KUUDHAAMA KOO Oromo Music by Waadaa Diroo

  Рет қаралды 1,198,463

Barrikoo Entertainment

Barrikoo Entertainment

Күн бұрын

Waadaa Diroo
Kuudham koo
Arrangement and mixing Dawit Tadese
Lyrics and melody Kedir Yasin
Director Elias kiflu / Dani/
DOP Beakal kebede / kuku / Elias kebede
As.camera Tamirat Mesfin, Yared Bereded
Makeup Soreti kiflu
Editing and color Seyfu Fikiru
Special thanks
Abdisa sida
kena Hotel

Пікірлер: 543
@alikodinko9158
@alikodinko9158 2 жыл бұрын
I am so happy to be a cousin of Oromo the Cushitic. I am a Gamo from Chencha town. ከሰላምታ ጋር !
@DW-wq2vn
@DW-wq2vn Жыл бұрын
We Love You Gamo Goffa Oromo And Gamo Goffa Are Kushitic Brothers
@kumabeharu4142
@kumabeharu4142 2 жыл бұрын
የዜማው ጥልቀት - የግጥሙ ብስለት - የሙዚቃው ቅንብር ውህደት - የዘፋኟ ጣፋጭ ድምፀት - የሺዲዮው ውብ ኢትዮጵያዊነት ሁሉም ነገር ድንቅ ነው!! ❤❤❤🙏GoodLuck Sis Jabaadhu
@gemechisbikila3030
@gemechisbikila3030 2 жыл бұрын
Bro, ye min ጥልቀት? 😉
@kumabeharu4142
@kumabeharu4142 2 жыл бұрын
@@gemechisbikila3030 siif hin galu kaa broo koo
@sonanwalabu6942
@sonanwalabu6942 2 жыл бұрын
Wallee hedduu bareedadha jabaadhu Sis
@danukorra3788
@danukorra3788 Жыл бұрын
Walaloon ጥልቀት hin qabu. Goojjam Matakkal jechaadha ጥልቀት dhaa.
@workualemu65
@workualemu65 2 жыл бұрын
kudhaama koo yaa kaadhimee wawuuu Waada smart music.akka malee natti tolee jabeessii kormee teenya!!!
@falmeemd2205
@falmeemd2205 2 жыл бұрын
I am From Thailand. But I Love Oromo Music and Culture 🥰
@murteekemal379
@murteekemal379 2 жыл бұрын
Maaf muudi qabataa
@falmeemd2205
@falmeemd2205 2 жыл бұрын
@@murteekemal379 muudii jechuun Maal Jechuudha?
@murteekemal379
@murteekemal379 2 жыл бұрын
@@falmeemd2205 a Falmee jedhame lammi Thailanda music afaan oromoo kan jalatuu
@koketiii4830
@koketiii4830 2 жыл бұрын
Cacabaa ahahhahha chayna sii wayaa
@kiyaa88
@kiyaa88 2 жыл бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@lammiitaakkalee6262
@lammiitaakkalee6262 Жыл бұрын
waawoo!! anaaan baayyee natti tole baayyeema tokkon jaalladhe Aboo jabaadhu
@sabontuusanyiihacee8795
@sabontuusanyiihacee8795 2 жыл бұрын
Wowowow baay'ee namatii tolaa ❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪
@gadatube1231
@gadatube1231 2 жыл бұрын
Wow bayyee namaa tolaa jabaadhuu kan kanaa olii qabaatee dhufuu qabdaa yeroo itti aanuu
@nimonateressa7224
@nimonateressa7224 2 жыл бұрын
Kudhaama koo Yaa damma shoolee Fudhuu nan galii gara boolee Waadaa kiya wallee bay'ee hawwataadha Galatoomi. Jabaadhu
@danukorra3788
@danukorra3788 Жыл бұрын
"Goojjam Matakkalii"? Moo maal jette! Kuni nama hubatee si dhagaheef si adabsiisa. Matakkal Goojjam miti. Maalumadha namni walaloo kana barreessu? finally a I admire how you song and your miracle Voice. Jabaadhu.
