hamzaa borana bagan si arge
@rametotibeisso69
@rametotibeisso69 6 жыл бұрын
..akkasi adii dubbachu fala barbaadu Hamzaa..hunduu. namni kamiyyuu olaantummaa Seera eegu, tiksu . waan qaban jabeeffachu...
@arebbeshir5777
@arebbeshir5777 6 жыл бұрын
Yaa hayyoota keenya umrii nuuf dheeradhaa jechi keessan hundinuu baay.ee fudhatamaadha
@WXY7007
@WXY7007 4 ай бұрын
AKANATTII YOIISSIN ARKUU BAYYE GAMADEERA GALATOOMAA
@mohmmedmadena7543
@mohmmedmadena7543 4 жыл бұрын
ትክክልበርቱ
@arebbeshir5777
@arebbeshir5777 6 жыл бұрын
Yaa Leenca keenya Obbo Hamzàa booranaa baay.ee sijaalannaa
@diireebadhaasoo7070
@diireebadhaasoo7070 6 жыл бұрын
Hamzaa kennaa umrii nuudheeradhaa
@makiaabdalaabdala1162
@makiaabdalaabdala1162 5 жыл бұрын
Hamazaa borran sagalee kee yaanee essa jirrata Laa
@muhemurad4427
@muhemurad4427 4 жыл бұрын
akkas Hamzee OBN ABN taatettim
@samrayimre7879
@samrayimre7879 4 жыл бұрын
waaaaw good
@oromoo3576
@oromoo3576 4 жыл бұрын
😍😍😍😍😍💪💪♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👈
@commcareethiopia871
@commcareethiopia871 6 жыл бұрын
Long live! !!!!
@didaroba1177
@didaroba1177 4 жыл бұрын
Galatoma oboolleyaani tena nama nagaa qabutu jirrufi jirrena qabaa mo ataa nagalabsaa
@mucati5925
@mucati5925 4 жыл бұрын
Hamza lencaa Kenya
@abuhaji7224
@abuhaji7224 4 жыл бұрын
dhugaa keeti
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 5 ай бұрын
Ittii himii ijjis waraanaaf gurruma wawrwb Gzx HamzaaBooranaa goototaa fagaannee J/Fiixee Mootii akka Gzx libsuu fayyaan???deebii seequun ifaa Qabeenyaa wal'ansaa kanaf gadfii maaf ittii Mul'iftuu Hiyyummaa turee ato mallaszenawii lollis maaliif M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Injifannoo hawaasaa siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad
@hamideahmed469
@hamideahmed469 6 жыл бұрын
ATTII GOTTA HAMZAA
@zarahamed8617
@zarahamed8617 4 жыл бұрын
Jzk👍☝💔💓💪👂
@DdSs-bw3nn
@DdSs-bw3nn 5 ай бұрын
Kan dubbate nii waregama maa kijibda margi hinjirtu
@sgashs4150
@sgashs4150 4 жыл бұрын
Hamza yiimchkii
@wingloong7091
@wingloong7091 4 жыл бұрын
Who is this Guy? It’s jawar shocks? Borcham Zembil Borsa 👜
@sirajsadam9857
@sirajsadam9857 6 жыл бұрын
Akkasii
@kulefimohammad1447
@kulefimohammad1447 6 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@oenisixhittuqiqv6541
@oenisixhittuqiqv6541 6 жыл бұрын
😇😇😇😇😇😇
@hayatisalama9129
@hayatisalama9129 6 жыл бұрын
😍😍😍😍😍hamzaa.sin.jaldhaa
@hayatisalama9129
@hayatisalama9129 6 жыл бұрын
Dhuga.keetii.walyii
@fawziyawaqu6963
@fawziyawaqu6963 4 жыл бұрын
💪💪💪💪💪💪
@harargeebiyaakooimfromorom276
@harargeebiyaakooimfromorom276 6 жыл бұрын
Hamzishaa long live
@mulatailovelamamagarsatoda9859
@mulatailovelamamagarsatoda9859 4 жыл бұрын
Good Afternoon Trumpet please tell Dr Abiyi hamed stop ping Dictator make free Election make opposite party free and Release prisoner
@eeeeeeeeoee9184
@eeeeeeeeoee9184 4 жыл бұрын
🌷⚘🌷⚘🌷⚘❤
@helendeguma7970
@helendeguma7970 4 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️
@aminarosy8696
@aminarosy8696 6 жыл бұрын
😍😍😍😍😍👍👍👍
@كيبيكيبي-ل2ث
@كيبيكيبي-ل2ث 4 жыл бұрын
yormoo ,abeyee ,etoobd ,hormone ,amaa ,yosenegala ,tokoo ,taa ,amtanee ,yleqodnaa ,enee ,esnbera ,engeroo ,,golanaa ,,elala ,,feraa ,,qabnaa ,,golanaa 👂
@oenisixhittuqiqv6541
@oenisixhittuqiqv6541 6 жыл бұрын
😍😍😍😍😍
@arebbeshir5777
@arebbeshir5777 6 жыл бұрын
Shanee nurraa fixaa shanetuu nudiigaa jira malee jarri summii oromooti jarattima saree tana maaf nutti galchitan jaarsattii san dàawudii san hidhatti darbaa
@samiralencho4568
@samiralencho4568 4 жыл бұрын
Yaa woraa abiyyi homaa baalesitee jetaani enuti horaana labisee ijolee hadhaa abaa kenyaa fixaa jiraa motumaa abiyii akamiti itophiya takka jedhaa yaa woraa cometii odesitaani malaqaa hadhaa hadhaa nyaata abiyi baadi qabuu jetaani rabbi dhigaa oromo isiniti cubuu haa tahuu rabbii isaani isin haa dabaluu yaa woraa abiyyi badii qabuu jetaani
@samiralencho4568
@samiralencho4568 4 жыл бұрын
Aragaa woraa abiyyi jalaa fidduu dhigin laammi oromo isin haa arguu isinilee boruu imaa dutuu rabbi hojii tesaani woli gesani
@كوكبابيارو
@كوكبابيارو 6 жыл бұрын
🇪🇹💋🇪🇹💋🇪🇹💋💋💋💋💋💋👌👌💋💋
@misraamisraa2334
@misraamisraa2334 6 жыл бұрын
Wana duraa kesaa tare yadaadha dhabile siyasa martu
@sultioromia4033
@sultioromia4033 6 жыл бұрын
jechi birr Ethiopia jedhu kun jijjiiramuu qabdii gaafi?
