#pranki

  Рет қаралды 82,723

JADID TUBE

JADID TUBE

Күн бұрын

Пікірлер: 615
@ofitaiijiradhuu6783
@ofitaiijiradhuu6783 3 жыл бұрын
Iccitii jaarsaafi jaartiin waliin qaban namaaf odeeysuun ykn wal saaxiluun guyyaa qiyaamaa fuula Rabbii duratti irra badaa namaa nama gooti. Hadiisa Abii Sa'iid Al-Khudriyyii irraa odeeyfameen, Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan:- "Irra badaan namaa guyyaa qiyaamaa Rabbi biratti, nama jaartii isaa waliin rafee iccitii isii san facaase (namaaf odeeyse)" Muslimiitu gabaase عن أبى سعيد الخدرى رضي الله عنه قال‏:‏ قال رسول الله صلى الله عليه وسلم‏:‏ ‏ "‏إن من شر الناس عند الله منزلة يوم القيامة الرجل يفضي إلى المرأة وتفضي إليه ثم ينشر سرها‏"‏ ‏(‌‏(‏رواه مسلم‏)‌‏)
@aniioromodha2954
@aniioromodha2954 3 жыл бұрын
Dhugaa jetee 👍
@nanatiinuradiin1760
@nanatiinuradiin1760 3 жыл бұрын
𝔻𝕙𝕦𝕘𝕒𝕒 𝕜𝕖𝕥𝕚𝕚
@IluwaTube
@IluwaTube 3 жыл бұрын
Dhugaa keetii
@zubeydaadam5616
@zubeydaadam5616 3 жыл бұрын
Sallaallaahu Aleyhii wasalam Sallaallaahu Aleyhii wasalam Sallaallaahu Aleyhii wasalam dhugaa jetee wallahii rabbiin sirraa haa jalatuu jzk
@alihawweihawwei2023
@alihawweihawwei2023 3 жыл бұрын
Saallaallaahu aleyhi waasalam saallaallaahu aleyhi waasalam saallaallaahu aleyhi waasalam
@zaaraaAnbbassa
@zaaraaAnbbassa 3 жыл бұрын
Worrii maasha Allah Jettan kunii Rabbii Isinii haa Qajelchuu Asattagafurulaa 😭😭😒
@fooziyaamohammed215
@fooziyaamohammed215 3 жыл бұрын
Kun baalagummaa irraan boodati,waan safuu hin beeyne,waan ofii ofitti hin qaanfanne! Ati kifaayaa prankif fuutemoo jaartii godhatuuf fuute garuu qoshaashaa!
@fadilaf9150
@fadilaf9150 3 жыл бұрын
Dhuga jete qalii
@aishatube7862
@aishatube7862 3 жыл бұрын
Ati maaltu sigalche isiinuu jaalattee qoshaashaan sihi tan nama Arrabsitu baalagee takkaa haati Afaan keysa hin dhahin
@metioromiyyaa6415
@metioromiyyaa6415 3 жыл бұрын
Yoo sidabare ilaluu dhisii malee Nama hin Arabsin zim jette ok utu namni qoshaasha sin jedhee sittii tollaa ????........
@milkooabdoo2484
@milkooabdoo2484 3 жыл бұрын
Dhugaa jetee wly icii
@Sufiyanoro57
@Sufiyanoro57 3 жыл бұрын
numa tabattan male dhuga sitti fakkati
@sennaa9236
@sennaa9236 3 жыл бұрын
Tesaan tun ajayibuma waan salaa malee phirnk biraa hin qabdaan??? Worii mashaa allah jetaan waan rabbii jalatuu argitaan????