@ebisatube430
@ebisatube430 2 жыл бұрын
Sagaleen kiiloleen, yeedaloofi wolaloon tuttuqqii seenaatiin dabaalame yoo wol sime akkam, akkam namatti tola!! Waadaa guddoo sitti gammade!!💔👏
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 2 жыл бұрын
Qaashtii waadaa diroo intaala oromoo sagalee akka bishaan lagaa kee yeroo dhagahuu duri irraa natti tolta wallahii Hojii bareedda hojjatte dhugaa I'm oromo first, now living français
@qaaseemantube6182
@qaaseemantube6182 Жыл бұрын
Baay'ee. Namatti tola wadda koo jabadhuu itti fufii qashitti teenya👌👌👌👌👌from Arsi Oromia
@HamziTv2014
@HamziTv2014 2 жыл бұрын
Quality 100% Sound %%100 Video %%100 Heddu nati tole jira ❤❤
@tabordabala8895
@tabordabala8895 2 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤ waw!!! Jechan dhabe si jajuuf ❤❤❤❤❤giftii Oromiyaa yoon siin jedhe nati tola gudadhu kana caala😇😇😇😇😇😇😇😇
@hamziyageleto5846
@hamziyageleto5846 2 жыл бұрын
Leencitti tiyya nuuf jiraadhuu sagalee akkanaa argee hin beekuuf dhugaa waadaa teenya🥰🥰🥰🥰🥰
@orostar7396
@orostar7396 2 жыл бұрын
Wow best standard music 🥰🥰👌 Liked it from oromo medagaskar ♥️✅♥️🎶🎵🤙
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 2 жыл бұрын
Kilpin ijolee lamaan tuni keessaa jirtuu hedduu naati tolaa anaa wly tuluu fii zanaa❤
@Caayaa4130
@Caayaa4130 2 жыл бұрын
Anaa dhufu Waadaakoo Jabduu Gootittii sabaa Fakkeenya dubartoota Badhaafamuu sagalee jabaa ❤💚❤🙏
@mergameseret-pg5se
@mergameseret-pg5se 5 ай бұрын
baayy'ee si ajaaibsiifadha❤ keesumaa uffannakee oggaa qamisii aadaa oromo sana keessa lixxee shuphistu ❤❤❤❤❤dhugaa jaalalakeef😢😢😢😢 fi ufata aada keenya akasiitti sabboonte uffattu baayy'een sitti boona lubbu❤❤❤❤
@jishadesalegn9349
@jishadesalegn9349 2 жыл бұрын
kudhaama koo yaa damma shoolee, Fudhuu naan gali gara boolee....
@mza2884
@mza2884 2 жыл бұрын
I don't have words to appreciate your work but I can say I am proud of you.
@mannashaatube1410
@mannashaatube1410 2 жыл бұрын
Sagalee ishee 🥰🥰🥰🥰🥰 si magan abbiyyoo Sheekanaa huseen Akkam das jedha qashtii too🥰🥰🥰
@safuutv
@safuutv Жыл бұрын
wow waadaakoo... waadaakoo gattee garuu xiqqoo nan yaadduu maaligaa
@aynalemmenagistu9171
@aynalemmenagistu9171 2 жыл бұрын
Osoon rgadu huccuu madm gubate intaloo qaxalee koo hojii kee🙈💘💚💘😍⚫🔴⚪💚💚😍😍😍😍😍😍😍Oromoo koo💋💋💖💖💖💖💞💞💕💕💗
@Sghshdhdhdhuuuuuu
@Sghshdhdhdhuuuuuu 2 жыл бұрын
Wowo jiraadhuu jabiduu tenyaa ❤️❤️💚💚❤️❤️
@seenaakabadaa199
@seenaakabadaa199 2 жыл бұрын
wowww bareduu too bayee namati tolaa hojin kee fi gochii wali faktaa nuf jiradhuu
@bonabedada
@bonabedada 2 жыл бұрын
Finfinneetti Magaala Guddoo Oromiyaatti Sirbuun keeyyuu nuf Addadha Jabaadhu Qacalee intala Oromoo Waadaa Diroo!!!
