Keessummaa Kaffe Show Addisu Wayima

  Рет қаралды 62,114

Of-Argachuu Podcast

Of-Argachuu Podcast

Күн бұрын

Пікірлер: 339
@vggtty3671
@vggtty3671 10 ай бұрын
Waaqayyo guddaa isiin haa Eebbisu maalo sabaa Waaqayyo farfaata Addisuf konkolaata bitaaf dhugaa nama hubaata nama Waaqayyo nuuf kenni❤
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 10 ай бұрын
Isin lamaan keessanuu ayyaana addaatu isinirra jira nuuf jiraadhaa Eebbifamaa 🥰Addsisuuko Abbaa Jecha dilbii🥰🥰🥰🥰
@diribagirma4030
@diribagirma4030 10 ай бұрын
Faarfataa Addisuu naman ani baayyee jaaladhu fi kabajuu, nama qaalii Oromoon qabduudha. Faarfannaa isa keessatti jechootni inni fayyadamu baayyee na ajaa'ibu. Gadi fageenyi walaloo isaa jabina isaaf ragaa dha. Fayyaa fi nagaa ta'i, darbii nuuf jiraadhu jabaa namaa!.
@senadiba
@senadiba 10 ай бұрын
❤Darbii nuu jiraadhu, Waaqayyo Si wajjiin haa ta'u!
@LaoeGe
@LaoeGe 10 ай бұрын
Addisu wahima top singer in Ethiopia ! Gaafa sagale dabarsitsan immo back ground sagale kash kash jedhu balleessaa! Dhiifama immo an nama isin gorsu immo miti dandahae Garuu qulqullinan akka darbu barbada
@gutemateresa7536
@gutemateresa7536 10 ай бұрын
Addisuu kana gaafan arguu na gammachiisa baayeeman jaalladha nama jaallatamadhas kutataa nama jaba farfattoota oromoon qabduu keessa Addisuun nama jalqabati Jabaadhu jabakoo Farfata farfannansa hin quufamne jaalalan siif qabuu guddaadha waaqayyo baraf jireenyakee haa eebbisuu darbii deemi homallee si dura hin dhabbatiin Pastor galatooma waanta nama jaba kana nuuf dhiyeessitaniif!❤❤❤❤
@aragusori5021
@aragusori5021 10 ай бұрын
Isin nuuf ebbaa kenyaa dhugaa bayyeema isiin jalladha ebbifamaa waan bayyee isiin baradhaa anii jirenyaa koo keessaatti iddoo guddaa isiinif qaba waqaayyoo baraa keesssan haa ebbisuu ebbifamaa. Adde fii paster Kaffe.❤❤❤❤
@tsegayemamo8197
@tsegayemamo8197 10 ай бұрын
Waa'ee Aaddisuu Waayimaa ,waa'ee keennaa fi ogummaa isaaf kennamee,dubbachuu caala callisaniituma Ayyaana Waaqayyoo isa irra jiru dinifkachuu wayya.what a wisdom? What the humbleness he is? Bara kana nama akka kana dhalootaaf dhimmu! Woooow! Addeekoo we love you and i feel always lucky to be a part of your generation! Waa'ee ayyaana guddaa siif kenname kanaaf Waaqayyoon guddaan galateeffadha!
