Ameeeeeeen Ameeeeeen keessii koo goftii kotii ni gammada bagaa goftaan gammadee diribaa Ebbifami maqa waaqayyootiin Uuuuuuuuuuuffffffffff nama urmii kessan gutuu nama waaqayyoonnii gammaduu isan haa godhuu uuuffff ebbifama
@nourjambeinnourjambein19237 жыл бұрын
butter Lucas waaqayyoo butter waqoyo,gudana,sa,bisuu
@yesuusfayyisaadha23110 жыл бұрын
jechaan ol nama dhiba faarfannaan kun...woow Jaalala Yesuus! Nuti Warri Kiristoosiin Filanne ayyaantuudha!
@TG-dp1lw5 жыл бұрын
Ebifamii dachadhaa
@mikiyasgezu9209 Жыл бұрын
Still listening to this song…it’s awesome…may God bless u
@toltuuboonsaa173712 жыл бұрын
Faaruu Baay,ee namati tolu .keessii nama kan itti boqqotuu waaqayyoos kan itti gammadu!!Faar.Dirbaa gooftaan saa eebbisuu.
@muluuurgeessa52907 жыл бұрын
Ufffffffffee jaalali isa kana qixee qabine hin jiruu kana akka yesus ameeee'en ameeee'en waqayyo Gooftaan hamma dhumaatti si haa dhaabu keessiko baayyee sijaallata yesus dibataa koo .....
Obbo ykn Aadde Risaa Eagle, yaadakeessaniif galata argadhaa. Garuu, yaadakee kabajaafi fudhachaa waanan sigaafadhu tokko jira, wanti ulfina Gooftaaf hintaane jiraa suura mullatan keessaa? Wanti nama dogoggorsu, cubbuutti nama oofu? Mee suuraalee kanaafi qabiyyee faarsaa kanaa walbira qabii ilaali, does it make sense? Kallatti ati irraa ilaaltu hinbeeku malee, there is direct connection. Anyhow, I appreciate your idea and accept it as well. Thank you!
@KefyalewDameeАй бұрын
Obboleesaa koo namni ni dogongoraa kannaafii wanti Asi keessaa jirtu suuraa takkatti qofa Ati kana oli dogongortani hin baattan