@hundarraagaaddisaa2307
@hundarraagaaddisaa2307 2 жыл бұрын
Dabartii cimtuun, Akka keetii nuuf, haa baay'atan.Bareechitee hojjette, itti fufi.
@hussienabdulgefar
@hussienabdulgefar 2 жыл бұрын
Kudhaama koo yaa dammaa koo♥️♥️♥️ #Waadaa qaalii namaa
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏🙏❤❤❤🙏🙏
@oromiyaaoromiyaa3086
@oromiyaaoromiyaa3086 2 жыл бұрын
Intalli hirribaa nuu kaafte 😄😄😄😃😃😃😃 Amazing good job
@naola1925
@naola1925 2 жыл бұрын
Barrikoo Came up with New pleasant music! now Vision got A help! I believe you will make it to the top together
@sakataabera1
@sakataabera1 Жыл бұрын
I am from Arctic Ocean. I love Sirba Waadaa Dirroo always!!!!
@garumabarkessa1993
@garumabarkessa1993 2 жыл бұрын
Thank you very much Waadaa for your such kind of music which has a lot of messages and deep reflectios about Oromos`s culture.from Brasil.
@mfadagshfadatsysh300
@mfadagshfadatsysh300 Жыл бұрын
me
@lemiboru5668
@lemiboru5668 Жыл бұрын
Hi, Akkam Nagaa.
@ahmedkunis77
@ahmedkunis77 2 жыл бұрын
Xaaliyaanirraahi sirba Oromoo haalaaniin jaaladha❤
@mengistuabera4422
@mengistuabera4422 2 жыл бұрын
akkasi kunoo qaxalee intalaa " i appreciate your music waada kiyaa jabadhu jabduu ko " finfinne irra"
@nafrobikabikilayadeta4411
@nafrobikabikilayadeta4411 2 жыл бұрын
Baayyeen itti gammadee Wadaa keenya nu jiraadhu!!
@biftuusabaa8993
@biftuusabaa8993 2 жыл бұрын
Sagaalee kee baayee bareedadhaa sagaalee Elsaa nuguusee fakkaataa jabaadhuu qashittii❤
@Oljiraa
@Oljiraa 2 жыл бұрын
Woow! Woow! Waadaa I am impressed by your best Oromo music, what a lyrics, what a message, My Oromo sister, Ijarraa hafi..keep up the good work girl..Amma yeroon keeti.
@hajiramohammed6161
@hajiramohammed6161 Жыл бұрын
Beautiful grill with high quality music,very nice voice and high confident I wish you to have long life bareduu sanyiikooo
@kdwtds9993
@kdwtds9993 2 жыл бұрын
Good job my sweet sister ❤️ 💖 💕 💓 ♥️ 💗 I can't stop hearing your incredible voice ❤️ 😍 ♥️ 💖
@oftanenusful
@oftanenusful 2 жыл бұрын
sirbi kun natti toleeraa! sirba bareeda waan nuf gummaachitaniif galatooma! this music so amazing. I like it!!!!!!!!!!!!!!! do more!!!!!!!!!!!!!!
@ezdinozil3738
@ezdinozil3738 2 жыл бұрын
Wowowowoow. Bayeee baredaa hojii garidhaa nuf jabaadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@tilahunbekele3425
@tilahunbekele3425 2 жыл бұрын
Voice 100% Vedio 100% Quality 100% Jabaadhaa qomoo koo Hedduu namatti tola
@ismailalmadi1085
@ismailalmadi1085 2 жыл бұрын
Wanin sin jedhun dhabe dhugaa rabbii hojjii akkaan bareduudha bayyee nattii tole
@husseinkubi4925
@husseinkubi4925 2 жыл бұрын
The sound is so natural 👄👄❤️❤️ jabaadhuu🌳🌳 love from Kenya🇰🇪🇰🇪
@DW-wq2vn
@DW-wq2vn Жыл бұрын
Jabbaadhuu Son Of Borrana Oromo We Love YoU
@cherekoo204
@cherekoo204 2 жыл бұрын
What a nice poem, lyrics, music, and combination!
