Maaliif Karoorri Nu Harkaa Fashala? Farhiyaa Aadam 2023

  Рет қаралды 167,160

Farhiyaa Aadam

Farhiyaa Aadam

Күн бұрын

Пікірлер: 935
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Hundi keessanuu galatoomaa! Hanga dandaheen comment keessan hunda deebisuuf yaalii godhutti jira. garuu yaanni naaf dhufaa jiru hangan yaadee ol tahee natti ulfaate. if duraafis akkan cimee hojjadhu hamilee natti hore. comment nama hundaatiif deebisaa kennuun natti ulfaatuu mala. hundaafuu naaf galatoomaa. Rabbiin toltuu isin quba hin qabneen isin haa gammachiisu. ammas sheer godhuun tumsa keessan itti fufaa. galatoomaa!💓💚💙
@raayyaa
@raayyaa Жыл бұрын
Inshaallah galatoomi qalii nama
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
@jituuintalaaarsiilixaashas9956 Жыл бұрын
Abshir bareduu koo nufi jiradhuu umrii nufi dheradhuu 😘😘😘😘🥰🥰🥰🥰
@musorotube879
@musorotube879 Жыл бұрын
Fariha kenya raabiif jechan sii jaladhaa🥰🥰🥰
@noorcomputer7629
@noorcomputer7629 Жыл бұрын
As wr wb mashaa allaah tabarakllaah rabin siraa haa jalatuu oboletii tiyaa mee lakosaa kesan naa ergaa gafii qabaa
@binthuseengabrittiirabbii4026
@binthuseengabrittiirabbii4026 Жыл бұрын
Abshiir jabaadhu ija qaroo tiyya ❤❤
@Ukke-vz1oe
@Ukke-vz1oe 9 күн бұрын
Seenaa nama boochiftu dhugaa akka rabbiin obsa naaf Du'aa'ii naaf godhi obboleettii tiyya jabaadhu nuti akka ummata Muslimatti dubartii jabduu akkanaa qabaachuuf hedduun gammade🙏🙏
@C2ëaāÅĺĺąĥ
@C2ëaāÅĺĺąĥ 3 ай бұрын
Dhugaa rabbi waan ati qopheessitu hundi waan jiruu ofii keessatti Gara rabbi nama yaadachistu fi tola rabbi nama barsiistuudha jazzakallh jabaadha ❤❤❤
@abdodika4214
@abdodika4214 Жыл бұрын
Mash Allah farhiya Adam gorsa Kee irraa wan bayyee barane galatomii si. Jedha badhasa rabbii irra argata
@sultanhussein7508
@sultanhussein7508 Жыл бұрын
Seene Bareeddu ,Barsiistu fi Bashanansiiftu tana nuu qodu keetif jzk Rabbin sirra haa jalatu ulfaadhu🙏 Haaluma kanan itti fufi
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Gaaltoomi!
@firoomsaajibriil
@firoomsaajibriil Жыл бұрын
youtube.com/@firoomsaajibriil Asumaan seenuun maatii naaf tahi obb
@ronor2108
@ronor2108 Жыл бұрын
❤️❤️💯💯
@AbdaallaaKamallaa-u2g
@AbdaallaaKamallaa-u2g 5 ай бұрын
Maashall Allaah Senaa ajaaibatii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤​@@farhiyaadam
@aadanxasan241
@aadanxasan241 Жыл бұрын
Masha allah I dont understand but love you becouse of islam and hijab From somalia
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Shukran my brother! I'm talking about sabr (Patient) Don't be too upset if things don't go your way. Allah works according to his own plan and time. Be patient...
@firoomsaajibriil
@firoomsaajibriil Жыл бұрын
youtube.com/@firoomsaajibriil Asumaan seenuun maatii naaf tahi obb
@imaatuumhamad
@imaatuumhamad Жыл бұрын
MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah MashaaAllah Alhamdulillah Yaarabbiin tiyyaa
@AbdiBahamud-lj8ps
@AbdiBahamud-lj8ps Жыл бұрын
Rabbii umri sii haa dheeresuu obbooleeti. Maashaallaah
@badhaasmahammad3174
@badhaasmahammad3174 Жыл бұрын
Masha Allah Umrii Nuuf Dheeradhu Haalan itti fufi obbleyti Teenya
@rahimahussen3993
@rahimahussen3993 Жыл бұрын
Maashaallaa jazakillaa rabbi sabrii guddoo nuuf haa kennu siifis beekumsa guddoo siif haa dabalu!
