Bay'ee Bay'ee namatti tola Bay'ee gudda galatoomii jabadhuu sii birra jirra ilmaa saba gudda nuuf jiradhaa Bay'ee isiin jalanna❤❤❤you are the veritable and eyes of the national 🎉.!!!
@ademjemal95932 жыл бұрын
Jabadhuu ittii nuun fufii
@abrahimahmed5023 Жыл бұрын
Thank you very much ❤❤❤
@Lemi-z2o9 ай бұрын
Thank you baayee si jaallanna lubbuunkee nuuf haa dheeratu
@soresaabdisa64242 жыл бұрын
Barsiisan akka kee dhuguma hin jiruu, ati dhuguma nama barate akka baratetti lammiif ykn sabaf dhabbatudha. Keesuumaa afaan oromon barsiisuu keef galata gudda ummata keessa horamte bira qabda. Galatomi barsiisa kabajama doctor olyad siin jennaa,,...
Brother Chapter 6 hin hojjannee???? Yeroo gabaabatti osoo nuuf hojjattee!!
@worldacademy17062 жыл бұрын
Duraan dursaa galatoomaa jechaa gaafi koo akkaa itii aanuttii dhiheesuuf yaala. faallacy of begging queastion kanjennuu premise ijoo gatuudha jenneerraa suppressed evidensinillee akkasumaa garagarumaan isaa maalidha akkasumas fallacy of ad hominum circumsetial, strawman, red herring kan jennuu wol hin fakkaatii ? Barataa Gammadaa T. JU irraa.