@hirkoo8208
@hirkoo8208 3 жыл бұрын
Hhhhhhhhhhh dubrummaaa sargii duraa irraaa fudhattee- jadid! Malliif jenaaan nama guyyaa mursaa duraa durbumaa gattee hin fakkaatuu kifayaan😍😍😍
@fatmaabdalla6625
@fatmaabdalla6625 3 жыл бұрын
Wa qilesaa kesaa deman akaa biyaa san
@hirkoo8208
@hirkoo8208 3 жыл бұрын
@@fatmaabdalla6625 Biyyaa qofaa malgodhaan qileessaa kessaaa muccaatii namumaa- qoreen- waranttee- hin fakkaattuu😃
@emebet591
@emebet591 3 жыл бұрын
Kuw sababini isaa maali kkkkkk
@bontuuoroo.9642
@bontuuoroo.9642 3 жыл бұрын
Lakii aboo guyaa sargii sanuu pirakii iratii hojatee ture kifayaa iratio
@ummuhuzeeyfa9736
@ummuhuzeeyfa9736 3 жыл бұрын
Dhugaa jetee Anuu na ajibee
@kadijaa9088
@kadijaa9088 3 жыл бұрын
Maashaallah Maashaallah wallaah nama tolaa I love you hayaat ❤❤❤❤❤❤💔💔💔
@xiibiitube5481
@xiibiitube5481 3 жыл бұрын
Maatii naaf taaii
@ummuurayyaan6111
@ummuurayyaan6111 3 жыл бұрын
Mattii nafii taha ijjoollee oromo babaredu
@ifrahabbastube3855
@ifrahabbastube3855 3 жыл бұрын
Woy jadid khenya jartii te bilqis dhukke irra kaste woy kifaya miskina 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘
@Zulayka-d3z
@Zulayka-d3z 4 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂daladaniii. Mashaala Allahumma tabarakala 😅😅😅😅
@sorsekteich9077
@sorsekteich9077 3 жыл бұрын
Maalii dhugaa rabbii maliif akkana gotuu durbumaan Uumamaanis takka takka hin jirtuu jedhaan
@tigistarsirobetube4820
@tigistarsirobetube4820 3 жыл бұрын
Durbuman Intala Tana Rakkate
@kadijaa9088
@kadijaa9088 3 жыл бұрын
Rabbiin kan akka keeysan nuuf haa bayyisuu inshaallah
@imaanwallagga9464
@imaanwallagga9464 3 жыл бұрын
Kkkkk walahii bo,iichiis naqabee kolfiis naqabeee uuuuuu yaa rabbii kabajaa kenyaa nurrattii egii walahii durbuummaan jabeenyasee video kanarratiin baree yaa faxeewwaan jabeefadhaa😄😄😃😃😀
@جميلةالحجري-و6ر
@جميلةالحجري-و6ر 3 жыл бұрын
Maali kuni gomadha mee maaliti akkasii tatee jedhani gafachuni hin jiruu tumudhumaa rabiii yadaa isiniti haa kenuu haboo wayii miskinaa piraki dha jetee tumamtee ♥️♥️♥️♥️♥️
@danatezeta2379
@danatezeta2379 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkk jadid barbaden dhabe jedhe 😂😂😂😂😂💓💓💓💓💓💓💓💓
@Waganetube
@Waganetube 3 жыл бұрын
Dana koo maatii naaf ta.ii mee ❤
@maadiinarsiirobee6742
@maadiinarsiirobee6742 3 жыл бұрын
Hayaat maratudha 🤣🤣🤣🤣 kifayan tumaa qufte malee 🤣👈🥰💔💔💔💔💔💋💋💋💋
@johncell8389
@johncell8389 3 жыл бұрын
Wawo jabaadha hojiin keessan bayyee nama booharsas buhaa gaarii qaba jedheen amana🥰🥰🥰🥰🥰🥰kep it up
@hazizahaziz6072
@hazizahaziz6072 Жыл бұрын
Raabbii janataaSiihaa gamachiisu hayatii
@hortekushii189
@hortekushii189 3 жыл бұрын
Subanaalla rabbi isin haa lafisuu warra kabajaa hin qamnee
@adesaadesa861
@adesaadesa861 3 жыл бұрын
Kkkkk kkkkk ijoo baayyee tolaa garuu micaayoo bayye tummanii maalii ijoo
@hayaatiarsiishaashee8011
@hayaatiarsiishaashee8011 3 жыл бұрын
Wwwwwoooo mashaallah Tabarakaallah qabatee ittii Fidee♥️🤗
@habibatube5966
@habibatube5966 3 жыл бұрын
Wayii jadid fi kifayaa hojii kessan bayee baredha dhuga 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️❣️❣️❣️❣️😍
@biinii__ye__Arsii__lij
@biinii__ye__Arsii__lij 2 жыл бұрын
Maashaa allaah osoo dhalaan muslimaa hundii akkanaatii guddiftee Maashaa allaah
