keenya Finfinneen - New Ethiopian Oromo music (Official)

  Рет қаралды 580,080

Hawi Tezera (official)

Hawi Tezera (official)

Күн бұрын

Sirba waa'ee seenaa qabeettii qe'ee keenya finfinnee

Пікірлер: 466
@Isaaqzeenuu
@Isaaqzeenuu Жыл бұрын
ADDIS ABABAAN GUBATTE 💪
@kiyaaf1572
@kiyaaf1572 Жыл бұрын
በጣም ፡ ጥሩ ፡ ነው ፡ እንደዚ ፡ አይነት ፡ መዝቃ ፡ የራስህ ፡ ማንነት ፡ መግለፅ ፡ ለትውልድ ፡ ታረክ ፡ በቀለሉ ፡ ይመራል ፡ ፡ አንችን ፡ ደግሞ ፡ ፈጠር ፡እድሜና ፡ ጤና ፡ ይስጥሽ ፡ ዘሮችሸ ፡ ምድረ ፡ የምሉ ፡ ይብዙ ፡ ታበረክ ፡ ሀዊያችን።
@addisgulema3748
@addisgulema3748 Жыл бұрын
Sii jaalchun Dirqamaa Hawee Koo Ija umaata oromo kabajamaa Oli jeedhi. We Love you always The Hero Hero Golden OROMO weman Gerat Voice. 😎👩‍🎨💃💃💃💃🕺🕺💪💪💪👏👏👏💚💚❤❤💖💖🎓👑👡👡👢👜👗👒all for you Respekt. So beutful?Music. We proud of you .Golden OROMO weman
@oromtitiwbo5078
@oromtitiwbo5078 Жыл бұрын
😍😍😍👏🏽👏🏽👏🏽👏🏽❤️💚❤️💚❤️😍😍😍😍😍💪🏽💪🏽💪🏽💪🏽
@hawwaalain5737
@hawwaalain5737 Жыл бұрын
❤❤❤❤☝️❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍💓💓💓💓🌺🌺🌺🌺
@abdulcreator
@abdulcreator Жыл бұрын
100% hawiii hojii bareda erga qabu dhufte million 100 lalu qaba
@hawwaamahammad4064
@hawwaamahammad4064 Жыл бұрын
WOW hawii tenyaa bagaa tenyaa tatee baye bayee sahiinin bonaa jajabditii oromoo qashtii koo abshiri jabadhuu nutilen si jiraa ijolen oromoo dhiba dhibati nuf jiradhu umrii nuf dheradhuu💗💗💗💗💪💪💪
@sirajaman9308
@sirajaman9308 Жыл бұрын
WOY Hawwii teenya waan garaa nama gahu ummata keenya biraan geesse umrii dheeradhu ijji hamtuun sin argin!!
@oromooromo374
@oromooromo374 Жыл бұрын
Bayyee Nama Tolaa oromo koo keenya Finfinnee ❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚✊
@lootiientertainment7892
@lootiientertainment7892 Жыл бұрын
Mati nafvtaho
@lechisahirpesa3845
@lechisahirpesa3845 Жыл бұрын
Wel hawisho kutatu kenyaa nuu jiradhuu
@abdisaturi2438
@abdisaturi2438 Жыл бұрын
Haga Addis Ababaa baatu, Maaliif Finfinnee hin baatu Biyya bareenni wol maddii yaatu😍
@ibsafeyyisa
@ibsafeyyisa Жыл бұрын
Baga Dhuftee Sabboontu Intalaa, baayyee sin kabajaa, baayyee sin jaaladha.Our hero our strong Artist! You did a historical music!
@gasharetuute6912
@gasharetuute6912 Жыл бұрын
Sirbaa Garriidhaa Jabadhuu siirbii kanii offii Beekuunii Akkassii,jabadhaa ummattaa oromoo maraa Barisissaa!!!!!!!