@meseretufgae6256
@meseretufgae6256 10 ай бұрын
Addee keenya, Qabeenya keenya, sabboonummaa keenya baay'ee sijaallanna dhugaa.Faarfannaan kee ofiima isaafu Afuura waaqayyoo nukeessa gadi fageessee dhaabbeera ulfaadhu. Ati dikshinarii Afaan Oromooti anaaf!!. We Love you❤❤
@waaqayogaariidhaiyesusjira4712
@waaqayogaariidhaiyesusjira4712 10 ай бұрын
Uuuuuuuuuuuuufffffee qaalii nama Waaqayyoo isinni haaebisuu ebifaamaa ebifaamaa daacha 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 Nufjiraadhaa 💔✊✊🥰✅
@HikitiChrist-yc9pr
@HikitiChrist-yc9pr 10 ай бұрын
Durumayyuu... baayyeen si jaalladha #Addeekoo...❤
@Obsee-r8t
@Obsee-r8t 10 ай бұрын
Kabaa Fidoo nuf fidaa mee pelas ❤❤️ Hedduumoo Eebbifamaa eerga guddaa Waan nuuf qoodanif
@dawwitdawwit4878
@dawwitdawwit4878 10 ай бұрын
Addisuu ati dhugaa eebba oromoon qabu keessa ati isaa tokkoodha waan jedhuu you jirratee baayee baayee si jaaladha waaqayyoo bara kee Haa eebbisuu respect you 🎉
@senagedarame
@senagedarame 10 ай бұрын
Dhugaa Anii Akkatii isin jabadhu Lamanii keesani iyuuu umurii dhera nuf qabadha Ebbifamo kenyaa ❤❤❤❤❤
@Golollisa_barii
@Golollisa_barii 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ Faarfamaa Addisuu Waayimaa Abba jechoota dilbii goota waaqayyo nuuf kaase ammallee waaqayyo guddaa si haa eebbisu Paaster Kaffenis Galatoomi 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Golollisa_barii
@Golollisa_barii 10 ай бұрын
❤❤❤
@DawitGirmaye-r4q
@DawitGirmaye-r4q 10 ай бұрын
Addisu kanamee waaqayyomatu nuuf kenneem dhugaa. Ani faarfannasaanan waaqayyon bare jechuun nan danda,a
@wakodida
@wakodida 10 ай бұрын
Pastor Kafyalo Eebifamii nama jaba nuu fiddee isan jaaladha eebifamaa.Pastor Destaalle nuu dhiheesi guyyaa tokko!
@waktolaendalew1564
@waktolaendalew1564 10 ай бұрын
Farfaattaa Addissuu nuu jiradhu baayeen si jaladha dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤
@MelkeCr7
@MelkeCr7 10 ай бұрын
Namni Faarfataa Addisuu Waayimaa jedhamu kun dhuguma nama dinqii wayiidha. Faarfataan akka isaas hin jiru. Fakkeenya dhalootaa😍😍😍
@fayelakew3192
@fayelakew3192 10 ай бұрын
Bayyeen isiin jaladhaa laman keessaanu.maloo eliyas banti nuf Aferi
@jgyvhhvtfv6791
@jgyvhhvtfv6791 10 ай бұрын
Wwwwwwwooooowwwwww namota waqayo bayen sin jaladha farfata adisu baye jaladha ebifami ergani kee hundino baye itti ebifame ebifami jabadha waqayo si haa ergaru ebifami ati nama addati nama oguma guda qadudha ebifami sin jaladha ❤❤❤❤❤❤
@NGNegashGemachu
@NGNegashGemachu 10 ай бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisuu Torbe Far/pas Baacaa Bayyaanaa nu dhiyessaa
@Nagaabarbadi
@Nagaabarbadi 10 ай бұрын
Addisu , Waaqayyoo si ha eebbisu deebi ati laattu nama aja’ibsiisa, hubanna Waaqayyo siif kenne guddaadha. Bara nami horiin macha’ee kana keessatti ofi keera darbitee wa’ee dhalootaaf aadda kun kenna guddaadha. You didn’t trade-in spiritual gift with things a.k.s money. You didn’t “bow down “ for money, you replied what’s filled in your heart. Stay blessed.