@musxafaahajjii309
@musxafaahajjii309 Жыл бұрын
Maashaa Allah Maashaa Allah barnoota gaarii sirraa Argachaarra Rabbiif Galnni haagayyu Alhamdulillaahi 🥰
@jamilaaheebboo5170
@jamilaaheebboo5170 Жыл бұрын
Masha'Alhaa barnotaa guddaa nuufi dabarsitanii Rabbiin isiin irraa haa jalatuu jzk ♥️
@aminibrahim9734
@aminibrahim9734 Жыл бұрын
Jazaakallahu kheyran obbaleyti muslimaa
@ibsajuneydi1800
@ibsajuneydi1800 Жыл бұрын
As wr wb jabaadhu obboleetti tiyya akkanumatti itti fufi rabbi sii haa laaffisu ta akka teetii tana nuu haa baayyisu
@keyriyaayunus3309
@keyriyaayunus3309 Жыл бұрын
Mashaallah tabaarakallah zaadakallahu Inman wofahmaa
@saeedasaeeda2487
@saeedasaeeda2487 Жыл бұрын
Mashaalaa Mashaalaa rabbin siraa haa jalatuu farhiyaa
@muhajirabdusalam8625
@muhajirabdusalam8625 Жыл бұрын
WA WR WB Masha allha Masha allha Masha allha Rabbin Sirra hajaalatu Heeddu namatti toltti Seenan atii nufdhihehysite Abshir jabaadhu jaduu teenya siwajjin jirra jabaadhu
@saafisiraaj9356
@saafisiraaj9356 Жыл бұрын
Maasha allah jzk
@husenoumer3661
@husenoumer3661 Жыл бұрын
Wow! Its so interesting advice Live a Long for us our gentle women hero
@urjimohammed2980
@urjimohammed2980 Жыл бұрын
Masha'Allah Rabbii Umrii isiin haa dhersuu
@oromo1714
@oromo1714 Жыл бұрын
Masha Allah Masha seena baredudha taan barnoota qabdu rabbiin sirra haa jalatu🥰🥰🥰
@ammmaa2633
@ammmaa2633 Жыл бұрын
Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah tabaraa kallaa jzk ماشاء الله ماشاء الله تبارك الله مركز
@HopeIsNotLimited.
@HopeIsNotLimited. Жыл бұрын
THANK YOU VERY MUCH ITS USEFUL LEARNING🙏
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Glad to hear that
@sadisahmad3673
@sadisahmad3673 Жыл бұрын
@@farhiyaadam masha Allah masha Allah galatomi jaza kallahu keyiranii rabiin wanii keyii hundaa si hanqisii
@SumayaArsii-dd1zr
@SumayaArsii-dd1zr Жыл бұрын
Maashaa Allah Maashaa Allah
@alfiyadheebottudiinalislaa7587
@alfiyadheebottudiinalislaa7587 Жыл бұрын
Waaleeykum salaam worahmmatullahi wobarakaatuh mashaaAllaah جزاكي اللهُ خيراً seena qalbii nama jiraachistuu😢
@firoomsaajibriil
@firoomsaajibriil Жыл бұрын
youtube.com/@firoomsaajibriil Asumaan seenuun maatii naaf tahi obb
@mimiyemimiyee6577
@mimiyemimiyee6577 Жыл бұрын
Masha allah wanta hunda kessati rabbi sabri nuf haa kennu
@fatiyausman9323
@fatiyausman9323 Жыл бұрын
Masha Allaah Tabarakallaah 💕
@aminastars7436
@aminastars7436 Жыл бұрын
matii naf tayii
@firoomsaajibriil
@firoomsaajibriil Жыл бұрын
youtube.com/@firoomsaajibriil Asumaan seenuun maatii naaf tahi obb
@chaltudanabo8483
@chaltudanabo8483 Жыл бұрын
@@aminastars7436 mashaallah ❤😍
@jamiilaaqaanqusee6646
@jamiilaaqaanqusee6646 Жыл бұрын
Wa'aleeykum assalaam warahmatullaahi wabarakatuhu Maasha Allaah faruu tiyya seenaa baruumsa guddaa uf keessa qabdu, tan akka yoo qormaata garagaraa muudanne abdii hin kutanne nu taasiftu! Nuuf himte🙏 rabbiin beekkumsarraan beekkumsa siif haa dabalu Umrii nuuf dheeradhu 💖 Tan biraasi itti fufi...💔
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Galatoomi Jamiilaa Qaanqusee, maqaa kee kana FB irrattis nin beeka natti fakkaata. Rabbi sirraa haa jaalatu. galata guddaa qabda.
