KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
Sumayaan durriyyee nutti bitte😭 ciida Ayyu fi saiod mimoori hachiisiifte.
16:02
🛑Muktarf uffata bitefi Surprise godhe muktar baye gamade ww🥰
20:30
風船をキャッチしろ!🎈 Balloon catch Challenges
00:57
Who's spending her birthday with Harley Quinn on halloween?#Harley Quinn #joker
01:00
消防避险训练,消防员用“水盾”逼退烈火!这是训练,也是他们可能面对的日常。致敬!#熱門 #中国
00:16
Players push long pins through a cardboard box attempting to pop the balloon!
00:31
Harka Namaa mu***ii akka uleetti horiin oofan🛑...
Рет қаралды 13,564
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 324 М.
abdu mobilapp
Күн бұрын
Пікірлер: 257
@ZobaydaZobayda-kj8dw
2 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Yaa Rabii Gaaranii Nuu guubate
@tegesttegestgeet5606
9 сағат бұрын
Haadha qoraanii...! Seenaa kana abbootatu dubbata. Seenichiis akkasi; Bara sana dubartoonni jiruuf jireenya isaanii ittiin gaggeeffachuuf bosona (cakkaa) deemanii qoraan cabsuun funaananii gabaaf dhiyeessu ture. Qoraan cabsuun dadhabbii guddaa qaba. Qoreen waraanamuu, aduun gubachuu, roobaan dhaanamuu, gufuun rukutamuu fi dadhabbii guddaa qaba. Dubartoonni kana hunda danda'aniitu qoraan funaanuun gurguratanii maatii ofii ittiin bulfatu. Yeroo isaan qoraan baatanii gabaa dhufan, namoonni qoraan bitachuuf "Haadha qoraanii" jedhanii waamu. Hammuma isaan gabaa dhufan "Haadha qoraanii" jedhanii waan waamaniif, yeroo isaan qoraan dugdarraa hin qabnellee yookan guyyaa lafaas "Haadha qoraanii" jedhanii waamu. Warri kaan inumaa qoosaaf itti fayyadamu. Haadha qoraanii! Jeneraal Taaddasaan dubbii kana irra deddeebiin waan dhaga'eef hedduu aara ture. Gaaf tokko saganteeffatee gaaf guyyaa gabaa gara daandii Sulultaatti achi bahee dubartoota qoraan baatanii gabaa dhufan eege. Akkuma barame qoraan isaanii baatanii, dafqa xuruurfachaa, dhadhaabbata wayii qabatani kan miilli irratti bullaa'e kun dhufan. Nagaa isaan gaafatee haasofsiisuu jalqabe. Itti fufees akkas jedheen; "Namoonni yeroo isaan 'haadha qoraanii' jedhanii sin waaman nan dhaga'a. Isin akkuma nama kaanii maqaa qabdu. Ijoollee qabdu. Osoo maqaa ijoollee keessaniin, Haadha Tolaa, Haadha Horaa fi Haadha Lalisee jedhamuu qabdanii maqaa mukaa waamamtani. Hedduu nama gaddisiisa. Inni darbe isinitti hin dhaga'amiin. Isa dhufuuf garuu waan tokko godhaa. Lammaffa nama 'Haadha Qoraanii' jedhee isin waamu jalaa hin owwaatiinaa. Qoraanis itti hin gurguriinaa. Isa har'aa anatu isin irraa bita!" jedhee miindaa isaa maraan qoraan irraa bitee gorsa xiiqii fi aantummaa gorsee biraa deeme. Hiika namummaa; hiika gootumma! Gootni du'uu, gidirfamuu fi buqqa'uu lammiisaa mitii, maqaa isaaf hin malleen waamamuu isaaf abukaatoo dhaabata. Keessa isaatu dhiiga. Har'a hoo goonni akka Jeneraal Taaddasaa maaf dhibe? Faallaa...! Eeyyeen; gootummaan uffata aadaa uffachuu miti. Afaan Oromoo dubbachuu miti. Dhukaasuu fi ajjeesuu miti. Gootummaan dhukkubbiin saba ofii akka dhukkuba mataa ofiitti itti dhaga'amuudha! Gootummaatu akkana! ✍️
@MJHussein2
7 сағат бұрын
Een Gootummaan dhukkubbii saba ofii dhukkubsatuudha😢 Baay'ee Galatoomi.