@gadaacom3495
@gadaacom3495 2 жыл бұрын
Aaaaah Yaa Sanyii mootii Maal siif haa tahu mee 💋💋💋💝💝💝💝🎉🎉🎉🎉💝💝💝💝😘😘😘😘😘😘💝💝💝💋💝💝💝💝💝
@nabsoqabso2773
@nabsoqabso2773 2 жыл бұрын
wooooow hedduu namatti tola waadaa diroo keenya
@Oromambo
@Oromambo 2 жыл бұрын
Sirba bareedaa. Ati illee bareedduu dha. Garuu ofdiimeessuuf hinyaaliin. Magaala bareedduu dha ati. Halluu uumamaa ofiittii boonuun ijoollee xiqaaf fakkeenya ta'a.
@borifankumesa3690
@borifankumesa3690 2 жыл бұрын
Akkana kunoo. Yoo guddifatan waan ofii
@barentoochannel15
@barentoochannel15 2 жыл бұрын
Jabduu intalaa Kan sagalee dammaa jiraadhu. !!
@selaletube7121
@selaletube7121 Жыл бұрын
Encourage this woman. She is visionary Artist! She is good it
@mergameseret-pg5se
@mergameseret-pg5se 5 ай бұрын
an kudhaamaken siif ta'aa hindhiphatin ati sabboontun keenya utuun jiruu jaalalan miidhamuu hinqabdu yoomuu❤❤❤❤❤❤❤❤
@sisterlidiyatadeseasadagiye
@sisterlidiyatadeseasadagiye 3 ай бұрын
Weellistoota dubartootaa keessaa waadaan sagaleen kee immoo haa caalu an gara kiyyaan baay'een si jaalladha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@habtishpsychologist9976
@habtishpsychologist9976 2 жыл бұрын
This is the best music, loved it! Her energy, melody, move.....everything EMPHUAA👍👍❤❤
@bonsatibeso528
@bonsatibeso528 2 жыл бұрын
Wow jabduu nama Amazing 😍😍😍😍
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤❤🙏🙏🙏❤❤❤❤
@BK4305
@BK4305 2 жыл бұрын
Baayyee bareeda Ergaa guddaa Biyya koof Qubee koo Suuraa Jalqaba muldhatu irratti
@abdisaturi2438
@abdisaturi2438 2 жыл бұрын
Welcome Kilolee! Sirbi kee adda!!...
@architectsamuel1467
@architectsamuel1467 Жыл бұрын
I am from Madagascar and I Love Oromo Music, culture and the People
@kiyaa88
@kiyaa88 11 ай бұрын
💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
@kiyaa88
@kiyaa88 11 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@kiyaa88
@kiyaa88 11 ай бұрын
💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@kiyaa88
@kiyaa88 11 ай бұрын
💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
@kiyaa88
@kiyaa88 11 ай бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@odaduba210
@odaduba210 2 жыл бұрын
Jabadhu jabdu intaala waan bareeda hojjattee galatoomi
@ABDI_MU_PODCAST
@ABDI_MU_PODCAST 2 жыл бұрын
Waadaa diroo baga nagaan dhuftee Bayyee midhagddi sagaaleen ke
@roobdou
@roobdou 2 жыл бұрын
wow waan ajaa’ibaati ❤ darbii jiraadhu
@odaakootube3654
@odaakootube3654 2 жыл бұрын
Kudhaamaa koo baay'ee natti toltee!!! Asuuma n maatii naaf taha Mee!!!
@wasedame99
@wasedame99 2 жыл бұрын
Am proud to be born as oromo.