@ifademisie9188
@ifademisie9188 10 ай бұрын
Far. Addisu jechuun nama jabaa waldaan kiristana qabduudha, farfaanan isaas kan darbee jiraatudha, yoo in dandaama tahe akka kotti farfaanan Addisu afaanootta biyyaa lafaa irra jiraanitti yoo hikaame lubbuu baay'eettu ittin eebbifama jedheen yaada
@YonasTamiruTube-gp9nx
@YonasTamiruTube-gp9nx 10 ай бұрын
Addisuun dhugaa kennaa keenya❤ maaddii nyaatamee hin quufamnetu keessa isaa jira.nuuf buli qaaliiko❤❤
@lalisad30
@lalisad30 10 ай бұрын
Maloo paster waaqayyo baraa fi jireenya keessan haa eebbisu jechaa itti fufaa! Faar.Addisuun immoo hambaa dhaloota kanaati.❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@SmilingAstroStation-mo7tt
@SmilingAstroStation-mo7tt 10 ай бұрын
Love Adisu
@lensahunde3315
@lensahunde3315 10 ай бұрын
Addiisuu nama gudda Waaqayyoo sihaa Eebbisuu we really respect you
@almazhilu979
@almazhilu979 10 ай бұрын
Waqayoo bayyee isin yaa ebisuu namaati waqayoo bayyee isiin jaladhaa dhugaa ebifamaa❤❤❤🔥🔥🔥🔥🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@gudinakebedeofficial1430
@gudinakebedeofficial1430 10 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf faarfataa addisuu waayima nama guddaaf nama jabaa waaqayyo nuuf kennedha. Baay'een si jaalladha eebbifamaa Koo!
@abdatawakjira6429
@abdatawakjira6429 10 ай бұрын
Dhugaa dubbatte Addee! waan Waaqayyoo kana gara dabarsanii qabeenya argachuun gadhee qofa miti, booru barcuma firdii Gooftaa keenyaa Yesuus duratti gatii/gonfoo malee nama hambisa. Araarrii fi Ayyaanni Waaqayyo Abbaa, kan Ilmasaa Yesuus Kiristoos dabalee siif haa baay'atu!
@alamialami8135
@alamialami8135 10 ай бұрын
Isin laaman ibsun baayyee namattii ulfataa guddaa waaqayyo isini haa Eebbisuu Eebbifamaa ❤❤❤
@motummaabekele443
@motummaabekele443 10 ай бұрын
Addisuu naa hubbata
@hawilove9322
@hawilove9322 10 ай бұрын
Yes ebifamii
@GameBulcha
@GameBulcha 10 ай бұрын
Farfata Addisuu waayima dhuguma nama dhugaa,nama of agarsisu hin barbaanne,nama cimaa,albuuda Gati jabeessa,beekaa,nama galeef ,addeekoo ATI nama sirriidha rabbi umuriikee nuuf haa dheeressu.
@qananiialamaayyoo6505
@qananiialamaayyoo6505 10 ай бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu. Keessummaa yeroo itti aanuu Faarfataa Baacaa Bayyanee utuu affeertanii baayyee natti tola
@DidhaaDabalee
@DidhaaDabalee 10 ай бұрын
Ani dhugaa dubachuu akka waqayon ofi isaati naati dubatee nati fakate garu dhugumaa oromof keenaa adati atii ebifamii waqqayyo umurii dheraa sif ya latuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tokumanegash3162
@tokumanegash3162 10 ай бұрын
adisuu wayuma bayyeemaa si jaladhaa ❤❤❤❤❤ bu'aa kee jireenya bara baratti ebbifaman
@gexefurii7464
@gexefurii7464 10 ай бұрын
Addiyyee koo Atii Dhugummaa Namaa Addattii namaa,waqayyoo Manasaf Sii muudedhaa Mootii koo❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@jesusMySavior-s5v
@jesusMySavior-s5v 10 ай бұрын
waantin hojjedhuu sun waan mallaqatti jijjiramuu miti waan dhalotatti jijjiramudhaa malee,,,,what an amazing word ....Waqnii si haa ebbisuu
@tewodrostesfaye9810
@tewodrostesfaye9810 10 ай бұрын
He is so humble gooftaan daachan si haa eebisuu.
