Kefyalew Tufa Oromo Music GIIFTII

  Рет қаралды 35,976

Barrikoo Entertainment

Barrikoo Entertainment

Күн бұрын

Пікірлер: 231
@AbdisaIndale
@AbdisaIndale Ай бұрын
Baay'ee jaalladheera kaaffee ati nama jabaadha❤🎉💜💜💜👍
@qose-the-great
@qose-the-great 3 ай бұрын
Good job 👏
@jeod1157
@jeod1157 4 ай бұрын
Kaffe hojii miidhagaa ergaa bareedaa qabattee dhufte. Yeroo itti aanu hojii tokkummaa Oromoof tumsuun si'eegna, jabaadhu
@tolamariamjobir8584
@tolamariamjobir8584 4 ай бұрын
Ooh thats greatest music you did it.❤❤❤❤❤
@waadaahacaaluu1033
@waadaahacaaluu1033 3 ай бұрын
Aartii oromoo keessatti namni kun baayyee barbaachisa galatoomi k koo Baayyeen itti gammadee wow
@motigudina5980
@motigudina5980 4 ай бұрын
waaqni manasaa baga qulqulleeffate atis bakka siif malu baga argatte jabaadhu
@JAMBOMYOUSUF
@JAMBOMYOUSUF 4 ай бұрын
Harmee hundaa olitti kunuunfamii maaf jiraadhu ❤️ Brother it's good job respect for U I love the music
@dawaentertainment1
@dawaentertainment1 4 ай бұрын
Excellent ❤kaffe quality video really
@halaketube7395
@halaketube7395 4 ай бұрын
Guddoo namatti tola, aayyoo dandeettuu waan maraa, dadhabbinna keetiif ulfinnatti siif mala❤️🙏
@sabakefhdstudio3883
@sabakefhdstudio3883 4 ай бұрын
Duraan dursaa Warri Barriikoo galanni kessaan gudadha! Itti ansuun kaffe atis ergaa sirbaa filattee fedhikedhaa bayyee bareeda.
@bolecity3102
@bolecity3102 4 ай бұрын
Rip keffoo
@OromiyaanBiyya-vr5in
@OromiyaanBiyya-vr5in 4 ай бұрын
Kafree,Ayyaanni warra Abbaa oromoo addakee adda leencaa haa taasisu
@Segni_Tesfaye_official
@Segni_Tesfaye_official 4 ай бұрын
❤❤❤❤ dhiirakoo jabaadhu kormee akkakee qabaachuun hedduu nu boonsa
@wanoffee5795
@wanoffee5795 4 ай бұрын
Kefe my brother ♥️
@ebisamegersa8645
@ebisamegersa8645 4 ай бұрын
Woooow baay'ee bareeddadha jabaadhuu!!!
@hundeetube8305
@hundeetube8305 3 ай бұрын
Amma sirbichi siif galaa jiraa, jabaadhu, artistii cimaa nitaata.
@AbrahamShugi
@AbrahamShugi 4 ай бұрын
Ajaa'iba! Ogummaa kana kan siif kenne haa galatomu Waaqayyo.
@SifenSegni-yt2se
@SifenSegni-yt2se 4 ай бұрын
Sirba ajaa'ibaati jabaadhu haadhokoo ❤
@dagne430
@dagne430 4 ай бұрын
Jabadhuu kafee 😍😍
@siifaankabbadaa
@siifaankabbadaa 4 ай бұрын
Ufffeee jabaadhu kafee❤️🥰🥰🥰
@kebederegassa4399
@kebederegassa4399 3 ай бұрын
Great job Kafe Qalii
@oliyadsori1835
@oliyadsori1835 4 ай бұрын
Seexanatu haloo si ba'e! Salphina akkasii nu haa baraaru!
