Jaarsi Kiyya Dubartii Sadii Anarratti Fuudhe

  Рет қаралды 5,461

Gemmechis Teshome

Gemmechis Teshome

Күн бұрын

Пікірлер: 91
@tarertarer3302
@tarertarer3302 9 күн бұрын
Madanitii nama furdisuu fudhadhuu nyaata seraan nyaadhuu ofirraatti hojjedhuu hiriyootaa hamilee si cabsanii irraa fagadhuu❤
@PaulaHelou
@PaulaHelou 9 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤yaada garii qodeef guda galatoomi namni yada kana qodeef kun❤❤❤❤❤❤
@Oromia_27
@Oromia_27 9 күн бұрын
Obboleettii koo Waan gootu 1, ilmaan kee maatii kee bira jiran waaan ta'eef yaada firraa dhiisi 2, nyaata bareedaa nyaadhu ganama ganama Juusa Avocado qabu maangoo wajjiin hojjatadhuu dhugi yeroo garaan kee nyaata barbaadutti nyaadhu 3, yeroo hunda hojii hin ja'in boqqonnaa fudhadhu 3, hiriyyoota Abdii si kutachiisan san irraa fagaadhu ykn hiriyyaa jijjiiradhu 4, ati eega miira oowwaa hin qabaanne maaltu waahee heerumaatiin si yaaddeesse wa'ee dhiiraa gonkumaa yaaduu dhiisi maaliif jennaan ilmaan qabda ilmaan kee Abbaa gaarii hin qaban Callisii lubbuu teetii fii ilmaan keetiif jiraadhu 5, Abbaa manaa kee duraa karaa hundaanuu block godhi inni birrii ati kushiinaa arabaa keeysatti gubattee fiddeef si barbaada malee Jaalala tee Qabaatee miti 6, dubbii Abbaa keetii dhageeysee jaarsa duraatii fii dhiira inni siif filutillee hin heerumi! 7, Yoo muslima taate Salaata kee shanan jabeeysi Soommana kee soommani hiriyyoota baalagee irraa faagadhu rabbii kee kadhadhu. Akkasuma kiristaana taatees Amantii tee waan itti amante irratti jabaadhu siin ja'a 😢😢
@genomuktirnure5443
@genomuktirnure5443 4 күн бұрын
Wolhii dhugaa dhubachuu guyaa tokkoolee nam yadaa kiyaa qodee hin .yaa oboleetii tiyaa qalii hin yadanii waan maraa rabii guyaa waan tahefii hin yadanii samuu ketii yeroo kenii wonii hudinuu nii dabaratii ishaallaah rabii sii haa lafasuu waa baraa Abshirii oboleetii tiyaa qalii 🤲🤲🤲🤲❤️💚❤️😍😘🌹💕💞🥰💖
@Yasmen-fv7ux
@Yasmen-fv7ux 9 күн бұрын
Dhugaa dubachuuf atti jabduudha attii worqeedha ijole kee woojjin jiraadhu wolay ufii kunusii dhirii ufumaa sii barabduuu
@MekiyaKawo
@MekiyaKawo 8 күн бұрын
Yadaa kee ijoollee kee qofaa tasiisii obboleettii koo qalii abbaan mana kee namaa garii mitii atii ammas ummariin kee ganaadhaa lubbuu koo jalaadhuu rabbii sii haa jabeesuu inshallah☝️☝️🤲🤲🤲🤲👈 amshiir yadaa dhisii ❤❤❤❤❤❤
@AstagifurullaywaAtubuuileey
@AstagifurullaywaAtubuuileey 9 күн бұрын
Jechaa ilmaa namaa tokkos hin dhagayiin ufumaa keetii uf jaladhuuti mallaqa keemoo ijollee tetiif wan ittin jirataan qofaa ergifii usjedhii ijollee tee guddifadhuu isaattis hin debi'iin.nama waliin jiraturraa maalgoota yoo Rabbiin sif fidee ka Rabbiin sif jedhee hin dhabduu
@bontusalalee9537
@bontusalalee9537 2 күн бұрын
Uuuuuuuufff bayyee naman gaddissisa dhugaa 😢waaqayyoo siifana yaa ta'u 🙏
@obseobse563
@obseobse563 9 күн бұрын
Ilmaan baga qabaattee ijoollee kee guddiifadhuu qalbii kee gara tokkottii deebiisii sagadii rabbii kee kadhaadhuu fayyaa yoo qabattee hunduu ni dhufaa atii of irrattii hojeedhuu midia of irraa dhiisii namas hin janajjaniin dhugaa waaqa of qofaaf dursaa kennii obbooleettii koo waaqayyoo sii haa gargaaruu😢😢😢😢😢