@wiz-4-godtube174
@wiz-4-godtube174 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤ Waaqayyo si haa Eebbisu. Ammayyuu Ayyaanni dachaa siif haa baay'isu Addee ko!❤❤❤❤❤
@Tolera.dugasa
@Tolera.dugasa 10 ай бұрын
Addoo Gootaa Wangeelaa.Gootaa Faarfannaa. Diamond Oromoo akkattan si Jaaladhuu
@hirkoolammiicharity6883
@hirkoolammiicharity6883 10 ай бұрын
Addoo, Gorsaa Olaanaa Miseensa Dhaabbata Tola Ooltummaa Hirkoo Lammii 💕
@AbdiLamesa
@AbdiLamesa 10 ай бұрын
Addisuun kitaaba kenyaadha waan bayyee kessattii argina
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 10 ай бұрын
Addee hubataa nama nuuf jiradhaa fakkenyaa dhalotaa. Hundaaf tanan wa bayee baradheera siniraa ebbiffama ayyannii sinifaa bayatuu❤❤❤❤❤❤❤
@kifleayana7273
@kifleayana7273 10 ай бұрын
Gooftaan dachaa isin haa eebbisuu! Hedduu isin jaallanna!👏🏾👏🏾
@yonatantadele631
@yonatantadele631 10 ай бұрын
Kafalew bayyen lalabakeen ebbifsma turee❤❤❤ addisuu bayyee jalladha❤❤❤
@MergaKebeba777
@MergaKebeba777 10 ай бұрын
Waaqayyo isin haa eebbisu! Keessumaa Faarfataa Addisuun kitaaba jabaa dhaloonni jaarraa kanaa irraa barachuu qabudha💜🥰✝️📖🤲
@berhanealemayu5880
@berhanealemayu5880 10 ай бұрын
Paster kefalew fi farfataa Addiisuu waqayyoon dachaa dachaa isiin haa ebbisuu. Baayee isiin jallaadhaa ❤❤❤❤
@sabaaasfaw8999
@sabaaasfaw8999 10 ай бұрын
I like it Of beekuun barbaada Macaafa calatti baruun barbaada Waaqa hubachuun narbaada amayuuu inni jedhuu dubbi namoonni itti hin yaadneedha 🎉 Namni bifa waaqati umamee inni jedhu bifa alaan mul'atu sana irraa sammu ykn yaada reasoning sanadha. Kanaaf murtoo sirridha❤
@bilotechno4433
@bilotechno4433 10 ай бұрын
Uuuuffee adde baayee sijaallanna dhugaa. Eebbifami
@sirikaderesu8673
@sirikaderesu8673 10 ай бұрын
Eebbifami nama waaqayyoo,faarfataa Addisuu waayimaa.
@Jesusmyglory
@Jesusmyglory 10 ай бұрын
Wow akkumaa namatti toluu interview keessan❤❤❤nuuf jiraadha namoota waaqayyo❤❤
@abrahamdesalegn7531
@abrahamdesalegn7531 10 ай бұрын
addisu nama ani jaalladhu fi farfanna isaan kanan bayy'ee eebbifameefha❤❤
@AGb-l9d
@AGb-l9d 19 күн бұрын
Waqayyoo ammayyuu kenna kanaa olii dacha isinif haa kennu farfataa addisuu wahimafi phasteri kenna.dacha nuuf ebbifama nufi jiradha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 10 ай бұрын
Wowowowow waaqayyoo isin haa eebisuuu eebifamaaaa ❤
@UrjiiNamummaa
@UrjiiNamummaa 10 ай бұрын
Waqaayyoo guddaa haa eebbiifamuu nama akkasii waqaayyoo nuf laachuu isaatii. "addisuu great Men"
@kenasajaleta3864
@kenasajaleta3864 10 ай бұрын
Akkuma atiyyuu jette maraatummaan ammaa kun ni darba garuu, warri maraatummaa kanatti hirmaachaa jirtan dhaabadhaa of ilaalaa! Dhaamsa guddaa dha, Addisuun nama Waaqayyoo nama hubataa fi nama guddaa dha. Umrii dheeraa siif haa kennu.
