Hantuuta | Diraamaa Afaan Oromoo | Shagagi Tube

  Рет қаралды 371,128

SHAGAGI TUBE

SHAGAGI TUBE

Күн бұрын

Пікірлер: 267
@Yasin-Oro
@Yasin-Oro 3 жыл бұрын
Wow diraama jeechuun isaa kana kuno jabadhaa
@rumanayoussief4
@rumanayoussief4 3 жыл бұрын
Masha Allaah wallahi heddu bareedan diramaan wahee badiyya natti tola jajjabaadha itti fufaa
@abdisamohamadofficial1263
@abdisamohamadofficial1263 3 жыл бұрын
Wooow baayyee gaariidhaa nama bohaarsa jireenya ganda koo baadiyyaa nama yaadachiisa jabaadhuu like
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'i qeerroo koo
@IkiramAbrahim
@IkiramAbrahim 3 ай бұрын
Wanuuuma dalagaguu badiyyatiii siridaalaga jiritaniin jadhaaa❤❤❤🎉🎉🎉
@ifraahoro4752
@ifraahoro4752 3 жыл бұрын
Waaaw mashaaa Allah shagagii tube galatomii sin jennaaa👌👌👌👌
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'imee waan ofii koo
@siinbonaaillu4766
@siinbonaaillu4766 3 жыл бұрын
Diramaan kesanii huduu baredaa jabadhaa warii ilaltan gadii buftanii fb iratii infehinaa duraa
@Wankooshow
@Wankooshow Жыл бұрын
Dansaadha. Continue more language...... Jajjabaadha🎉❤
@yosran4224
@yosran4224 3 жыл бұрын
Ayyiii shamaraan badiyaa jarkaa batee dhabatee hasoftii
@mustaqimaabdi
@mustaqimaabdi Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂
@diretube198
@diretube198 3 жыл бұрын
Shagag jabadhu dirama hedu namaboharsa 👍👋💕
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk DIRE TUBE Asumaan matii naaf tahii
@afgf1127
@afgf1127 2 жыл бұрын
Walayii dhugaa Rabbii ijoolee biyaa Tiyaa Hulla Hullu biyaa too yaa Rabbii kiyaa nagayaanii itii naa galichii 😭 😭☝☝☝☝☝ ijoolee biyaa Tiyaa heedunii sijaladhaa ruhii Tiyaa nafii jiradhuu Walayii dhugaa bayee bayee isiin yadee 🙏💔💔💔💔💔💔💔💔🤝🤝🤝🤝
@hayatube4591
@hayatube4591 3 жыл бұрын
Waan aadaa teenyaa baayee ibsu hojjatanii jabadha
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk HAYA TUBE Asumaan matii naaf tahii
@fenturomanos7208
@fenturomanos7208 3 жыл бұрын
Wow biyya kotii naa yadechisee dhuga jabadhaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💚💙💜♥️💞💕💯💯💯
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'imee sanyi koo maaloo
@diretube198
@diretube198 3 жыл бұрын
mushabakha fii muxabaqa 😅😅😅😄😃😃😀😁😆😁😆😁😄😃
@ethiopia9515
@ethiopia9515 3 жыл бұрын
Oromia kessaa essaa iddoo isaa? Jabadhaa oromoo koo💔💔💔💔❤❤❤❤❤
@afranqalloo7390
@afranqalloo7390 3 жыл бұрын
Harargee baha; dakha naannawaa DirreeDhawaa
@azizatahir2808
@azizatahir2808 3 жыл бұрын
Mashahalaa mashahalaa namatii toltuu jebadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍
@Burqaa2024
@Burqaa2024 3 жыл бұрын
Waw good job Continue True life of our village
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Jaferson mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞🙏
@SalmanFaris-bi6gn
@SalmanFaris-bi6gn Жыл бұрын
Hhhhhhhhhhh ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kadirkadir5837
@kadirkadir5837 3 жыл бұрын
Maashaa Allaah Maashaa Allaah baayyee bareedaa
@ayishaharargeetube7817
@ayishaharargeetube7817 3 жыл бұрын
👍👍❤️❤️❤️❤️❤️😂😂😂😂😂Heeduu daas jeedhaa
@jamaaloromogalaxy7526
@jamaaloromogalaxy7526 3 жыл бұрын
