Logic Chapter 3 Part 1 LOGIC AND LANGUAGE, Intentional and Extensional Meaning. Afaan Oromootiin.

  Рет қаралды 52,107

Dirree Barnootaa

Dirree Barnootaa

Күн бұрын

Пікірлер: 59
@desalewnibret7905
@desalewnibret7905 2 жыл бұрын
Jabaadhu Barsiisa abdiin keenya sumaa CHAPTER hafan nuu xumuri THANK'S
@MohamedUmer-p4d
@MohamedUmer-p4d 18 күн бұрын
Bayyee bareedaa itti fufaa
@LammiiFayisaa-v3w
@LammiiFayisaa-v3w Жыл бұрын
❤ baay'ee gaaridha jabeessa❤.
@Kalifa954
@Kalifa954 Жыл бұрын
❤thank you 👍👍👍 Jabbadha isin faana jira qaacale❤️❤️❤️
@Firakeetis
@Firakeetis 11 ай бұрын
Jabaadhuu leenca kiyyaa sirraa hubachaa jrraa
@MohammedAbdisha
@MohammedAbdisha 11 ай бұрын
Thenk you!!!!!!! Guddaa galatoomi
@ademjemal9593
@ademjemal9593 2 жыл бұрын
Tenkyuu very much Heeduun sii jalaladhaa
@dawitgurmu-ct3di
@dawitgurmu-ct3di 8 ай бұрын
Sabboonaa ilma oromoo waan nu boonsiteef galatoomi
@Asmerabelay-f9s
@Asmerabelay-f9s 6 күн бұрын
Baay'ee waan namatti toluudha jabaadhaa.
@remadanahmed1975
@remadanahmed1975 2 жыл бұрын
Jabadhu si wajjin jirra
@SleepyMountainVolcano-lv5dr
@SleepyMountainVolcano-lv5dr 3 ай бұрын
Thank you for all of your contribution ❤
@KelilNegawo-n9f
@KelilNegawo-n9f 11 ай бұрын
Barumsii kee bayyee nama gaala bayyee bayyee galattommi umri dheeraa nuuf jiradhuu ❤❤❤❤
@KoketSelemon
@KoketSelemon 20 күн бұрын
Tnxs it is good continous in this form
@jaramitiku7199
@jaramitiku7199 2 жыл бұрын
Bayye gariidha nuf jabadha
@DechasKemal
@DechasKemal 19 күн бұрын
Thank your teachar❤❤❤❤❤
@BarudinJamal-sc4ln
@BarudinJamal-sc4ln 12 күн бұрын
Jabaadhu qaalii koo❤❤❤
@NesrudinSeman
@NesrudinSeman Жыл бұрын
Nice thank you very much
@MoataGudeta
@MoataGudeta 8 ай бұрын
Jabaa keenya jabaadhu si waliin jirra deemsi duratti
@J-CREATIVEE
@J-CREATIVEE Жыл бұрын
Channel kun subscribers hamma qabaachuu qabu hin qabu dhugaa dubbachuuf, isinis image, cartonifi yoo danda'ame AI fayyadamuu yaalaa galatoomaa, An worra isinirraa fayyadamaaru keessaa tokko jabaadhaa jechuu kooti.
@MuazAbdalla-g8c
@MuazAbdalla-g8c 20 күн бұрын
Jabadhuu gotaa Koo
@ashutaye
@ashutaye 24 күн бұрын
❤thanks teacher
@ALAYEEman-z2b
@ALAYEEman-z2b Ай бұрын
Thank you so much 💖🥰🥰
@RegasaDirbeba
@RegasaDirbeba Ай бұрын
Galatoomaa isin waliin jirra isin irraa baranna
@IbrahimKemal-q2e
@IbrahimKemal-q2e Жыл бұрын
tanckyou bro
@BisrewTube
@BisrewTube Жыл бұрын
Keep it up brother ❤❤
@Baatuu-i7e
@Baatuu-i7e Жыл бұрын
Baay'ee gaariidha jabaadha
@HabteMelkamu
@HabteMelkamu 17 күн бұрын
Bayye nuu galatoomi obbolessako sirraa hubachaa jirra itti nuu fufi Amma dhumaatti
@FelmetaStudent
@FelmetaStudent 18 күн бұрын
Attractable❤❤❤❤
@ayobaadiasu
@ayobaadiasu 2 ай бұрын
thanks bro
@DubeDanbobi
@DubeDanbobi 11 ай бұрын
Thank you
@seifudinjawar-u2v
@seifudinjawar-u2v Жыл бұрын
Jabaadha.
@IbsaBersa
@IbsaBersa 2 ай бұрын
Jabaadhaa
@WaganeAlemu
@WaganeAlemu Ай бұрын
Bardaa
@AliyiAbdulkarim-qb5gf
@AliyiAbdulkarim-qb5gf 7 ай бұрын
Jabaadhu
@Tamet-f1l
@Tamet-f1l 17 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@HawwiBeq
