Anii yeoman hirko Ijan agree kolfii naaf dhufaa hirko koo
@tydg9853 Жыл бұрын
Wayyoo Waaqoo wallaahi nama akka Waaqoo na kolfisiisu argee hin beeku Aartiin sumaaf kenname diraamaan inni keessa jiru hundi natti mi'ooftim daawwadhee hin quufu❤😁
@abdiiahammad5076 Жыл бұрын
Baay, ee akka ajaa, ibaa natti tole jabaadhaa itti fufaa
@ImamLikasa Жыл бұрын
Diraamaa walirraa faffageessitanii hin baaasinaa Namni hojii dhiisee yoom gadi dhiifama jedhee eega waan ta'eef kun hojii nama dhorkuu jedhama.❤❤❤❤❤
@miserms4091 Жыл бұрын
Kkkkkkkk
@عبداللهعبدالله-ب3ث6ت Жыл бұрын
Bayye na kofalchiste thank you❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dhibbarra dhibba
@BurtukaanzawudeZa_burtukaan Жыл бұрын
Wawoo ebifaama baayee bareeda barumsaa gaarii dha ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️