Rakkoon ummata keessanii kun yoo tokko sin goone maaltu tokko sii godha....??

  Рет қаралды 88,126

Qaanqee Show

Qaanqee Show

Күн бұрын

Пікірлер: 966
@WekjiraGonfa
@WekjiraGonfa 3 күн бұрын
Waaqa qofa eegna malee hunduu ni sobdi. Mootummaas hin abdannu; WBOs hin abdannu! Waaqayyo si eegaa jirra!
@SaHg-jf8ib
@SaHg-jf8ib 3 күн бұрын
@@WekjiraGonfa atis bosonaa seeni yeroo beelooftee kottu dhigaa hiLmaan oromoo dhugii yaa xiirrooftuu
@ashakebede-d5u
@ashakebede-d5u 2 күн бұрын
Goftaan Si Akkumma ilamaa nama Garaa nuuti Jabatee Mitti 💔💔💔😭😭
@astar8218
@astar8218 3 күн бұрын
Yaa waqayyo rakkon umatta oromoo yomumaa furamaa
@JamaalAqadiir
@JamaalAqadiir 3 күн бұрын
Inaalilahi wa inna ileeh raajii uun .yaarabbii atii murtii kee abba haaqattif murteesi. Yaarabbii ilmii nama namuma isaa iraafate akkaa umaa isaa dagate yaraabi atii nuuf birmaadhu😢😭😭🤲.
@MisrakKechinu-k9v
@MisrakKechinu-k9v 3 күн бұрын
Wayyyooooo yaa rabbi Ati nuu birmadhu sii malee maal qabnaa😢😢😢😢😢
@bruk_1250
@bruk_1250 3 күн бұрын
Worra nageya qe'ee keennaa booressee saba keenna salphise Waaqi isaan haa salphisu! Waaqi saba qulqulluu kana hin fura, isaan garuu waan gocha isaanii Waaqarraa haa argatanu. 🙏
@GeletaBirbo
@GeletaBirbo 3 күн бұрын
Dhugaa dubbachuuf Haasaakee Keessaa hangan kanatti gammade gammadee hin beeku
@taibataiba832
@taibataiba832 3 күн бұрын
Yaa Rabbii Kiyyaa dubbadhuu kaaaaaa atii subbanaa allah 😢Subbanaa allah 😢Subbanaa allah 😢Subbanaa allah 😢Subbanaa allah 😢Subbanaa allah 🙆🏻
@gezahegndawit6782
@gezahegndawit6782 Күн бұрын
Thank you, Habtamu! You put the the on going problem precisely in clear language 😢
@Uae123uae-x7f
@Uae123uae-x7f 3 күн бұрын
Warrii dhagetii qabdaan nuuf iyaaa uuuuuuuuuuu jedhatii 😭😭😭😭😭😭😭😭 oromumaan badii mal qabaa oromoo ta,uun yakaa?? 😭😭😭😭😭
@RadwanOromo
@RadwanOromo 10 сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
@fekadumekonnen
@fekadumekonnen 3 күн бұрын
Haftee waan umaata kanaaf sagaalee tateef Ulfaadhu, Ergaa waggaa Shani Asitti Ijii keenyaa Imimmaani, Yaadata gaafa guyyaa 11/4/2015 Aanaa giddaa Ayyaana gandaa konojjitti waan ta'ee irraa dubbatee turte,Fannoon achiin jirtu hidhaate jumulaan Akka har'aa salaaleetti ta'ee kana ganama bariidhan lubbuun nama 24 galafaatee, Harmeen hadhaa iyyeessa Akka carraa lubbuun haaftee qarree dhala ishii Fannoon ajjeefamtee qolee ishiitti batee Awwaltee,Kan saree fi warraabbeessatu nyaatee,Hedduu nama dhukubsaa, eenyulee Kan angoof,garaaf malee saba keessaa dhalateef dhabachaa jiru hin jiru.Kuno hangaa har'aa cabaa fi bo'aa jirachaa jirra.Kan keenyaa baay'eema nama qanneessa😢😢 Waaqayyoo qofaan haa faraaduu
@Abeelove
@Abeelove 3 күн бұрын
Sangaa abbaan gaafa caabse olaan gatii caabsa otoo nuuti walii gallee alaangaa baasumam jedhaanii hoola arsaa nuu godhan yaa waqayyoo imimmaan sabaakee ililiilii maloo 🙏🙏😢
@ShelemaTolabegi
@ShelemaTolabegi 3 күн бұрын
Maaloo maal baalesee sabnii koo yaa waaqaayuu atuuman fuurtuu nuu ergii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👅
@JemalMotiGudeta
@JemalMotiGudeta 2 күн бұрын
Ilmi namaa namatti jijjiirama, kan nm HIN jijjiiramne rabbii 1 qofa... Atuu nutti jijjiiramte kunoo.
