Heritage Festival 2023 Edmonton Canada WALGAA MUSIC 2023

  Рет қаралды 11,188

Oromia Heritage Media

Oromia Heritage Media

Күн бұрын

Пікірлер: 6
@QaanqeeBakarwaaree
@QaanqeeBakarwaaree Жыл бұрын
Wwww🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Aliwallaggaa
@Aliwallaggaa Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@iliyaasFurqandadr
@iliyaasFurqandadr Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤ 1:30 1:34
@GezahagnMitiku
@GezahagnMitiku Жыл бұрын
Saboo
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 Жыл бұрын
Bilisummaan biyya Abbaa qabutti hin dhuftu. Yoo dhuftes abbaa biyyicha tola bohaarsuudha. Festivaalli oromoo waggoottan dheeraaf biyyoota lixaatti deemaa ture bu'aa buuse homaatu hin qabu. Biyyoonni lixaa hawaasa akka biyyaatti kaartaa fi Google map irra hin jirre hin jaallatani. Beekamtiis hin kennaniifi. Kaayyoo qabsoo bilisummaa oromoo waggoota 200 fi isaa oliis kana milkeessuudha. kana kan milkeessinu Impaayera Itiyoophiyaa jedhamu jigsinee yookaan dhuunfanneeti. Yoo dubbiin kun siif galtee fi itti amante hawwii garaa dhaabiitii gara harkaan hojjechuutti ce'i. Diaspooraan oromoo fi Abbaan Qabeenyaa oromoo oromiyaan hedduu fuula hi beektu. Dhugaa kana beeknee liqimsuu qabna. Ajajaan Olaanaa Waraana Biyyaalessaa Oromiyaa, WBOs, Jaal Marroonis isin hin beeku. Sababni isaa isin gabaa addunyaa lixaa keessa waan jiraattaniif adda kan baatan gaafa feestivaala qofa. Walumaagala dhichisa itti deebina, dhichisni sagantaa hin qabne dhichisa qofa ta'ee hafa. Sagantaa ogummaa fi beekumsaan hin deeggaramne bu'aan isaa kisaaraa qofa. Waa bitattee galuu qofti si hin bilisoomsu. Waa buufattee, gaafattee, mari'attee, eejjennoo baafattee manatti galuu qabda ergaa jedhun siif dabarsa. Yoo siif gale kun dhaamsa. Irruma hin fakkeessinii Waraana ijaarii Absiiniyaa jalaa bahi. Sirbitu sirbi, morma duwwaa hin Raasin akkuma jedhu wellisaan waan baaneef beeknee yaa raawwannu. Yeroon kun ilmaan Oromoo cufaaf walqixa yeroo hamtuudha. Ajaja keenya akka gaarii isin gorseera. Ergaa isiniif dhaamera. Atis birmadhuuf waan dandeessuun. oromiyaa bineensa harkaa haa baasnu. oromiyaa Yaa oolchinu. Dhaloota dhugaarraa maqe akka hin taane of yaa eeggannu! Ormi akka kokkolfaa nu hin genneef jabeessinee wal ni to'anna. Galatoomaa! CC: - Diyaaspooraa oromoof - QBOf -Gamtaa Qeerroo Bilisummaa Oromoof Oromiyaan Biyya Injifannnoon Uummata Bal'aaf Hagayya 17, 2023 #ofirra dabarsi adaraa
@marknalberta
@marknalberta Жыл бұрын
I can't believe how many people still supported this even after they banned Russian Canadians.
Heritage Festival 2023 Edmonton SHAGOYEE MUSIC
5:00
Oromia Heritage Media
Рет қаралды 7 М.
Oromo Heritage Festival Edmonton 2022 Arsii Music Aadaa Tenna Bareduu
7:02
Oromia Heritage Media
Рет қаралды 44 М.
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 18 МЛН
Как Я Брата ОБМАНУЛ (смешное видео, прикол, юмор, поржать)
00:59
Don't underestimate anyone
00:47
奇軒Tricking
Рет қаралды 28 МЛН
Latest Kalenjin trending song HARUSI CANAN by kalya Ambassadors.
5:35
Kalya Ambassador
Рет қаралды 77 М.
HERITAGE festival oromo music 2024 Canada 🇨🇦
6:44
B&B SHOW
Рет қаралды 1,6 М.
New video clips from Oromo Edmonton Heritage festival 2022
6:19
Shasha Tube
Рет қаралды 30 М.
Apache Sunrise Dance
7:04
Clay Walker
Рет қаралды 66 М.
Sirba afaan oromoo haaraa 2023: Oromo music | Oromotiktok
3:50
NAZEB MEDIA
Рет қаралды 42 М.
Edmonton Heritage Days 2017, Tigre Dance Followed by Tigrinya Dance
18:04
Eritrean Community Association of Edmonton
Рет қаралды 35 М.
Heritage Festival Edmonton 2022 Oromo Music Iyyassee & shagoye
5:58
Oromia Heritage Media
Рет қаралды 6 М.
HERITAGE FESTIVAL NEW OROMO MUSIC 2024 OMI ENTERTAINMENT
4:22
B&B SHOW
Рет қаралды 2,7 М.
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 18 МЛН