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 8 ай бұрын
Finfineee kaan oromiyaaa dhaaa❤❤❤ Itti mudee qashitee Oromo gotaakoo
@sadikabdela8582
@sadikabdela8582 Жыл бұрын
Dhugaa keeti itti himi xiiqoftu intalaa jabduu mucaa salaalee haftee hacee🙏🙏🙏💔💔💔💔
@oromia230
@oromia230 Жыл бұрын
Wowow bayye namati tola sirbii ke yeroo hunduma sabontu oromoo jabadhu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍😍😍
@abarashdajane5778
@abarashdajane5778 Жыл бұрын
Waawuuu jabduu keenyaa nuuf jiradhuu sii jalanaa ijaa hamtuu irraa waqqayyo sii haa eguu
@sinfulislam474
@sinfulislam474 Жыл бұрын
Hawaii Tenya waga 1000 nuf jiradhu sabontu oromo ❤❤❤❤❤❤❤❤
@walloonwalifii1058
@walloonwalifii1058 Жыл бұрын
Bareduu too jabadhuu lencati too♥️💚♥️🥰🙋‍♀️
@mjbmoha9153
@mjbmoha9153 Жыл бұрын
jabaadhu hawwi teenna inshaalah nibilisomna
@haadhajaafar
@haadhajaafar Жыл бұрын
Hawiyee gotta tenyaa nuuf jiradhuu gotta one sibilaa ❣️❣️❣️❣️👌👈
@hananhanaa1124
@hananhanaa1124 Жыл бұрын
Dhugaa ketii jabduu koo sijalanaa bareduu koo🥰🥰🥰
@sinanharme5784
@sinanharme5784 Жыл бұрын
Mucaayoo kana ana duwwa akkana jalata moo yaa 70 akka lubbutti jaalladhaa ❤️❤️🎸hawwi koo
@fatumajamal4696
@fatumajamal4696 Жыл бұрын
Wowowo jabduu sanyii hacee baga dhuftee
@bilisekoo3111
@bilisekoo3111 Жыл бұрын
Hawii koo bareduu too Jabbadhu sanyi tiyya 🥰🥰🥰🥰🥰💚❤❤❤❤❤❤
@martadandana2780
@martadandana2780 Жыл бұрын
Hawii koo jabadhuu koo umurii dheraa nufii jiradhuu ❤
@amaneeneamaneene3282
@amaneeneamaneene3282 Жыл бұрын
Waawuu finfinneen kan oromooti hitti hima yoo kabekani
@gamachubeyena2628
@gamachubeyena2628 Жыл бұрын
Artist Hawaii Tazara Galattomaa faayaa nuu fee taaye uremes nuu dheradhu thanks. Finfinnee biyya Oromia people's.
@negasadiro8998
@negasadiro8998 Жыл бұрын
Jabduu intalaa oromoo nuuf jabadhuu; Finfinneen keenyumaa
@gemechuaman5522
@gemechuaman5522 Жыл бұрын
Jabduu koo sima fakkata hojiin kee goota tiyyaa Keenya Finfinneeni !!!
@kumerayadeta
@kumerayadeta Жыл бұрын
jabduu keenya nuuf jiraadhu dhukkee irraa kaaftemmoo
@netsanettube9580
@netsanettube9580 Жыл бұрын
Hawii koo Amazing music 🎶 🎵 jabee keenyaa jabadhuu
@lootiientertainment7892
@lootiientertainment7892 Жыл бұрын
Mati naf tahi
@ahmedyassin5667
@ahmedyassin5667 Жыл бұрын
baga dhufte sabontu oromo baye namatii tolata sher godhudhan ha jajabesinu♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@darartuutube9477
@darartuutube9477 Жыл бұрын
Well came hawwii sanyii gotaa jajabaduu😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@sinfulislam474
@sinfulislam474 Жыл бұрын
Wow wow baga nagayan nuf dhufte sabontu tenya
@maamudkadiir4244
@maamudkadiir4244 Жыл бұрын
Jabduu teenya Artist Hawwii Tazarraa jabaadhu si cinaa jirra ❤💚❤🙏
@olyadkatama308
@olyadkatama308 Жыл бұрын
Hawwii itti cabsitee horii bulii ❤🌳❤
@gemechunacha5114
@gemechunacha5114 Жыл бұрын
Hawwii koo jabadhu❤💚❤ Finfinnee keenya beeka❤💚❤
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 Жыл бұрын
Sirbaa Bay.ee Bareda Erga Qabudha Jabadhuu
@maalmallisaatube2048
@maalmallisaatube2048 Жыл бұрын
Haadha biyyaa hojii gaariidha jabaadhu. Listening from 🇺🇸
@lootiientertainment7892
@lootiientertainment7892 Жыл бұрын
Mati naf tahi
@simbodame9585
@simbodame9585 Жыл бұрын
Keenyaa finfinnee duraa iyyuu ammasi boruusi 😂🤣💝❣️🌹
@temesgendida939
@temesgendida939 Жыл бұрын
Jabduun akka kee haa bayyaatu Sabboontuu kenyaa Galatomi
@DrHanii
@DrHanii Жыл бұрын
Ww sirbaa bayyee baredudhaa Hawaii cimtuu kenyaa finfineen bayyee jaladhee warii jalataan like naf godhaa achumaan kotaa gamaa barumsaa 😍😍😍😍😍😍😍✅✅✅✅✅✅✅✅✅
@kerayub2681
@kerayub2681 Жыл бұрын
Finfinen belongs to the Oromo people!!!