@azizatahir2808
@azizatahir2808 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk wajii kesaan nyadhaa namatii toltuu garuu ichitii kesan malif baftuu wan biraa hin dalagdanuu safudhaa kun walayhii 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣😍😍😍😍😍😍
@fafofafo7958
@fafofafo7958 3 жыл бұрын
Baga ngy dhuftan jabadha jabadha jabadha jabadha jabadha jabadha hedu isin jaladha jadid kifaya tiya 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@abdiabdu9831
@abdiabdu9831 Жыл бұрын
Jabadha itii fuffa 😂🎉 commentii dhaas lall isiin fayaada isiin jalaana 😂❤❤
@haawwiioromo6368
@haawwiioromo6368 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkkk J&K hojjii keessan nyaadha kolfaan mucuqii 🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🙈🤣🤣🤣🤣🤣
@bisax3832
@bisax3832 3 жыл бұрын
Durbumaama kana faarsita ATI yeroo hunda icii maali namni Akaana yeroo meeqa hojaate SI haa dabaru Abo
@maryamyousef1969
@maryamyousef1969 3 жыл бұрын
Adaa dubini durbumaa jajabduu love you d. ♥️💚♥️👍💯💯💯💯
@d.rpiyaarjalaala7084
@d.rpiyaarjalaala7084 3 жыл бұрын
Masha Allhaa masha Allhaa jabaadhaa sanyii koo oromoo qalii jiraa isfaan jolle biyaa oromiyaa kotii jabaadhaa AMLE
@Hawii1657
@Hawii1657 3 жыл бұрын
Haytii garuu Albee hin faydamiin sheyxnaa gari mitii bareduu tiyaa💕🙏
@marepitpti2101
@marepitpti2101 3 жыл бұрын
Issin worii muca tumtaanu ofii qaabduhi subahan Allah
@abeersh7440
@abeersh7440 3 жыл бұрын
Wallahi kolfa du'ee 🤣🤣🤣🤣🤣😁🤣😁🤣😁🤣😁🤣😁🤣😁hayati wwwwaaaawwwwww gobazii too
@raahimaoromo737
@raahimaoromo737 3 жыл бұрын
Soba keessani imabeysisa birra jeteni martini hucu gatu Kaatani yaa Rabbi kiyya😏🙄
@jemilatube1701
@jemilatube1701 3 жыл бұрын
Wooliyaa Saafuu Auuuzubilyya yaa ijoolee
@halemasltan5328
@halemasltan5328 3 жыл бұрын
Rabbin isiin haa qajelchu biriif jettani waan rabbin hin jallanee hasoftuu
@obsananangoromsaadhugaa5493
@obsananangoromsaadhugaa5493 3 жыл бұрын
Masha Allah rabbii waliin umrii isin haa eresuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👌
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Obsan maatii taahhii kzbin.info/www/bejne/mp27aaeYmb2dlas
@gishaahasan7412
@gishaahasan7412 3 жыл бұрын
KĶK wly hima kolfee😂😂😂😂😂kkkkkk 1faa prank kuni
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Gishaa maatii tahhii kzbin.info/www/bejne/mp27aaeYmb2dlas
@gishaahasan7412
@gishaahasan7412 3 жыл бұрын
@@Wolhaabarru ok
@ifrahabbastube3855
@ifrahabbastube3855 3 жыл бұрын
Yaaaaaaa allaaaah bilqis and hayat maalo ijolle nuf dhala guddisa wowwwwwwwwwwwwwwww maaaaaashaaaallaah tabarkaallah bilqis ati umma tiyya wollah ajaibatti dass jetta wollah nuf jiradha 💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘kifaya baguma sanyii akkana irra dhalatte bilqis ati umma tiyya na yadachiifte hayo mucatti akkuma bilqisitti guddatte maashaallah jiradha 👏👏👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍👍
@azizatahir2808
@azizatahir2808 3 жыл бұрын
hayaat Mashahalaa mashahalaa oboletii jechun akanaa dhugaa raabii ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@ruqiyaqasim1842
@ruqiyaqasim1842 3 жыл бұрын
Masha Allah heduu namaat tolaa 💖💖😘😘😘👍👍
@khalidlove24
@khalidlove24 3 жыл бұрын