@mamemyoraofficial
@mamemyoraofficial 2 күн бұрын
Yaa rabbi summa abdana nuu dirmadhuu
@BekanWakuma
@BekanWakuma 3 күн бұрын
Kana sirra egaa turee Habtish ganamaa Habteen maal jedha jedheen seene si ilaaluf si wajjin bowa jira. Waan hundaafu, walitti fidaaka nuti giddutti dhumnee sintu wal qubaa qaba. nuti kan nu ajjeessus, kan nuf mornuus, kan nuun mormuus hin beeknu.
@teshomegezahegn1069
@teshomegezahegn1069 3 күн бұрын
Ebiifamii Habtish.....!!!!!
@AbelAtomsa
@AbelAtomsa 11 сағат бұрын
Thank you Habteko
@KENENIGUTEMA-n3s
@KENENIGUTEMA-n3s 3 күн бұрын
Dhugadha dhugaa waaqayyoo 😢😢😢😢😢😢 😢😢😢😢😢
@AneysoBoss
@AneysoBoss Күн бұрын
😢😢😢😢 from Djibouti 😢😢😢😢dhugaa baanta 😢😢😢😢habtee koo😢😢😢
@enjigufayera4171
@enjigufayera4171 3 күн бұрын
Sa'aatu eege ofiratti nyaatee cirriin maqaa fuute maal goona Waaqayyoo duwwaan teessorra nuufa ka'uu😭😭😭😭
@AbduHuseen-q7z
@AbduHuseen-q7z 3 күн бұрын
9:02
@MuslimTemam
@MuslimTemam Күн бұрын
dhugaa jette Habtaamu maaliin tokko ta, u Raabbiin haa beeku
@MillionMerd
@MillionMerd 3 күн бұрын
በጣም ያማል
@beyechabedada7500
@beyechabedada7500 3 күн бұрын
Waa'ee keenya maaluma jenna😭😭😭😭
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 3 күн бұрын
dhugaa ketii ❤ ❤😭😭😭😭😭
@IsakAman-om3bd
@IsakAman-om3bd 2 күн бұрын
Jabaadhu goota koo❤❤
@shelmawaka3186
@shelmawaka3186 3 күн бұрын
Yaa Rabbii maalifii garuu kaan kenyaa kuni 😭😭😭
@MouheLbrahim
@MouheLbrahim 3 күн бұрын
Habtee dhiisi waan baay'etu jira wanti nuti garre . Haa tahuu garuu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@suleymangemmechu
@suleymangemmechu 3 күн бұрын
Onneen nucaphxee jirtii ijii keenya yeroo mara dhiigaa boossiii
@SeenaEshetu
@SeenaEshetu 3 күн бұрын
Habtee ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 - Dhiroo yoo Rabbiin sodaatan ummata oromoo kabajaa, kabajichisaa waantii anii jechuu danda'uu. - dhimmaa siyaasa dhisaatti ummaata oromoo kabajaa.