@GenoUmer
6 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤Dhugaa jirtu tanuma
@XaahirarsiiXaahir
Сағат бұрын
Akkas qaxalee namaa kara fuula feck buukii keett barreessi
@AwalQasim-f4q
3 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢Ayiiiiiiii
@UstaazAdamAhmad
Сағат бұрын
Rakkoon akkanaa h/lixa aanaa cirootti baayyee numudataa jira ummanni keenya waraana lama jiddutti duguugamaa jira abbaa manaa qabanii ajjeessanii ilmaan lafaa fuudhuu dhoorkan mee eeysaaniin sidhaqqabsiisa waan kanaas irraa haasooytaa abdu
@isimiihashim4123
2 сағат бұрын
Wanii kenaa rabii hadubatuu😢😢😢😢😢😢😢😢
@AsmaAsma-cy7sp
8 сағат бұрын
Roorroo dangaa darbe😢
@NajatiNuru
2 сағат бұрын
Anillee kana dadhabeen biyya ambaa deemeen jira ani ba'ullee sammuun koo nagaa hin arganne
@urjiiamboo5417
6 сағат бұрын
Wayooo wayoo yaa lammikoo yaa lammikoo😢😢😢😢😢😢😢😢😢 kunsii motumadhaa kanii dhigaa sabaa dhugee angoo jedheetoo waqaayyo waqaayyo esaa jiirtaa jiirtaa garuu😢😢😢😢😢😢
@Ibrahim-m9h2s
7 сағат бұрын
Abdu ani miseensaABO ti garuu amma biyya ormaatti baqadhee jira waan ajaa'iba oromof qabsaya rakkini ummata akka itti fufu kan barbaadu jira dhugaa rabbi icciiti wan tokko sii hima jawaarin ajjeesuuf qophiin xumuramee jira warra biyya bulchaa jiru caalaa dhaaba biraattu sodaa jawaar qaba qabsotti yoo deebi'e dhaabni biraa carraa aangoo hin argannu jedhee yaadutu jira dhuga dubbii tana naa qabi
@digodiriba6013
3 сағат бұрын
Uufff yaa rabbi ati Naga busifi namni akkam gara jabbata adara 😭😭😭
@MakidaJemal-jw3ys
4 сағат бұрын
Uf yaarabii kuunii malli dhugumaa bayyee namaa gadisiaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@AminaAmina-dw6zd
10 сағат бұрын
Ayyiiii sabaa koo yaa Rabiii yaa Allah bakuma hundaa wollahii biyyii hunduu kuni yaa Allaahu furmanni si biraa☝️😭😭😭😭😭😭
@MariamAbu-dj9uw
8 сағат бұрын
Uuuuuuuuuu fffffffffff yarabii atii nuu birmadhuu 😢😢😢😢😢😢😢😢
@FatiyaaArsii-f2k
3 сағат бұрын
Sirnnaa kanaraa sirnii mililik santuu garii natii fakataa saan harkaa fi harmaa muramnee kaan moo dunee awalchaa dhabnee lamii koo Rabbiin siif haa birmatuu😭😭😭😭☝️😭😭😭
@AsuAsu-f3l
8 сағат бұрын
Abboo ijollee qalaa jiru ani jedhani miti ija kiyyan. Arge ijollee lama😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@LamiOromo-bk8qu
3 сағат бұрын
Vediocha yo qabaatte naaf ergi malo TG dhan
@lenco13
6 сағат бұрын
😅😅😅😅😅
@RidaaBestjimmaa
3 сағат бұрын
Salaaleef bohuun hin barbaachisu sababni isaa bonyee dadhabne waan ta'eef garuu wayyoo wayyoo Salaalee
@Asnaasna-m3h
3 сағат бұрын