Dhalaan teenya ta baadiyyaa tun qalbiin isii xaliila dhugaaa rabbii
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Hasan mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍
@jamaaloromogalaxy7526
@jamaaloromogalaxy7526 3 жыл бұрын
@@monetijalala6104 siif taheen jiraa atiis naaf tahi wal fuunaa
@monettubeofficial4563
@monettubeofficial4563 3 жыл бұрын
Best drama khalif jabadhuu siritii jirta wan baredadha addaa tenyaa tan badiya tan dhokatee akanatii dalaguu baredadhaa
@shagagitube
@shagagitube 3 жыл бұрын
Abshir
@fatmamoha6899
@fatmamoha6899 3 жыл бұрын
Y
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk monet tube official Asumaan matii naaf tahii
@ayyantuozuna9915
@ayyantuozuna9915 3 жыл бұрын
Jabadha ada gudisa
@mamamama-wm9se
@mamamama-wm9se 3 жыл бұрын
dhugaa dubbachuuf aadaa baadiyyaa kana Akkana guddisuu keessaniif hedduu galatoomaa shagagii tube 1m hin galchina
@jamilajimma5676
@jamilajimma5676 3 жыл бұрын
💞💞💞💞💞🌺🌺🌺🌺
@hawitube1393
@hawitube1393 3 жыл бұрын
Uufee Badiyaa Biyyaa koo yadadhee 😭💔💝💝💝
@abdiijamaalahimaade8504
@abdiijamaalahimaade8504 3 жыл бұрын
Dhugaa ketii jabadhu
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk Hawii obsituu Tube Asumaan matii naaf tahii
@ibsaamusxafa8034
@ibsaamusxafa8034 3 жыл бұрын
Hojii te ee baye bareda dhuga jabadhu garuu video gababsi bro daqiqa 10 godhii siif bareda
@ayishaatube3627
@ayishaatube3627 3 жыл бұрын
Dhugga heddu itti buharee jajabadha sanyiwan koo Oromoo
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'imee sanyi koo maaloo
@artistabdiigursum4304
@artistabdiigursum4304 3 жыл бұрын
ABBA shagagii tube kalifaa mammad lenjisa shaggoyye jabadhu fulduratti
@Yassin_Jr38
@Yassin_Jr38 3 жыл бұрын
Wow iftiin tiya heddu bareda jabadha❤👑
@sumeyadullootaa6809
@sumeyadullootaa6809 3 жыл бұрын
Ifinen bar 1ng dha
@Yassin_Jr38
@Yassin_Jr38 3 жыл бұрын
@@sumeyadullootaa6809 eee wlh 1ng dha ♥👑iftuye
@caaltuulijtewaahidoo9452
@caaltuulijtewaahidoo9452 3 жыл бұрын
Wowowowowowowowowowowowow bayee namatii tolaa dhugaa anii haraa isinii dawalee itii fuffaa sanyii offii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Hamzaatube594
@Hamzaatube594 Жыл бұрын
Jajjabaadha Hararge tube
@qtardoha4159
@qtardoha4159 3 жыл бұрын
Woyyii badiyaa too
@hindiyaaabdallah2216
@hindiyaaabdallah2216 2 жыл бұрын
Wow maasha allah😃
@sufiyanAhmed-iy1wp
@sufiyanAhmed-iy1wp 9 ай бұрын
dhugaa heduu namati tolaa diramaan❤❤❤❤❤❤❤
@nurulimanofficial4890
@nurulimanofficial4890 3 жыл бұрын
Jabadhuu wanii garidhaa hojachutii jirtaa bro kiyyaa
@afeeshow4856
@afeeshow4856 2 жыл бұрын
wow atis asumaan.mati nuf tahii mee
@hamdaqunee8435
@hamdaqunee8435 3 жыл бұрын
Wayiiiii waly badiyaa tooo uuuuuuupaaaaaaaa
@YASINTUBE230
@YASINTUBE230 3 жыл бұрын
Wowowowowowowwowowwowowwowowoowowwo ani bayyee natitole jira
@AaAa-bu1jo
@AaAa-bu1jo 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkk
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
@@AaAa-bu1jo mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@ikramlubuye7432
@ikramlubuye7432 3 жыл бұрын
wow heduu daas jaa ittii jabadhaa isinin jaa
@YoomireeShow
@YoomireeShow 3 жыл бұрын
