Oromoon Jawaritti Gammachuu qaba Jettee Yaaddaa ? Gaffii fii Deebi

  Рет қаралды 35,383

jabu React

jabu React

Күн бұрын

Пікірлер: 348
@GalaasaMiftaaho
@GalaasaMiftaaho 13 күн бұрын
Gaafii gaafachun waan bareedadha garu akkatan inni itti gaafate santu sirriimiti akka kootti. Miira tuffi akka nama isaaf qabutii
@FfFf-h1q
@FfFf-h1q 12 күн бұрын
dhugaa jetee achitii dogongoree
@Yasin-Oro
@Yasin-Oro 12 күн бұрын
Sagantaa Ajja'ibatii jabadhu bro kiyyaa jabu vidion keetiis wowo ❤
@SaadaaMohammed-l2z
@SaadaaMohammed-l2z 12 күн бұрын
Mashallaa mucaanii saanyii gotaatii dhugaa jirtuu gafatee gaafatullee mirgaa guttuu qabaa ammalee gaafatuu qabaa mirgaa namaa jequuf hin deminnaa namaa akkanaa nuuf haa baayyisuu namaa jechuuni kaanii waanii jedheetii bonnuu kanaafii nuutii hin wacinnaa ummataa keessatuu ijjoleeni balee mucaa kanaa irraa ofii qusadhaa
@shashaman702
@shashaman702 13 күн бұрын
FREEDOM OF SPEECH AND DISRESPECTING LEGEND IS NOT THE SAME.
@ImraanJihaad
@ImraanJihaad 12 күн бұрын
What you say who is legend
@Jog-1jo
@Jog-1jo 12 күн бұрын
Jawar is legend but not now bro
@shashaman702
@shashaman702 12 күн бұрын
@@Jog-1jo always Man, always
@blackoro528
@blackoro528 12 күн бұрын
Sahibaa jolumaa sitti jiraa sutaa jii ......
@oromia583
@oromia583 13 күн бұрын
Welcome jabuu garuu dhiifama, mucaan kuni jalqaba dubbii balleesse , biyya faranjii keessa firadam yoo taate waan barbaade dubbatees nuti aadaa qabsa nama namaarra guddaa akka itti dubbisantu jira , xiqqoo walallumaa if keessa qaba natti fakkaata sababni isaa jawar kana dhufeef dubbate ture , maal irraa deebi'ee akka inni dubbatu barbaade jalqaba ? Gaaffii karaa ifa taheen gaafachuu qaba ture , fakkeenya kabajamoo keeny qabsoo Amman boode dhuftu ni jirti moo akkanumati haasawan dabrsina !! Jechoota namusan gaaffachuu qaba ture
@ahmedvgg200
@ahmedvgg200 4 күн бұрын
Dhugaa keeti
@jamalahmed6124
@jamalahmed6124 13 күн бұрын
ስጀመር ጅዋር የታለ እያልክ ስጠይቅ ነበር you have to respect የቆሎ ጓደኛህ አይደለም ጅዋር ጅዋር ማለት very clever man intelligent as well
@alamudinahmed1722
@alamudinahmed1722 13 күн бұрын
exactly
@tokkichayassin
@tokkichayassin 13 күн бұрын
Welcome back bro ❤😊
@RiyaadSiraaj-y4w
@RiyaadSiraaj-y4w 12 күн бұрын
Jawaariin yaro amma kana oromon hundii irra gamada miti. Kuni dhugama. ❤
@RiyaadSiraaj-y4w
@RiyaadSiraaj-y4w 12 күн бұрын
Jabu react. Bay'een si dinqisifadha. Bay'ee si jaaladha. Jabaadhuu. ❤❤❤❤❤❤
@adinaanidris2566
@adinaanidris2566 12 сағат бұрын
Welcome back bro jabe❤
@RiyaadSiraaj-y4w
@RiyaadSiraaj-y4w 12 күн бұрын
Wlh vid. Kana bay'een irra gamadee naaf jiraadha ijolle qaqqashtii tiyyaa .❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 8 күн бұрын
❤❤❤❤ Maasha'Allah
@MinwarNuura
@MinwarNuura 12 күн бұрын
Walumaa galatti gurban gowwadha
@ibsaaHararge
@ibsaaHararge 11 күн бұрын
ikoo😂😂
@saleenaoromo9121
@saleenaoromo9121 12 күн бұрын
Walumaa galatti Kun qottiyoodha😝
@AbdiiMustefa-p2u
@AbdiiMustefa-p2u 11 күн бұрын
You are right gaffiin kee,hubannoonkees natti tole ilma warra baalee!
