Biyyiti nama bulchu hin qabdu jechuutu irra wayya. Dhugaa keeti wallaahi kabajamtuu teenya
@HasanTunnee-q7t11 күн бұрын
dirqama nama tokkoo gootee haasofte. ati kan amma si dhibe miidhama Oromoo miti waa argachuu Oromoo tokkoottu si iyyisiisaa jira garuu nama tokko yoo inni ol muldhachuuf taye mataa keessa dhayuun miidhamuma kana caalu nutti fida. haasawuu mitii nama hidhachiisaa gama tokkotti haadachaanuu wal waamaa waliif haa yaannuu uuuuuuuuuuuuu... jarana walii haagalluu uuuuuuuu dhiiga nama irra dhaabbattanii wal qocholinaa uuuuuuuuuu dalga wal hin waraaninaa wal hin facaasinaa uuuuuuuuuuuuu. waliif garaa laafaa maaloo tiruuwwan koo uuuuuuuuuuu. wal hin fixinaa uuuuuuuuuuuuu nama hamaa hin qabnuu hayyoonni keenna sagalee keennaa waan isaan jedhan jalaa dhagayaa fala kaayaa uuuuuuuuuuuuuuu.
@AdbelcadreHasen11 күн бұрын
Qabiischii yomii galma hahaha?
@NaaolRabbuma12 күн бұрын
Siifii jaal sanyin walijaattani qabsoo gurgurattan amma afuufte akka nama sabaaf yaadutti hin afuufin wa'e kee sabni si baree jira. Sanyin akka qabsoo ganee galuu akka ilman qabsof bahe gurguŕattan