Dardar tube maali drama sadi baastem maa dhista
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk shariif Diinee Asumaan matii naaf tahii
@ibrosufiyan1010
@ibrosufiyan1010 3 жыл бұрын
Mani baya ala jeru badiya jalata garu mani badiya jeru beya alaa jalata ani Canada Edmonton jeraa dire dawa hidu jaladha walahi hidu yadi jeraa 😭😭😭😭😭😭😭 inshallah xiqu budaa nine dhufa
@chelenkotube311
@chelenkotube311 3 жыл бұрын
Baddiyya biyya tenya esaa fide❤️💚❤️
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'imee sanyi koo maaloo
@missadam4077
@missadam4077 3 жыл бұрын
Wow hedu waan garidha habadha
@samiraorotube4074
@samiraorotube4074 Жыл бұрын
wlh yero sadii 3 itti debi.e lale 😍fayoo nu debisii heddu namati tolti isiin cala fayoon likiti fakesite shagaggee intala fayoo nu fidii 👈isiin jalana Bay Baay wayo gara koo na kudhube
@wasiilaabdusamad9552
@wasiilaabdusamad9552 3 жыл бұрын
Wwww kkkkk jirenya badiya jabadha
@sabona3911
@sabona3911 3 жыл бұрын
Mashalah baye bareda jabada iti fufa🥰😍😘❤️❤️
@ganootube7855
@ganootube7855 3 жыл бұрын
Me matii nafii taa
@oromotube1
@oromotube1 3 жыл бұрын
Badiya biya ko ganda dhalota ko ❤❤❤❤
@ganootube7855
@ganootube7855 3 жыл бұрын
Me matii nafii taa
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk oromo tube Asumaan matii naaf tahii
@jamaalmuusaa8441
@jamaalmuusaa8441 3 жыл бұрын
Yaaboo baadiyaa naa yaadaachiftaa
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Qeerroo maatii naaf ta'imee sanyi koo
@ararsoabdiioro8911
@ararsoabdiioro8911 3 жыл бұрын
Jabadhaa hedu namati tolaa
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞💞💞
@MiskiabdiAbdo
@MiskiabdiAbdo Жыл бұрын
Woowwowowowowwwww badiyaa. Wayooo❤❤❤😂😂😂
@IbsaGalansadi
@IbsaGalansadi 3 жыл бұрын
Gaariidha jabaadhu! Ciminni kee waan kana yaaddee waraabdee nuuf dhiheeysuu keeti garuu hanqina keetu irra guddaadha diraaman kee jalqabas hin qabu xumuras hin qabu xumura qabaatullee nama hin quubsu anyways jabaadhu akkanumaatti keeysaa baanaa
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
@Xayibe Fine mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍😍
@hamzavip8156
@hamzavip8156 2 жыл бұрын
Hinafa atii hojii akana malif hinhojanee
@rajumohammed7341
@rajumohammed7341 3 жыл бұрын
Wlh heduu bareda yo lala olee nan dabaru
@mardiahmed3765
@mardiahmed3765 3 жыл бұрын
Wow badiyya too❤❤
@ginimhammed6899
@ginimhammed6899 3 жыл бұрын
yeertvgaweueeeyeyirsaaruutoyowgj
@ginimhammed6899
@ginimhammed6899 3 жыл бұрын
ewsfdlglp dttisetauwqryartuaiezrtywtv gjfhkhchjyiighjttty5etgett r0rhhb njhhbvbhdyfrdyrre hvvyffhvhggjeryvhryrwtq24rgewrr cfhhnjkgbjmkjjjmjygw7hghjjjyuuggjjjhfy
@ginimhammed6899
@ginimhammed6899 3 жыл бұрын
wtuewetey4tyteasttt
@faaxeewaallagga9121
@faaxeewaallagga9121 3 жыл бұрын
Maash allh maash allh taabbarraka allh
@mimiyeelove4463
@mimiyeelove4463 3 жыл бұрын
Badiyaa biyaa koo ❤❤❤❤❤❤
@RUSHIITUBE
@RUSHIITUBE 3 жыл бұрын
Thumbs up👍☝☝👍 khaliifa. Akkataa haala jiruuf jireenya ummata kheenya kan baadiyyaa haala kanaan qopheeysitee dhiheeysuu kheetiif galata guddaa qabda. Jabaadhu mataa dhiiraa. Keep up the good work and we will do whatever is necessary to grow your channel. Jabaadhu💪💪💪💪
