IJOOLLUMMAA KOON YEROO JALQABAAF WALDAA DEEME WAAQAYYO NA WAAME

  Рет қаралды 95,001

MO'AA TV

MO'AA TV

4 жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
IJOOLLUMMAA KOON YEROO JALQABAAF WALDAA DEEME WAAQAYYO NA WAAME/ERGAMAA TAAMMIRAT TAARREEQENY

Пікірлер: 221
@sisaysisayi9525
@sisaysisayi9525 4 жыл бұрын
ተወዳጁ አባቴ ፓሥተር ታምራት ጌታ አብዝቶ ይባርክክ በጣም ነው ምወዱክ ጌታ የሡሥ ከነቤተሠብክ አብዝቶ ይባርክክ ባተ እጁ ነው ጌታን ያገኘውት ኑርልን አባቴ ሀሌ ሉያ አሜን
@gebrug7123
@gebrug7123 4 жыл бұрын
ተባረክ በጣም እድለኛ ነህ ቢያንስ ሶንስት ቋንቋ በደንብ ትናገራለህ አየህ እንደዚህ ነው መባረክ
@ayelekenea9282
@ayelekenea9282 4 жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisu kakuun ni bula malee ni waata ameen
@rahelganeti1637
@rahelganeti1637 2 жыл бұрын
Ebbifamii nama waqayyoo inni dubbatee waqayyoo kakusaf amanamadhaa
@rosakejela4503
@rosakejela4503 4 жыл бұрын
Humna addatiif ayaanaan barsiiftuu worship san irmachuuf dhebuu gudaan qaba guyyan galun egaan jira Woooooow yaadaa baayeef gaarii deebii siirri keniitanis
@caaltu3655
@caaltu3655 3 жыл бұрын
Uuuuuuffeeee amen haleluyyaa haleluyyaa Ammmmeeeeeeeammmmmm ebbifammaa nama waqayyoo
@badriaamer7444
@badriaamer7444 4 жыл бұрын
Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen Ammen waqqaayyoo garidha Ammen Ammen goftan bara jirenya kesani ha ebisuu ebifama kana calati darba dema hoji waqqaayyoo hojedha
@banchirgaadajenee2037
@banchirgaadajenee2037 3 жыл бұрын
Wwwwwww bay'ee bay'ee namatii tolaa waqayoo gudaa godhee isinii haa ebisuu ebifamaa dhugaa afanii oromoo hin dubataa jedhee yadee hin bekuu garuu waqayoo dinqidhaa jabadhuu waqayoo sii haa ebisuu bay'ee isinii jaladhaa እግዚአብሔር አብዝቶ ይባርክህ ተባረክ ከዚህ የበለጠ ጸጋ ሞገስ ይስጥ ተባረክ. 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🌾🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@caaltuubaanchee8552
@caaltuubaanchee8552 Жыл бұрын
Wow dhugaa tajaajilaa kana ani afaan oromoo beeka jedhee hin yaadu uffu waaqayyo ayyana isaa isaanif haa bayyisu Bayye itti gammadeera hafaa nuuf jiraadhaa Apostle Tammee❣️❣️❣️❣️
@abdotube6385
@abdotube6385 4 жыл бұрын
Waqayyoo issin haa ebbisu
@Abt943
@Abt943 4 жыл бұрын
May God bless you minster of God Tamirat. Namoota Waaqaa akkasii nuuf affeeraatii muuxannoo jireenyasaanii fi tajaajilasaanii irraa qooddachuu qabna. I am blessed by his testimony.
@abgettube2866
@abgettube2866 4 жыл бұрын
Stay blessed! Jabaadhaa waaqni ammallee dabalee isin haa eebbisu. Addunyaaf eebba ta'aa
@destaergano3121
@destaergano3121 4 жыл бұрын
አሜን ክብር ለእርሱ ይሁን!! You are always my favorite gospel preacher also multi linguistic -Affan Oromo, Amharic and English.
