Yaa habiibitii tiyyaa qalii mashaa Allaah rabbiin sirraa haa jalatuu you tuben kee waan keyrii qofaa of jalaa qabaa yeroo hedduu si dinqisifadhaa wlh mashaa Allaah akkanumattii ittii fufii yotube yoo banataan akkaa kee kanattii dalaguu ykn ittii dhisuu atiin tunii bar namarraa hin hasoftuu maal hin jettuu kaan hin jettuu namonnii hedduun birrimaaf jechaa waa. Hin tanee maxansaa fknf kan akkaa ummu ajaboo kaa sa,atii 24 homaa namaa hasa,a oltuu kan akkaa misoo namaa hedduu isaan atii maraa keessaa hin jirtuu lubbuu mashaa Allaah rabbiin harkaa ketiif ijaa keetif fayyaa siif haa kennuu umrii dhertuu fayyaa wajjiin rabbiin sif haa kennuu yadaa muradaa kee rabbii sif haa gutuu ishaa allaah
@RuqiyyaaADaga2 күн бұрын
jazakillah yaa uktil karima❤rabbii ñama dhagahee itti fayyadamu rabbi nuhaatasisuu🤲waan diinii malee malayanii ilma ñama post gochuu mitii laalunuu nun barbachisuu iddo khayris iddo maasiyas namatu of dhaabaa. namni bara kana waan ofii hindalagnee namagorsaa olaa kanafuu rabbi ilma ñama jela deemurra rabbi nuhaa tiksuu❤