Go Watch EDAA👇🏽 kzbin.info/www/bejne/rpXCfGmHeJ1mmtUsi=UnHmdza5e96tTOJo
@AderaJundi-qc3wl4 күн бұрын
wow quxisuu
@AderaJundi-qc3wl4 күн бұрын
assi achii hin milatiin
@abdijira40774 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉Jabduu dhiraa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚
@SoresaFedasa4 күн бұрын
Jabaadhu
@Maadisha_tube4 күн бұрын
❤❤❤
@Firoder4 күн бұрын
"Gamanaa gamasi furgugi malee, gamasii gamana hin darbatinii of duuba hin darbatanii." Ati artistii ta'uuf carraa argachuu osoo hin taane, aartiinuu si argachuuf carraa qabdi natti fakkaa. Dhugaa ani si dinqisiifadhe. Hojii gaariin addunyaatti mulladhu🥰🥰🥰🥰🥰
@shamshutube49954 күн бұрын
Yes
@AbdikefenaKefenaBekele3 күн бұрын
Keol Dhugaa Rabbii Ati Jaabaa Namati Ammallee Rabbii Bakka Guddaan si Haa Gahu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Inii nuu ilalatuu isaa kaanadha Keol nii dandeessaa dhugaa ❤❤❤❤❤❤❤
@BestDamtewКүн бұрын
Jabadhuu. Qashtii
@HuzeeyfaaNuuraa-jj4lg4 күн бұрын
Qabattu yeroon amma! ,,kan galma guddaadhaaf deemu xiqqaadhaan xallaph xallaph hin jedhu beeki"" Har'a bor hin caalchisin gammaddee harkaa of dhabda boru beeki!! Wow baga kan oromoo taate❤❤❤
Gurbaa afuuftuu jaalalaan nama boochiftu tana baga nagaan dhuftee!
@tarikuanesibu213 күн бұрын
Malikaa arabnii obbolesaa ykn obboletti
@GetahunZenebe-i3t3 сағат бұрын
Hi wow next ❤❤
@barentuma10244 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@HloOn-kb9jx22 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@lencomakiyaa-m3j16 минут бұрын
❤❤❤
@yasinaj922 күн бұрын
Hin jedhin ya haafu dhisitti Si mucucachisa bodatti Hin jedhin yaa hafu egaa Hin ta'in gudda quxusu xiqqa... What a lyrics 🎉 Eyyuf akka ta'e hundu gara qaba🤗