@anise-b2i
@anise-b2i 13 күн бұрын
Welcome back jaabu❤🎉
@FfFf-h1q
@FfFf-h1q 13 күн бұрын
Aboo gafachuun ademsaa qabaa atii durumaa dogongortee
@fayid2136
@fayid2136 13 күн бұрын
Gurban dhiraa bar💪💪💪
@MaakiiTofiqii-lw9ik
@MaakiiTofiqii-lw9ik 12 күн бұрын
faraa saree atuu kaan akaa isati isn lamanu wasakaa 😊
@AbdulbariAmin
@AbdulbariAmin 12 күн бұрын
Jabuu koo jirtaa esa badee bro🙏❤
@ebsaj7332
@ebsaj7332 12 күн бұрын
Holla kanna biyya deport godha please 🙏
@BadhasanAhmad
@BadhasanAhmad 13 күн бұрын
Jabu ka akk ke kan Harmen ke 1k oso desee maal qabdii me wly dhugaa kottii sin jalaadha calchisee🎉🎉🎉
@SaadaaMohammed-l2z
@SaadaaMohammed-l2z 12 күн бұрын
Balee gottaa bayyee qabdii nuuf jajabessaa ilmaani biyyaa ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Quxxiishow
@Quxxiishow 13 күн бұрын
An gurbaan kana dubbiin isaa naaf hintaanee😢😢😢😢😢😢
@tememamusa4762
@tememamusa4762 13 күн бұрын
Shamaa farasoo quftee waan hasoftuu walatee horii wayii
@FamiiMuhammad-j2j
@FamiiMuhammad-j2j 11 күн бұрын
😂😂😂
@muzeman3014
@muzeman3014 13 күн бұрын
Gurbaan kuni ana naaf ta’ee jira❤
@ShukurA-yp5ct
@ShukurA-yp5ct 12 күн бұрын
Nafilee❤❤❤❤❤
@romanjundi8926
@romanjundi8926 13 күн бұрын
Walumaa galatti Mucaan kun wallaalummaa Jabdutu mataa maree jira inummaayyuu itti Cimsatee jira
@oromiya1
@oromiya1 13 күн бұрын
dhifmaa gafachuu qabaa turee badiran badii fidee dhuftee
@RdaKdr
@RdaKdr 13 күн бұрын
Mali jechudhaa 😂😂
@Muudeeshow
@Muudeeshow 13 күн бұрын
Amazing 😮😢😅😅😅😅 Konkaaaa 😢😮
@jennenus1764
@jennenus1764 11 күн бұрын
Konkaadha dhugaa kaati😅😅😅
@LemaZerfu
@LemaZerfu 13 күн бұрын
Jabuu jabaadhu ❤❤
@MadinaSeid-g1o
@MadinaSeid-g1o 13 күн бұрын
Jabu heduu si jaladhaa si kabaja waaloo kamisee iraa jabadhuu
@RiqichaEntertainment
@RiqichaEntertainment 13 күн бұрын
Tokkummà kan caalu jiru❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ifabaastube679
@ifabaastube679 12 күн бұрын
Isiin biyya bira jirtuu nuuti akka itti oluuf buulu yaado hamma keessa jira nuuti WBOF pp irras Abdi qabnu jawee irra malee
@tatawilo3004
@tatawilo3004 8 күн бұрын
Very intelligent young man. He has independent mind. The activist Jawar of yesterday that we all admired and stood in the cold with to protest for, is not Jawar of TODAY. Jawar now is driven by self interest of power, he wants to be the president by any means necessary.