Ati jabadhu jaba ko hanga kuta walqodu hafuti nagaa essa argama rabbi nu birmatu
@MK.k-j2q
8 сағат бұрын
Uuuuffffii yaa Allah lammii kenyaa😭😭😭😭😭
@hanatu
7 сағат бұрын
Ya Ormoo caraa ke malii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔
@PaulaHelou
5 сағат бұрын
Uuuuffff 💔 💔 💔 💔 💔 💔 💔 💔 wayyoo lamii koo😭😭😭😭😭😭
@RabiaAbdo-n1i
4 сағат бұрын
Yaa rabbii furmataa fidi rakko keessa nu bassi 😭🤲
@user-im6wm2cr6u
8 сағат бұрын
Maluma.salalee.kooo.aniharargeedha.yoondhagahuu.niingaggabee.akkaanhingargaarreee.uguramaneejjirra.yaasalalee.rabbiin.isiniiiif.haadirmatu.yaarabi😢😢😢
@AynalemGurmu-m5s
10 сағат бұрын
Abdu Maaloo Anna Mataan naa dhukkube Ilaale dhagefadhe garuu Agaa Yoomittiin Oromon akkanatti dararamaa Maaloo yaa Rabbii nuufi miradhu😢😢😢😢😢
@hikmaahikmaa5020
9 сағат бұрын
Dhugaa keeti arsii shirka keessatis akkanuma ganda tokkorra matiin fira dubbisu ganda bira demu sodate hawasni rabbiii nagaha nuuf haa busu male😢😢😢😢😢
@fatumamohammad9064
7 сағат бұрын
Hasbunallah woni'imal wokil 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@SamiraSamra-p9i
8 сағат бұрын
Gubbannee😢😢😢😢😢😢😢
@Oman-t5q
4 сағат бұрын
Subahana allah 😢
@Ibrahim-m9h2s
7 сағат бұрын
Mootummaan ummata laamshesse ufjalatti deebisuuf carraaqaa jira kan mormu ammoo akka rakkoon bal'atu barbaada sheemiidha geemiidha dhuga
@Sifani-g3k
6 сағат бұрын
😢😢😢😢😮😢😢😢😢😢
@FiloWardi
10 сағат бұрын
Uuuufffi anaa kee lammi koo gubanne😰 Maloo yaa waqayyo lafa kana irra Akkan dhagaye hin gubanne lubbu ko balessii ykn Sabaa kof Nagaa busii🤲😭😭😭
@HamidsaidHamidsaid
10 сағат бұрын
Rabbiin furmaata Haabuusu hundaafu galatoomi atilleen dhugaaniturti malee nibaati rabbiin ummataaf haatumsu🤲
@fatumamohammad9064
7 сағат бұрын
Aanaa Muuneysaa keeysatti waan ta'ame Sila ijaan arganii amanuuf nama rakkisa wollaah😭😭😭😭😭
@YasribAbabiyaa
7 сағат бұрын
Ayyiiii sabaa koo yaa Rabii yaa Allah furmanni si biraa ☝️😭😭😭😭😭😭😭😭
@AnesaDaba-xp2pn
9 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢dhugaa rabbii nama ta.ee umamuu kooti bayyee gaddee ilma nama akkaa hoolatti yoo qalaan argaa jira uuuufffffff😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Ummukhalid-fm4xd
3 сағат бұрын
Ya allaah ummata keenyaf birmadhu 😢😢😢
@GadaaIslaamaa-j9i
2 сағат бұрын
# Salaale haga Amaara of keessaa baaftutti Nagaya arggatuu dhiisatii Qilleenssa Nagayaatuu Suufuf hin teessu, FKN Salaale Kirrii hidhatti Faanon Kirrii hidhatti kana Mootummaan akkamitti Addaan baasuu danddaya Walitti daakuu yoo taate malee kanaafuu nagaya Arggana yoo jedhan Aadaa Amaaraa ofirraa lafa haa kaayanii.
