Hiree drama kutaa 57

  Рет қаралды 128,960

Hiree Drama

Hiree Drama

Күн бұрын

Пікірлер
@amartiadane3181
@amartiadane3181 5 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan maatiin Hiree ❤❤❤ warii maatii hiree jalatani 👍 Like nafi godhaaa please like ❤har'aa tokkofani ilalee shubaa har'aa sii qanessee rabbii 😳😳😊😊😊😊😁😁😁😁urjii fi Abdiin waali loluuf moo 😭😭😭😭
@turungoosilash7661
@turungoosilash7661 5 жыл бұрын
Kadhaa like warraa Habashaa nuut hin fidinaa
@ljesus9008
@ljesus9008 5 жыл бұрын
@@turungoosilash7661 kkkkkkk😃😃😃😃😃
@amartiadane3181
@amartiadane3181 5 жыл бұрын
@@turungoosilash7661 akka waraa habeshati otoo waal jajabesinee silaa essaa genyee waal tufachuu dhisnee ✏✒✏📝📝📝
@turungoosilash7661
@turungoosilash7661 5 жыл бұрын
@@amartiadane3181 lakkii tufiifi mitii anis kanaa yeroo baay'ee jedhee kessaa darbee channel ijoollee Oromoo barbadeen subscribe godhaa ani kaniin jechuu barbaduu yeroo baay'ee maaloo garaatti banaa like nuu dharasisee jedhanii fa'aa yeroo baresaniinii argaa anis ilaaleen zabanaa malii kessaa jiraa waan hojjenu fi dubbannu kan walii walalee jedheen Dinqaa hangaa ammaa baay'inaan ijjoollee Oromoo irraatti amala akkas hin arginee walii jajabeesuu diraamaa ani akka dhunfaa kootii sirba dhaggeeffachuu hin jalaadhuu garuu sirbaa Oromoo tokko yoon argee naan banee sagaleen silent irraa godhaa akka abbicha sanaaf view baay'atuuf namni kamuu walii jajabeesuu qabanaa
@amartiadane3181
@amartiadane3181 5 жыл бұрын
@@turungoosilash7661 yadaa ketif galatomii obboleti koo 😘😘
@jiituuamboofinfinnee9104
@jiituuamboofinfinnee9104 5 жыл бұрын
Dursaa like❣ naf godha Sinan jaladha hundaa keessan 🌹🌹🌹🌹🌹 hiree 1 🌹gne
@ASTERMEDIA1
@ASTERMEDIA1 5 жыл бұрын
😍😍😍😍😍
@jiituuamboofinfinnee9104
@jiituuamboofinfinnee9104 5 жыл бұрын
@@ASTERMEDIA1 ❣💋🌹❣🤝🤝
@jiituuamboofinfinnee9104
@jiituuamboofinfinnee9104 5 жыл бұрын
@@ASTERMEDIA1 ❣💋🌹❣🤝🤝
@alemtsehayregene1859
@alemtsehayregene1859 5 жыл бұрын
Oke👍👍❤👌
@jiituuamboofinfinnee9104
@jiituuamboofinfinnee9104 5 жыл бұрын
@@alemtsehayregene1859 Galatomi %%%
@saratolera572
@saratolera572 5 жыл бұрын
Hiree namni jaalattan 👍👍👍👍👍godhaa
@nafisaanafisaa1853
@nafisaanafisaa1853 5 жыл бұрын
enuu qabdii urjiin siimalee
@yeroosaantube8095
@yeroosaantube8095 5 жыл бұрын
Wooow baye namatitola
@aymanhachicho4335
@aymanhachicho4335 5 жыл бұрын
Namaati tolaa
@طيبةافوكادو
@طيبةافوكادو 5 жыл бұрын
Jabadha baaye namati tola urij abdi 😍😍😍😍😍
@jibrilxahir4610
@jibrilxahir4610 5 жыл бұрын
Mayee namti tolaa jabadhaa
@talileeabdii7602
@talileeabdii7602 5 жыл бұрын
Uuuufff ati qaboo baay.ee na mararte mee namni haadha ofii jaalatuu like
@tananyragasa8055
@tananyragasa8055 5 жыл бұрын
Diramaan hiree bayyee namatii tolla jabadhaa. Keessatuu. Didaa fi Abdii. Shamaree keessaa moo hurjiiii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hawidegaga3127