@YeeTawahidoLij4764
@YeeTawahidoLij4764 4 ай бұрын
Woowwwwww broza💪💪💪
@IbsaaDggafaa
@IbsaaDggafaa 4 ай бұрын
Faraafana raa karaa sirbatii bagaa nagan dhuufitee welcome 👍
@magarsaadgadaa4428
@magarsaadgadaa4428 4 ай бұрын
Kafee jabduu❤❤
@HirutDasse
@HirutDasse 4 ай бұрын
Good job❤🎉my bro
@BakriiAhmed-p9p
@BakriiAhmed-p9p 3 ай бұрын
Good job❤
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 4 ай бұрын
Well come back great work Barrikoo entertainment ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Keti305k
@Keti305k 4 ай бұрын
Jabadhaa Good job ❤🎉
@KorsaKumsa
@KorsaKumsa 4 ай бұрын
Kuni namaaf kan ta'u hin malle garuu maal godhu filannoo keedha waan ta'eef jabaadhu
@miltoo
@miltoo 4 ай бұрын
Wow from Madagascar ❤️
@milkitecho1897
@milkitecho1897 4 ай бұрын
Hojii bareedadha jabadhuu. Qubeen dogongoraa qaba ilaala @Barrikoo
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 4 ай бұрын
Wle come kaffalle 🎉🎵😍
@bedruhassencustomclearinga3469
@bedruhassencustomclearinga3469 4 ай бұрын
Kaffe koo atuu baga na boonsite waa meeqa kressa dabartee
@BiraneNaol
@BiraneNaol 4 ай бұрын
❤❤❤😘😘wow natii tola
@NatoliTadesse-g9z
@NatoliTadesse-g9z 4 ай бұрын
Wow Good jop
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 4 ай бұрын
Great!
@TeressaSerbessa
@TeressaSerbessa 3 ай бұрын
Great
@IbromohamedAbdula-f8q
@IbromohamedAbdula-f8q 4 ай бұрын
Kun essaa dhufee kan ummata musslima oromo arrabsuu sanii mii ijooleen oromo bakkaa jirtan hundatii tarkanfii irratii fudhaa sirbaa jedhee artii oromo xiqeysuf demaa gafas du,uu qaba guyya hadda fudhatee
@beshirgeriyo1893
@beshirgeriyo1893 2 ай бұрын
Hoolaa woyyiti gurbatiin tuni
@zinashmarga5979
@zinashmarga5979 4 ай бұрын
Galatoomi galaa dhalootati. Sirbi kee!
@gurmeIT_tube
@gurmeIT_tube 3 ай бұрын
manni nama bohaarsa mana keenya kottaa komentii godhaa maatii nuuf ta'aa nutis dhufnee maatii isiniif taaneerra
@Ebby571
@Ebby571 4 ай бұрын
Kafe this favorite music 🎶 for me!!
@odaakootube3654
@odaakootube3654 4 ай бұрын
Subscribe
@OromiyaanBiyya-vr5in
@OromiyaanBiyya-vr5in 4 ай бұрын
wow,jabaadhu baay'ee tokko bareeda..
@Furtutube92
@Furtutube92 4 ай бұрын
Hojii garidhaa dhugaa jabadhuu kafee❤❤
@solomonnegash3165
@solomonnegash3165 4 ай бұрын
Adorable ❤❤
@DanuuMagarsaaMoosisaa
@DanuuMagarsaaMoosisaa 4 ай бұрын
Jabaa namaa dhugaa atii jabaadha jabaadhuu.
