Jawariin duuka fiiguu qabaa jalatamuuf?? Gowwaa hin ta’in ani Arsii dha Jaawariinis Abiyyiinis ni deeggara
@Halima-c1v3 күн бұрын
ijoleen jimaa sirii hin jurani ijoleen arsii akanaa hodhaa hin jirtuu
@allahisone35833 күн бұрын
Zim yale slm hone jedhan nabbin kenya salàllahu aleyhi wasalam biya kenya rabbi naga ha godhu maqa islama qabatef muslima hin tau hundi kanaf ha baranu ha baranu walaluma xibaxibe nuti taphachuti jirti walahi😢😢😢
Ee ilaachi siyaasa isaanii garagara ta'us Abiyi fi Jawaris biyya saniif hojii gurguddaa hojjatan Rabbi tokkummaa nuuf haa kennuu
@tajuhussain-bh8em2 күн бұрын
Yanike garidha jabafhu
@Abdii.kalifaa3 күн бұрын
Dr Abiy Amadi💪💪💪💪
@temi76323 күн бұрын
Eee abiyii waan garii hojchuu hin jalaatuu waa itti beeka
@آسياآسيا-ه3ع3 күн бұрын
umata wan hasayu fi safuu hin beyenne 😢😢😢 uffuu ani akkan jedhu dhirima kesan malif misikina irrati lalatan dhalota bububee yo raabbiin nu basee male qiyammani dhiyyate😢😢😢😢😢😢
Malaaxaa haadharawu seexaanii sii dulaacha 👎jawar my king ❤❤❤🫶
@MahmmadHasan-r4t3 күн бұрын
Jijirama abi 1 naf himi
@AHMEDKELIFA-r2w3 күн бұрын
Sodaanimmo baayyee sicinqaa jiraa😂
@Yasmen-fv7ux3 күн бұрын
😂😂😂😂😂
@khaalidQaasim-r5oКүн бұрын
Sheyxana mataa malaxa abaraman issa
@HaawiiJaamal3 күн бұрын
😭😭😭😭😭😭
@AbdubaWariyo2 күн бұрын
Mootummaan biyyoota Aurophaatti ijaaramee(filamee) achi irraa xayyaaraan fe,amee gara biyyaatti dhufee biyya itiyoophiyaa bulche armaan duraatti kan argameef dhaga,ame hin turre.
@AlemudinKasim3 күн бұрын
Kijiba
@HA11tubee3 күн бұрын
Obbolessa ati yoo biyya kessa jirate of eegi waan Jamar kana. Ani sababa suura Jawariif tumame ture. Wlh pp akka yeroo wayyane san miti Ani nan yaadadha yeroo master plan nama bebekama male kan bira baaye hin miitu pp garuu jarsaa dulachas hin dhiiftu😢
@makiama95612 күн бұрын
😢😢😢 dhugââ moo
@MeriamMusslem2 күн бұрын
❤❤❤❤😊😊😊😊😊😊😊😊🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@alimaantube25902 күн бұрын
Abyi Maal Dalage Hin sibin faarsee bulaadha atis wly
Dur waayee bineeldotaa fi beelladootaa kutaa 3ffaa keessatti baranne.yeroo amma a kana garuu namoota bineessa irra saammuu duudaa arge.kana ijoollee biyya baatee wol nyaattu kana baana