@hawidegaga3127 5 жыл бұрын
Jabaadha hedduu namati toltuu barumsaa qaba urjii fi abdiin inumaa wal madaaltuu isiin lachuu qeerroo fi qarreedha😍😍💪💪❤💚❤👌💯✔✅
@feenaanjesus2069
@feenaanjesus2069 5 жыл бұрын
Wwwww bagaa nagaan dhuftaan qommowwan koo bayyee siin jaladhaa Sin kabajaa ulfaadhaa 💓💓💓😍😍😍😍😘😘😘😘😘♥️❣️❣️♥️♥️♥️❣️❣️
@حموديعبدالغدر
@حموديعبدالغدر 5 жыл бұрын
woowow baagaa naagaan dhuftaani maatii diraama hire baayeen siin jaallaadhaa nuuf jiraadhaa laamii koo ❤ ❤
@susiyeorolij5015
@susiyeorolij5015 5 жыл бұрын
Baga nagan dhuftan jalqaba natu ilalee hardha me warrii hiretti gamaddan like godha
@ababachfayera826
@ababachfayera826 5 жыл бұрын
Maaloo wel come baay'ee isin yaadeera jirtuu baga nagaan nuuf dhuftan
@ebisekaa11
@ebisekaa11 5 жыл бұрын
Wayi haadha ofii 😢😢 Shubakoo ha.ra salphateka 😂😂 Maati hire isin jaladhaa😍😍
@moniiyeewelgalijii5227
@moniiyeewelgalijii5227 5 жыл бұрын
wowowow matii dirama hiree bagaa nagaanii dhuufaanii😍😍😍😍😍😍😍😍Mee warii akkaa kiyyaa diramaa hiree jalataanii kessaatuu qaboofii hadhaa Qaboo warii jalataanii Like naa tuqamee hadaraa I love diramaa hiree i love tow mach
@marsiyoutube8473
@marsiyoutube8473 5 жыл бұрын
Qaboo fi hadha isa uuffffffu dhugaaa baay'ee natti dhagahamee.rakkin keessa waanuma biyya keenyaa keessatti mulachaa jiruudha!😭,,,,,,,,,, baay'ee isinin Jaalladhaa❤❤❤❤
@alhaamdulillahhulumnagara6922
@alhaamdulillahhulumnagara6922 5 жыл бұрын
Well come hiree qufun dadhabe fb irati ilalan ture namni qabof harme qabo jalatan like me
@walataayohaniskebede4667
@walataayohaniskebede4667 5 жыл бұрын
bagaa nagaa dhuftaan kabajamoo fi jalatamoo matii hiree baayee sii jalaadha bareeduwwaan koo 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍hawwin sii egana torbee jabaadhaa ergaa guddaa qabaa nuuf jabadhaa goshii
@fatihaiya8134
@fatihaiya8134 5 жыл бұрын
Bagaa nagaayan dhuftaan maatii dirama hiree baay'ee isin jalaadhaa lammiwaan koo haaluma kanan itti fufaa 😍😍😍👍👍👍
@siifaanoromiyaa9977
@siifaanoromiyaa9977 5 жыл бұрын
Bagaa nagan dhuftaan drama hiree baay'ee sinan jaalladha kessaayuu urjii fi abdii🌷🌷🌷💓💓💓💓
@habebaahmad6328
@habebaahmad6328 5 жыл бұрын
Baga nagan dhuftan maatii hirree sinaana jaladhaa qomowaan koo oromoo koo
@Omturkey2028
@Omturkey2028 5 жыл бұрын
Wowwwwww baga nuf dhuftan isin yanne I love you hirmatota dirama hirre hundaa kessanu
@anesias6070
@anesias6070 5 жыл бұрын
Baga nagan nuedan
@urjiishawaa7617
@urjiishawaa7617 5 жыл бұрын
Bagaa Nagaan Dhuftan Mattii Diramaa Hiree Sinjalanaa 😍😍😍💞💙💛💚💚💓
@abdinjiraizr1026
@abdinjiraizr1026 5 жыл бұрын