@hannahanna826
@hannahanna826 4 жыл бұрын
ታሜ ተባረክ ተባረኩየጌታ አገልጋይ እንወዳቹዋለን
@mergomulugeta1556
@mergomulugeta1556 4 жыл бұрын
wow!God bless you,you're such blessed,anointed man of God&we love you more.
@shambelture7260
@shambelture7260 4 жыл бұрын
Waaqayyoo sii haa Eebbisuu Erg.Taammiraat Gooftan isiin haa eebbisuu Bayyee Gammaadnee Dhugaa isaa Gooftaa.......... Garuu nuuf Kadhadhuu Tammee.........
@gutemadunfa1000
@gutemadunfa1000 4 жыл бұрын
God bless you man of God. Baay'ee si jaallanna. Dambi Dolloo dhufuu didde naa jedhaani warri moo'a.
@martaadejene6368
@martaadejene6368 4 жыл бұрын
ameen ameen ameen waqayyoo siinii yaa eebbiisuu eebbifamaa
@ababotullu9655
@ababotullu9655 3 жыл бұрын
Waaqayyo siyaa eebbisu afaan oromootin akka nu tajaajiltu abdiin qaba
@wondmagegnudessaofficial1632
@wondmagegnudessaofficial1632 4 жыл бұрын
#Waan guddaa irraa baradheera...dhaloota baayyee baasuudhaaf karaa godhee Waaqayyo guddaa isaanitti fayyadameera...jaalalaa fi kabaja guddaa isaaniif qaba. Sagantaa Afaan Oromootiinis akka jalqaban abdii qaba, Waaqayyo isaan haa gargaaru... eebbifamaa Team MO'AA TV!
@margawaalagamargawalaga3643
@margawaalagamargawalaga3643 3 жыл бұрын
Ebbifami gaaru orromo maati in faakatu turte Garu. Omma miti
@danwonder9150
@danwonder9150 4 жыл бұрын
Gobz journalist GOD bless you both we can learn a lot from the life experience real man of GOD my soul can feel it
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Maqaan gooftaa yesuus haa kabajamu maqaa yesuusitin!!!!!!🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖📚📚📚📚📚
@biliseegudeta4430
@biliseegudeta4430 4 жыл бұрын
Wauuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu Ufeeeee baye toko ebifama dhugaa afan oromo bekta In sene waqani ayana isinif haa bayisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💖💖💖💖🙏🙏🙏🙏👏👏🤝🤝🤝🤝
@badriaamer7444
@badriaamer7444 4 жыл бұрын
Waqqaayyoo isinfaha ebisuu ijooleef mana jirenya kesani❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏☝☝☝☝☝
@gelanachibsa327
@gelanachibsa327 4 жыл бұрын
Wow apostle Tamirat God blesses you more and more. May you ASK the God and tell to the nations about our futurity of this pandemic word wide disease. I like the word ASK that is acronym: A-ask, S-search and K-knock. Mathew 7:7
@ebbaa
@ebbaa 3 жыл бұрын
Yaa namaa Gooftaan Yesuus ani Yihuudiidhaa jedhe ummata isaa tajaajila tureem. of ta'i
@nardosmatiwos415
@nardosmatiwos415 4 жыл бұрын
Stay blessed man of God I have experienced many things from you
@letaguta5296
@letaguta5296 2 жыл бұрын
Galatoomaa Ergamaa Tamirati.
@dibooramucaayesuusi4237
@dibooramucaayesuusi4237 4 жыл бұрын
ameeeeeeen ameeeeen Waaqayyoo bara kee haa ebisuuu R//T//
@seemborak6238
@seemborak6238 4 жыл бұрын
Oooooooooh Afaan Oromoo bekkuu edaa Akkam isinniin jaallaadhuu waaqayyoo dachaa darbii isinnii haa ebbisuu p T love to you ❤️💗👏💯
@boanergesmovement4978
@boanergesmovement4978 4 жыл бұрын
Wow Taammeeko baayyee Waaqayyo si haa eebbisu dhuguma Waaqayyo siwaliin jira. Ijakee Waaqayyoorraa hin kaasin.