@YashiSisaay
@YashiSisaay 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ jabadhu bakkuma gadheti lamata hin arginee akka duraniti akka si jalala
@Abebeshiferaw-fb5zq
@Abebeshiferaw-fb5zq 4 ай бұрын
Wowww kaaffee nama guddaadha ati yoomiyyuu si jaalanna wanti ati gootu hundinuu bareedadha💗💜🌹❤️
@almazgelata86
@almazgelata86 4 ай бұрын
Jabbaa kenyaa nuuf jiradhuu lencaa koo 🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
@melkamubogale4713
@melkamubogale4713 4 ай бұрын
kkkk sirritti ragadumo worri ragadan sun! Uummata sirbaaf faarfannan rabbi wolitti laaqu isinuman arge an? bara dhumaatu gahe yaarabbi nu baasi ati!!!🙏🙏🙏
@YeshiMenge
@YeshiMenge 4 ай бұрын
🎉🎉🎉
@tigistdawud5200
@tigistdawud5200 4 ай бұрын
Wow😮😮 kaffe kenyaa keep it up jabaa kenyaa
@ChalaUrga
@ChalaUrga 4 ай бұрын
Bravo kafe 💪
@mekdesuae4765
@mekdesuae4765 4 ай бұрын
Baga gragaramtee woo bayyee namati tolaa❤❤❤❤
@tigetishome2984
@tigetishome2984 4 ай бұрын
wow king 👌
@daagimmasfinroobii6160
@daagimmasfinroobii6160 4 ай бұрын
Woow hedduu bareeda kaffisha 👏👏👏
@Gurraaleeentertainment6053
@Gurraaleeentertainment6053 4 ай бұрын
Baga milkooftee jabaa koo❤❤❤❤❤❤
@sanyiifekede
@sanyiifekede 4 ай бұрын
In dandeessa bro🥰 Harmee.....❤🫶
@gaalaneabarraa8422
@gaalaneabarraa8422 4 ай бұрын
❤❤❤❤ waaww Bay'ee Namati tolaa Goota Keenya Kafe🖤♥️⚪⚪⚪🙏🙏🙏🙏
@miltoo
@miltoo 4 ай бұрын
Warri akkakoo jaallattan comes here.❤
@Firomsis_0123
@Firomsis_0123 4 ай бұрын
Sirbi kee gulaalaa hin qabuuyi
@kiyademe9510
@kiyademe9510 4 ай бұрын
The great and self confident person,keep it up.
@Estifanostomas-v2n
@Estifanostomas-v2n 4 ай бұрын
Jabaadhu jabaa koo ❤❤❤❤❤
@gghh8944
@gghh8944 4 ай бұрын
Baga Milkoofte Salaalticha koo❤❤❤
@siinanGirmaa
@siinanGirmaa 4 ай бұрын
Woww jabaa namaa👍👍
@ChalaAbdisa-zg7ch
@ChalaAbdisa-zg7ch 4 ай бұрын
Ammayyuu hafuuri warra waldaa si keessa hin dhumne kkkkkkkk
@chala9990
@chala9990 4 ай бұрын
Bro wwwwww jabaadhu ammas❤❤👌💪
@waangaarijesus3670
@waangaarijesus3670 4 ай бұрын
Kan gooftan waame keessa 1 seexana turen wantin gadduu kuufati jabaa kufuu keti
@adugnafetena618
@adugnafetena618 4 ай бұрын
Ummaanni keenya vidio habasha malee kan isaa hin ilaalu moo
@dawatube430
@dawatube430 4 ай бұрын
Baga nagaan dhuftee namatti tola waaq ❤
@hawimamo7822
@hawimamo7822 4 ай бұрын
Waaqayyo araara siif haa godhu har'aba yesusin irratti faarsaa turterratti sirbita fayyi waaqayyo si maaru
@odaakootube3654
@odaakootube3654 4 ай бұрын
Subscribe
@dirreegurraacha9798
@dirreegurraacha9798 4 ай бұрын
Jabaadhuu jabaa nama❤❤.
@SabontuRapeti
@SabontuRapeti 4 ай бұрын
Wow 🥰🥰🥰
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 4 ай бұрын
Woww welcome❤❤❤
@dinaoldamana
@dinaoldamana 4 ай бұрын
Waw ayyaanni warra abbaa Oromoo baga si milkeesse kaffee
@gamteessaaentertainment3565
@gamteessaaentertainment3565 4 ай бұрын
Bg milkoftee bro❤
@dinaol9308
@dinaol9308 4 ай бұрын
Sirba baay'ee bareedaa fi baay'ee namatti toluudha. Hojii bareedaa hojjattee galatoomi. Kanumaanis itti fufi
@mahimahisha3674
@mahimahisha3674 3 ай бұрын
❤❤❤🙏❤️❤️
@Merobikak
@Merobikak 4 ай бұрын
bareeda jabadhuu warri barri koo en ... garuu GIIETII moo "GIIFTII" koo jedhaa sirreessaa..???