Abdii Fi Urjii lammata hasaa ammaa kana isinnirraa dhagahuu hin fedhuu ani Jalaalaan waliif obsaa Urjii atimmoo yeroo hunda Jireenyake dabarsiteen of hin cepha'in waaqayyoo waan haaraa qophessee fuulake duraa sif kaheraa. Ati Abdi cacaquu hin barbaachisu isin waliif haraa miitim jabaadhaa oroomookoo isin jalladhaa...... Shubaan atimmoo qelqel hin jedhin kkkkk
@kookeet371
@kookeet371 5 жыл бұрын
Wel come film hiree
@keetuunaabonsaayesusoromoo433
@keetuunaabonsaayesusoromoo433 5 жыл бұрын
Wooòoow wooòoow baagaa nagaan dhuftan maatii Hiree kabalaa kee yaade moo
@gexeeyeetawadoolij7836
@gexeeyeetawadoolij7836 5 жыл бұрын
Uuuuuuuufffffff urijii jalalii sifii galluu didee moo akkamii namaa arasituu waqayyoo walii gallatee issini yaa keenuu 😘😘😘😘
@arabearabe4358
@arabearabe4358 5 жыл бұрын
Wwwww maashaalaa gaaruu diraaman hire gaaruu maalif naamaa toolaa👉👉👉👉👉
@oromiyaaharmeeJ
@oromiyaaharmeeJ 5 жыл бұрын
Damma caalaa mi'oofttii hireen hardhaa 👏👏👏❤❤❤❤
@abdiahmed8418
@abdiahmed8418 5 жыл бұрын
Drama oromoo kessa kana qofaa barenii itti nuf jabadhaa oromoo koo
@galmaadhugaafjiraadhugalma435
@galmaadhugaafjiraadhugalma435 5 жыл бұрын
Well come qomoo koo bagaa nagaan dhuftanii hireekoo😍😍😍
@sofiabint8019
@sofiabint8019 5 жыл бұрын
Maatii hiree bagaa dhuftaan isiin jalanna😍😍😍😍
@fahmiroobe1698
@fahmiroobe1698 5 жыл бұрын
Lake sheer sheer itti roobsaa yaa oromoo koo diraamaa baayyee dansaadhaati
@arsiiasallaethiopia3323
@arsiiasallaethiopia3323 5 жыл бұрын
wowwww baayy'ee namati tola diraman hiree nuuf jiraadha jabaadha
@ለንጻላማዳምሰአግዝብርጠለ
@ለንጻላማዳምሰአግዝብርጠለ 5 жыл бұрын
Well Com hirree Koo dhugaa bayyeen siin jaladhaa
@caaltuuoliqaa129
@caaltuuoliqaa129 5 жыл бұрын
Wow mati dirama hiree nuuf jabadha
@belayineshhirko9738
@belayineshhirko9738 5 жыл бұрын
Wooooow bagaa Nagaan dhuftani
@leellooetichaa9418
@leellooetichaa9418 5 жыл бұрын
Jabaadha matii hiree hundii
@chalidufera3562
@chalidufera3562 5 жыл бұрын
Wowww bg nagaan dhuftan mattii diramaa hiree ❤️❤️❤️bayyee nattii tolaa ittumaa fufaa...
@birke9166
@birke9166 5 жыл бұрын
Wow heree dhuguma herredha dirma bayyee nama barsisudha galatoma qophesitota dirama hiree
@bilisummahawwiinkooyaarabb5050
@bilisummahawwiinkooyaarabb5050 5 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftan maatii Hiree uuuuuuffff Abdiif Urjiin wolii Dhabuu hin qaban bayy'ee rifaadhe dhumaraati Urjii bayy'ee Dogogoorte jirta jecha akkasi Abdiif dhiyeessuu keetif Abdiin siif jecha waan meeqa ta'e kana hundaa dagaate Oduu namatin Abdiin ani sii hin madaalu jeta 😳😳🙉🙉🙊🙊🙊😔😔😔bayy'ee siti mufadhee dhugaa torbee dhuftuu yoo Abdii dhiifama gaafte woliiti Ararraamntan jaalala keessan mi'awaa saniti yoo hin deebine Dirama keessanu dawwaachuun nama dabaara 😔😔😔🤭🤭 hadaara torbee nu gammachisa hardhaa bay'ee rifaadhe dhugaa rabbii.osoo Dirama hin laale Commenti irrati wolii dhabdee Abdii fi Urjii yeroon dubbiisu.