@the_new_horizon
@the_new_horizon 4 жыл бұрын
well oriented interview session by two gentle men! May God bless you abundantly! !
@user-rw7ip6ej5t
@user-rw7ip6ej5t 4 жыл бұрын
Wowowww ebifamaa ebifamii mucaa kakuu waqqyyoo isini ebifamii 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤❤❤👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻🎤🎤🎤
@miskuumer2099
@miskuumer2099 4 жыл бұрын
Waaaawoooo Taammee mucaa biyyako eessatti afuurri ke badee baga nagaan dhufte eebbifami dachaa
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Wowowow waaqayyoo baraaf Jireenyaa keessan haa ebbisuu!!!!🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖💒💒💒💒📚📚📚📚😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤
@beezatujo338
@beezatujo338 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifammaa waaqayyoo barf jirenya kesani yaa ebisu Eebbifammaa darba dema Eebafi taha muladhaa kanuma calati Ayaanaa isa isinf yaa bayatu maqa yesusin omtu qabe isn dhabu in dandayin Adunyafi Eebaa ta'a muladhaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♂️🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@derejehordofa4043
@derejehordofa4043 4 жыл бұрын
Wow, waaqayyoo isini haa Ebbisuu Ebbifamaa
@tolawakwarkisa1180
@tolawakwarkisa1180 4 жыл бұрын
Waqayyoo isiiin haa ebbiisuu Next luba Balinaa Sarkaa akka nu affertaan shakkii hin qabi
@naolgebisa3461
@naolgebisa3461 3 жыл бұрын
Eebifamaa rajii taamiraat silaa oromiffa nidanda'ndeeta waaqayyoo siwajiin haata'uu👌
@wayessaolkaba249
@wayessaolkaba249 4 жыл бұрын
Oh man of God! Respect you.
@damitudamitu424
@damitudamitu424 4 жыл бұрын
Aeeeeeeeeeee Aeeeeeeeeeeen Waaqayyoon isini haa Ebissuu Ebifamaa
@efamergaofficialpage
@efamergaofficialpage 4 жыл бұрын
Eebbifamii galoo naman jaaladhu naaf hafeerte. Apostle waaqayyoo si haa eebbisuu. Tajaajilli kee haa bal'atun kadhannaa kootii
@ejetashifera1749
@ejetashifera1749 3 жыл бұрын
Waqayyoo isin haa ebbisuu
@bek0763
@bek0763 4 жыл бұрын
Wooow !! God bless you !!!👏👏👏
@hawii1034
@hawii1034 4 жыл бұрын
Wowoo ameeeeeen ameeeeen nama waaqayyo tamme ebbifa 🙌🙌🙌👏👏❤❤❤❤❤❤
@burtetube243
@burtetube243 4 жыл бұрын
Isini Oromoodha Edaa Beqaa afaan keenya Saba irraa dhalate barumsa ladhu Ergaa Tammirat Gooftaa isini haa Eebisuu Ijoollee kees Afaan Oromoo barisiisi!!
@demusebu6378
@demusebu6378 4 жыл бұрын
Waqayoomul,atakanasifhakenuulafsaaimokeenufkeniihadaakadhatabarbanaa!!!!
@nardsoshifaraayuu4580
@nardsoshifaraayuu4580 4 жыл бұрын
👏👏👏ebbifamaaaaaaaaaaa dachaan ani garu tajalaalia bareeda kan afan oromoo inn bekka naat fakkinee elelelelelelelelelelelelele❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪👍👍👍
@lamisafkebedeofficial5177
@lamisafkebedeofficial5177 4 жыл бұрын
waaqayyoo bara keessaan haa eebbisu! TAAMMEE EEBBIFAMII
@Danb776
@Danb776 4 жыл бұрын
Bless you man of God
@adugnadeti8745
@adugnadeti8745 3 жыл бұрын
Taammee guddaa eebbifami!