@Deep_Matter_Analysis
@Deep_Matter_Analysis 2 жыл бұрын
Welcome Waada Diro..// excuse me I’m still looking for Shubisaa Emoji❤🎉
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏🙏❤❤❤🙏🙏
@Hirut6096
@Hirut6096 Жыл бұрын
bareedu ko galatoomi 💓💓💓💓woowwwww dhugaa eelsa nuguse 2ffa
@abdulhakeemtolaa9650
@abdulhakeemtolaa9650 2 жыл бұрын
Ajab SAGALEE ishee Jabaadhu Jabduu TEENNAA 🥰
@ahmedkunis77
@ahmedkunis77 2 жыл бұрын
Sirba kana fakkaatu hojjettee beeksisaa gahaa tahee fi Countdown gochaa gad lakkisuu dhabuun ishee akkasumaas Entertainmentichi haaraa fi beeksisarratti hojjechuu dhabuun sirba bareedaa kana guyyaa 7ffatti akkaan arguu fi view xiqqaa kana akka argatuuf sababa ta'eera Sirbicha baay'ee jaaladheera❤❤❤❤👍🏼👍🏼👍🏼👍🏼
@እውነትእውነትነው-ዀ8ረ
@እውነትእውነትነው-ዀ8ረ 2 жыл бұрын
ምርጥ ስራ ነው እውነት ሶሻል ሚዲያ ዘግይቶም መምጣቱ ጠቀሜታው የጎላ ነው ለምስጊኑ ሕዝብ በተለይ ለአፍሪካውያ
@mosiyhgeleta5040
@mosiyhgeleta5040 2 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️ bareedduukoo jabaadhu dhiigakoo
@lijabatuboy2386
@lijabatuboy2386 2 жыл бұрын
Wow wow waadaa too bayyee nama gammachiisa!!a great job
@omeryasin4657
@omeryasin4657 2 жыл бұрын
What a smart and sweet lyrics and melody with the attractive sound wow wow. Go on I'm proud of you 💯💯
@gelankasa2779
@gelankasa2779 2 жыл бұрын
Kudhaama too intala sagalee bilillee it is so amazing
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏❤❤🙏🙏🙏❤❤
@hopetube2024
@hopetube2024 Жыл бұрын
I came from West Oromia region, It is very like thi clip💝💝💝👊👊👊
@kasimabdulatif6559
@kasimabdulatif6559 2 жыл бұрын
Wow I love ❤ the music 🎶 🎵 thank you waada
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏🙏❤❤❤❤
@qeerroostudio8541
@qeerroostudio8541 2 жыл бұрын
Saffuu fi Aadaa oromoo egee jira. Garuu bayyee tu hafa
@gosabachaoffice2891
@gosabachaoffice2891 2 жыл бұрын
Wow waadaa teenyaa nuuf Jabadhuu
@tigisiti4115
@tigisiti4115 2 жыл бұрын
wowowow Bayyee Namati Tollaa Oromititi tenyaa❤❤❤
@sonanwalabu6942
@sonanwalabu6942 2 жыл бұрын
Sirba hedduu bareedadha galatoomi Sis koo
@biyataresa3650
@biyataresa3650 Жыл бұрын
Waadaa like your name your muzic is beautiful sii yagudisuu
@biinii__ye__Arsii__lij
@biinii__ye__Arsii__lij 2 жыл бұрын
wow amazing🔥🔥♠️🌹waada qimamii namaa anaa dhufuu 🙋‍♀️
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum 2 жыл бұрын
Wow !!! I can't explain what my heart is feeling.
@ademjemal9593
@ademjemal9593 Жыл бұрын
HEEDUU namattii tolaa Heeduu Sii jalaladhaa music kee !!!!