@shamasiyyaadodollaabalbalt5353
@shamasiyyaadodollaabalbalt5353 5 жыл бұрын
ANNAAA DHUFFU hirree baggaaa nagayanii nuu dhuftani garruuu daqiqaa nuu dheressaa jazk
@belayineshtureturenwaqaayy1980
@belayineshtureturenwaqaayy1980 5 жыл бұрын
Bagaa nagaadhan. Dhuftaan diramaa Hiree. Gallaatomaa guddaa
@eyarusbirhanuu7028
@eyarusbirhanuu7028 5 жыл бұрын
Baga nagani dhuftani warii hiree jaalatani like❤❤
@oromia2424
@oromia2424 5 жыл бұрын
Bagaa nagaa dhuftaan hirree isin jalan mati kenyaa ❤💚❤🙏
@metiid6750
@metiid6750 5 жыл бұрын
Matiwan hire dirama hundinu sin jalana Baga nagaa dhufatani urjii fi abdin please wali hin dhabina i love you hire drama
@richoo732
@richoo732 5 жыл бұрын
Diramaa hireef jechaan ganaman ka'ee ijo like naa gadhisaa sinin jaladhaaaaa hire koo💔💔💔💔💔💔
@sabontuushawaa5311
@sabontuushawaa5311 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuffff hiree koo bagaa nagaan dhuftan diramaan kunii osoo guyaa dhaan tahee baayyee natii tolaa turee😍😍😍😍😍😍😍😍
@djwilii5559
@djwilii5559 5 жыл бұрын
Hedduuuu.......gaaru addan kuukutun keessaan gaarii hin taahu .Jabadha
@hawwiihajji6788
@hawwiihajji6788 5 жыл бұрын
Diqiifoota hiree dirmaa hundaa keessani isaani jaladha me warrootan hiree jalaalatani hundii like naf godha me?
@sifanitube3654
@sifanitube3654 5 жыл бұрын
Dafa like naa godha!😀😀😀😀😀😀👈👈👈👈👈👈👈👈👈👈👈👈🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆🙆
@rahaabintiimusxafaa4415
@rahaabintiimusxafaa4415 5 жыл бұрын
Hireeto Me Namni hireef yaadu like Urjii Fi Abdin Uuuffii Garaa na nyaattan😭😭😭😭😭😭😍😍😍
@nmziedan
@nmziedan 5 жыл бұрын
wwwwww anna dhufuu hirree koo jabadha sanyiwwan koo 💚💚💚💚💚👍👍👍👍👍👍
@mustobintmahmedggy7542
@mustobintmahmedggy7542 5 жыл бұрын
Wow baga ngy dhuftani hiree koo 😍😍😍😍😍😘
@sifanitube3654
@sifanitube3654 5 жыл бұрын
Ana dhufu jedhe hiree keenya noruu!!!💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💟💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💜💜💜💜💜💜
@alfiyaamahammad9111
@alfiyaamahammad9111 5 жыл бұрын
Bagaa nagayaa dhuftaani matii hiree😍😍😘
@seenaadufaa370
@seenaadufaa370 5 жыл бұрын
😂😅😂😅😂😗😘😍😍❤❤❤❤bagaa nagaanii dhuftaanii maatii hirree baay'eenii isini jaaladhaa
@makkeiahmakkeiah5077
@makkeiahmakkeiah5077 5 жыл бұрын
abdii jechaa urjii hubadhuuf issin sii jibaaf mitii yoo issin wolii mufataan diraamichii bareduu dhugaa dubachuuf urjii fi abdiin bayee nama hawaatuu kanaaf dirama hiree jalanaa pls abdii 😍😍
@saramucaayesusi5274
@saramucaayesusi5274 5 жыл бұрын
Ujiikoo sumaan jalladhee annii mee kan urjii jallataan mee like 😍😍😍 hadhaa qamoo koo uuuuffff hadhaa ofii maluumaa godhuu garaa bishaan gotee hadhaa qamoo bayyee si jalladhaa harmee ofi nama yachichistaa
@gannitjaw4624