@waaqoohailu187
@waaqoohailu187 Жыл бұрын
Hawwii Baga nagaan Dhufte Hawwii Qaxalee Intalaa!!!
@abdulhaakimumar1401
@abdulhaakimumar1401 Жыл бұрын
Baga nagayaan dhuftan sabbontuu oromoo jabaadhu Aartistoota shamarranii keessaa siin boonna jabduu oromoo siwaliin jirra qomoo koo ❤🌳❤🐅🙏
@ADAMATUBE
@ADAMATUBE Жыл бұрын
Bareeda!!
@mayaa340
@mayaa340 Жыл бұрын
Woowww haawishayee 👌👌👌👌👌👌👌👌💚💛💜💚💛💜💐💐💐💐💐💐💗💗💗💗💗💗💗💗haa gubatuu amallee haa gubatuu
@mujibtahir9458
@mujibtahir9458 Жыл бұрын
Jabduu akka dhiiraa nuuf juraadhu❤❤
@Obsee_Oro
@Obsee_Oro Жыл бұрын
Jabduu koo jabadhuu 💖💖
@etiophiya4348
@etiophiya4348 Жыл бұрын
wowowo hawi baga nagan nuf dhufte
@abdiihuseenfixaadaggafaa348
@abdiihuseenfixaadaggafaa348 Жыл бұрын
Jabdu keenya baga itti himtee
@addisgulema3748
@addisgulema3748 Жыл бұрын
Leeciti ija umataa OROMO jiraadhu!! 😍😍😍😍
@lootiientertainment7892
@lootiientertainment7892 Жыл бұрын
Mati naf tahi
@helleen4304
@helleen4304 Жыл бұрын
Hawwi kooo Jabduu kooo ❤️💚❤️💪💪💪💋
@meriemali3354
@meriemali3354 Жыл бұрын
በርቺ፤ጀግና ሴት!
@abdiahmed704
@abdiahmed704 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️😘😘😘 Addis Ababa gubatee Finfinnee malee
@bilisumamedia987
@bilisumamedia987 Жыл бұрын
Hoji ajaibattiii jabadhu hawikoo
@sumayaoromoo9519
@sumayaoromoo9519 Жыл бұрын
Bagaa nagayan dhuftee kabajamtufi qalii saba♥️♥️♥️
@user-ub6gn5nu9e
@user-ub6gn5nu9e Жыл бұрын
Jabadhuu Hawwii tenyaa
@senayit9777
@senayit9777 Жыл бұрын
Galatomi ya habibti hawi tenya 😍🙏
@kedirkumbi5465
@kedirkumbi5465 Жыл бұрын
Hawwii teenna bareeda baafte jabaadhu
@nouraalazmi526
@nouraalazmi526 Жыл бұрын
Hawwiiye wowowowow Bareeda ❤💚❤
@ketematafess4461
@ketematafess4461 Жыл бұрын
Cimtuu nama, jabadhuu!
@sinfulislam474
@sinfulislam474 Жыл бұрын
OROMO END FINFINE HANDHURA OROMIYA 🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝
@chubayisa3512
@chubayisa3512 Жыл бұрын
Hoba'i Hawii koo. Bayyee si jaalanna.
@alemayehunegash2061
@alemayehunegash2061 Жыл бұрын
I am glad you came back with great song, viva Finfinneen.
@saidmahmuud1925
@saidmahmuud1925 Жыл бұрын
Jabaadhu hawwitii hawii saboontuu intalaa 💞💞💞🌹💞🌹💞👍👍👍👍
@kebedeabu
@kebedeabu Жыл бұрын
Handhuurrii ABBAA Beekaa Finfinnee keenya Eegaa ❤️🌳❤️ Hawwishaa Galatoomii sabboontu 🙏🏻
@lootiientertainment7892
@lootiientertainment7892 Жыл бұрын
Mati naaf tahi
@michaelkutane236
@michaelkutane236 5 күн бұрын
Baayyee gaarii dha. Jabaadhaa.