@horamlalisa6226
@horamlalisa6226 4 жыл бұрын
Being Oromo is preordained and it is a gift of God. Disciples preach the gospel from Jerusalem to Judea then Samarian to the end of the earth. Leave your footprint in the sand of Oromia too.
@rosakejela4503
@rosakejela4503 4 жыл бұрын
Bekka garu gafan dura dhaga'e amanun dadhabee baayee isiin jaalallaa gaf biyya gales isiin arguun fedha Eebbifaamaa
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 4 жыл бұрын
Waw baga nagaan dhuftaan,nagaan isiiniif haa baay'aatuu
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 4 жыл бұрын
Ebbifami . afaan Oromoonis akka sagaale waqayyoo barsiiftu Abdiin si egnaa 🙏
@Jesusislord724
@Jesusislord724 4 жыл бұрын
Shalom Apostle! Waqayoo sii habissu. Yoo waqayoo jedhee yeroo tokkoo church kee dhufeen hirimadha. God bless you abundantly.
@godisgoodallthattime3406
@godisgoodallthattime3406 4 жыл бұрын
God bless you man of God😍
@waaqayyoogariidha1741
@waaqayyoogariidha1741 4 жыл бұрын
Wooooooowwwuuu baay'ee nama gammachisa wqy haa ulfaattuu
@yehulashetabdisa1272
@yehulashetabdisa1272 4 жыл бұрын
ebbifaama waqqaayyo isin haa ebbisu
@nanovoice7794
@nanovoice7794 4 жыл бұрын
woow interesting. eebbifamaa
@meseretgurmessa3351
@meseretgurmessa3351 4 жыл бұрын
God bless you Apostl I love you
@denekedemise8835
@denekedemise8835 4 жыл бұрын
God blees u pr tamirat tarekegny
@sarajoseph3908
@sarajoseph3908 4 жыл бұрын
Ameen ebbifama nama waqayyoo
@singitaanyesus8479
@singitaanyesus8479 4 жыл бұрын
Ameeen Ameeen ebbifama waqaayyo sin haa ebbisuu wow nama waqaayyo tamirat bay'ee nama aja'abaa afaan oromoo bekusaa
@rebirabeyeneofficial9831
@rebirabeyeneofficial9831 4 жыл бұрын
Baayyee si jaallanna Eebbifami baayyee !! Jabaadhu kan caalutu si eeggata.
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k 4 жыл бұрын
Ameeen! GBU man of God❤❤🀄
@eyesusyadenal8668
@eyesusyadenal8668 3 жыл бұрын
Sahlom Wakeyo siyaebisu jeradu Ebifema
@robsanalemu4161
@robsanalemu4161 4 жыл бұрын
God bless you. Waaqayyo guddaadha
@jesussaves4444
@jesussaves4444 4 жыл бұрын
I see all comments everybody is surprise how Tamirat is speaking Oromifaa and pushing why he doesn’t preach in oromifaa . It sound like they have poverty language speaker. Relax language is just communication tool it doesn’t matter what ever language he speak the main thing is the message . I love oromifa and other language the same.
@dhhdshhd2804
@dhhdshhd2804 4 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ebifamaa
@gospelsingerderaratakele6832
@gospelsingerderaratakele6832 4 жыл бұрын
Eebbifamaa! Yaada bilchaataadha! Ergaa guddaadha!
@guchbeyene2404
@guchbeyene2404 3 жыл бұрын
Dhugaan ni mo'aa
@dinqeebalaachoo5344
@dinqeebalaachoo5344 4 жыл бұрын
faaruu inni faarsee akkam akkan jaalladhuu W Waaqayyo isaa haa eebbisuu
@hannaakebade8254
@hannaakebade8254 4 жыл бұрын
Ameen ameen ameen
@faarsaaafaanoromoo1264
@faarsaaafaanoromoo1264 3 жыл бұрын
Waaqayyoo sin haa eebbisuu prophecy
@hawimekonnen7587
@hawimekonnen7587 Жыл бұрын
Eebbifami!!!