@gannitjaw4624 5 жыл бұрын
Wwwwww bagaa nagaan dhuftani matti hire bay,ee isn jalanaa
@sisaywwow8757
@sisaywwow8757 5 жыл бұрын
baay'ee nama gammaachissaa dhugaa barrumsaa guddaadha Kutaa 58ffaa maloo ani baay'ee siin jaaladha dhugaa urjii fi abdii waal maadaltu waal jaaladha 😍 harkii kophii kana barresse baay'ee ulfaadha
@josephmakary3015
@josephmakary3015 5 жыл бұрын
drama hiree baye namat tola itifufa l love yue😘😘
@ceritotesgera8023
@ceritotesgera8023 5 жыл бұрын
Uuffee,hireen hireedha.jabadhaa qomoko.l
@islamumaajiruukotiiislamum8001
@islamumaajiruukotiiislamum8001 5 жыл бұрын
Wawawawawa bagahaa nagahaa dhuftanii
@maadiibollwoodtube4764
@maadiibollwoodtube4764 5 жыл бұрын
Jirtuu ijollee Oromoo Essaa Jirtuu Hirree Ilallaa jiraa jedha ❤️❣️❣️
@Shames-yg7ev
@Shames-yg7ev 5 жыл бұрын
Bagaa nagaah dhuftaan Matii hiree
@selambegeta1488
@selambegeta1488 5 жыл бұрын
Wow bagaa dhufttaan anaa dhufuu warrii akkaa kotii hiree jalattaan like gac naaf godhamee@@💟💞💞💞💞🙏🙏🙏
@fammii1234
@fammii1234 5 жыл бұрын
Bagaa nagadhan dhuftaa matiwwaan hiree 💓💓💓💓💓💓💓💞💞💞👍👍garuu please abdii fi urjiin nuu rifachisina diramaa kanaa jalalaa keessantuu barecharaa maloo wolitii arinaa 😢😢
@grnadprime5569
@grnadprime5569 5 жыл бұрын
Anaa dhufu hire koo baga Nagahan dhufttan Maati hire hundda baayye isin jaaladha jabaadha garu please urjji fi Abddin wal hin dhabina waliif gala male Hadara😢😢😢😢
@sabotuumusilimaadxb8409
@sabotuumusilimaadxb8409 5 жыл бұрын
Wwwwww anaa dhufuu matii diramaa hiree
@fatimafati7498
@fatimafati7498 5 жыл бұрын
Bay'ee baredaa jabadhaa hundi kesaan 😍😍
@zayedalmuhairbi140
@zayedalmuhairbi140 5 жыл бұрын
Annaa dhufuu matii hiree👍👍👍
@mediiarsii5185
@mediiarsii5185 5 жыл бұрын
Wel come hiree koo bagaa nuuf dhuftaan lammii koo isiin jaaladha
@sanyiihcaaluuhundeessa567
@sanyiihcaaluuhundeessa567 5 жыл бұрын
Wwwoo maatii hiree bagaa Nagaadha dhufatani
@aberumengistu683
@aberumengistu683 5 жыл бұрын
wwwwww baga Nagaan Nuu dhuftan 🌷🌷🌷🌷🌷🌹🌹🌹🌸🌸💐🍂🍂
@bontuumulunawmaariyaam6057
@bontuumulunawmaariyaam6057 5 жыл бұрын
BAGAA nagadhaan nuuf dhuftaan diramaa hiree
@qaanqeetube9190
@qaanqeetube9190 5 жыл бұрын
Maatiiwaan Hirre Baayee isiin jaaladha sagaanta keesan Baayeen hordofa Akka Nu jalla addaan hi cine 😍😍😘😘
@nmziedan
@nmziedan 5 жыл бұрын
urjiii fi abdii addanii hin ba'inaa abdii urjii hin dhisinii maliifi jijiramate abdii jabadha waa hundaffuu 💚💚💚💚💚💚💚👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤
@qaanqeetube9190
@qaanqeetube9190 5 жыл бұрын
Abdii Garaa jabaate Urjii Kophaati gatuuf mo 😭😭😭🙆🙆
@desodeso8221
@desodeso8221 5 жыл бұрын
Yuusuf Ibñū Hīśāā dddds
@desodeso8221
@desodeso8221 5 жыл бұрын
abdii urjif waadaa galteefbar. maal tate???