@mulunegari7984
@mulunegari7984 10 ай бұрын
AMEN AMEN WAAQAYYOO FI JIRAACHU WAAN HUNDUMMA CHALAA EBIFAMMA
@MideksaMitiku-go5qi
@MideksaMitiku-go5qi 10 ай бұрын
Addekoo ati dhugumaa ebbaa sabaa kanati waaqayyoo gati si ebbaa saba kanaa si godheef sabaa kanaafis yaddaa Bless you!!
@obsamen
@obsamen 10 ай бұрын
jira (3) waqayyo jiraa ,isa nurakkise gararraa waaqayyo jira.Addisuu nama waaqa!
@adisu2022
@adisu2022 10 ай бұрын
Waaqayyo isiin haa eebbisu Far Addisuu fi Pr Kafeyalew dhuguma eergaa guddaa nuuf bara kanaaf ta'u keessatti harganeera.
@cphonetastic3994
@cphonetastic3994 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤nuuf jiiradhuu Farfaata Addisu Ayyani sirra jiruu bayyetti nama ebiisa anille hirmatuu ayyana kee kanatti Akkasummas p/Kafe guuda ebiifama barumsi isiin nuuf dabarsitaan lafee namatti qabata ayyani isiinif bayyatee kuun dachaan isiinif haa dabalamuu kan akka keessanitti sagaallee wQY hikke nama barsiisuu kan akka keessani kun nuuf haa bayyatuu❤❤❤❤ Sagaantaa birarratti immo faarfaata Baca bayyana nuuf dhiyyessa isarayyis waan baranuu qabna❤❤🙏🙏
@amanuelayana4801
@amanuelayana4801 10 ай бұрын
Baay'ee Eebbifamaa ergaa akka malee nama gammachiisuu fi yeroo kana nama hundaa( Amantoota hundaa) barbaachisudha!
@adanuugalataaadanuugalataa6655
@adanuugalataaadanuugalataa6655 10 ай бұрын
Adeekoo waqayyoo sihaa ebbisuu namaa guddakoo❤❤❤❤
@gutamadiriba4902
@gutamadiriba4902 10 ай бұрын
Addee waaqayyoo guddaa bara keefi jireenya kee haa eebbisu
@temesgengadisa2012
@temesgengadisa2012 10 ай бұрын
Jaalalli mucaa kanaaf ani qabu ittuma dabalaa deema,ani mandara keessatti yeroo inni tajaajilu irraa tajaajilamaa ture,garuu dhaabbannaan isaa nama hin jijjiiramne nama kana qofaan arge.eebbifamaa namaa🥰🥰,Atis nama kana nuuf dhiyeessuukeef eebbifami ulfaadhu.
@BontuLove-eh6rt
@BontuLove-eh6rt 6 ай бұрын
Ebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Agartukoke
@Agartukoke 10 ай бұрын
Welcome maatii jalalaa ebbifamaa jechaa nama kabajamaa Addisuu baayee nama jaladhu fi kabajudha Waaqayyoo umurii dheraa SIIF haa keenuu animoo osso siin Argiini Nan hanbisiini Adoo Ebbifamaa ❤
@MasaratBanti
@MasaratBanti 10 ай бұрын
Wahuuuuu❤❤❤❤❤ namatii tolaa ebbiffamaa
@monidejenetech9192
@monidejenetech9192 10 ай бұрын
Thank you, Addisu, for gracing us with your divine talent and for being a source of spiritual nourishment through your beautiful music. you are not only a spiritual singer you are a gift for Oromo people and for this generation. God bless you much more. In the end, what you wish for oromo people is a strong message. you are a critical viewer.
@FiromsaWako-df5uw
@FiromsaWako-df5uw 10 ай бұрын
Isiniin sinaan jaaladha jechi jedhu duwwan hin ibsu: namnillee haala ilaaletu miira isaa ibsata! Anaaf isin muka akka qarqara bishaanii jiruuti: isa yeroo kamittuu ijji iraa hin dhabamneeti! Waaqayyoo isa kennaan biraa hin dhibne irraa Ayyaanni siniif haa dabalamu: dhaloota keessaan ta'uukootti waaqayyoon nangalateeffadha! Sababnisaas ayyaana Waaqayyoo isaan ittiin fayyeef jechoonni isin keessaa burqaan sutaadha! Ykn akka cuunfaa isa qodaa ibsaatti naqamuuti! Galatoomaa!