@HawwiBeq 7 ай бұрын
Jabbessi bayy,e bayy,e namati tola akkanumati itti nufi fufi
@AlamudinKing-hh9if
@AlamudinKing-hh9if 11 ай бұрын
jabadhu
@hikogebiyo8971
@hikogebiyo8971 2 жыл бұрын
akkam nagaa jirtuu baga nuuf jiraattan galatni keessan guddaadha channel akkanaa nuu hundeessuu keessaniif kanaf galatni keessan haasawamee hin dhumu kanaf bay'ee bay'ee galatoomaa isiniin jenna.
@LamiMargalamesa
@LamiMargalamesa Ай бұрын
baayee namatti toli nuuf jabaadha nu qajeelcha
@FayisaGemechu-k2c
@FayisaGemechu-k2c Жыл бұрын
Galatiomi natti tole barsisuunke
@ashutaye
@ashutaye 24 күн бұрын
Teacher garu barataa UN haramaya tatani maf kan UN finfinneti jettan garuu ishee kana qofa sobdan garu
@zubeyrimohammed1029
@zubeyrimohammed1029 3 ай бұрын
Heddu galatomi
@werdijemsi8511
@werdijemsi8511 2 жыл бұрын
Galatoomi psychology nuuf itti fufa
@MohammedAhmed-m7p
@MohammedAhmed-m7p 11 ай бұрын
Geography freshman course chapter 6fi7 argatu dandenye mee nuuf gallakisa
@LalisaaBaayisaa-uv4hc
@LalisaaBaayisaa-uv4hc Жыл бұрын
Galatoomi Oliyaad keenya ilma sabaa! yaada tookkon qaba innis, yeroo tutorial nuuf hojjattan part maaliif baay'istuu? Wal nu jalaa dhaha unit tokkoo yoo baay'ate part lama qabiyyeen isaa xiqqoo taanan immoo part tokkoonu osoo nuuf hojjatanii wayyaadha bar!
@DirreeBarnootaa
@DirreeBarnootaa Жыл бұрын
Yeroo baay'ee kan akkas goonuuf muuxannoo duraaniirraa akka hubannetti nus yeroo hojjannu akka hin nuffineef akkasumas dhaggeeffattoota kaaniifis nuffisiisaa akka hin taaneef part hedduutti qoqqoodne. Yaada keessaniif galatoomaa🙏
@UrgesaGonfa-ov9ui
@UrgesaGonfa-ov9ui Жыл бұрын
𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐨 !
@ugazwood6947
@ugazwood6947 Жыл бұрын
galatoma
@hikogebiyo8971
@hikogebiyo8971 2 жыл бұрын
barnoota "psychology" kan hafan itti nuu fuufaa maaloo yoo jedhu kabajaa guddaan
@AdemMusa-g7e
@AdemMusa-g7e 3 ай бұрын
sihordofnagalatoomi
@LelisaTeshale
@LelisaTeshale 11 ай бұрын
Baay'ee galatoomi achumaan kitaaba Harley karaa ittin argachuu dandeenyu utuu linkii isaa nutti himte
@DirreeBarnootaa
@DirreeBarnootaa 11 ай бұрын
Telegram keenyarra🙏
@FentayeTeferi
@FentayeTeferi 7 ай бұрын
HI
@ashutaye
@ashutaye 24 күн бұрын
​@@FentayeTeferi hi
@ashutaye
@ashutaye 24 күн бұрын
​@@DirreeBarnootaahi teacher
@mikiasalemahu9114
@mikiasalemahu9114 16 күн бұрын
Namni animalidha akkasumas eegge hin qabani
@LazaJabal
@LazaJabal 2 ай бұрын
❤😂😂
@amanuelgirma1466
@amanuelgirma1466 12 сағат бұрын
itti fufuu qabda
@Ma21727
@Ma21727 6 күн бұрын
jabadhu si wajjin jirra
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
BeatboxJCOP
Рет қаралды 18 МЛН
Logic and Critical thinking Chapter 3 full course #logic and #language
52:52
logic and Critical Chapter 5 Part 1 INFORMAL FALLACY. Afaan Oromootiin
21:31
Yeroo Jaalalaa OBN Muddee 13,042017
22:04
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 148 М.
Logic and Critical Thinking Chapter Two Part IV
16:29
Seedling
Рет қаралды 315