@mubaarikahmad744
@mubaarikahmad744 2 жыл бұрын
Kkkkkkk Abb Hassn walahi jabaadha shagagin wanbaredu hojacha jirtan
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk Afoola show s Asumaan matii naaf tahii
@ahmedwajee9282
@ahmedwajee9282 3 жыл бұрын
wllhe heedu bareda best of the bst 2021
@hikmaali8319
@hikmaali8319 3 жыл бұрын
Masha alah kkkkkkkk jabtan ada gudisun akanaa
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Hikma mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔
@isaantube6177
@isaantube6177 3 жыл бұрын
Mashalh bro aknti hogu wan haryan as bahi
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk ISAAN TUBE Asumaan matii naaf tahii
@gfg8865
@gfg8865 3 жыл бұрын
Jabadhaa masha allah ilman oromo
@wardawarda4399
@wardawarda4399 3 жыл бұрын
Diramaa bayyee namatii tolludhaa garuuu kutaa tokofaa lammafaa jechatiii ittii fufaa bayyeee garridhaa
@lencohussen-yv9iw
@lencohussen-yv9iw Жыл бұрын
Mashaa Allah heduu taka namati tolla
@oromiatube864
@oromiatube864 3 жыл бұрын
Ittii fufaa heduu bareduu wly wayii harargee too heduu jaladhaa
@nuurxuseen5115
@nuurxuseen5115 3 жыл бұрын
Waww masha allha jabadha
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Nuur mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔💔
@MameTb
@MameTb 3 жыл бұрын
Kalifaa koo qali Nama anis dhufetin Jira atis bajajabesi mati naf ta'ii
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk mamishaa tube Asumaan matii naaf tahii
@afranqalloo7390
@afranqalloo7390 3 жыл бұрын
MashaAllah, dubri warra dakhaa khuni numa babbareeda :-)
@queenbilan496
@queenbilan496 3 жыл бұрын
wooow from Somalia
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
@nabekiimahammad9627
@nabekiimahammad9627 3 жыл бұрын
Masha allah badee namatii tolaa jabadhaa
@missadam4077
@missadam4077 3 жыл бұрын
jabadha jollee tenya
@hudasultan2788
@hudasultan2788 3 жыл бұрын
Jabadha baree dadhaa
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Huda mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@sumyyaatube4817
@sumyyaatube4817 3 жыл бұрын
Wly yeroo bishanii worbii jetuu danii umii tiyyaa yadadheee
@obsinetiitube1411
@obsinetiitube1411 3 жыл бұрын
Jabadha
@ganootube7855
@ganootube7855 3 жыл бұрын
Me matii nafii taa mee
@sayotube991
@sayotube991 3 жыл бұрын
Jabadhaa 😍
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk sayo tube Asumaan matii naaf tahii
@wahilemah5648
@wahilemah5648 2 жыл бұрын
Woooooowww
@mammeeoro6314
@mammeeoro6314 3 жыл бұрын
Heduu namaa Tolla Jabdhaa me namnii akaa shagagii jaltuu like
@ummuyahyaabuyahyaoromiyanmusli
@ummuyahyaabuyahyaoromiyanmusli 3 жыл бұрын
Anii badiya heddun jaladha 🌹🌹🌹❤️❤️❤️🌹🌹🌹😁❤️❤️
@ganootube7855
@ganootube7855 3 жыл бұрын
Me matii nafii taa mee
@amadsuluyman837
@amadsuluyman837 3 жыл бұрын
Baredadha jabaadha
@mubaarikahmad744
@mubaarikahmad744 2 жыл бұрын
😁😁😁😁😁😁Asumatin irkadha
@bbbutterfly6841
@bbbutterfly6841 3 жыл бұрын
Akka das ja’uu jabadha
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
BB mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
@GayaYgaa