@MilkiasEba
@MilkiasEba 3 күн бұрын
Nuu jiraadhuu sagalee uummata sagalee dhabanii waan nuu taateef Habtish ❤❤❤❤❤❤
@IsaacHasenBajo-eq1zf
@IsaacHasenBajo-eq1zf Күн бұрын
Namni akka kee dhugaa dubbatu haa jiraatuu ❤😂
@efremyadeta4973
@efremyadeta4973 3 күн бұрын
Osoo Wbon Hin Jiru Ta'e Kana Caalaa Salphanna Ture Warra Bira Ooltuutti Itti Himi
@Aisha-jaffer
@Aisha-jaffer 3 күн бұрын
Idiot usi you’re part of it we don’t care if you’re wbo or pp give peace for our people
@bilalhoussein
@bilalhoussein 3 күн бұрын
Us sobduu waan kana hundaafuu kan karaa saqee saree shaneeti waggoota bayy 'ee kan oromoo daraa nyaanchisutti jiru shaneedhaa mee shaneen oromiyaan gutuun haa tessuu hanga darraa san qofa bilisa basaamee wallaguma kessa yaatanii ummata bahaafii gala hin dhoowinaa
@YaaddeeTube
@YaaddeeTube 3 күн бұрын
Yaa Waaqayyoo Ati Hadaraa Faradii Maaloo 😢😢😢😢😢
@worknehnerea8322
@worknehnerea8322 3 күн бұрын
ምንነው ይህ ህጻን ምን አደረጋቸው ምንክንያታቸውም የኦሮሞን ህዝብ ከመጥላት የተነሣ ነው እኛ ደግሞ አቃፍዎች ነን እያልን እራሳችንን እያሞኘ ነው ይህ ልበ ስፋነት እየጎዳን ነው እንጅ አልጠቀመንም ስለዚህ እራስን ለማዳን ሁሉምን አቅም የፈቀደውን ሁሉ ተጠቅሞ እራስን ማዳን ብቻ ነው ስለዚህ አንድነት ያስፈልጋል በጣም አዝናለሁ በየጊዜው በህዝባችን ላይ የምደርስው ግፍና በደል መንግሥት የማቆም ሀላፊነት አለበት መንግሥት ካልቻለ ህዝቡ እራሱን ማዳን እለበት ስላም ለህዝባችን
@AbduuHusaan
@AbduuHusaan Күн бұрын
Walahii dhugaa ketii 👍👍👍👍👍
@JiggyTadese
@JiggyTadese 3 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢💔💔💔💔💔
@MohammadKhofland
@MohammadKhofland 3 күн бұрын
Yaa Rabbi birmadhufi umata salaletti sagalle ta.afi
@SaedShukara-e8v
@SaedShukara-e8v 3 күн бұрын
Galtoomi habtee onnee narraa dubbatee bakkaa koo buute dubatee maddaa lammii koo akamiin ibsaadhaa ani akkaa kee naafi hin mijoofne garuu lammin sii qabdii jabaadhu imimaan koo situu narraa haqee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@SaedShukara-e8v
@SaedShukara-e8v 2 күн бұрын
Good
@galanamamo3831
@galanamamo3831 Күн бұрын
Afuuftuudha hundishee 😢 kabaja uummata isheef hin qabdu. Gaafuma abbaa gadaa araara didan dhimma uummata akka hin qabne barre garri lamaanuu.
@chalenagesh1127
@chalenagesh1127 3 күн бұрын
Oroomon qamma issaa bullchuu tokko hiin qabuu yoo Waaqayyoo tokko nuu dubatee maale gubbae bara hunddaa bonyee mee dhissaan 😭😭😭😭😭😭😭😭
@Yoh-Tech-Solutions
@Yoh-Tech-Solutions 3 күн бұрын
Ani homma jechuu hin danda'u gooftan iyesus haa faraduu😢😢😢
@QaldhaaQilleensihinraafne
@QaldhaaQilleensihinraafne 3 күн бұрын
Habtishi Kun Hojiidhuma Warra ati jala fiigduuti dhiisi nutti hin bolotinii.