@aregaygetaneh4173
@aregaygetaneh4173 4 ай бұрын
nice Kefe
@amber-ik6nb
@amber-ik6nb 4 ай бұрын
Jebaa keenaa mee jebaduu 🙋‍♀️🙋‍♂️🙌
@minmimi2969
@minmimi2969 4 ай бұрын
Welcome congratulations amazing music ❤❤❤❤❤❤
@FiransiAlemu
@FiransiAlemu 4 ай бұрын
Farfanadhaa moo sirbaa
@sanyiioromoo430
@sanyiioromoo430 4 ай бұрын
❤respect korme koo
@eyodabharmee
@eyodabharmee 4 ай бұрын
Akka natti tole sitti himuuf dhufeera❤❤
@tokkicha12
@tokkicha12 4 ай бұрын
Baga milkoofte Kaffaaloo Tufaa!
@AbdetaFufa
@AbdetaFufa 4 ай бұрын
Si gorsuu,...... Farfannaatti deebi'i.
@የሺውርቅ
@የሺውርቅ 4 ай бұрын
❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️👍👍👍👍👍👍
@Oromiyaa231
@Oromiyaa231 3 ай бұрын
Good job
@nk4527
@nk4527 4 ай бұрын
Meaningful music ❤
@hagerbet6711
@hagerbet6711 4 ай бұрын
Harre bakki kee hin beekkamne, osoo hoomaa hin beeknne beekkamtti nama barbaadu, boora'aa rakkoo eenyummaatiin rakkatu, ayi kaffee😂
@Fact1-o6
@Fact1-o6 4 ай бұрын
Wow sanyii keenya❤
@yohanes12
@yohanes12 4 ай бұрын
Jabadhu Bro
@dawatube430
@dawatube430 4 ай бұрын
Warrii Barriikoomoo qubee Giiftii jedhamoo Giietii jedha sirreessa yoo dandeechan
@yobsanlelisa625
@yobsanlelisa625 4 ай бұрын
Wallee ajaa'ibatti jabaadhu
@NimonaAbe
@NimonaAbe 4 ай бұрын
Wow kafe Kenya irraa bareda
@BasheaDasalegn-b3l
@BasheaDasalegn-b3l 4 ай бұрын
waqayyo araara siif ha bayyisu
@GetahunGirma-x3l
@GetahunGirma-x3l 23 күн бұрын
Abbaa garaa
@OromooTub
@OromooTub 4 ай бұрын
😂😂
HELP!!!
00:46
Natan por Aí
Рет қаралды 71 МЛН
小路飞还不知道他把路飞给擦没有了 #路飞#海贼王
00:32
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 82 МЛН
МЕНЯ УКУСИЛ ПАУК #shorts
00:23
Паша Осадчий
Рет қаралды 4,5 МЛН
風船をキャッチしろ!🎈 Balloon catch Challenges
00:57
はじめしゃちょー(hajime)
Рет қаралды 84 МЛН
BUSQEE Oromo Music by Getahun chirfa
6:02
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 217 М.
Muktaar Usmaan Sheek - Jette Jette
6:58
Walaabuu Entertainment
Рет қаралды 3,6 МЛН
Sababa GANDUMMAAN  hojiirraa na hari'an!!  Aartiisti Kadijjaa Hajii
40:54
Tezee Habte - YOOMIREE? - (Raastaa) New Ethiopia Oromo Music 2024
5:54
BONTU GETACHEW : YESUUSIN MALEE
7:01
OBORO MEDIA
Рет қаралды 245 М.
WAA JIRTI Oromo Music by Eskindir Tamiru
6:40
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 2 МЛН
Israel Beshada - Naanniyye New Oromo Music Video 2024
3:51
Israel Beshada
Рет қаралды 1,5 МЛН
HELP!!!
00:46
Natan por Aí
Рет қаралды 71 МЛН