@jamiilaaqaanqusee6646
@jamiilaaqaanqusee6646 Жыл бұрын
Eeyyan isima💝 Ani duraan yeroo Sagalemaan Raadiyoo Nuuralhudaa irratti siifi gaazexeesitoonni RNH Sagantaa garagaa dhiheessitan si beeka isin hordofa Sagantaalee baruumsa adda addaa uf keessaa qabu dhiheessiran, rabbi isin irraa haa jaalatu jazakumallaaha keeyran, osomaa akkasiin jirru barana ammoo fb kee barbaadee si argee follow godhee si hordofa Maash Allaah dura sagalemaafi barruun dhaamsa nuuf dabarsita, tibbana kana Vedio sharxii shari'aa Islaamaa eeggatee hojjattee nuuf gadi dhiisaa jirta jabaadhu rabbi ifaajee tee anymaaf siin haa jedhu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Aliyaaaliyaaaliyaa
@Aliyaaaliyaaaliyaa 3 ай бұрын
​@@jamiilaaqaanqusee6646maashalla Rabbiin umrii keessan haadheeressu inshaallaahu ❤❤❤🎉
@makuhusen3788
@makuhusen3788 Жыл бұрын
Mashallaa barnootaa gaarii nuu dabarsitee galatoomii.
@sumayaatuubee5401
@sumayaatuubee5401 Жыл бұрын
Mashaaa Allah alhu Akbar jabdhuu ❤❤❤❤😢😢☝
@firoomsaajibriil
@firoomsaajibriil Жыл бұрын
youtube.com/@firoomsaajibriil Asumaan seenuun maatii naaf tahi obb
@sumayaaliyii7151
@sumayaaliyii7151 Жыл бұрын
Mashaa Allah Mashaa Allah
@tamaamnan9085
@tamaamnan9085 Жыл бұрын
Mashaa Allah Farhiyaa teen rabbiin umrii tee nuuf haa dheresuu heduun sii jaladhaa rabbiif jechaa ❤❤❤❤
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Aamiin
@ahmedrashiid371
@ahmedrashiid371 Жыл бұрын
🤣Although i dont understanded what she said, but i knew what about she talking🥰
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Thanks! I'm talking about Patient (Sabr). able to accept Allah's will and tolerate delays
@AbdulmannaanFuad
@AbdulmannaanFuad 5 ай бұрын
Masha allah Rabbin sirra hajallatu Waan baaye sirra baratan jira Rabbin nama irra fayyadamu nuhatasiisu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@medinamedina7239
@medinamedina7239 Жыл бұрын
Subahan allah
@ashubauae3426
@ashubauae3426 Жыл бұрын
Mashallah fariha😍😍😍😍😍
@biftuu4119
@biftuu4119 Жыл бұрын
Mashallaa 💞💞💞
@artsulxaankerudin3375
@artsulxaankerudin3375 4 ай бұрын
🎉❤❤ fariyaa teenya rabbii jazzaa kee warra jannata firdosi milkawee sihaa godhuu
@foziseid9358
@foziseid9358 Жыл бұрын
Mashaa Allah ❤ ❤
@firoomsaajibriil
@firoomsaajibriil Жыл бұрын
youtube.com/@firoomsaajibriil Asumaan seenuun maatii naaf tahi obb
@Abdiiboruu-rl7ye
@Abdiiboruu-rl7ye Жыл бұрын
Maashalaah Maashalaah farhiyaa Teena rabbi umrii tee nuu haadheeressu rabbi siraa haajalatu akasumas rabbi jannatul firdoowsiin si haa gammachiisu 💞💞💞💞😍😍💞💞💞💞💕💕🙏🙏🙏
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Allaahumma Aamiin!