@werkenshberanu47
@werkenshberanu47 3 жыл бұрын
Wo ebbifaama
@madinahaman6889
@madinahaman6889 4 жыл бұрын
Ameen ameen
@DandisanAsefa
@DandisanAsefa 4 жыл бұрын
waaqayyyoo guddaa isin ha ebbisuu ebbifamaa
@midhosmarttamsgen5716
@midhosmarttamsgen5716 4 жыл бұрын
Wawo ebifaamaa
@asterdabidollowallaggaa3088
@asterdabidollowallaggaa3088 4 жыл бұрын
Safuu geejiba waaqayyoo dinqiidha, rajii tamirat waaqayyo inni si gargaare haa eebbigamu
@g.h.zs.
@g.h.zs. 4 жыл бұрын
Egziabher yemesgen tebarekuuuu
@ShameroBuss-ur3ic
@ShameroBuss-ur3ic Жыл бұрын
Eebbifamaa
@sonaankooluu9950
@sonaankooluu9950 4 жыл бұрын
Thank you Tamiye
@ingridhallmen6333
@ingridhallmen6333 4 жыл бұрын
Namaa waaqayyoo gooftaan koo baraa haa eebisuu.yeroo hundumaa keessi koo baayye isitti gamaadda sababni isaa hafuura qulqullu dhalootaf dheebotaa waan ta'e.
@obsabekele6003
@obsabekele6003 4 жыл бұрын
Eebbifamaa!!!
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 4 жыл бұрын
Haleluya Waaqayyo gaaridha💯
@MideksaMitiku-go5qi
@MideksaMitiku-go5qi Жыл бұрын
God bless Apostle
@ifadebela4949
@ifadebela4949 4 жыл бұрын
Afaan oromoonis taajajil jedhiin
@sinanjirayesus413
@sinanjirayesus413 4 жыл бұрын
Wawuuu ebifa may
@godisgoodallthetime7274
@godisgoodallthetime7274 4 жыл бұрын
ተምራት የምወድህ oromifaa dandesaa wooww
@tesfayefayera7754
@tesfayefayera7754 4 жыл бұрын
blessed!!
@danibultum4444
@danibultum4444 4 жыл бұрын
Elele Tammirat Afaan Oromoo dubbachuu eegalusatiin
@goodnews8612
@goodnews8612 4 жыл бұрын
God bless you both of you
@ketoranasefa8528
@ketoranasefa8528 4 жыл бұрын
Love you man of GOD
@seemborak6238
@seemborak6238 4 жыл бұрын
Wowwwwwww
@meririrphasa2514
@meririrphasa2514 4 жыл бұрын
Ebbifaama
@elazarfikadu5938
@elazarfikadu5938 4 жыл бұрын
God bless you both!!!
@shitodabi9452
@shitodabi9452 4 жыл бұрын
Ebbifaami R.Tam
@eyobroba4494
@eyobroba4494 4 жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisu Ergamaa!!
Inside Out Babies (Inside Out Animation)
00:21
FASH
Рет қаралды 23 МЛН
Iron Chin ✅ Isaih made this look too easy
00:13
Power Slap
Рет қаралды 36 МЛН
Задержи дыхание дольше всех!
00:42
Аришнев
Рет қаралды 3,8 МЛН
Richard Mphepo Kung'alula Boma La MCP, MEC
20:19
Global Gaze Tv
Рет қаралды 2 М.
Hiriyyakoo ijoollummaa #Yaadasaa shirii
47:18
Kiilolee Show
Рет қаралды 10 М.
Nama Jalqabaa, Elikoopterii Shimalaan dha'ee nama  kuffiise!!
24:12
Qaanqee Show
Рет қаралды 24 М.
Inside Out Babies (Inside Out Animation)
00:21
FASH
Рет қаралды 23 МЛН