Aboo jartii tee ajesanimitii akkamiii tii garanii si dandahee bro irraa daleydee bro
@Sabontutubee7007
@Sabontutubee7007 Жыл бұрын
Hayii jiruu Adunyaa rabii rahamataa sihagodhuu yaa hayatii💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@sabontuuarsii7768
@sabontuuarsii7768 3 жыл бұрын
Jadid fi kifaya jirenyii kessan pirakuma
@ketegesuthulumyalifal4546
@ketegesuthulumyalifal4546 3 жыл бұрын
Keessumaa isiniti dhufe piranki simaatu 🤣 namati toltu jabadhaa 🥰 kifayaa miskina qaldumati xiqoo Rukutamte
@rahimaajawar9594
@rahimaajawar9594 3 жыл бұрын
Jididii fi kiyaa hijii kee nyadhaa ❤❤❤🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@zubeyrbinuawwam2744
@zubeyrbinuawwam2744 3 жыл бұрын
Ma kijibdu namni dubrummaa qabu hagasitti akasiti fifiiga deema goowwan soda dubruma malhasoytanimiti dur walira fixani warri kifaayan guyyaa aruuzatu dedeemu turte
@assa4161
@assa4161 2 жыл бұрын
wasakam. wan wasaka hin hojetin safuudha wanta muxef quxuro qaquu jechu dubruman ok
@ummuabdallahihinshalla4268
@ummuabdallahihinshalla4268 3 жыл бұрын
Waahii Mallaqnii waan Namaa hin hojechifnee hin qabduu mii safuullee egadhaa ijolee Rabbin issin haa qajelchuu
@ziiraa_jamaaljamal1566
@ziiraa_jamaaljamal1566 3 жыл бұрын
Atuu durbumaa waan qaabduu hin faakaatuu namnii durbumaa qabuu guyyaaa meeqaatuu daanda a ee hin deemuu atii gaaruu baariituumaa saan kaatee deemee anii kanaa hin ammaa uu durbumaa sobaa
@لاإلهإلاالله-ر4ظ8ح
@لاإلهإلاالله-ر4ظ8ح 3 жыл бұрын
Subhan allah wama ajaiba argina mediya kanaratti
@ibsashowG7
@ibsashowG7 2 жыл бұрын
Wowowowow mashaallaha kota mana ko
@fafaafafaa3267
@fafaafafaa3267 3 жыл бұрын
Umataa gowaa bilqisafi hayati dubrumaa jedhani nama ajesufi fidani astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa astofurulaa
@AmiraaTurki
@AmiraaTurki Жыл бұрын
Garuu karaa rabbi gadhistanitu rabbi isin haqajelchu obollewanko
@RadiyaKadir-y4f
@RadiyaKadir-y4f Ай бұрын
Yaa rabbi kiyya 😂😂😂😂🎉
@ormtittijimmaa1073
@ormtittijimmaa1073 2 жыл бұрын
Dhuga bayye das jedha jabadha 😂 😂 😂 😂 😂 😂 😂 😂 😂
@meetii6541
@meetii6541 3 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkk wayoo wayoo garaa koo kikikikikikikiki dhugaa ani kolfan du.ee kkkkkkkkkkkkk uuuuuuuuuuuuuffffff yaa hojii keessan 😍😍😍
@moniiyeewelgalijii5227
@moniiyeewelgalijii5227 3 жыл бұрын
Yaa rabii mucaa cafaqanii ajjessaaniikaa...garuu kunii hicitii walii basuun garii ta'uu.jadidi
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Moonii maatii taahhii kzbin.info/www/bejne/mp27aaeYmb2dlas
@xaayuubariso17
@xaayuubariso17 3 жыл бұрын
wwwowo daasii nama jetaan
@hoormob6452
@hoormob6452 3 жыл бұрын
Waleyikumasaalam waramatullahi wobarakatu piraanki kun dogogora yaa jadid itti hin deebiyina osoo nama bira taate baredadha garu ummafi baban isii nii dawatan kanafu qanfidha wan bira irrati jajabadha
@MouradJMrotterdam
@MouradJMrotterdam 3 жыл бұрын
Wallah hayat taana osoo fudhee mashaa Allah
@zamzamaman9121
@zamzamaman9121 3 жыл бұрын
Isiin wan durbumaa male waan bira hin hasoftaan
@morkataaboy5396
@morkataaboy5396 3 жыл бұрын
Maashaa Allaah ijoollee jaalalaa baayyee namatti toltu😍❤garuu hayat oso prankiiyuu ta'uu baatte bakka Ablee qabattu sanitti sirrii hin jirtu sheyxaana Ablee san of irraa balleessuu qabda.