@qaanqeetube9190
@qaanqeetube9190 5 жыл бұрын
Urjiin Kophaa haftee taanan Baay'e nama gadisiisa Dhugaa 😢😢
@famifami5274
@famifami5274 5 жыл бұрын
wowowowow uuuuuuuuuuuuuuf akkam dasii nama jedhaa maloo akkanumati itti fufaa
@gannattolasaa6094
@gannattolasaa6094 5 жыл бұрын
Baga nagan dhuftan maatii hiree ❤️❤️❤️ wayyoo shuuba anoo qooda kee......😂😂😂😂
@abebaararsareba9405
@abebaararsareba9405 5 жыл бұрын
Baga nagaan dhuftan maatii hiree bay'een sin jaallaadha
@almewako6613
@almewako6613 5 жыл бұрын
Bagaa nagaa dhufta maati diraama hiree jaabadha baayee gaaridha
@መልካም-መ6ሸ
@መልካም-መ6ሸ 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuffffffeeee Namaa harmee isaa jaalatuu fi malaqaa Tokkoyyuu ishee irraa hin barbanee Qaboo qofaan argee mee Namni harmee kee jaalatuu like tuqi!! Bayyee namaati tola jabbadha hiree keenya😍😍
@hawajamel3585
@hawajamel3585 5 жыл бұрын
Woyii Abdii fi urjii maali tatanii 😭😭😭mufii Abdii fi urjii argu hin fedhuu anii
@fayenetree3362
@fayenetree3362 5 жыл бұрын
Wwwww bayye namati tolaa jabadhuu
@aliibrahimibrahim6077
@aliibrahimibrahim6077 5 жыл бұрын
Sii shubaa anii halaa kee taqhaa kee fi midhagaa keraa qabamenii jiraa malii naafii wayyaa lataa❤️❤️💋💋🌹🌹
@kiyyasimale7887
@kiyyasimale7887 5 жыл бұрын
Woww baga nagadha dhuftan galatomi matii hiree 😘😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍bayye isin jaladha mati hiree hunda
@nebirefeyisaa2855
@nebirefeyisaa2855 5 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftaan maatii hiree
@aminasaada7160
@aminasaada7160 5 жыл бұрын
Wowww I love hiree Hundaa kesaan heduu namatii tooltuu
@bestmamiye4071
@bestmamiye4071 5 жыл бұрын
Hireen hire kodha welcome mattif hordoftota hiree Ya jiru shubaaa
@bestzamzamiiarsii2002
@bestzamzamiiarsii2002 5 жыл бұрын
Wwwwooowwwwww bagaa nagayaan dhuftaan hiree iLove you hiree
@mahammadaminyaaqubi518
@mahammadaminyaaqubi518 5 жыл бұрын
Baayyee bareedadhaa hoji garidhaa Jabadhaa kan kan caluus isiniraa egaan !
@abdiwabetube144
@abdiwabetube144 5 жыл бұрын
Wow namatti toola heddu gaalatoma issiin jaalana gaaru kaa itti anuu haga arguuf naan ariifaadha daafa addaan nuu jaala hin kuutiinaa obsaan issiin eggaana gaalatoma
@hawiiahmad1476
@hawiiahmad1476 5 жыл бұрын
Maatii dirama hiree baga nagayan dhuftan
@reemoromia2221
@reemoromia2221 5 жыл бұрын
Wowo dirama afaan oromo heedun ilaale garuu kan akka hiree na gammachisee hin jiru jabadha itti nuf fufa hanga torbe gahu hawwiin sin egan
@booniemruyadesaa603
@booniemruyadesaa603 5 жыл бұрын
maatii hiree bagaa nagaan dhuftan yooyaa namumti akka koo hiree baayee eguus jalatus yoo jiraatee ilike it❤❤❤❤
@rahmaramhma8430
@rahmaramhma8430 5 жыл бұрын
Mashaallah ana dhufuu jenne jira dirama hiree keessatu adiifi urjii
@maryamtube1963
@maryamtube1963 5 жыл бұрын