@bachamulatu9617
@bachamulatu9617 10 ай бұрын
Addisuu koo Waaqayyo umurii dheeraa siif haa kennu.
@mereraK
@mereraK 10 ай бұрын
Faarfataa Addisu Wayimaa nama mootummaa Waaqayyoo fi saba Oromoof aarsaa guddaa kanafalaa turee fi ammallee hojii gurguddaa hojechaa jirudha. Nama kana akka sabaatti gargaaruuf utubuun dirqama dhaloota kanaati jedhee amana. Bar waaqayyo eebba isaan na yaadatutti, anillee gumaacha mataa koo gochuuf nan carraaqa
@Milkessahordofa
@Milkessahordofa 10 ай бұрын
Ergaa gurguddaa nama barsiisa Pastor Kafe Amante Waaqayyoo isin haa Eebbisu Addees siinis baayyeen jaalladha Please maaloo Farfata Megersa Bekele nuuf dhiyeessi Faarf Rahel Terefe wajjiin
@waltejitola3337
@waltejitola3337 10 ай бұрын
Yoo duubbatan akkakee kanattii dubbaatuu waan jabduu mootii dhiiraa jabaakoo waayee duudhaa baga himteef dhugaa filatamaakoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@firo5803
@firo5803 10 ай бұрын
ebbifamaa😍😍😍😍🥰
@melkamusheleme2499
@melkamusheleme2499 10 ай бұрын
Adaraa kee farfataa akka kee hafuuran farfatuu of duuka kaasi ebbifamaa❤❤❤❤❤
@sarahcell8600
@sarahcell8600 9 ай бұрын
Farffaata Adisuu nama kabajamaaf jalatama ayyaaannii waaqayyoo irraa jirudha gooftaan bara keef jireenyaa kee haa eebbisuu eebbifamaa❤❤
@MeleChego
@MeleChego 10 ай бұрын
I love the life and ministry of beloved brothers Addisu & Kafe. Stay blessed because you speak the truth of the gospel. You are disciples of Jesus ❤❤❤.
@furnemiresa1
@furnemiresa1 10 ай бұрын
Woww eebbifamaa matii goftaa🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@BiniyamGalaana
@BiniyamGalaana 10 ай бұрын
Uffee addoo waaqayyoon si haa ebbisu ♥️♥️♥️♥️♥️❤️🌹
@Eyerusalem-p9q
@Eyerusalem-p9q 10 ай бұрын
i love this singer even if i cant kow the meanig GOD bless you❤❤❤❤❤❤
@Toleshi-p2o
@Toleshi-p2o 10 ай бұрын
Ebbifamaa ❤❤❤❤❤
@LetaLema
@LetaLema 10 ай бұрын
Isin lamaanuu walfakkaattu. Firummaa qabduu please natti himaa. Yeroo 2ffaa waliin isin arga.❤❤❤
@stayonline5130
@stayonline5130 10 ай бұрын
Addee baay'ee si jaalanna waaqayyoo ammallee dabalee saa eebbisuu ani jireenya koo kan jijjiree faarfannaa keeti keessatu kan bara 1995_1996 jidduu album's kee jalqabaati baay'een eebbifamee
@AmmayyuuEtubers
@AmmayyuuEtubers 10 ай бұрын
Ani dhugaa dubbachuuf nama keessikoo waaqayyo gaditti itti boqottu nama waaqayyo Addisu baay'een kabajaa.Nama kana osoon qaaman argee waliin haasa'ee natti tola, ammas waaqayyoo carra nuuf kenna jedheen yaada.Atis Paster heddu galatoomi, jabaadhu
@diboram-ss1we
@diboram-ss1we 10 ай бұрын
Wqyo baraaf jireenya keessan haa ebbisuu ❤❤❤
@efaataatube7332
@efaataatube7332 10 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf Garaakoo keessaan isin eebbisa. Paaster Kaffee baayyee eebbifami!