@Ggh-il2xe
@Ggh-il2xe Жыл бұрын
Jabbuu koo baga milokooftee xiqqoftuu koo sanyii taddee sanyii nama jabbaa jabdduu koo💗💗💗💔💔💔💗💗💗💗
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Жыл бұрын
Rabin umirsihaadheerree maashaallaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@etenshdabawajira5427
@etenshdabawajira5427 Жыл бұрын
Baaredduu too Hawaii dhiraatoo🐆🐆🐆🐆🐆🐆💞💞💞💞🌹🌹🌹🌹🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆💯💪💪💪💪💪💪💯🌹🌹🌹🌹🌹🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
@biraneemucaawaraailfataaaa7314
@biraneemucaawaraailfataaaa7314 Жыл бұрын
Jabdhuu koo sirbaa ajibaa nu jiradhuu ❤❤❤
@abdiiyefiqrelijee1097
@abdiiyefiqrelijee1097 Жыл бұрын
Nuu jiraadhuu 👍 Finfinnee Finfinnee Finfinnee.........
@bariisooabraahim1415
@bariisooabraahim1415 Жыл бұрын
Oromoon hin Danda'amne Barana. Addisaabaan gubattee.
@ephrembedhaso7741
@ephrembedhaso7741 Жыл бұрын
sanyii motii jabadhuu.
@abdiieo2248
@abdiieo2248 Жыл бұрын
Wwww waan bared Artistoni Kenya Nu bonsitaa ni jabadha
@sultankadir4685
@sultankadir4685 Жыл бұрын
Hawwicho tenna jiradhu kayyo hacee kenyaa qabanne demnaa jette turte dhugumaa guma hace akka baftetti sii ilalla gudda galatom bayye sii jalanna rabbi sii haa eguu
@genettadese2661
@genettadese2661 Жыл бұрын
woww wel come Hawi💃💃
@TajirShow
@TajirShow Жыл бұрын
Jabduu teenya! Jabaadhu
@YOMIKA3736
@YOMIKA3736 Жыл бұрын
Bayyee midhagaa jabadhu
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 Жыл бұрын
Dhufte Hawwin, Hawwiin ishee kana. Nuti duruu keenya. Baga nagaan deebite gara jiruutti. Intala Warra Guddaa, hawwiin, Ifaajnee hin hafnu amma booda, gara laaffinnis in hafe. Obsi keenyas in dhume. Qoosaan in hafe. Karoorri diinaas in oole. Finfinneerratti qoosaan hin jiru. Harka keenya keessatti argita. Nuti hin kakannaaree,..Gargaaraan keenya gubbaadha. Galaaan, Gullalleen, Ekkaan, Lammii kuraa, Abichuun,.. qe'ee qe'ee kee, iddoo kee hin dagatin. Hawwii- is Oromo nuclear power, our icon, lengeds and Beyond @Africans, @Oromians, @Ormanians. Hin sodaatin..Gaaffii keenya deebisuu keetiif oofkali. Injifannoon Uummata bal'aaf 🥰💪💪💪💪👁
@yonisado5917
@yonisado5917 Жыл бұрын
Waw waw nu jiradu jajabee tegna bayee sra bareedda❤ ❤❤ waw
@wudeenguru4953
@wudeenguru4953 Жыл бұрын
Hawii jabduu nama jabadhuu
@mimobadhasa4675
@mimobadhasa4675 Жыл бұрын
Woooow bayee namati tolaa nuuf jiraadhuu 🙏🙏🙏🙏
@biretube5899
@biretube5899 Жыл бұрын
Bareduu koo jaabadhuu ❤️♥️❤️❤️♥️❤️♥️❤️
@boriifankumesa3690
@boriifankumesa3690 Жыл бұрын
Hawwishaa!! Baga itti himte!
@abuentertainment
@abuentertainment Жыл бұрын
Worra seenaa hate kana tokkummaan biyya keenya irraa deebifachuu qabna
@mosisaayansa3797
@mosisaayansa3797 Жыл бұрын
jabduu Intalaa jabaadhuu.