@GayaYgaa 5 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@nasramohammed566
@nasramohammed566 3 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤️💚❤️💪💪💪💪💪jajabdhaa bareedadhaa
@mubaarikahmad744
@mubaarikahmad744 2 жыл бұрын
Wayoo graakiya hantuni hatudha😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
@mamamama-wm9se
@mamamama-wm9se 3 жыл бұрын
kaliifaa dhugaa dandeettii adda Wanda waa'ee baadiyyaarratti
@asasasdasasasd791
@asasasdasasasd791 3 жыл бұрын
Ajiiba diraamaan kuni
@mahamudmd5956
@mahamudmd5956 3 жыл бұрын
Kkkkkkk
@MaremaMahamad
@MaremaMahamad 7 ай бұрын
mashalah❤❤❤❤❤❤
@mecharashow6200
@mecharashow6200 3 жыл бұрын
Waw Bayee bareda
@sumyyaatube4817
@sumyyaatube4817 3 жыл бұрын
Bayee namatii tolaa
@kahlidmahammad135
@kahlidmahammad135 3 жыл бұрын
Diraamaa akkana sirritti warra badiyya fakeysitanii dalagu keysanif bayye galatomaa
@algaannubuluchunutioromiya9841
@algaannubuluchunutioromiya9841 3 жыл бұрын
Baye bareda❤❤❤❤😂😂😂
@salahnabil98
@salahnabil98 3 жыл бұрын
Baredadha filmina
@kahlidmahammad135
@kahlidmahammad135 3 жыл бұрын
Baye baye galatomaa
@FeysalAdinan
@FeysalAdinan 8 ай бұрын
Jabaadhu heduu bareedu fakeesi malee ga
@FeysalAdinan
@FeysalAdinan 8 ай бұрын
😂😂😂😂
@robaaabdalla
@robaaabdalla Жыл бұрын
Hedduu Takka Natti Tola Dhugaa
@abaadir.kaamaal6731
@abaadir.kaamaal6731 3 жыл бұрын
Kalifa Kiya I love you because situ nati tola♥️❤️
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk Abaadir kaamaal Asumaan matii naaf tahii
@HAWWIIMEDIA557
@HAWWIIMEDIA557 Жыл бұрын
Hayye akkam jirtan lammii to
@lubabarayatube.
@lubabarayatube. 3 жыл бұрын
በርታ እንዛመድ
@Fatima-o3f7v
@Fatima-o3f7v 8 ай бұрын
Kkkkkkkk woow 👍👍👍
@anasdiamond8197
@anasdiamond8197 3 жыл бұрын
Best diraama
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
@anasdiamond8197
@anasdiamond8197 3 жыл бұрын
@@KebekiOfficial541 ok
@queentube1433
@queentube1433 3 жыл бұрын
Badiya biya ko si wayade wlhi 😭
@snaapsnaap7121
@snaapsnaap7121 2 жыл бұрын
kzbin.info/www/bejne/rZiVY2ZpbbF6Zsk Queen tube Asumaan matii naaf tahii
@oboyvlogger5035
@oboyvlogger5035 3 жыл бұрын
Woow jabaadha
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Oboy mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@jamaalmuusaa8441
@jamaalmuusaa8441 3 жыл бұрын
Gaalaatoomaa gaalaatoomaa
@rasteeburka3036
@rasteeburka3036 3 жыл бұрын
Waan baredadha
Diraamaa Afaan Oromoo #Killee @
21:17
SHAGAGI TUBE
Рет қаралды 282 М.
ABSHAALOO - Hin Ciniine -kutaa 25
21:23
Libsuu Media
Рет қаралды 211 М.
To Brawl AND BEYOND!
00:51
Brawl Stars
Рет қаралды 16 МЛН
Чистка воды совком от денег
00:32
FD Vasya
Рет қаралды 6 МЛН
“Don’t stop the chances.”
00:44
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 26 МЛН
🔴 Abse The Artist New Oromo Drama / Ethiopian New movie.
27:29
Faya Jiru | Aayyadaa Hamtuu | New Diraamaa Afaan Oromo
18:40
Faya Jiru
Рет қаралды 149 М.
ForX : Kaayroo Seente...!
55:49
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 51 М.
Diraamaa Baadiyyaa Comedy (Hattuu Jimaa )Dawwadhaa
23:21
SHAGAGI TUBE
Рет қаралды 178 М.
Jaalalaa Fi Daleeyduu | Diraamaa Afaan Oromoo - 2021
27:51
Usniya Ahmedin
Рет қаралды 144 М.