@kemalkedir4998
@kemalkedir4998 2 жыл бұрын
Wow amazing music 🎶 I love 😍 music 🎶 u listened again
@eshetuadugna8539
@eshetuadugna8539 Жыл бұрын
sagaleen kee ,kaameraa fi kerografin fayyadamte ajaa'iba hojii bareedaa kee kanaaf galatomii fayyaa fi umrii dheeraa si haa kennu jabaadhu
@baahirdahir5842
@baahirdahir5842 2 жыл бұрын
Very good 👍 👏 oromititi koo sinin bonaa
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii🙏❤❤❤🙏🙏❤❤❤🙏🙏
@baahirdahir5842
@baahirdahir5842 2 жыл бұрын
@@hawioromtititube ati enyuu sin bekkinee
@jemanmultimedia9979
@jemanmultimedia9979 2 жыл бұрын
I am from oromia but I like oromo music 🎶🎶🎶 oromo sii jalladha
@hawioromtititube
@hawioromtititube 2 жыл бұрын
Sanyiikoooo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ subscribe naf godhiiiiiiiiiiii❤🙏❤❤❤
@jemalkedir
@jemalkedir 2 жыл бұрын
osoo woqtiin ganna hin darbin????? Love very beautiful sound and natural once....love it
@awelaliyi8907
@awelaliyi8907 Жыл бұрын
I have no words for waadaa Dirroo thanks 🙏 👍 🙂 ☺
@awelaliyi8907
@awelaliyi8907 Жыл бұрын
Best of 👌
@amantifikiru5630
@amantifikiru5630 2 жыл бұрын
Wow sagalee ajaa,iba qabda jabaadhu
@samidtr3200
@samidtr3200 2 жыл бұрын
Nice wada jabadhu Voice 100%
@abduramanhussen4526
@abduramanhussen4526 2 жыл бұрын
Jabbadhuu baredu tiyyaa bagaa oromoo tatee
@TamiruTesfaye-pc3xx
@TamiruTesfaye-pc3xx Жыл бұрын
I Like it very much thanks for such amazing music
@shananmedia2167
@shananmedia2167 2 жыл бұрын
I love most this music from your previous work
@filannookooentertainment
@filannookooentertainment Жыл бұрын
I'm Nigeria in US but very love this music ❤️
@nuredinkorma4526
@nuredinkorma4526 2 жыл бұрын
wow bayyee namati tola jajabadhu
@Firexent
@Firexent 2 жыл бұрын
I can't Believe it! Baay'ee Namatti Tola!
@korojoro2341
@korojoro2341 2 жыл бұрын
Wow beautiful music jabadhuu ❤️❤️
@AbdirahmanMaanka-xq2uk
@AbdirahmanMaanka-xq2uk Жыл бұрын
Jabli ewa ihdik olk ala jal dija nta whdi ur ih ana 🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹❤❤❤❤❤❤ma chérie ok slmk bb wlh ghir nta? or full 🔥🔥🔥🔥🔥
@galmoshow4397
@galmoshow4397 2 жыл бұрын
Wow Ummata Qashxii like itti roobsaa🙏💖💖
WAA JIRTI Oromo Music by Eskindir Tamiru
6:40
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 1,9 МЛН
Когда отец одевает ребёнка @JaySharon
00:16
История одного вокалиста
Рет қаралды 13 МЛН
小丑家的感情危机!#小丑#天使#家庭
00:15
家庭搞笑日记
Рет қаралды 31 МЛН
How it feels when u walk through first class
00:52
Adam W
Рет қаралды 21 МЛН
Waadaa Diroo= "NagaalessaNamaa" Oromo/Oromiyaa Music 2017
4:58
Bakakkaa Entertainment
Рет қаралды 520 М.
DAABEE KEE Oromo Music by Ayyaanoo Bariisoo and Meelaat Birhaanuu
6:13
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 253 М.
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 8 МЛН
Waadaa Diroo- Sitti Hajameera New Ethiopian Oromo Music 2020(Official Video)
6:02
FILATAMTU KOO Oromo Music by Sisay Tufa
5:07
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 4,1 МЛН
FiB:Weellistuu Waadaa Diroo fi Eliyaas Kifluu
7:05
Lemi Taye Fida
Рет қаралды 131 М.
SIMALEE TOO Oromo Music By Nasir Saladin
5:51
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 4,5 МЛН
Kuma Hirko Oromo Music YAA SONU
5:55
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 34 М.
Eelsaa Nugusee - Koottu Shaggar - New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]
5:41
GoldenRecordsWorldwide
Рет қаралды 1,4 МЛН
Когда отец одевает ребёнка @JaySharon
00:16
История одного вокалиста
Рет қаралды 13 МЛН