@AsiaShuferii
@AsiaShuferii 12 күн бұрын
Gafiin gafachuun sirimaa garuu akasii akii itii gafii namaa gafatanii😢😂❤❤❤
@JamalMohamed774
@JamalMohamed774 10 күн бұрын
Jabu koo reaction kee guyyaa guyyaan itti fufi reaction males waan biraas prank kknf fidi Yoo Edit siti ulfaate Nama Edit siif godhu biyyaa irraa sooqi Yoo guudate birr 5k 10k kafalif ❤🎉
@Obsajemal-qp2dj
@Obsajemal-qp2dj 12 күн бұрын
Walaalaa wayii
@SafaryAj-j6q
@SafaryAj-j6q 13 күн бұрын
dhugaajete ❤❤❤❤
@Jog-1jo
@Jog-1jo 12 күн бұрын
Dhiroo, qerroon akkaa 2008 hin jiruu ,kanafuu jaween dhisii jartii ke wajin jiradhuu
@madinahhirphoo5547
@madinahhirphoo5547 13 күн бұрын
Jabu jabadhuu❤
@rovana_vlogs
@rovana_vlogs 13 күн бұрын
First comment 🥰
@oro_show1
@oro_show1 13 күн бұрын
Jabu yadamtetam😊
@MuawiyaAbdusabur
@MuawiyaAbdusabur 11 күн бұрын
🥰🥰🥰🥰💓💓💓jabuu riakti
@AjFg-o4j
@AjFg-o4j 11 күн бұрын
Gowwaan hin dhalatin dhalattu hin guddatin ammas wajjin oromoon miiliyeena 60 ati gaaffii gaafachuu mirga qabda garuu jawaar ilmaan kun kami maaliif jette irraa of qusadhuu an garuu wanti siidhaamu rabbi si haa qajeelcha😢😢
@SadaaLencoo
@SadaaLencoo 13 күн бұрын
Dhug jet walhi Garu namni hedhun sit ar jir Garu ati hin arin namit bayef barums te jira ❤
@AbduAhmed-lw9sk
@AbduAhmed-lw9sk 12 күн бұрын
Gawwaa wallaalaa dhama'aa Durriyeen akkana maaaf attentioniin kennemaaf
@CaltuGanna
@CaltuGanna 13 күн бұрын
Dhiifamaa gafaadhu oromoo hoolaa🐏🐏
@RhfRhcr
@RhfRhcr 11 күн бұрын
Gammaduu gudan aka malee🎉🎉🎉🎉❤❤
@SeyfuJundi
@SeyfuJundi 12 күн бұрын
Akka ati gafii itti gaafatte sirri miti jawar metu jawar metu jawar kam mal inni jawar hin beku ture gafiin akkasitti nama gaafataa
@SadiyaKhan-g8j
@SadiyaKhan-g8j 12 күн бұрын
Wlh jabaa lecaa balloon ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Yasin-Oro
@Yasin-Oro 12 күн бұрын
6:22 bikka kanatu naf tahee oromoon waan fedhe waal gafachuun dirqama
@ibsaaHararge
@ibsaaHararge 11 күн бұрын
Ekoo Walaalaan yeroo hundaa hin baleysuum Sirrii jiraam akka isaatii horrii citaa dheduu mucaan😎😝
@AbdisaAbdulkadir
@AbdisaAbdulkadir 13 күн бұрын
Mucaan badiif akkas hin jenne ❤
@YahyaaMuhammed-v9n
@YahyaaMuhammed-v9n 11 күн бұрын
Wayii mashaa allh landan tetanii taphatanii nu dalotti rakachaa jirr😊
@Newgene318
@Newgene318 12 күн бұрын
❤❤❤❤ garuu muccaa of sirresii 🎉
@Quwen-j1r
@Quwen-j1r 7 күн бұрын
Ati wan si galchine dhisi Qarshi libiya san kafli😂😂😂😂😂
@AdamBakare-g4e
@AdamBakare-g4e 6 күн бұрын
Jabu Kenyan qalii jabadhu
@qaliA-e4b
@qaliA-e4b 11 күн бұрын
Ati dhiraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂
@maddaIslaamaa
@maddaIslaamaa 13 күн бұрын
Hayyuttii akkaa feetette dubbachuu hin dandeessu freedom of speech fedhe yoo jiraatelee brother isaahuu akka carraa rabbi si garsiise😂😂😂😂😂😂
@rahimaalirahima3812
@rahimaalirahima3812 12 күн бұрын
Kunii faaraa baalage guddisa badee😊
@freeshow3920
