Ani bara 2024 dhageeffachuu jira dhaloonni haarowni bara 2099 illee akka ittiin booharan abdii qaba Abdii kedir kibba baha oromiyaa baalerraa Harargee tiyya jaalalli ani isiniif qabu jechaan hin ibsamu isin❤dha🥳
@MohamedHasen-bx8eeАй бұрын
❤❤
@nabroabiye1729 Жыл бұрын
Wow Baay'ee Baay'ee namatti tola Galooooooo💕💕💕💕💕💕👌jabaadhuu leenca keenya weelluu tee tan Gitaaraa dhageefannee hin quufnu yoomuu guyyaa guutuu osoo dhageefannee nu hin dabbaru ok
@abdiibushraa918 Жыл бұрын
Fascinating ❤️ Barcha Music, I ever had. Jollee teenya jabaadhaa nama hedduu boharsaa jirtanii.
Oboo yaa Oboo yaa ,,,,,yaaa qoomoo tiyyaaa fantastic song, I like it!
@temesgenbirru7224 Жыл бұрын
ni dandessa jabadhuu obbolesso from Bedessa right now Denver colordo
@Rukeelluu Жыл бұрын
Urjiileen baha Oromiyaa manguddoo waliin taruuf deemti moo nu jetteet turte qalbiin, edaan hin dhaamne duubaas wahumaat jira jechuudha. Jabaadhaa hojjadhaa, hojii Ali Birraan faan eegalan tabba baasaa...!
@arganeshuba8699 Жыл бұрын
Wow! Well done, young folks. These are truly one of the best cover versions of the timeless Oromo songs. No special effects, no adulteration; just raw and pure performance. Kudos to the performers for helping keep the iconic Oromo songs alive.
@yaballo1 Жыл бұрын
@Argane: well put. I can't agree more. Actually & in my opinion, these young Oromo artists' cover sounds a lot better than the original &/or all the previous covers even by legendary artists such as Alii Shabbo, Alii Birra, etc. Simply divine. I lost count the number of times I listened to this clip/video. Ulfaadhuu. Nagaatti.
@zakirmamude-vl5fk Жыл бұрын
Woooooow❤❤❤❤❤❤❤❤ sirbaa Barca bayyee namatii toludha jajjabbee koo nuf jiradha . Kassaa hojjaa ittiin dhugan kan lastiikaa Osoo tahuu batee Keenyaa kan ganama San osoo tahee bayyee tola ammale barreddadha yaadumaa kotii kun
Galata yeroon si dhageefadhu yaadaan of duuba deebi'e Sirboota durii kan dhama qabu kan miira namaa keessatti hafu na yaa dachiisa galatoomi Galata itti fufi❤💚❤💚💚❤
@anafiro8820 Жыл бұрын
Woooooow❤💚❤ heduu das ja'aa jabadha nutiis dhageyfachun isiini wajiin jirra
@falmataaroorroo2147 Жыл бұрын
Wow..Sirba ilmaan afran qalloo baay'ee natti tola...Miss you Harargee koo...!!
@AhmaadIddirris11 ай бұрын
A😅
@hikachala8674 Жыл бұрын
I have lived with harargee people for more than three years, I haven't word to Express their love towards people. Generally harargee people are especial for me. Jabaadha isiniin jaalladha hojiin keessan ajaa'ibaa
@Galataa & Ibsaa: just wow! Your effort is simply divine/fantastic! Actually & in my opinion, your cover sounds a lot better than the original &/or all the previous covers even by our legendary artists such as Alii Shabbo, Alii Birra, etc [sorry, Alii Birra & Alii Shabbo]. Simply sublime! I lost count of the number of times I listened to this clip/video. Then there is the admirably inviting barcaa/jimaa qaama'uu-style used in this video/presentation. May waaqaa/allah/goofta bless you even more. Horaa bulaa deebanaa. Nagaatti.
@Tibebukumsa-ox9lr7 ай бұрын
You guyes brought the classic back! Ulfaadhaa!!!!!!
@fataboru6528 Жыл бұрын
walle dhamala sha fah with beautiful setting .
@jatanihuka5441 Жыл бұрын
simply the best!!!!! I just couldn't get enough of it!! I watched more than 20 times in just 2 days.
@Ibsaagalamso Жыл бұрын
Thanks bro 🙏
@aliyiidris9923 Жыл бұрын
bareeda , Aadaa Hararghee kana caalaa ibsuu ni dandeessan jabaaadhaa!!
@kebedebilata3512 Жыл бұрын
Wow excellent thanks 🙏🙏🙏🙏
@seadamohamed-nk9kt Жыл бұрын
Baayee gaariidhaa jabaadhaa bakka qalaasa kaasa fayadamtanii garii turee
@bushrajuwaar1882 Жыл бұрын
I,am from mechara ,We love our artist Galata lebu
@madiishaoroo7848 Жыл бұрын
Wwww jabadha
@boruumuussaaburqaa7944 Жыл бұрын
Galoo fi Ibsaa jiraadhaa!
@nasihajemal7275 Жыл бұрын
Boruuu muussaa buqaa🙏🏻 obboolleessa kiya qalii tokkiicha kura galan ❤❤❤
@AdamHassoo-ye4hr6 ай бұрын
Akkasii❤❤❤❤❤
@TewodrosAmare Жыл бұрын
❤❤❤👍👍i have no words to appreciate. just wish you the best my brothers,
@Caayaa4130 Жыл бұрын
Nadhii dammaa caalaa Nama hawwata Galataa koo Sagaleen kee akkam tola Nuuf jiraadhu dhiigakoo ❤️💚❤️🙏
@GadaaFamily Жыл бұрын
Sanyii koo koottu maatii naaf tahi numaatu waljabeessaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wow amazing bro keeps it up to never give up amazing work
@Ibsaagalamso Жыл бұрын
Thank you, I will insha'allah
@wendiyedu9047 Жыл бұрын
Wow Nuuf Jiraadha joollee Teenya Amazing jebadha hin badina❤💚💕💕💕💕💕💕💕
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
@GadaaFamily Жыл бұрын
Sanyii koo koottu maatii naaf tahi numaatu waljabeessaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@abdellamohammed6642 Жыл бұрын
Amazing music! Go Head Bro
@Ibsaagalamso Жыл бұрын
Thanks for listening
@kiya12624 Жыл бұрын
I am absolutely thrilled and filled with inexpressible happiness because I recently had the opportunity to witness an incredibly original and meticulous approach to sound recording and preparation. This experience was nothing short of extraordinary, and it left a lasting impression on me. In the realm of music and audio production, capturing the perfect sound is an art form in itself. It requires not only technical expertise but also a deep passion for the craft. What I had the privilege of witnessing was a team of individuals who had mastered this art and pushed the boundaries of creativity and innovation. What truly set this experience apart, however, was the originality and creativity that permeated every aspect of the recording process. The sound engineers and producers were not content with simply following established norms; they were passionate about exploring new horizons and pushing the boundaries of what was possible.
@jarsooshow4898 Жыл бұрын
Of galata luubu very nice music 🎶 🎵 👌 👏 👍 😎
@jalatuukotuuharargeejalatu2021 Жыл бұрын
Mashaa Allah Mashaa Allah ijara haafaa
@nasiifshow957 Жыл бұрын
Wow Amazing Dhugaa dandeetti tee isa gitaaraa kana baay'een dinqisiifadha
@artanasaliyyii Жыл бұрын
Maatii naafiis ta ii waan ofii
@ammeeqawweeammeeqawwee1621 Жыл бұрын
Wooww akkanattiin isiin beeka ilmaan aayyaa isiiin boonnee bar