@JemalMahamad-s2o
@JemalMahamad-s2o Күн бұрын
Hundishee hangoof jecha fiigdi malee osoo ummaataaf yaaddi ta.e waliif galte ummataf nagaa laatti turte.sababa hangoof ummanni jiraachu dadhabe😭
@Qaalid-n6y
@Qaalid-n6y 3 күн бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭♥️♥️😭😭😭😭😭♥️♥️♥️♥️😭😭
@TolaTola55
@TolaTola55 3 күн бұрын
❤❤
@Bekelugetachew
@Bekelugetachew Күн бұрын
Oromo Koo warabestuu sii nyate 😂😂❤😂😅
@WerkneshBeda
@WerkneshBeda 3 күн бұрын
Uuuuuuuufffuuu garaan nu gubatee waqayoo dhugaa dhala isa ialaman isaa dhugaa dhala isaa imamman dholee imamman abootaa lubuu baduuf dubadhuu waqayoo🤲🤲🙏
@EmebetAlemu-ft6bg
@EmebetAlemu-ft6bg 2 күн бұрын
Waqayyooni gofotaani biyaa kenyaa fii nagaa hakeenu Lubbuu oboleesaa kenyaa waqayyoo dhugaa isaa Inii gatii nii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@BontuTulu-h9c
@BontuTulu-h9c 2 күн бұрын
Uuuuuuffffff maaloo yaa gooftaa sii eegnaa saba kanaaf dubbadhu dhignii ol adeemaa siiti iyyachaa jira nuuf faradi habtamuu ammas saba keenyaaf sagalee ta'aa
@NaimaZeyni
@NaimaZeyni 2 күн бұрын
Yaa rabbii keenya ummata kee miidhameef dirmadhu ati
@MohammedEndires
@MohammedEndires 2 күн бұрын
Rabbin gehe hajedhu imimmaan Harmee Akkana cobu Ariguu caala watti nama gubu hin jiru😭😭😭
@derejediriba947
@derejediriba947 3 күн бұрын
waaqayyo qofti gahe nuun haa jedhu malee kan namaallee itti dhiisneerra
@HambisAbdallaahi
@HambisAbdallaahi 2 күн бұрын
Dhugaadha Dhugaadha ajjaachan umata keenyarra ha dhabaatu
@DhugaaOromo
@DhugaaOromo 2 күн бұрын
Habtaamuu ati nama guddaa dha. Daangaan ati keessa jirtus naaf gala. Ilmaan haraamuu (OPDO fi WBO) araarsuuf dhamaateetta. Garuu araaramtus dhiiftus kana booda Oromoodhaaf waanti ishiin gootu tokkollee hinjiru. Ilmaan haraamuu lachuu gaafa dukkani kun bariite wal gaafanna. Hammanatti ummanni Oromo akka hidhaatee diina of irraa qolatu waan dandeessu yaali. Ummanni Oromo ilmaan haraamuutii jennee akka sabaatti cabeerra, saphateerra, mataa ol qabatee nama dura deemuu hindandeenye.
@lemmagonfa7356
@lemmagonfa7356 3 күн бұрын
I am sorry to see such a horrible situation and evil act!!
@MasaratDubai
@MasaratDubai 2 күн бұрын
Galatoomii dhugagadha Kee😢😢😢😢😢😢😢😭😭🙏🙏🙏
@AbdunnaasirAbdulkariim-ez8wo
@AbdunnaasirAbdulkariim-ez8wo 3 күн бұрын
Eeee dhugaa maalumaa tanaa garruu barraa hundaa inumaa du'aa yeroo maara oromoo kenyaa kunii namaa gadisisaa yaa rabbii nufi birmadhu😢😢😢
@MuazAbdu-yt7nw
@MuazAbdu-yt7nw 3 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭☝️☝️☝️Oromon Rabii maal nama dhugaa issaa arguu hin jiruu Yaaa Alaah nuuf birmadhu mee☝️☝️
@hshahahajaklaoaohshshahajh9493
@hshahahajaklaoaohshshahajh9493 3 күн бұрын
😭😭😭😭😭😭😭innumaa gubanee yaa waqayyoo atti fardii olli waqaraa nuuf ka,ii🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭
@Robel-fz3db
@Robel-fz3db 2 күн бұрын
Dhugaa keetii Habtee
@bontugutama7828
@bontugutama7828 Күн бұрын
Harakaa walaqabanee akkanuu ya oroomooooooo
@AshetuNegasa
@AshetuNegasa 3 күн бұрын
Habtaamuu......nama gaddiisiisa dhugaa 😢😢😢..... Mee waaquma eegganna Kaa silaa maal godhuutu Jira Yaa Biyyaa 😭😭😭😭😭
