Biftu Teku dui godhafii barechati obolesa kenya mashalh
@masikaramtadesse43039 жыл бұрын
Wow guddaa galatoomi .waqayyon si faana ya ta'u jabaadhu.
@safaasafaa69732 жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍
@latihunde657610 жыл бұрын
Waaqayyo inni dandeetti kana si keessa kaa'ee si uume haa galatoomu. Atis dandeetti waaqayyo siif kenne kana irratti hojjettee guddifattee ittiin Saba kee waan bohaarsiteef hedduu galatoomi. Haalli kee hunduu Nama boonsa jabaadhu qaxalee keenya. Stil there is more potential in you than you realize! Keep it up leenca koo!
@jamillatamamma3165 жыл бұрын
Wowowww bada baredaa galatomii
@asebeteferi25966 жыл бұрын
Hey Seebboonaa Begaa Dhelletee.I feel best when I hear ur sound . Geeletommii
@samirahussen24826 жыл бұрын
Nic thaky Leta
@biiftuuaddunyaa72207 жыл бұрын
ammayyuu qalamnikee haa mirgisu sammuunkee anaan na ajaa`iba kana caala ogummaansaa siif haa baay`atu
@hasenayub71109 жыл бұрын
Baayye baayye namatti tolaa haalli keessan kun kanaafu ammas ittuma fuufa rabbi issiniif haa ta, u
@tajeetiopia40956 жыл бұрын
Woooow yaa oromo. BAgaa siin gaaee🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
@latfakuday7209 жыл бұрын
sabonaaa jabadhuu bayee namatii tolataa wow sagalen tee damaa fi sukkaraa
Bayye gariidha nama bashansisa jabadhu sobana oromo
@rahimaaahmed92937 жыл бұрын
Lataa masha allaa si raa ani jedhe aknati nama tolta umrii kee dheeradhu oso Muslim tatee baayee namati Tola jabadhu garu ija hamaa irra hafii💟💟💟💟💟👍👍👍👍👍👍👍👍☝ n
@ortodoksiiamantaaisheeqaje41517 жыл бұрын
Makia Athiopia @wayi gadi yaadduu wayii. waayee amantaa namaa maaltu si dhibe. lataan oromoo hundaafuu qixxeedha amantaan kan abbati maal gadi haasofta ati. dhugaa sitti hima oromiyaan yaa bilisoomtu jedhee warri lafa dhiitu hundi osoo oromiyaan bilisoomtee kaayyoon keessan akka biyya sa'uudii amantaa ahizaabaa oromiyaa keessatti bal'isuuf malee oromiyaaf yaaddanii akka hin taane asumarraayyuu ni hubanna. sanyiin gadi deemtu harree ribbii fuuti jedhe oromoon kan akja keetii kana
@rahimaaahmed92937 жыл бұрын
Enutu si barsise nama Arabsu waaqayooo si haa qajaelchu oromiyaa amanta waal hin qodan ati waan si egaatu Hin beytu lataa bekumasa kan calu si haa keeny
@ሚስማርናክርስትያንስመቱት7 жыл бұрын
Makia Athiopia @qara eenyutu si arrabse? egaa oromiyaan amantaan wal hin qoonnee maaf lataan musliima ta'uu hawwitaaf ree.dhugaan sitti hima ammas kaayyoon keessan ifa dha
@rahimaaahmed92937 жыл бұрын
nama arbasuun fayidaa hin qabu. lakii namni nama jijiiru hin daduu Rabbiin male ani jedhefi hin ta'u yoo allah ah jijiire maleeeeee duraa waan islamumaa hubadhu Muslima jechuun badhaasa nu keeneeeee Al hamaduuliliaha Rabbiin si haa qajaelchu
@tejitugergera21337 жыл бұрын
+si yaade harmee koo qwertyuiopasdfghjklzxcvbnm
@sanifiqir269210 жыл бұрын
Baay'ee namatti tola jabaadhuu
@abdurahimrashiid80297 жыл бұрын
RABBIIN BAGA DANDEETTII KANA SIIF KENNE .Korma namaa na boonsita Jimmaan Aggaaroo Argama Bunaa fi dachee Oromiyaa akkasitti faarsuu keef Galatoomi.