Jireenya koo keessatti Anaan kan na dinquu kan na ajaa'ibuu Yasuus koo si duwwaadha Kan na dhibuu Jecha natti hirrataa waa'ee kee dubbachuuf Jajannaan siif qabu ibsachuuf Jajannaan siif qabu ibsachuuf Jaalalan siif qabu ibsachuuf Bareechaan koo uumaan koo Humnaaf dandeettiin koo Hiiki jireenya koo Yasuus koo si duwwaadha Ka'umsi koo Jecha natti hirrataa waa'ee kee dubbachuuf Jajannaan siif quabu ibsachuuf Anaan kan naan jedhe yesuus koo si duwwaadha kan naaf ho'ee Jesha natti hirataa Waa'ee kee dubbachuuf Jajannaan siif qabu ibsachuuf Jajannaan siif qabu ibsachuuf Jaalalan siif qabu ibsachuuf Wuuu..... Wuuu At na geessaa Wuuu..... Wuuu Yasuus na geessaa Kan natti hin jijjiiramne Amanamaa kan naaf ta'e Yeroo hundaa ana wajjiniin ta'ee Anaaf kan dhaabate Yasuus si duwwaadha
@BELLAofficially1 Жыл бұрын
You are full of talent and such a beautiful soul in and out. GOD bless you Sis
@TinsuOli Жыл бұрын
Oh Bellyeeee konjo, siwedish eko kene betesebochis, your mom your husband Game and your kids are my favorite ❤️ love you 🥰
@Qabsoomagarsaa5 Жыл бұрын
What an outstanding song!! Your voice extremely beautiful like that of Fenan Befikadu!! Stay blessed and sing the almighty God!! May God bless your life!!
@hoolichaaflyrics Жыл бұрын
wow . may God bless your life. bareechaankoo uumaankoo humnaaf dandeettiinkoo hiikni jireenyakoo yesus koo si duwwaada ka'umsikoo 😍😍😍😍
@sanyiikumarraa19117 ай бұрын
Kan si guddise Waaqayyoof galanni haa ta'u Hojii kun Hojii hanqina hin qabne ta'uu utuun beekuun jabaadhu itti fufi siin jedha Ogeettii Faarfannaa
@megerssawakuma4157 Жыл бұрын
faarfannaa akkam nama eebbisu! guddadhu, jaalalli Yesuus adda, yeroo baayyee kufaatiif dadhabina keessatti humna koo naaf ta'ee lafan kufee kan na kase isa qofa, yeroon badeera, sichi abdii hin qabu jedhe, ilma waaqayyoo Yesuus of biratti isaa qabee lafaa na kaasun arge. jireenyakoo, karaakoo, firakoo, waan hundumaa kooti. yesuus waan na jaallatteef galatoomi!
@naolkena108 Жыл бұрын
Waw you are a graceful woman. You are loved and blessed by our almighty God. ❤❤Ogeettiiko your'e like your name
@Akalbesa Жыл бұрын
It goes without saying that one does not need to be religious in order to be moved by the power that gospel music possesses. Gospel music has an impact on soul. Ogeettii’s singing had an even balance of rhythm, melody, and harmony, much like a pie chart. Anyone who has even a basic interest in music is aware of the fact that gospel singers typically possess some of the most powerful voices in the industry, may be because of the singer's unbridled enthusiasm for the subject that they are singing about. Gospel musicians like Ogeettii appear to have even more reason for rejoice over and over. The voice of Ogeettii is as powerful and beautiful as the Kingdom she sings about. This woman believed that God had given her a voice specifically for the sole purpose of praising Him via song. My the lord our God pouring out the shower of blessings upon you Ogeettii keenyaa!
@DanielHailu-l1f Жыл бұрын
that way we call less is more in music. thaks your songs speaks to my soul, anno hin beeku wana jedhu bless you more
@Sefush8222 Жыл бұрын
Baayzwey Hojiin akkasii kun gaafa bifa unique taaen gaafa dhiaatu maalif namni akka hin ilaalle naaf hin galu.... Gooftaan si haa eebbisuu ..jabaadhu🧡👰🏻♀️
@ermiasbelete837 Жыл бұрын
Jireenya koo keessatti Anaan kan na dinquu kan na ajaa'ibuu Yesuus koo si duwwaadha Kan na dhibuu.....x2 bareechaankoo uumaankoo humnaaf dandeettiinkoo hiikni jireenyakoo yesus koo si duwwaada ka'umsikoo
@tetelestatube637611 ай бұрын
Love you since that sin jalladhaa song! I'm praying that you will be ma ..fe!
Kan na aja,ibuu hit different !! Gid bless you again any again ..ogetty
@ebisatech2880 Жыл бұрын
WOw amazing Song! God bless you!! Eebbifamii
@ababiyamitiku7647 Жыл бұрын
More grace to you dear Ogeti!
@AbebeHewi Жыл бұрын
u are blessed ohhhhh blessed blessed
@sindypatience5150 Жыл бұрын
Jireenya koo keessatti Anaan kan na dinquu kan na ajaa'ibuu Yasuus koo si duwwaadha Kan na dhibuu Jecha natti hirrataa waa'ee kee dubbachuuf Jajannaan siif qabu ibsachuuf Jaalalan siif qabu ibsachuuf
@tegesttegest330 Жыл бұрын
Waqaayyoo inni kani Abraham sihaa ebbisu ebifamii dacha dachadhani hadho koo ❤❤❤❤
@danielwakjira3230 Жыл бұрын
Jettatuu natti hiir'ataa ❤❤❤❤
@loafsters Жыл бұрын
Amen, bless you this is amazing!
@dawitjoseph852 Жыл бұрын
Wow❤❤❤❤❤ jecha'aa natti hiraata
@abditakele351 Жыл бұрын
❤ waaqayyoo si ha eebbisuu
@GemachisNegasa-gi1se Жыл бұрын
Woow ebifamii
@git6275 Жыл бұрын
God bless you Ogetti❤️❤️
@natananlj1325 Жыл бұрын
Ogii koo eebbifama ❤
@SolomonDagafa Жыл бұрын
Amazing song❤
@abebebikila3773 Жыл бұрын
God bless you!🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@kenenisakeno Жыл бұрын
woow !!! maal akkam bareeda dhugaa. eebbifamaa
@berekettamiru692 Жыл бұрын
God bless you dear Ogeti!
@eyosiUpdate Жыл бұрын
God's blessings dear sis If you add subtitles that would be great!
GUDDAA eebbifami! Maqaan Waaqaayyoo kan eebbifame ha ta'u. Maatikeef, Oromoota Kristiyaanotaaf akka tajaajiltuuf kan ijoolummaati kan si filateef. Sabakee hundaaf ifaa si ha taasisu! ittii anne biyaa lafaaf ifa taataa waan ta'ef. Keessatu biya ambaa kan jiraan ijooleen maati Oromoo irraa dhalatan si dinqsifatu. Fakeenyaa gaariis isaan taatee jirataa beeki!