@hhi4562
@hhi4562 7 күн бұрын
Dhiraa malinaa gotaa obletii tiyaa jabadhuuu damanii gudifadhuu
@wayintasfaye3975
@wayintasfaye3975 9 күн бұрын
Habshiirri habibitti gubaan Abban mana nama gubuu nama gaadi siigodhaa 😢Aanii ofiirrattiini beekka wanta'eefii siifin hubadha habashiirri hin heerumini caalliisii iijoollee kee guuddifadhuu bagaa Rabbiini iijoollee siifi keenne habshiirri
@TolashiAddunya
@TolashiAddunya 3 күн бұрын
Jedhii abbumaa ijolee keti sif wayya hamumaa fedhe yoo hamma ta.e isumaa sif wayyaa
@boontuu559
@boontuu559 7 күн бұрын
Uuuuuffffaaa dhiraa qotoo Akkana waaqayyoo namara ha qabuu anuma qofaan seem😢😢😢Ayii yaa nuyii 😭
@opsiopsaa
@opsiopsaa 8 күн бұрын
Obboletikoo waqayyoon kadhadhuu toorattii kan nama debistuu isaadhaa❤❤❤❤
@warqiigammee
@warqiigammee 9 күн бұрын
Natu dura lale like godha wawu
@GHh-b5t
@GHh-b5t 3 күн бұрын
Uffffffff yaa dubarti😢😢😢😢😢😢miidhaa ishii😢😢😢😢😢😢😢
@Saratagag4857
@Saratagag4857 8 күн бұрын
Dhisii abbaa manaa kee birii kefi malee si barddee maiti ijoolee qabda wani ta efi wa yee dhiraa dhisii ergaa fayaa ke gututi debitee herumuu dadesaa atii amayuu ijoleedha ijoolee kefi jiradhuu ishii hin herumani dhiraa birati yerofi dhisi ijole ke gudifadhuu isnini irrti kabajamataa birii isaa fi abba mana kefi ergituu ijoolee kefi waloti qabii itti hojii tokoo umuadhu dafi biyaa keti debiyii kana calaa iafmaa goachaa hin hafini hin sobaa dhirii 😢😢😢😢😢
@bontufeyisa
@bontufeyisa 9 күн бұрын
Hadhoo koo Amanti qabduun jabeessi waaqa kee kadhadhuu Ijjoollee kee guddiifadhu hojii kee jabaadhu hojjeedhu waa'ee dhiira yaadu dhiisi of dandaa'i jabaadhu dhabaadhu qarshii kees wan argiite hin basiin murtoo maata keeti qabaadhu 😢
@MarthaMartha-e6h
@MarthaMartha-e6h 9 күн бұрын
Obboleetiko malif abdii murat wan ati gochu qabduu yadaa hundum dhisiti boqon samukeeti keeni kan bodami nyataa nyaadhu ciniqii kamirayu fagaagdhu jireenya garidhaa ni jirtaa lubukoo abshir ❤❤❤
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 8 күн бұрын
Obboleeti tiyya kuni huji dhira arsitii hin bekaa 😮😮 atti yoo waa biraa Lee dhabdee hadhaa qerroti Bari isani maraftee Mana kee oifatee akkaa fetee ijolee kee wojin jirachuu dadetaa ❤ atti hamilee akkana ofi hin cabsini yoo dhukubaa Lee kati ofti ati hin benee yoo qabatee yalamii lukku Mana madami yada tole ofi sorii❤😅dhira fi jetee ofi dhiphisin isatisi hin debiyeni biri tee jabbefadhuu demi biyya nama keessaa gali jirenya kee ofadhu ilman kee gudifadhuu baka gudaa gahadhuu isanu harka si qabu boruu yoo ati dadhabdee❤ qabenya qabana yoo fetee abbaa fetee herumte ijolee Lama said yoo irraa arggatee si gahaa ❤
@Masii-tube
@Masii-tube 9 күн бұрын
Akkuma siin jedhame deemi fayyumma kee mirkaneeffadhu jireenya keetiif hin dhiphatiin namni hundinuu tola waaqayyo jiraata.uf wal'aani.uf qabi akka amantii keetitti cimi kadhadhu haalota ulfaatan keessa kan nama basu waaqayyodha.yero kana abba manaa keetiif deebi tokko hin deebisiin ijoolle keetifis hin dhiphatiin isaanis si guddatu.hojii keetti jabaadhu namni har'a haala kee ilaale si baqatu bor haaluma kee ilaale si barbaada. kunis si hin dhiphisiin atumti ufirratti xiyyeeffadhu❤