@obseewayya9180
@obseewayya9180 6 жыл бұрын
Kan eenyuu Haa jedhamturree?
@sirajsadam9857
@sirajsadam9857 6 жыл бұрын
Haayotaa keena nu jiradhu
@sonicblast2767
@sonicblast2767 6 жыл бұрын
Qerroo Hamzaani dhuga jedhe ustani hin lalina partylee dhigaa kesanini qosutu tana.
@johnesuyawkal1402
@johnesuyawkal1402 4 жыл бұрын
Gar gar hin banu walummaan itti fufna yaa lammii. Long live Dr Abiy
@arebbeshir5777
@arebbeshir5777 6 жыл бұрын
Shaneedhaatu biyya keenya diigaa jirtii dr abiyyiif lammaan magarsaa waatakka hin balleessinee mèe laalaa yaanamaa ji.2fi 3 keessatti waan jarri dalage ilaalaamee
@sonicblast2767
@sonicblast2767 6 жыл бұрын
Opdo fi Olf umata kengara tau qabdani.
@mulatailovelamamagarsatoda9859
@mulatailovelamamagarsatoda9859 4 жыл бұрын
We getting tired one over 5o year one Ethiopia we don't need one Ethiopia one Languages this 2020 year this 1960 one Languages control we don't support
@mohmmedmadena7543
@mohmmedmadena7543 4 жыл бұрын
ጁሀርነውመሪቺን
@derartuderartu5648
@derartuderartu5648 6 жыл бұрын
dhugmaa birin jijiramu qabdii
@miliatimo5466
@miliatimo5466 6 жыл бұрын
Jechaa sirritaa irra hin qabinaa dubbi shanee kanaa partilee siyasaa waliti fidaa ani abawo jedhee kaa ummata fixuu kun dinaa
@arebbeshir5777
@arebbeshir5777 6 жыл бұрын
Dr Abiyyii Rakkoo tokko hin qabuu shaneedhamalee kan nudiigaa jiraa
@tegalmbetametlekethemerttb3494
@tegalmbetametlekethemerttb3494 6 жыл бұрын
የወለጋ ህዝብ ስምትሃል
@kumnegergebeyehu9524
@kumnegergebeyehu9524 6 жыл бұрын
Partyin Oromo tokko tau'u garidha. Hata'u male hunda chale kanbarbachisu kutenno iisan sirna democracitif qabbanu ta'u irra jirra. Naggan walimorkuf kuttano qabachu nibarbachisa. Kana tannan Oromo injifeachu nidendadha.
@miliatimo5466
@miliatimo5466 6 жыл бұрын
Dr abiyyi gotaa gotaa caluu dinayyu ufiti qabee dimokrasii babalisuuf demaa jiraa Kam jal dawud ibsatu isaa hin barbanee kun mali nuuf dinaa isaan
@obseewayya9180
@obseewayya9180 6 жыл бұрын
Hamzaa booranaa Jiraadhu hayyuu keenya *kan biyya diigaa jiru shaneedha dhugaa dubbachuuf Lammaa fi Abiyyi balleessaa tokko hin qaban* Kan oromoo diigaa jiru jaarsa dukkana daawud jedhamtu sani
@tegalmbetametlekethemerttb3494
@tegalmbetametlekethemerttb3494 6 жыл бұрын
ዳውድ ኢብሳ ኦሮሚያን ለቆ ይውጣ
@alberteinstein4416
@alberteinstein4416 4 жыл бұрын
Komche komatan damo minagebawu sile oromia ans Oromo
Oduu Guyyaa Sa'aatii 7:00 OBN Mudde 01,2017
30:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 8 М.
OMN: Rakkoo oromiyaa kutaa 3ffaa ( Amajjii 30,2020)
49:58
The evil clown plays a prank on the angel
00:39
超人夫妇
Рет қаралды 42 МЛН
I thought one thing and the truth is something else 😂
00:34
عائلة ابو رعد Abo Raad family
Рет қаралды 22 МЛН
Qubee TV: Ibsa Guutuu Qondaala WBO Jaal Sanyii Nagaasaa.
41:04
Gola Oromiyaa Ardaa Jilaa 07 03 2012
20:56
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 588
Nama 1 ta'ee qofaasaa sabaafi sab-lammii ta'e Afaanota biyya keessaa 4'n bareechee sirbu K/Waamaraa
17:45
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 7 М.
Gingilchaa "Sirbituun mootummaa Waaqayyoo hin dhaaltu"
16:59
Qaanqee Show
Рет қаралды 23 М.
Oduu Galgala Sa'aatii 1:00  OBN Mudde 01,2017
43:12
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 5 М.
The evil clown plays a prank on the angel
00:39
超人夫妇
Рет қаралды 42 МЛН