@jamalali3006
8 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢ah rabbiin haa dirmatuuf ummata keenya
@chaltutura7239
6 сағат бұрын
Yaa Allaah Garaan nu gubaatee Furmaata keetiin nu dhaqaabii Mee uuuuuuu
@SalihaTamama
8 сағат бұрын
SubanAhaa ALUBKUBARAA 😢😢yallahaa😢
@caaltuutube7217
8 сағат бұрын
Harka muraaf harma muraa gurraan dhageenye murma muraa garuu ijaan argine anaan aayyoo koo 💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
@Nafisa-h7t
9 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭Ayii Daraa koo😭😭😭😭😭😭😭❤
@RehimaR-g6m
7 сағат бұрын
Uuuuuuuuuuuuf yaa Allah 😢😢😢situu humnaa qaba maloo narratii hin. Dhisinii situu humna qaba😢
@الحمداللهعلىنعمةالإسلام-ه3ج
6 сағат бұрын
innlillhii Winnaileyhii Rajiauun SubhnAllha hasbuun Wnimaal Wakiil 🥹🥹
@MSaleh-m4c
4 сағат бұрын
Munnssaa irtii gadii basnii mormaa qalaa jiruu furmtaa dhabnee😭
@Almas-s3d
10 сағат бұрын
Abdu dhugaa rabbi sulultaa kessi le sanuma durani hidha bicha dha amma imo ajesani akka refaa hin hawwale dhowani
@BilkitBirhanu
7 сағат бұрын
Maaloo maaluma nuuf wayya eenyuutti himanna😢
@Zaytonq
9 сағат бұрын
😢😢😢darra illuu goda caffeti s gudedanii jiranni fanon mucoo wegga kudhanii😢😢😢😢
@Zaytonq
9 сағат бұрын
😢😢nuff dubadha jabbadha nuf jiradha orromo koo 😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@mifta-Temam
7 сағат бұрын
Ilaalaga shanee qaama badii namni maqaa dhahu hin jiru!
@caaltuutolaa3889
8 сағат бұрын
Bara kanalee maqaa Oromootni qalamaa jiraa 😭😭😭😭😭😭
@Yaahalima-xh8sx
7 сағат бұрын
Uuuuuuuuuuufffffff Ayyyiii caraa kenyaa 😢😢😢😢😢😢
@abdallausman59
2 сағат бұрын
Yaaraabii nudirmadhaa simalee malaa hqbnuu
@Lelistou
7 сағат бұрын
wayyooo wayyoo wayyoo maaloo uummannikoo dhumanii maaloo maalooo
@MadinaAbraman
4 сағат бұрын
Uuuuu ❤❤❤❤ ❤❤❤wayyoo lmii 🙅koo😭😭😭😭😭😭🙆😭😭😭😭
@OROMTIITIITALLASHAWWA
9 сағат бұрын
Wayo biyaako daraa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@rabiyamuhamad
5 сағат бұрын
😭 😭 😭 😭 😭 😭 😭 💔💔💔
@Zaytonq
9 сағат бұрын
😢😢😢😢😢wayyo garra gubbadhe obboleewan meqqa irratii dhaabe😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭darraa koo gubbannee motumaniis ayyerridhan nufixxa jirra wly😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭orromo koo nuff dubadha hundii keessaan ufff 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢fanoonis uff mallo lamii ko garan nugubatee wayyo
@ziziEthiopia
8 сағат бұрын
ini uuman Sami lafa uumee yaa dubatu uuufffff 😭😭😭😭
@EmebetAlemu-ft6bg
7 сағат бұрын
Maloo yaa waqayyoo nagaa biyaa kenyaa kenii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@KetemaFaye-jl1eg
11 сағат бұрын
Si hordofaa jirra abdii jabaadhu
@kiyyaa4620
2 сағат бұрын
Salaalee gubbachaa jira sagalee pls😢😢
@AbdiiGonfaa-u8z
8 сағат бұрын
Gaalatomii yaada akana nuf qoodu ketif Kan oromoo baran bo'iicha ta'e
@TawabeshTawabech
5 сағат бұрын