@ShiferaMerga
@ShiferaMerga 3 күн бұрын
😂dhugaadha Abtee galatoomii.😂😂😂
@HalimaQtr-c1j
@HalimaQtr-c1j 2 сағат бұрын
Uuff caraa kenyaa maali maa lataa gubanee😭😭😭😭😭
@Sabboontu-t4v
@Sabboontu-t4v 2 күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂Uuuuufffffff malo kesi kenya gubate maluma gona yaa rabbi nufi birmadhu ummani ke rakkate
@hibakind123
@hibakind123 Күн бұрын
😢😢😢😢😢😢yea alaa yarabii nuu birmadhuu
@smartsmarts442
@smartsmarts442 3 күн бұрын
Yaa Rabii Nurraa Dhabii Garanii Nuu Gubatee Uuuuuuuffii
@ruwd3316
@ruwd3316 3 күн бұрын
Nagaa dhabnii atis. WOB dha moo kan biyya bulcha jiru. Waaqayyo inni waaqaf laffa humme. Ijole Abyif carra kana ha kenuf
@حمدالجنيبي-ج5ف
@حمدالجنيبي-ج5ف 3 күн бұрын
Mootummaan kun waan argaa jiru natti hin fakkaanne waan ta'aa jiru kana😢😢 Finfinneensaa nagaa haa taatuf malee 😢😢 Waaqayyo haa faraduuf saba cunqurfamoo kanaaf 😢😢
@JarmaanArsii
@JarmaanArsii 2 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐮𝐟𝐟𝐟𝐟𝐟 𝐲𝐚𝐚 𝐚𝐥𝐥𝐚𝐡 𝐧𝐮𝐮 𝐛𝐮𝐫𝐦𝐚𝐝𝐡𝐮
@Halima-c1v
@Halima-c1v 3 күн бұрын
Kaan oromoof yaduu gongumaa waan jiruu naati hin fakatuu anaa rabiin umataa kenaa haa tiksuu malee kaan angoo iraa jirus ta'ee kaan bosonaa jiruus ta'ee dantaa ufii qofafa demuu jarii
@KAMILLA-p1v
@KAMILLA-p1v 2 күн бұрын
Yaa rabbii bineesaa nuraa kasii Yaa rabbii yaa Allah 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@LensaH-p4l
@LensaH-p4l 3 күн бұрын
በጣም ያማል 😭😭😭
@sabonttushawa3354
@sabonttushawa3354 3 күн бұрын
dhuga rabbii umanii kun ilman isa nii bosonattii galchanii dubarttii qofatuu mana tii kapha cunqurffama jituu😢😢😢😢 ya rabbii furmataa nuf ladhuu😢😢😢
@AlmiDebele-b3g
@AlmiDebele-b3g 2 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢dhugaa keenyaa rabbi duwwaana haa bassu hadhoo koo
@RameeTube-qf4ym
@RameeTube-qf4ym 3 күн бұрын
Enyuuti hiima jurtaa siibira jira 4kolii khan finxalayii khaana nuraati ijaaree 4kiloo raafa jiraa diina nurratii ijree siida mililik olkaase nuratii ijaree😂❤❤
@hawwitube7353
@hawwitube7353 3 күн бұрын
Dhugaa kedhaa 😢😢 Abiy mililik dhugaa oromoo mit
@DirrooKoo
@DirrooKoo 3 күн бұрын
Uuuuuuffffffiiiiiiii waaqayyoo nuuf birmadhukaa😢😢😢😢😢😢😢😢
@SaHg-jf8ib
@SaHg-jf8ib 3 күн бұрын
dhugaa keti wallah shaneen waa hin faayaaduu sobdee biyaa koo baLee saa jirtii
@yabobayo5787
@yabobayo5787 3 күн бұрын
Mootummaan hoo?
@Seyifu-x7r
@Seyifu-x7r 3 күн бұрын
Shanetu nama fixee ka waadaa biyyaa kana eeguuf fudhate osoo jiruu mindaa kam makiina kam qawee kam hidhashiifte dantaa garaa keetitiif quba namatti in qabin
@AshaAli-w6w
@AshaAli-w6w 4 сағат бұрын
Yaa .rabbii ati argii gubaa baraa baraa uuuuuuuuuuuuuuuuuufffffffff
@TesinDjsism
@TesinDjsism 3 күн бұрын
Dhugaa ketti Garanii nugabbatte😭😭😭😭😭
@HadiJihad-x1e
@HadiJihad-x1e 3 күн бұрын
Ayii yaarabbiikeeyna akkamumakeenya taanamee eessakeenya dharna gammanna imimmaan harmee ilaaluu dadhabnee
@meyirama3804
@meyirama3804 3 күн бұрын
Dhugadha walahi 🎉🎉🎉❤❤
@NazirAli-g1j
@NazirAli-g1j 3 күн бұрын
