dandeeti adda fi sagalee barreda qabda jabbadhu Hanicho❤
@maameofficialchannel6166 Жыл бұрын
Mashaa'allah sagaleetee ajaa'iba **** iam number 1 supporter for you dear sister may God bless you 🙏
@dinmordinmor2799 Жыл бұрын
Ana hin geessu Mee namni akka kiyyatti comment as jala jiru 152 guutuu like godhe ana malee jiraa hannichoonuu hin goone kanaaf anaatu isin hunda caalaa ishee jaallata jechuudha akkas miti Hanichoo
@anawarhassan361010 ай бұрын
Hanichaa best ❤🎉jabadhuu bareduu tenyaa sii cinaa jiraa
@ObsaObsa-iz7xm9 ай бұрын
Love you from ❤❤ good youth
@abdiishow Жыл бұрын
jabadhu hanichoo sagaleen tahe heduu namatii tola
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
@dastuumahammad8498 Жыл бұрын
❤dhugaa yeroo heduu siin diqisifadhaa itala biyya koo🎉
Haalaan bareedadha Bakka hawwii❤❤❤❤❤❤❤❤ teetiitiin si haagayu
@SaalihUmar Жыл бұрын
Hanichoo dhugaa dubbachuuf Ati Nama bakka guddaa gahuudha onnèen tee miiràa artii oromummaa guddisuutiin guutamtee
@MuhammadTube-nf9dg Жыл бұрын
Mashallllaa jahbduuu a
@dinmordinmor2799 Жыл бұрын
Hanicho dubbiin siif galtee jirti ati ni guddatta akkanatti warra biraa tokkootu na rakkise girrigirri dhiisa jedhiin mee sirbi owwa hin barbaadu gurraan dhageefatama waan taheef galatoomi ati ❤❤❤❤
@ORO-f3f Жыл бұрын
Hanicho oro itti fuffii
@ArifNasradin Жыл бұрын
Jabadhu haniye aka baredati jirta ❤
@tizazukelbesa4269 Жыл бұрын
Hanichoo bareeduu
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
@robaoddaa2362 Жыл бұрын
Baye’e namaati toolaa Galatomii Keep it up 👍🏾 Wan baye’e siraa eggana..!!