Uuuuuuuuuuuuu hayii oromoo hin gubanee 😭😭😭😭😭😭😭
@Dhxg-q5n
8 сағат бұрын
Yaa rabbii maluma fallii keenya
@TigermyWallooOromoo
8 сағат бұрын
Yaa Allah furmaata fiidi😢😢😢😢
@سعيدعبدالله-خ5ل5ك
5 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢 😭😭😭😭😭
@NaheemDxb
5 сағат бұрын
yaa allaah nuuf birmadhu😭
@MuktaarMuktaar-i5x
2 сағат бұрын
Yaa Rabbii furmaata fiidi😢
@ZobaydaZobayda-kj8dw
2 сағат бұрын
Uuuuuuuuuuffffffiiiiiiiiii maaluma keenaa kuunii
@KiyaKiya-wn6jz
15 минут бұрын
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@JittuAhmad-cz7zo
9 сағат бұрын
😭😭😭😭😭💔💔Rabbin nagga habbussu
@KanzuuSheabdu-iu3fy
10 сағат бұрын
Galtomi Habibikiyya Rabbin Furmaata Haafidu Biyya Kenya Huddati Araara Haabusu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@madinawayu9295
10 сағат бұрын
Yaa rabbi Ati nuu birmadhuu😭😭😭😭😭
@bilaalorotube09-xu9guu
5 сағат бұрын
Yaa Rabbii biraamadhu
@derartuusmail5708
10 сағат бұрын
Muca Kara Demaa San jarattiin ni kuchiiftii Namni haqa ummataatiif falmu hin bulu itiophia kessaa Rabbiin haa tisu
@derartuusmail5708
10 сағат бұрын
Fannoofi Waraanni pp tokkuma oromoon of sobuu hin qabu
@DenkeDagafa
6 сағат бұрын
Uuufi yaa biyaa koo😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@rehemabegum870
5 сағат бұрын
Uuuuffff 💔 💔 💔 😢😢😢
@AffectionateCoconut-ob6im
10 сағат бұрын
Ana haa nyaatuu yaa sabaa koo 😭😭😭😭😭
@oromtitiiibrahim1238
2 сағат бұрын
💔💔💔😢😢😢
@Mamed-j5i
10 сағат бұрын
Rabbiin haa birmatuufi
@MansuurFaamii
11 сағат бұрын
0:38 the first comment 😂
@AynalemGurmu-m5s
10 сағат бұрын
Uuuuuffffi wayoo Oromo koo😢😢😢😢😢😢
@rahmeehr5584
5 сағат бұрын
Araabaaguuguu 😭😭😭😭😭😭😭
@ShaywuwheSheuwheh-bd8jd
5 сағат бұрын
😢😢😢
@SmeehS-zl7vm
8 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@wanduufayyeeraa-fq2gl
10 сағат бұрын
Waaqayyoosalaleekonafyadadhuu😭😭😭😭😭😭😭🖤🖤🖤🖤💔💔💔💔
@AbdiimohammadiKadri
7 сағат бұрын
Rabbuman ha dubatu😢😢
@MimiDisy
10 сағат бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@HalawaAbdii
7 сағат бұрын
😭😭💔😭😭😭😭😭
@AAa-y1j
9 сағат бұрын
Yarabii biyaa tenafii nagayaa busii
@Zamzam-p8i
10 сағат бұрын
Yaa Rabbii kiyya😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@MûçáåÎluu-s6y
9 сағат бұрын
Oromoo koo yoomuma imimaan ke qoora😢😢
@fakiafakia7020
7 сағат бұрын
uuuuuuuuuuf limmikoo😭😭😭😭
@Hdhd-cb2ce
6 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
11 сағат бұрын
😢😢😢
@FalmataAhmed-tv7
10 сағат бұрын
Galatoomi atis abbee
@AbdiUmer-t8c
4 сағат бұрын
Anollee fi calanqoo nuyadichiisa wani kuni
@BraniBrani-j7u
10 сағат бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Tiyaagi
4 сағат бұрын
😭😭💔💔
@Magarsaoro
4 сағат бұрын
Abdul waa sigaafadhaa KZbin channel kee kana malee niqabdaa waa'ee barnoota
@Radya-f6x
10 сағат бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭
16:02
Sumayaan durriyyee nutti bitte😭 ciida Ayyu fi saiod mimoori hachiisiifte.