@saboontuuarsiibaha9612
@saboontuuarsiibaha9612 3 жыл бұрын
Jadid ofuma tumsiftee Kifaaya misikinaa 😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄😄
@raamiiraamii5170
@raamiiraamii5170 3 жыл бұрын
Kkk jadid silaa dhuguma galchitamo oso dubrummaa hin qabanne😁
@fatiyaamohammed1977
@fatiyaamohammed1977 3 жыл бұрын
Way hayaati too numa onnee qabda wly ablee fudhattee dhuftee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣subhaan Allah
@hdtudt4960
@hdtudt4960 3 жыл бұрын
Adunyaan namaa marachiitee🤭
@kadijamuslim856
@kadijamuslim856 2 жыл бұрын
😁😁😁kkkkkkkkkkk
@ifeeamboo927
@ifeeamboo927 3 жыл бұрын
Hhhhhhhhhhhh wayii pirank barana🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@sabexog12
@sabexog12 Жыл бұрын
Wow 💕😘💕😘😘😘
@bontuuoroo.9642
@bontuuoroo.9642 3 жыл бұрын
Kkkkkkkk dubinii durbumaa tunii jabududhaa warii durbumaa qabdanii egaa siritii kanii hin qabenee kamaa duraa ijaa jamesetii herumaa dhugaa bayee namaa gamachisaa warii dhiraa hayanii fudhaa dhugaa nii qabidii .😍😍😍😍
@Waganetube
@Waganetube 3 жыл бұрын
Ganii koo maatii naaf ta.ii mee ❤
@kadijaa9088
@kadijaa9088 3 жыл бұрын
Wallaah hayyatti heddu naa rifachifte yeroo iyyite san
@sumayyaahamed6391
@sumayyaahamed6391 3 жыл бұрын
me namni akka ko durbumma kana irratti isin nuffe like fxuqa
@almazshume6340
@almazshume6340 3 жыл бұрын
Sayid hojji kee nyadhuu kun yaadaa keeti🤣
@shamsimuhamad2347
@shamsimuhamad2347 3 жыл бұрын
Dhugaa keetii wayyoo sayidooo
@zehrazehara5549
@zehrazehara5549 3 жыл бұрын
Argaa jera mucaa tumuuu durbumaa jedhaniiii
@fainnamaalusrinyusra8509
@fainnamaalusrinyusra8509 3 жыл бұрын
Dhugaa kifaya gafa sargi bade durbumanke ato inutalta
@hikmaamucaatialiyyii5400
@hikmaamucaatialiyyii5400 3 жыл бұрын
Jadiid kenyaa dhifaama waliin suraa porfile irraa san kaasii akkasuumaa kifaaya rifeensaa kee gadii qabi hidhi dhifaama waliin.
@takiitiiarsiitube4543
@takiitiiarsiitube4543 3 жыл бұрын
Masshaa allh masshaa allh bayee namati tolaa pirakiin kaa hardhaa
@sumayyaahamed6391
@sumayyaahamed6391 3 жыл бұрын
uuuuuuuf Dububrumma ref argitu durbuma kana irrattti nama meqarratti hojjatame
@AsdAsd-fq8hz
@AsdAsd-fq8hz 3 жыл бұрын
Kifayaan kaballaa qufte hayaati bayyee namati toltaan
@sumayaatube4260
@sumayaatube4260 3 жыл бұрын
Kkkkkkkk hojii kee nyadhuu jididii fi kifayaa hojii keessanii nyadhaa
@aliviaas8255
@aliviaas8255 3 жыл бұрын
Wly egaa hudaa qaba pirki kuni sayidi hoji ke nyadhu 😁😁😁
@hawiiormooo4220
@hawiiormooo4220 3 жыл бұрын
woly amaa isiini jibuufi demaa waani balgee dhisaa
@shaamsiyaaqaasimkwt8096
@shaamsiyaaqaasimkwt8096 3 жыл бұрын
Maayimii kaanaini wolyii isaa biraa tumitii q😜😜😜😜
@aminaakther6955
@aminaakther6955 3 жыл бұрын
Maashaallaa maashaallaa maashaallaa kolfani nu ajeftee jadid 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@naimatah3706
@naimatah3706 3 жыл бұрын
Baga ngy dhufitani mashala jabadha qaqaliwani kenya
