Ibsa waa'ee mana jireenya guyyaa har'a dhiyaate ilaalchisuun ibsa Prez. Sanyii Idashuun kenname

  Рет қаралды 7,632

CHEFE MEDIA

CHEFE MEDIA

Күн бұрын

Пікірлер: 22
@YoniMoti
@YoniMoti 2 күн бұрын
Jabaadhaa gama kamiin iyyuu isin faana jiraa itti naa jabaadhaa
@YoniMoti
@YoniMoti 2 күн бұрын
Waa'ee mana jireenyya kana yammuun dhagahu gammachuun koo guutuu ta'a waaqayyo gargaaree galmaan nuuf ha gahu
@obsiaje7537
@obsiaje7537 Жыл бұрын
Jabaadhu jabaa namaa! Hogganaa jabaa fi cimaatu sabaa fi biyyaaf wabii ta'aa, itti muddi si waliin jirraa.
@abdiadisu-bq9jq
@abdiadisu-bq9jq 7 ай бұрын
Woow jabaadhaa jabdootaa koo!
@melkamujembere6116
@melkamujembere6116 7 ай бұрын
Jabaadhu Qeerransa eegee hin qaban qaban hin gadhiisan
@yonistudio5055
@yonistudio5055 Жыл бұрын
Baayye gammadeera Sanyi keenya nuf jiraadhu ,✋✋✋✋
@bentidegebassa1679
@bentidegebassa1679 Жыл бұрын
Nuf jiraadhu nutis sii cina jirraa akka wal arginuuf goftaan nu haa gargaruu. Ergaan ani qabu hojii dhabaan keenya akka hojii argatu haala nu mijeessi akka of dandahuuf
@Sumayada
@Sumayada Жыл бұрын
Mashallaa jabadhaa
@ToleshiTeklewold
@ToleshiTeklewold 7 ай бұрын
Nufii jiradhaa jabadhaa Waaqayyoo imoo nu gargara
@abdinugusa7398
@abdinugusa7398 Жыл бұрын
Galatooma! Garuu, teessoon keessan eessa? sheerii bitadheen waa'ee keessan odeeffannoo dhabeen jira? eenyuun haa dubbisu?
@oliidarara946
@oliidarara946 Жыл бұрын
Bayyee nutti tolee Galatoomaa Jabaadhaa Jajjabookoo
@mikyasdereje9584
@mikyasdereje9584 Жыл бұрын
Jabaadhaa
@ZalalamTasfaye
@ZalalamTasfaye 9 ай бұрын
jajjabadhu !
@MenenMerga
@MenenMerga Жыл бұрын
Jebaadha
@dejeneastatikie6358
@dejeneastatikie6358 5 ай бұрын
Hojii gaarii hochechaa jirtu ittii mudaa
@HamdiyatijaniHamdiyatijani
@HamdiyatijaniHamdiyatijani 6 ай бұрын
Sanyikoo
@kayyoonriqichajireenyaati4529
@kayyoonriqichajireenyaati4529 Жыл бұрын
Akkami miseensaa ta'uun dandaa'aama ifaa naaf godhi please
@MariamErko-o9l
@MariamErko-o9l Ай бұрын
Kotuu siifan imaa salphaa
@MelkamuAlemu-n7y
@MelkamuAlemu-n7y Жыл бұрын
Yaada gaariidha jabadha
@Best-2024
@Best-2024 Жыл бұрын
Kun gaariidha Jabaadhaa.Hojiin biroon hojjetamu kan beekuu qabdan A),biyyaaf jechuunis reeshiyoon isaa 1/120,000,000 B) Miseensaaf garuu reeshiyoon isaa Waa'een mana jireenyaa garuu 1/15000 ti. Cophni faayidaa miseensaa fi Finfinnee saba keenyaa qubsiisuu filannoo dursaa ta'uu qaba. Ammas yeroo dhiyootti dhagaa bu'uura keessanii qusannoo akka nu jalqabsiiftan abdanna. Ibsa baatii torbaan duraa ilaalaa mee
@MuleMoke-w4e
@MuleMoke-w4e Жыл бұрын
nuuf jirradhu go koo
@obsiburayu6038
@obsiburayu6038 Жыл бұрын
Nuf jiraadhu nutis sii cina jirraa.
Ethiopia - Qophii Addaa | Weerara lafa magaalaa Adaamaa
44:30
ESATtv Ethiopia
Рет қаралды 3,1 М.
Всё пошло не по плану 😮
00:36
Miracle
Рет қаралды 4,9 МЛН
НИКИТА ПОДСТАВИЛ ДЖОНИ 😡
01:00
HOOOTDOGS
Рет қаралды 3 МЛН
Will A Basketball Boat Hold My Weight?
00:30
MrBeast
Рет қаралды 126 МЛН
Hojii Gabaa Ayyaanaa Tasagabbeessuu Waldaa Caffee Hojii Gamtaa
4:30
AddisWalta - AW
Рет қаралды 1,5 М.
Dr  Abiyyi Ahimad turtii OBN waliin taasisan
55:59
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 895 М.
Всё пошло не по плану 😮
00:36
Miracle
Рет қаралды 4,9 МЛН