Yasu Birra
Рет қаралды 1,8 М.
20:30
🛑Muktarf uffata bitefi Surprise godhe muktar baye gamade ww🥰
MUKTAR TUBE
Рет қаралды 4,5 М.
00:57
風船をキャッチしろ!🎈 Balloon catch Challenges
はじめしゃちょー(hajime)
Рет қаралды 86 МЛН
01:00
Who's spending her birthday with Harley Quinn on halloween?#Harley Quinn #joker
Harley Quinn with the Joker
Рет қаралды 27 МЛН
00:16
消防避险训练,消防员用“水盾”逼退烈火!这是训练,也是他们可能面对的日常。致敬!#熱門 #中国
M档案
Рет қаралды 45 МЛН
00:31
Players push long pins through a cardboard box attempting to pop the balloon!
Daily Viral Brief
Рет қаралды 9 МЛН
5:34
OMN Dhimma Aanaa Dharraa irratti deebii Gaafatamaa Kominikeeshinii Oromiyaa obbo Hayluu Addunyaa
OMN
Рет қаралды 2,4 М.
9:23
350 ሺ ይሄ ሁሉ ብር ለዚህ ነዉ እኔ አላምንም
YetenbiTube የተንቢ
Рет қаралды 9 М.
23:33
OMN ODUU SADAASA 20, 2024
OMN
Рет қаралды 3,8 М.
Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
VOA Afaan Oromoo
Рет қаралды 436
23:41
በገዛ ቤቷ ባሏ ፍቅረኛውን ይዞ የመጣባት ሴት(ክፍል 25)
GIRDOSH TUBE
Рет қаралды 42 М.
13:27
ODuu Amme, 20,11,2024
Ahmad Culullee
Рет қаралды 1,4 М.
12:50
🛑Sauda arabian ijoollee Ethiopia 7 ajjeef**.. Taayeen dhaddacharratti.waan ajaa'iba.ministeeronni 2
abdu mobilapp
Рет қаралды 15 М.
10:34
Salphina hagas gayu Manguddoon gocha fokkaata akkasii murteessite..Guyyoo waariyoo.. Ethiopian qophi
abdu mobilapp
Рет қаралды 24 М.
22:37
🛑Fiirrii Sumayyaa Guyyaa Cidhaattiin Nuhatte Sargii Guttu Nujjalla Ballesitte Sallphanee
ADAMA TUBE
Рет қаралды 14 М.
15:47
🔴አሳዛ😭ኝ ዜና ከሰላሌ ተሰማ ሰላሌ ዛሬም እያለቀሰችነው 😭/Oduu caccabaa Salaalee irraa dhagahame
⛪️ንቁሓን Reaction /orthodox mezemure
Рет қаралды 1,6 М.
00:57
風船をキャッチしろ!🎈 Balloon catch Challenges
はじめしゃちょー(hajime)
Рет қаралды 86 МЛН