@SumeyaYusuf-vg2co
@SumeyaYusuf-vg2co 6 күн бұрын
Rabbiin si gargaaru 😢😢😢😢😢😢
@zxczxc3083
@zxczxc3083 8 күн бұрын
Obboletii koo hin dhiphatiin yoo lubbuun jiratee miti kan atti jirenyaa keef dhiphatuu itti dhisii hama lubbuun jiratuti firii ta'i jiradhuu of hin canaqiin 😢😢😢😢waqaayoo sii haa gargaruu 😢😢😢
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku 7 күн бұрын
dura kan darbee dagaadhu of qabii mee waan hundaa dhiisi har'a of jaaladhu kan kaleessa kaleessa darbee bultii biyya Arabaa hin ta'u galii hojii dhunfaa kee bannadhu ofiis walanni akka Amantaa keetii gara waaqayyootti boo'i akkasuma xisammuu kee eegi video gara gara midiyaa irraa kan sammuu kee ijaaru dhaggeeffadhu yaada hiriiyaato kee dhiisi waan gaarii akka ati jabaatu sii taasisu dhaggeeffadhu akka Amantaa keetii gara waaqayyootti boo'i
@tawaahidooamantaakoo
@tawaahidooamantaakoo 9 күн бұрын
Bagaa naga dhuftee!!
@Mery-f1b
@Mery-f1b 8 күн бұрын
Oftahii ati duraa
@GadiseDesalegnr9m
@GadiseDesalegnr9m 9 күн бұрын
Ijjolee kee guddifadhu sanyi koo abban manan keessa sin ta'u❤❤❤❤
@Farida-mb8un
@Farida-mb8un 8 күн бұрын
Ati waan herumaa dhisii hamma sammuu Kee firii godhii of qaqabii waan gaarii nyaadhuu dhugii mataa keetiif dursa kennii sabiyyummaan dahuun haaraa mitii bultiin jeqamuunis waanuma Jiruu waan dhiiraa yaaduu dhisii of bareechii hirriba rafii waan sammuu Kee jequrraa guutumaa gutuutti fagaadhuu yoo herumuu dhiifteeyyuu ati ilmoo qabdaa waan hojjattee bakka itti galtuufii waan galtee hojiin hojjattu wolitti qabadhuu jaarsa ko jettee baalagee gowwaa kanaaf yaadaa ofin fixiin abshir amntaa keetis cimii rabbiin wolitti dhihaadhu gammachuun dhugaa rabbiin bira Jira rabbiin kadhuu ofii keef dursa kenni
@VvvIid-y2d
@VvvIid-y2d 9 күн бұрын
Off ta'ii jiradhu sister nama hin dhagahin da'iman kee qofa guddifadhu, yaada dhis hin yaadin, nyaata kee sirnan nyadhu
@ismaelamaan1463
@ismaelamaan1463 9 күн бұрын
Hiriyaa hamilee si caabsan irraa faggadhuu yaada ofirraa lafaa kayii of kununsii waan rabbii si qoode dhabduu garuu jaarsa keti debi'iin yaadaa kootii
@siifantube1111
@siifantube1111 2 күн бұрын
Mama yaalaa deemi qaama kee guutuu qorachiisi eenyu dura ofiif bakka kenni of yaali scene care baay'eetu jira fayyadami
@hhi4562
@hhi4562 7 күн бұрын
itaa hin debinaa ijolee tee gudifadhuu hatiaa tee siraa jetee
@boontuu559
@boontuu559 7 күн бұрын
Dhiraa Akkana ofira fagesaa please shamaraan kenyaa biyyoo ha nyaataan 😢😢
@Yasmen-fv7ux
@Yasmen-fv7ux 9 күн бұрын
Konkaa dhiraa baraa kanaa dhissii hadhoo koo ,ufii kettiif ijole kettif jiraadhu garaa tiyyaa Abishiri hadhoo koo 😢
@VvvIid-y2d
@VvvIid-y2d 9 күн бұрын
Amantii qabdun kadhaa kee jabessi jecha namaa hin dhagahin Abdis hin kutiin jabadhu rabbi sif haa laffisu
@sabirinaBintiIslaama
@sabirinaBintiIslaama 6 күн бұрын