Anii tokofaa lallee hardhaa😋😋😋🙄🙄baga isin calee
@hawaniabebe3624
@hawaniabebe3624 5 жыл бұрын
bagaa sii gargaree
@perlamouawad4906
@perlamouawad4906 5 жыл бұрын
Wowwowoo qophesitotaa maati iree baay'een isiin jaaladhaaaa😍😍😍😍😍😍😍
@ነጃትሙሀመድ0565
@ነጃትሙሀመድ0565 5 жыл бұрын
Hire Baga dhufte sijalna URJI fiAbdi Namatii tolan👍
@djwilii5559
@djwilii5559 5 жыл бұрын
Channel Kiyya .. Jafer Hassan, Jedhu khana Subscribe naaf godhaa. kzbin.info/www/bejne/mH-1hXt3e5qLpbs Channela kanarratti, Waan nama bashannansiisan, nama booharsaan, kanneen akka , Walaloo, Diraamaa gaggabaaboo, Baacoo, jechoota Dinqisiisoo torbanii fi Dokmantarii filmii, hojjannee ykn hojjachiifnee isiniif dhiheessina, maal ree? Qophiin keenya, Afaanota sadiin kan isiniif dhihaatu yeroo tahu, #Afaan_Oromoo #Afaan_Engiliffaa #Afaan_Swahilin. Qophiilee keenya kallattiin argachuuf, Channel keenya, Subscribe, share, like, godhuun nu hordofaan afeerraa teenya. Please subscribe to my new chanel to be the first one to receive all new videos we upload. Thank you. We love you!! Tafadhali gusa subscribe kwenye chanel yangu mpya ili uwe wa Kwanza kupata kila video mpya tunayoachilia. Asante tunakupenda Sana kzbin.info/www/bejne/jmquqWqYp5p-jq8&feature=share
@abadiikoowaaqayyoo6262
@abadiikoowaaqayyoo6262 5 жыл бұрын
Bagaa Nagaani dhufatnii maatii hirree🌹🌹🌹🌹
@munarayyaa3195
@munarayyaa3195 5 жыл бұрын
Wowowo anaa dhufu Baga nagan dhufutan
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 5 жыл бұрын
Bagaa nagayaan dhuftaan diraam hiree
@ebbiseegooftaan6933
@ebbiseegooftaan6933 5 жыл бұрын
Hireen susii natii tateem isin jaaladha!😘😘❤️
@tawahdohaymanote3996
@tawahdohaymanote3996 5 жыл бұрын
Wawww warra hiree ana dhufu .
@makkoadam8287
@makkoadam8287 5 жыл бұрын
Maaloo urjii abdiitti deddebitee an sin madaalu an sin madaalu jettee sammuu isaa hin tuqiin jaalala dhugaa miyooftuu maatii hireee I love you so much😍😍😍😍😍😍😍
Turtii artiist Mahaandis Galatoo waliin taasifame |etv
1:23:20
Hiree drama kutaa 58
27:41
Hiree Drama
Рет қаралды 106 М.
It works #beatbox #tiktok
00:34
BeatboxJCOP
Рет қаралды 41 МЛН
人是不能做到吗?#火影忍者 #家人  #佐助
00:20
火影忍者一家
Рет қаралды 20 МЛН
How Strong Is Tape?
00:24
Stokes Twins
Рет қаралды 96 МЛН
Hiree drama kutaa 60
26:12
Hiree Drama
Рет қаралды 122 М.
Hiree drama kutaa 64
29:55
Hiree Drama
Рет қаралды 94 М.
Hiree drama kutaa 59
23:51
Hiree Drama
Рет қаралды 124 М.
Hiree drama kutaa 87
27:04
Hiree Drama
Рет қаралды 211 М.
Hiree drama kutaa 75
33:31
Hiree Drama
Рет қаралды 271 М.
Hiree drama kutaa 84
31:57
Hiree Drama
Рет қаралды 275 М.
Gaadii Hiree|Full Afaan Oromoo Movie 2021
1:32:54
Monet Multimedia
Рет қаралды 760 М.
Hiree drama kutaa 66
25:21
Hiree Drama
Рет қаралды 149 М.
Hiree drama kutaa 55
30:03
Hiree Drama
Рет қаралды 170 М.
Hiree drama kutaa 62
25:29
Hiree Drama
Рет қаралды 110 М.