@zerahajo4591
@zerahajo4591 3 жыл бұрын
Kana.numa.birki.gotanii.hiin.sobina😄😄😄😄😄🤫
@siyamtub2475
@siyamtub2475 3 жыл бұрын
Durbumaa birqimoo durbuma durbuma jetuu satii 24 hhhhhh
@samiramuhammad1409
@samiramuhammad1409 3 жыл бұрын
Yeroo Amma kanatti qalidha ee
@Sabrin384
@Sabrin384 3 жыл бұрын
Yoo ofitti amante waggaa guutuu jechuu dandeettii kabaja dubartiiti durbummaan ok
@fatmaabdalla6625
@fatmaabdalla6625 3 жыл бұрын
Waa namaa ajefatee ree yoo durubumaa dhabane
@فهدعبدالله-ج5ب6ف
@فهدعبدالله-ج5ب6ف 3 жыл бұрын
Waayii hojjii keesaani yaa durboochee 😉😉😉otoo Dn hin jirees mucaatii yoo rebbedaan D ni debi'itii🤔🤔?Durbumaa manaa hin dhabuu😆😆😆guraafii malee
@سميرهسميره-ت1م
@سميرهسميره-ت1م 3 жыл бұрын
Rabbi sii haa qajelchuu
@mohammedsaeed4222
@mohammedsaeed4222 3 жыл бұрын
Jadid da'immati ajjesiste mii
@genetbonsaatube5972
@genetbonsaatube5972 3 жыл бұрын
Nama ajahibduu siinuu wayyedhuma durbumaa jechaa oltuu kkkkkk safuu kessan kana.awal marqaa durbumaa argame fakkata yeman kessatti
@taman170
@taman170 3 жыл бұрын
Guyuuma undaa durbumaa
@Wolhaabarru
@Wolhaabarru 3 жыл бұрын
Taman maatii taahhii kzbin.info/www/bejne/mp27aaeYmb2dlas
@SamsungA-lh7cv
@SamsungA-lh7cv 3 жыл бұрын
Kkkk wallahi
@merakhan6147
@merakhan6147 3 жыл бұрын
Yaa jadid hujii kee nyadhuu 🏌️‍♂️🏌️‍♂️🏌️‍♂️🤣🤣🤣🤣🤣 badaa xasaa woyii kifayaa 🤣🤣🤣💋💋💋💋💋💋💋 Jabadhaa qaqaliwan tenyaa J&k isin jaladhaa 💋💋💋🥰🥰
@مريماليافعي-ه6ذ
@مريماليافعي-ه6ذ 3 жыл бұрын
Kkkkkk kolfa nu fixan jadid Fi kifaya Tena ❤️❤️❤️
@mucajalaa8463
@mucajalaa8463 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta.ii saanyii
@shaamsiyaaqaasimkwt8096
@shaamsiyaaqaasimkwt8096 3 жыл бұрын
Dubaa yoo duribuumaa hin qaabanee hin tumaamitii
@nurunalaqalbii4472
@nurunalaqalbii4472 3 жыл бұрын
Iccitii manaa keysaa gad guraan subhana allaah rabbiin isiin haa qajeelchuu
@midhagduutube5719
@midhagduutube5719 3 жыл бұрын
Jadidii oso. Namichi sibiraa jirachuu. Si harkatii. Ajesani😰😰😥😥❤️💔
@kichuramis8258
@kichuramis8258 2 жыл бұрын
Kijiba dadhabne walahi wal mariyatani pirnk jatanii
@fatumaaqubii6749
@fatumaaqubii6749 2 жыл бұрын
🤣🤣🥰🥰🥰 Mashaalaaa ✅ mashaallaa ijaaa iraaa hafii kaa bardniii kooo
To Brawl AND BEYOND!
00:51
Brawl Stars
Рет қаралды 16 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma
00:33
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 37 МЛН
Lazy days…
00:24
Anwar Jibawi
Рет қаралды 9 МЛН
Diraamaa Jarti badu Haadha gurbaa  akka hojjettu godhatee
38:18
Marru show
Рет қаралды 47 М.
Yeroo Jaalalaa Sadaasa 22,2017
24:16
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 21 М.
[Halal Show ] Munshid Ibsaa Abdi
1:03:12
Suheyb Sheikh Amiin Ibroo
Рет қаралды 14 М.
Ibsaa fi Raachuun Maakirratti walqaban Tapha Jaalala kutaa 9ffaa
23:56
Sinaf Tiktok Dura Femous Turte……….   Interview 9
40:58
Dj Dus Tube
Рет қаралды 15 М.
To Brawl AND BEYOND!
00:51
Brawl Stars
Рет қаралды 16 МЛН