@AraarseeTasfayee
@AraarseeTasfayee 10 ай бұрын
Addoo naman farfanna isa dhagefadhe ittin boqodhu ebbifami
@saronleta
@saronleta 10 ай бұрын
Akkatan isiin jaaladhuu isiin lachuu eebbifamaa dhugaa ❤
@bachakebede8553
@bachakebede8553 10 ай бұрын
kafe baay'ee galatoomi.saganta gaarii fi barumsa qabudha.dhiifamaa wajjin namni baay'eenis akka ilaaluuf kutaa kutaan ta'ee osoo dhiyeefame gagaabatee.
@lammimarga
@lammimarga 10 ай бұрын
wow!!!! namoota jajjaboo waaqni nuuf kenne nuuf jiraadhaa! bifaafi hojiin keessanillee kan wal fakkaattanidha! Eebbifamaa.
@waltejitola3337
@waltejitola3337 10 ай бұрын
Addoo jaallatamaa fi qaalii keenyaa❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@habtamugezu910
@habtamugezu910 10 ай бұрын
Matured man❤😊
@bantitakale6397
@bantitakale6397 10 ай бұрын
obboleessaa koo addisuu waaqayyoo bara kee haa ebbisuu barnoota guddaan sirraa baradhe.
@bedanebulitube9665
@bedanebulitube9665 10 ай бұрын
Eebbifama waaqayyoo dachaadhaan isin ha Eebbisu jallatamowwaan❤❤❤❤
@mulugetaayela481
@mulugetaayela481 10 ай бұрын
Eebbifamaa! gatiin keessan jireenya bara baraati waan ta'eef jabaachuutu isin irraa eegama.
@zelalemtesfaye1369
@zelalemtesfaye1369 10 ай бұрын
Far. Addee - jechoonniifi yeedaloon faarfannaakee adda. Waaqayyo barakee jireenyakee haa eebbisu. Kabajaafi jalala guddaan siifi hojiikeef qaba. Gorsikoo obbolummaa kana: akkuma kabajaafi jaalala guddaa qabdu - yoom illee dubbiifi ejjennaa hin taaneen akka hin argamne adaraan siin jedha. Namoonni dur tajaajila isaaniitti eebbifamne turee karaa marsariitii irratti waan isaan dubbatan, jedhan kan nama qaanessu ta'a waan jiruuf - jechoonnikee ha lakkaa'amani. Quuqamaafi jaalalli ati sabakeef qabdu kan keessakoo na tuqe.... Eeebbifamaa!!
@jesusismylife6591
@jesusismylife6591 10 ай бұрын
My God bless you booth❤
@waldaahiikumsaa113
@waldaahiikumsaa113 10 ай бұрын
Faarfataa Addisuu jaallatamaa keenya dhugaa jechaa ittiin si ibsuu hin qabuu yaada ijo irratti dubbachaa turtan galatooma!!
OMN: Dirbaba Dubbii- Waliigaltee Nagaa
1:48:55
OMN
Рет қаралды 23 М.
UFC 287 : Перейра VS Адесанья 2
6:02
Setanta Sports UFC
Рет қаралды 486 М.
-5+3은 뭔가요? 📚 #shorts
0:19
5 분 Tricks
Рет қаралды 13 МЛН
Addisu Wayima | Attamiin Galaanni Na Ittisa | ( Official Audio ) All  Album Vol 3
1:12:16
Desta Hinsarmu interview Part 1
34:05
TV Humna Wangeelaa
Рет қаралды 40 М.
Of Argachuu Kutaa 18ffaa (Unlock Your Mind Part 6) Pastor Kefyalew Amante
29:12
ASTER KABADA ALBUM LAKK. 2FFAA | Oromo Gospel Song | FAARFANNAA |
1:12:05
interview with Singer Addisu Wayima
57:50
TV Humna Wangeelaa
Рет қаралды 71 М.