❤❤dur mootummaa isaanitu bulchaafi harkaafi Harma muran ammahoo keenya otoo bulchuu norma murani❤uuuuufff
@gamilaGamila-h5k
@gamilaGamila-h5k 47 минут бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭uuuuuuuffff gubbanee essa dhaqnaa biyyaana
@UmarKelifa
@UmarKelifa Күн бұрын
Dhugadha aftaamuu koo
@SaedShukara-e8v
@SaedShukara-e8v 3 күн бұрын
Rabbin qofaa malee enyuuyuu hin abdannuu jechuun dhugaa wallahi abdatamaan zalaalami isumaa
@fatumabintislam9064
@fatumabintislam9064 3 күн бұрын
Uuuffff garaan nuu gubaate uuuuuffi garaa abbaafi haadha tennaa😢😢😢😢😢😢
@ObsaniiRagasaa
@ObsaniiRagasaa Күн бұрын
Waaqayyo eganna isa wayya 😂😂😂😂😂😂😂
@feyeragezehagn2812
@feyeragezehagn2812 3 күн бұрын
Habtee, boonyee wawwaannee, kan itti iyyannus kan itti himannus dhabnee kunoo immimmaan keenha dhugna😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@DentaTolesa
@DentaTolesa 3 күн бұрын
Dhugadhaa kan nuu midhee kanumma keenya isaa ummatta isaa irra meesha hiike harkaa quula hanbisedhaa dhugaa😭😭😭😭😭😭😭
@WarqtooMarga
@WarqtooMarga 2 күн бұрын
Waqayoo lubu sanifi haiyatuu😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂uuuuuuuuuj
@motivationword4340
@motivationword4340 2 күн бұрын
Yaa waaqayyo uummata keenya uummata oromoo yaadadhu.
@januaryjanuary88
@januaryjanuary88 3 күн бұрын
Yaa rabbii nuu birmadhuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@SaliiyAbdii
@SaliiyAbdii 3 күн бұрын
Ah wayyooooooooo oromooko rabbiin siiif haadirrmatu 😢😢😢😢😢😢😢😢
@mariamaria3151
@mariamaria3151 Күн бұрын
Waaqayyoo hin faradaa 😢😢😢😢😢😢
@Jitogaaddisa
@Jitogaaddisa Күн бұрын
Yaa oromoo koo 💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭
@GuyyaanJira-ld6gh
@GuyyaanJira-ld6gh 3 күн бұрын
Habteekoo, kan si hubatutu dhibeetu malee ati positive thinker dha.
@KadijaHassen-pj6vv
@KadijaHassen-pj6vv 2 күн бұрын
Malii yarabii malii wyaa😂😂😂😂🖤🖤🖤🖤🗣🖤🖤🖤🖤🖤😂😂
@samsungmobilee5215
@samsungmobilee5215 3 күн бұрын
Gubanee humna hin qabanu waani gone dhsbene😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@TefayeDebelu
@TefayeDebelu 2 сағат бұрын
Dhugaadha ❤❤❤
@Shimelis-h1o
@Shimelis-h1o 2 күн бұрын
Kanaa dhaga,uu manaa du,aa wayyaa 😂
@sunliteman
@sunliteman 3 күн бұрын
Dhugaa Jette qaaliikoo Dhugaa jiru dubbatte Garuu Maal Jenna Maalis Dubbanna Kana rabbi inni hundumaa gararraa jiru gumaa ummata gara laafessa kana haa ilaalu immimmaan isaa Oromookoo uuuuuuuuuuuffffffffeeeeeee
@IliyaasJibril-m5u
@IliyaasJibril-m5u 3 күн бұрын
YAA Rabbii Gargarii
The IMPOSSIBLE Puzzle..
00:55
Stokes Twins
Рет қаралды 170 МЛН
Drama Faanoon Ummata keenyarratti Hojjachaa jirtu ilaalaa
8:11
Oromiya News Today
Рет қаралды 6 М.
ሐረግ ( ክፍል 23)
40:59
ለዛ
Рет қаралды 183 М.
OMN ODUU  SADAASA 22, 2024
25:26
OMN
Рет қаралды 80 М.
Ijjigaayyoo Fiqaaduu waliin
28:45
Qaanqee Show
Рет қаралды 53 М.
Soore faana walii galuu hin dandeenyu😭😱
31:18
Abi fi sore
Рет қаралды 14 М.
Gingilchaa 3ffaa "Waggaa keessatti Guyyaa tokko Oromoof........
39:33
Jawaarif bilbilee waa'ee araara marsaa 3ffaa gaafadhe #ethiopia OMN
43:32
The IMPOSSIBLE Puzzle..
00:55
Stokes Twins
Рет қаралды 170 МЛН