Ayiii Carraa Kenyaa😢😢😢
@FatumaALIYdalu
@FatumaALIYdalu 8 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢🎉❤❤ufff
@obsewoley9314
@obsewoley9314 9 күн бұрын
Do not pay attention what other people said,have self-confident and get out of stress. Self care is very important and you can't change him, change your self and stop worry
@Kgssft
@Kgssft 8 күн бұрын
Uff biyaa hormaa abshirii kodee too😢😢😢😢😢
@AynalemGurmu-m5s
@AynalemGurmu-m5s 9 күн бұрын
Obboleettii koo Tokkoffaa Ofii keeti ofii jaaladhu Oduu Hiriyoota kee hin dhagaa,iin Abdii hin Kutiin Sammuu kee keessa yaada dhiirri kaamu amma booda naa hin barbaadanii jedhu dhiisii atii kaan Rabbi siifii keene hin dhabdu Waan hojete Qarshii kee qabadhu biyya galii Ijoollee kee argii
@TolashiAddunya
@TolashiAddunya 3 күн бұрын
Ati mañan bitadhuu qarshii kee akka siran fudhanee rabbin kadhuu abban mana kee akka siratu
@ayantujunedi345
@ayantujunedi345 9 күн бұрын
Yoo ati akkati yaade of ajjasaa jirta garuu dura lubbuu😂 teetif yaadi ati ijjoollee dha rabbin waa hunda siif kanee of hin ajjeesinii yaada dhiisi yoon duutes sumaatu lubbuu tee dhaba namni guyya sadin siif booyu ati ammoo yeroo qabrii dheyxees rakkoo kana caalutu si eegata mee gara rabbi keetii garagali qabrii keysaas cinqii malee humaa hin jiran nii of tahii jiraadhu
@sumayaaarsii3605
@sumayaaarsii3605 5 күн бұрын
😢😢😢❤❤❤❤
@AAli-z7i
@AAli-z7i 9 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@MmAa-f9u
@MmAa-f9u 6 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊😊
@UmmuAsiya-g7r
@UmmuAsiya-g7r 9 күн бұрын
Jolle 4 eega qabaatte si gaha dhiisi taha,i Jolle keee jabeefadhu abshir jabaadhu of qaqabi namni wagga 27 ammale jolledha garu jolle ke jabeefadhu
@MekdiGirma-ne7ek
@MekdiGirma-ne7ek 9 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@Hababaye
@Hababaye 9 күн бұрын
Well come game
@ismaelamaan1463
@ismaelamaan1463 9 күн бұрын
Haatii kee dhugaa sin jedhan osooma dhiraa male hafteyyuu jaarsa keetti hin debi'iin atti meeshaa wahitu moo kaan dubbartti waalii lalee sitti debi'uuf Osoo dhiiraa dhabdeyuu jaarsa kee kanati debi'uun yoo jiruu tee gababsuu barbade male Waan rabbiin siif qoode dhabduu
@iyesuusiddooboqonnaakoo5139
@iyesuusiddooboqonnaakoo5139 8 күн бұрын
Yoo ati lubbuudhan fayyaa qabaattee jiraattedha wanta hundaa kan yaaduu dandeessu. Namnis kan siif yaaduu danda'u. Even ijoollee keef ni barbaachista. Heerumuun dirqama kan jedhe eenyummoo? Dursa ati of jaaladhu, ofitti amani, dursa ofiif kenni malee wanti hunduu harka kee jira bareedduu koo
@marayshanshal1322
@marayshanshal1322 9 күн бұрын
😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
@orotube1423
@orotube1423 6 күн бұрын
Garaa nama nyaati hundaafu abdi kutatiini ilmaan keetif jiraadhu dhirii faayidaaf qoofa nama barbaada yaadda dhisii raabin nama gaari si haa fiduu
@sallyhaddad699
@sallyhaddad699 8 күн бұрын
Uuuuffff😭
@sobbontuoromo2508
@sobbontuoromo2508 9 күн бұрын