@freeshow3920 13 күн бұрын
Gurbaan garuu haasawaa ni danda'a
@AbdulazizSultan-iw3eq
@AbdulazizSultan-iw3eq 13 күн бұрын
Hamma tokko waan dubbise natti fakka jechuun koo freedom akka isiin haasoftani hin dhageenye
@باشيوسنقارو
@باشيوسنقارو 13 күн бұрын
Welcome jabuu mucaan kuni wabayee balesee holaa
@FatomAbdala
@FatomAbdala 13 күн бұрын
Yomi dubiste iraa hubatee bada holaa usii doqoroo jaldesaa akasiti gafatama motini jawar jechuni motii adunyaa atii bada jaldesaa mata furii
@RedmiMobilephone
@RedmiMobilephone 13 күн бұрын
Welcome jabu🥰✌️
@ibsaaHararge
@ibsaaHararge 11 күн бұрын
tiish Faaraa jedhiin Kana Mucaa Awuropaa keessa ta'ee😝😎
@mgrsa_mhmd
@mgrsa_mhmd 12 күн бұрын
Mucaan Kun dhugaa Rabbii nama siyaasaarraa walabaati yaroo ammaa kana keessatti wanti inni haasawaa jiruuf sammuun isaa hangam takka siyaasa yarootii waliin akka walquba hin qabne miiraa fi hawwii mataa isaa qofa irra dhaabbatee haasawaa jira tanaafuu mucaan Afaan dubbatuun malee gurra dhageeffateenii waa hubatu hin qabu kanaafuu akka ilma namaatti Ani mucaa kana numa kabaja malee nama siyaasaan walqabatee karoora kee ka boruu naaf himi jedhuu bar kuniis numa jira hin jattanii...Yaa Wallaalaa Oromoo dubbachuu caalaa utuu calliftee waan deemaa jirtu qaamaa fi qalbii fi gurraan hordoftee jala buute irra siif wayyaadha.
@Rahma-x7t
@Rahma-x7t 13 күн бұрын
Hollaa akkaketi kuni Afodhabatuu
@GechHair
@GechHair 7 күн бұрын
Dooma samuu Furrii, Jawwar qeequun dura, waa'ee beekkuu si barbachisa. Bitamtuu kana rasasa liqimsisudha .
@daraartu
@daraartu 13 күн бұрын
Waan inni dhufefi atu ni bekta fakkeesu maaltu fide 😊
@Bonsabayana
@Bonsabayana 12 күн бұрын
Jabu baayyee namatti tolta❤❤
@Moti_5G
@Moti_5G 12 күн бұрын
Jaabu atti yeroo gaaffi gaafattu akka qazexessatti gaffadhu male akka xinxaala siyaasatti malif gafatta? Ofii gafaatte ofi debista gaaffi bay'ee namnii kamu gaaffi isa biliisan gaafachu mirga guutu qaba! Naska respect
@FamiiMuhammad-j2j
@FamiiMuhammad-j2j 11 күн бұрын
Saa
@Muudeeshow
@Muudeeshow 13 күн бұрын
😢Gantuu dha Gurbaan😮....
@ShaloKetemaKebede
@ShaloKetemaKebede 11 күн бұрын
Dhugaa jedhee nasiin nuuf jiradhuu nasii nutuu bekaa waan kessaa jiruu
@kanansabaf
@kanansabaf 11 күн бұрын
Dhugaa deebin deebi'ee lesion to bbs interview bro
@UbaxMohamed-xs9wk
@UbaxMohamed-xs9wk 13 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@Yasin-Oro
@Yasin-Oro 12 күн бұрын
8:04 dhugan jirtu kana
@ZaaraMuhammaddin
@ZaaraMuhammaddin 11 күн бұрын
Mucaan kun dandettii jabaa qabaa🎉😊
@FaxumaaXayyibaa
@FaxumaaXayyibaa 13 күн бұрын
Qerroo tam jedhaa badee holaa maata domaa Jazbaa🤔
@girmareta2889
@girmareta2889 12 күн бұрын
Maraattuu wayiidhaa akkuma bifa kee keesi keetis dhoqqeedha. Gaaffii gaafachuu dandeessa garuu maaltu hudduu irraa dachaafadhuu galma keessa ejji siin jedhe? Calmly harka baastee hin gaafattuu turtee? Ergamtuu bilxiginnaa!