@mujeali1087
@mujeali1087 Жыл бұрын
Bayyee baayyee gaariidha jabaadhuu namnni tokkoo tokko sii arrabsuu dandayaa jara akkasiif bakka hin qabaatin Bayyee sii jaallata uummanni oromoo gaaffii dhuunfa kooti osoon bilbilaa kee argadhee yaada kiyyaa siif dhiheesse baayyee gammadaa kanaaf ati oolmaa guudda oolte jirta oromoof namnni jiraata hafuu hin jiruu intala durbaa yoo qabaatte bakka kee buusuuf maal yaada jirta bakka ati lubbuun hin jirreetti?
@oromtitiwbo5078
@oromtitiwbo5078 Жыл бұрын
🥰🥰🥰😘😘😘Oromiyyaa koo Finfinne koo❤❤❤️💚💚💚❤️❤❤💪🏽💪🏽💪🏽
@oromiaentertainment12
@oromiaentertainment12 Жыл бұрын
Amazing Work 👏 😯
@lootiientertainment7892
@lootiientertainment7892 Жыл бұрын
Mati naaf tahi
@ABDI_Crazy
@ABDI_Crazy Жыл бұрын
baga nagahan dhuftee ⭐
@hey1232
@hey1232 Жыл бұрын
Bereduu Tiyaa Jabadhuu Oromoo Koo 🥰💪🏾💪🏾💪🏾
@abomsashow7660
@abomsashow7660 Жыл бұрын
Woow Hawi jabdu teenya long life Good job
@samiraabaalee93
@samiraabaalee93 Жыл бұрын
Haqaa ufii falmachuun hangaa dhugaaf walabummaa gonfannutti 🌳👌
@alikodinko9158
@alikodinko9158 Жыл бұрын
ወይ እኔ ወይ እኔ ጋሞ ሆኜ ኦሮምኛ በመቻሌ በጣም ተደስቸዋለሁ᎓᎓ እህቴ በዘፈን መልክ የፊንፊኔን የጭቆና ቀምበር ሥር መውደቋን ስትተረክ ሰማሁት (I understood)᎓᎓ ዱሮ የእኛ የጋሞች ዋና ከተማም ቼንቻ ነበር ግን ነፍጠኞች አይሆንም ብሎ ወዳ ዛሬይቱ አካባቢ አሳለፉና "አርባ ምንጭ" አሉዋት᎓᎓ ሃይዞዋቸው የጭቆና ሰንሰለቱን በጥስን እንወጣለን
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
Jabduu koo Hawwichoo koo nuuf jiraadhu❤❤❤🔥🔥🙏🙏
@tajuuoroo9266
@tajuuoroo9266 Жыл бұрын
Bayee bareda sabontu saba kotii naf bulii Hama fetuu💗💗💗
@simbootube4141
@simbootube4141 Жыл бұрын
Wwwow amazing video
@siifaanyoutube2837
@siifaanyoutube2837 Жыл бұрын
Kootaa mana koo Oromoo koo
@abuhaile6517
@abuhaile6517 Жыл бұрын
በጣም ቆንጆ ነው በርቺ 👍👍
@gemechis1163
@gemechis1163 Жыл бұрын
Dhaloota seena barsiisu kessatti shoora olaana fi qabiyyee gudda sirba qabu jedhen amana. Galata gudda qabda,umurii dheeradhu hawwi!!
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 3,2 МЛН
WILL IT BURST?
00:31
Natan por Aí
Рет қаралды 42 МЛН
Dad Makes Daughter Clean Up Spilled Chips #shorts
00:16
Fabiosa Stories
Рет қаралды 7 МЛН
Glow Stick Secret Pt.4 😱 #shorts
00:35
Mr DegrEE
Рет қаралды 18 МЛН
dhugaan kee haa mula'atu
6:44
Hawi Tezera (official)
Рет қаралды 1 МЛН
ABSHAALOO - School Life - kutaa 34ffaa
18:44
Libsuu Media
Рет қаралды 36 М.
Addisu waayimaa Faarsa kadhanaa  @2016
23:51
Amanti studio
Рет қаралды 75 М.
Bahaliyake Tv | Obsinan Tv New Diraamaa Afaan Oromo | 2024
19:47
OBSINAN TV
Рет қаралды 423 М.
SELAM DESTA ሳበኝ "SABEGN" New Ethiopian Gospel Song  2024
8:24
Selam Desta Official
Рет қаралды 259 М.
WILL IT BURST?
00:31
Natan por Aí
Рет қаралды 42 МЛН