an akka mataa kottii abbaa mana. jedhamu sana irraas nan fagaadha itti aansudhan yaada dhiirri nan barbaadu jedhu san irraas nan fagaadha dhiira sumatu ofitti butas sumatu ofi irraa fageessas waan garaa garaa wan nama furdisus bitii dhugi nyaadhu hirriba gaha rafi birrii ke qabadhu nama tokkof hin ergin ijoolle ke male gaafa biyya galte waan gaari banatte ati keessa dhaabachu eegalte yoo ati umrii 60 taate sirrati wol fixa dhiirrii ijoolle ke bakkaan rabbin siif ha gahu ammoo hiryotan ke kan wan hin taanen hamilee si cabsan irraa fagaadhu yaada koti kun 🫡🥰
@ffomn223
@ffomn223 9 күн бұрын
habiti ati namaa rabini ebisee malifii yo jaettee ati hadhaa imatii kanafuu rabitii shukrii gachii gadii ofii hin qabiniii wa hudaa hin dhaqdaa
@RoseDekmo
@RoseDekmo 9 күн бұрын
Aba manaa keetii hin debiin kan biratile hin herumini .achi boda moo wanti abdii sii kutachisuu hin jiruu kanfuu biyaa kee galii faya ta,u kee lalami san boda moo nyata madalma nyadhu yadda Wani. Jedhamu ufiraa dhisii ijolee kee gudifadhu kan ol biya nama kesaa hin Turin galii kalss 😢rabii seenaa kee sif haa jijiru inshaallh 😢😢😢Abdii hin kutn kun dhamsa kotii?!!
@SifanBeka
@SifanBeka 8 күн бұрын
mana yalaa dhaqii ilalamii vitamin sii baarbachiisuu fudhaadhu sammuukee boqochiissi isaa ulfataa waaqayyoo ummaa keetii kenii abdi hin kutaatiin sichii filatee herumtaa nama sanatiis hin debi'iin jabduu ta'ii😢
@ObsaKelil
@ObsaKelil 8 күн бұрын
Baayyee nu booharsaa jirta yerooo hundaa galgalaafi ganama si dhageeffadha.
@RhamaHussin
@RhamaHussin 9 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FatumaALIYdalu
@FatumaALIYdalu 8 күн бұрын
Ufff jarsa galii
@foziijimaa2080
@foziijimaa2080 9 күн бұрын
Iti hin debi,in
@wayintasfaye3975
@wayintasfaye3975 9 күн бұрын
Habashiirri hin gaaddiinii bashananii
@shamsiyaa7203
@shamsiyaa7203 4 күн бұрын
Dursaaa hiriyotaa hamilee sii cabsani iraa fagadhuu itii asnui man yalaa demii lalami vitaminotaa gargaraa fudhadhuu kayoo qabadhu ufitii amanamuaa qabadhuu Yoo Riyaad jiratee amoo ani Rabiifi jechaa wani atii feten si qarqaraa atii mucayoo xiqqoo dhaa abdii hin tutatin😢
@ifnaanseeyfuu274
@ifnaanseeyfuu274 8 күн бұрын
Anii kaan siif dhamuu yadaa inumayuu hin yadiiin
@sarraayesuusarraayesuu2081
@sarraayesuusarraayesuu2081 9 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔💔
@Yashi-l6p
@Yashi-l6p 9 күн бұрын
😭😭😭😭😭😭
@MameOrotube
@MameOrotube 9 күн бұрын
Anati heerumi
@shibirewayesa2430
@shibirewayesa2430 2 күн бұрын
obbooleti koo akka namaati kani sitti himuu ijolen carraa ishee gudaati dhirii moo yoo bira jiratan male yoo bira demani akkasii kanfi ati ofii ofii iraa dhabachuu qabdaa kana jechuun sifii gala jedhee yadaa harkaan gadii ofii qabanii ofii ke bareduu yookiin imoo jabduu ta.uu kee yoo ofii amaante namaa birafi dhisii waan hundafuu abadii hin kutiin jechii hadhaa kee sirrii dha ;;;;;;
@Tamima-kz6cb
@Tamima-kz6cb 8 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻
@haawiifiqr8954
@haawiifiqr8954 9 күн бұрын
Abshir gift koo 😢
@AstagifurullaywaAtubuuileey
@AstagifurullaywaAtubuuileey 9 күн бұрын
Ijollee ergaa godhattee dhirraaf maaf bayyesitee dhimmaamtaa waaqa ilmaan siif kenne ammaaf amma galatefadhuu