@nabilmoh62
@nabilmoh62 13 күн бұрын
Kabaja sin barsisne matin kee bro😮😮
@AhtxTyd
@AhtxTyd 12 күн бұрын
@YahyaaMuhammed-v9n
@YahyaaMuhammed-v9n 11 күн бұрын
Wayii mashaa allh landan tetanii taphatanii nu dalotti rakachaa jirra
@awolababiyaa4652
@awolababiyaa4652 11 күн бұрын
Jabaadhu gurbaa guddadhu
@ZaaraMuhammaddin
@ZaaraMuhammaddin 11 күн бұрын
Jabuu galatomii ❤❤❤❤
@baredinhuseinashiro4019
@baredinhuseinashiro4019 12 күн бұрын
Freedom biyyaa deemi gaafadhuu
@zumalazar9290
@zumalazar9290 13 күн бұрын
Nuf gudadhu garu angafa kee kaabajii
@AbdumajiidAbraahim
@AbdumajiidAbraahim 3 күн бұрын
Dhamaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@abdulsemadmeribo9043
@abdulsemadmeribo9043 12 күн бұрын
Si’ii tuffate akkasi siin jedhe jawaar”akkami naghaa jirtan jedhaan kani siin jedheef “
@Surrichoo
@Surrichoo 12 күн бұрын
Akka seera Interview tti gara qaama faallaa goranii dubbachuun seera miti. Akka Af_gaaffii kanaatti, eenyu gaafataan;eenyu gaafatamaan? Jabuu react n sirrii miti sirreeffachuu qabda!
@xaibaafatima9858
@xaibaafatima9858 13 күн бұрын
Wolumaa galatii baleesiterta dhifamaa gafadhuu guurbaa
@MuussaaDaawud
@MuussaaDaawud 13 күн бұрын
Gayis family naa ta,aa❤
@MaaliMalli-hw6vd
@MaaliMalli-hw6vd 13 күн бұрын
Walumaa galati hiikaan jecha kanaa Kiitabaa qofa binnee bubfna mo waan nugorsitutu jiraa jechuu barbaadeeti
@Hayaat-z3l
@Hayaat-z3l 12 күн бұрын
jiraat jabu ❤❤
@madinahhirphoo5547
@madinahhirphoo5547 13 күн бұрын
Music kee ufumaf dhaggetadhuu😂
@JamaalKaffisoo
@JamaalKaffisoo 7 күн бұрын
Gowwaan balleessee badii ofii san wallaala
@ifabaastube679
@ifabaastube679 12 күн бұрын
Akka ati hayyuu keena xiqqeessite kan miti
@DesalegnGammachis
@DesalegnGammachis 12 күн бұрын
Walga'ii hojii gaggeessitota ofii filateen dursamu ,murtee qeenxeen carraa osoo hin arganne tessorra ka'uun rakkoo namuusa qabachuu akeeka.Namuusni bu'uura hojii kamiti.haafura dargaggumati.Jaawar tarsiimoo isaa deggaruuf dhaggeffachuun waan dhageenye hojjechuun egala.
@Nadhii_galaan_3
@Nadhii_galaan_3 13 күн бұрын
3rd comment 3:37
@AhamedRuseya
@AhamedRuseya 12 күн бұрын
Muca kanna irra dhabadha akka nama tokkotti gaffachu mirgga garu seran hin gaffane
Marii Jawaar Mohammad Waliin: Kutaa 3ffaa
42:40
Kadiro Elemo
Рет қаралды 65 М.
Dubra Moo Heerumte ?
22:04
jabu React
Рет қаралды 241 М.
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 15 МЛН
Tuna 🍣 ​⁠@patrickzeinali ​⁠@ChefRush
00:48
albert_cancook
Рет қаралды 148 МЛН
Gingilchaa: Habtaamuun Lamuu dhiifama gaafate?
30:48
Qaanqee Show
Рет қаралды 89 М.
🔴Hanantu Mansur Argatee Mo Mansuritu Hanan Argatee?
59:09
ifrah mamile
Рет қаралды 30 М.
HIN GAABBU (SEENESSA KITAABAA)
20:08
KALLATTII
Рет қаралды 24 М.
IBSISHA GO Yoom Fuuta Hoo Jaalattee beeytaa '?
20:28
jabu React
Рет қаралды 167 М.
Dhiibba Waldaan Biiftuun Boolee  Aadaa fi Waaqqeeffannaa irraatti Goote
1:55:43
Biftu Bole MY Congregation
Рет қаралды 11 М.
Marii Jawaar Mohammad Waliin: Kutaa Lammaffaa
46:47
Kadiro Elemo
Рет қаралды 57 М.
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 15 МЛН