@tawaahidooamantaakoo
@tawaahidooamantaakoo 9 күн бұрын
Uffee 😢 Yaddaa hadhaa kee fudhadhuu garaa biyyaa galii daa'ima keesi guddisadhuu
@RhamaHussin
@RhamaHussin 9 күн бұрын
iNuftA
@Zamu-h5c
@Zamu-h5c 8 күн бұрын
Oboleeti ko dhipina dhiisi qaamne kee siif deebi'a jireenya kee rabbiti dhiisi yoo xiqaate ijoole kee gudisu yaali boru si fayadu ijoolen kee
@Hababaye
@Hababaye 9 күн бұрын
Laki obboleti ko jabdhu of qabi isa darbe dhisi yada ofira dhisi nyaata siriti nyadhu boqona fudhu yada games nan degara wan hunda kan dursu waye faya keti male waya dhira miti waye ijjole ke miti😲
@tarertarer3302
@tarertarer3302 9 күн бұрын
Ijollee kee guddiifadhuu hojjii kee hojjetadhuu birrii walittii qabadhuu of hin tufattiin
@SifaanDarajje
@SifaanDarajje 9 күн бұрын
Anis seena ko sinf qoduu barbada Amiti ergu
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku 7 күн бұрын
gorsa haadha kee fudhu akkuma haatii kee jettee of qabii dura of sirreessi
@KebuChalchisa
@KebuChalchisa 9 күн бұрын
Atuumtuu. Nga hin qabdu.?? Mee maal naaf haa godhuu jettetuu ittii debi'a jettaa?? Saafuu
@Milkiiu
@Milkiiu 5 күн бұрын
𝐀𝐛𝐬𝐡𝐢𝐫 𝐰𝐨𝐦𝐚 𝐦𝐢𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐫𝐮 𝐊𝐚𝐦𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚 𝐬𝐚𝐧𝐢 𝐃𝐞𝐛𝐢𝐲𝐢 𝐬𝐚𝐛𝐢𝐛𝐢𝐧 𝐢𝐢𝐬 𝐀𝐛𝐛𝐚 𝐢𝐣𝐨𝐥𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐭𝐢 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐞,𝐞𝐟𝐢😢😢😢😢😢𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐮𝐥𝐟𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐮
@wayintasfaye3975
@wayintasfaye3975 9 күн бұрын
😭😭😭😭😭😭
@asdfgssssdd2903
@asdfgssssdd2903 5 күн бұрын
😭😭😭😭💔💔💔💔
@rashazeinab3360
@rashazeinab3360 8 күн бұрын
😢😢😢😢
@Milkiiu
@Milkiiu 5 күн бұрын
𝐀𝐛𝐬𝐡𝐢𝐫 𝐰𝐨𝐦𝐚 𝐦𝐢𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐫𝐮 𝐊𝐚𝐦𝐚 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚 𝐬𝐚𝐧𝐢 𝐃𝐞𝐛𝐢𝐲𝐢 𝐬𝐚𝐛𝐢𝐛𝐢𝐧 𝐢𝐢𝐬 𝐀𝐛𝐛𝐚 𝐢𝐣𝐨𝐥𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐭𝐢 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐞,𝐞𝐟𝐢😢😢😢😢😢𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐮𝐥𝐟𝐭𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐮
@Saratagag4857
@Saratagag4857 8 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@Tamima-kz6cb
@Tamima-kz6cb 8 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@ladyms1859A
@ladyms1859A 4 күн бұрын
😢😢😢😢😢
Yeroo Jaalalaa Sadaasa 22,2017
24:16
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 21 М.
How Many Balloons To Make A Store Fly?
00:22
MrBeast
Рет қаралды 192 МЛН
Yeroo Jaalalaa OBN Sadaasa 29, 2017
21:24
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 13 М.
Waggaa 4 Booddee Akkana Taanekaa
24:00
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 2,4 М.
አፍላ ፍቅር 83 - School life /ስኩል ላይፍ/
45:17
Liyu cinema
Рет қаралды 219 М.
#DHALAA FI ABIDDA KANUMA BIRA JIRUU AFUUFA # FT DUBRUMMAA HIN QABDU
16:11
Orofun 2B not jalo juice
Рет қаралды 305 М.
How Many Balloons To Make A Store Fly?
00:22
MrBeast
Рет қаралды 192 МЛН