@mrr1360
@mrr1360 Жыл бұрын
🙏❤🙏
@xiinxaliitaami513
@xiinxaliitaami513 Жыл бұрын
Barakadhu yaa haadha khayirii, wollaahi rabbumaaf jecha si jaallanna 💙 💙 💙
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Rabbi si haa jaalatu! Galatoomi
@rihana2782
@rihana2782 Жыл бұрын
❤❤❤❤🎇☝️
@Huse881
@Huse881 Жыл бұрын
Mashaallha wly
@amiinaaarsii
@amiinaaarsii Жыл бұрын
Maashaa Allaaha rabbin sirraa haa jalatuu yaa qaalii tiyaa ❤❤❤Rabbii kiyaaf jechaa sii jaladhaa Adunyaa khanatii carraa sii Arkuudhaa hin qabuu rabbi Akiratii waalii nuu Haa garasisuu yaa obboleetii Tiyaa qaalii ❤❤❤😢😢♥️♥️♥️🤍🌹
@أبوفوزانموسى
@أبوفوزانموسى 9 ай бұрын
Rabbiin sihaa jaallatu ya obbolettiko ❤❤
@jaamiulilmiofficial3205
@jaamiulilmiofficial3205 Жыл бұрын
Maashaa kaddamtuu diin islaam jajjabaadhu Rabbiin mindaa kee siif haa kaffalu Dubartii akka keetii rabbi nuuf haa heddummeessu.
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Aamiin
@عائشهكاسو
@عائشهكاسو Жыл бұрын
Maashaa allaah tabarakallaah rabbii sirraa haa jalaatu Faarhiyaa thenyaa ❤💯👍🏻
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Allaahumma Aamiin
@jituuintalaaarsiilixaashas9956
@jituuintalaaarsiilixaashas9956 Жыл бұрын
Mashaallah taa baraa kalaha rabbiin siraa haa jalatuu nutii jabadhuu senaa biralee nuu fidii bareduu koo
@hajerhajer1854
@hajerhajer1854 Жыл бұрын
Mashaallaha Tabaarakallaah Rabbiin siraa haa Jaalatuu Inshaalaah Jazakalahu kayeran ❤❤❤
@sadamhusein3777
@sadamhusein3777 Жыл бұрын
maasha'allah ergaa gaaggaarii dabarsuutti jirta jajjabaadhu rabbiin sirraa haa jaallatu! nus nama irraa fayyadamu nuhaa godhu!
@kedijaaman
@kedijaaman Жыл бұрын
Mashaaa allaah tabarakallah rahaman fariiyaa teenyaa hedduu galatomii akanatii yadaa nuraa xiqessiii
@ayubalansr7081
@ayubalansr7081 Жыл бұрын
Masha Allah Obaleytii tiya qaalii Jabadhuu rabbiif jechaan si jaaladhaa ❤️
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Rabbi si haa jaalatu! galatoomi
@tajumohammed-b9l
@tajumohammed-b9l 3 ай бұрын
Masha Allah gorsa kee irra barane galatomi jzk
@merwanyasin
@merwanyasin Жыл бұрын
Yaa Rabbi Jazaan Haadha Keenya Kun Yoomuma Nurra Salphata ,😢
@Farida-m6l
@Farida-m6l Жыл бұрын
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa taabaraka Allah
@allasll
@allasll 3 ай бұрын
Maasha allaa Tabarakallah RAABBii siiraa haajaalaatuu baarnootaa akanciimaa nuufqoodaajiirtaajabaadhuu nuutiis wanqabnuun siibiiraa dhaabaanaa du'a'i leta'us siibiraadhaabaanaatikaa RAABBii keessaa oliibulii umrii nuufdheeradhuu✅✅♥️♥️♥️♥️♥️💗💗
@ayubalansr7081
@ayubalansr7081 Жыл бұрын
Masha Allah ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ Amrin hundii harkumaa rabbii jiirtiii Yaa Rabbi jaabban sumaa yaa Allah
@sadiyaabdulqadir4053
@sadiyaabdulqadir4053 Жыл бұрын
Mashaaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah Rabbii siraa haa jalatuu Faarih qaali hadhaa sumayyootaa jabdhuu ❤❤❤❤
@kilamamo5170
@kilamamo5170 Жыл бұрын
Maashaallaa rabbii isiin irraa haa jalatuu baredaa tiyaa qalii jzk barumasa bayee qabaa jabadhuu hayati tiyyaa
@chaltudanabo8483
@chaltudanabo8483 Жыл бұрын
Mashaallah Mashaallah
@alomalom12-zt3ri
@alomalom12-zt3ri Жыл бұрын
Masha Alha masha Alha masha Alha Rabiin siirh haa jaltu farya
@adiiaannadiinaan
@adiiaannadiinaan Жыл бұрын
Galatoomi uhktii tiyya jabaadhuu hoojjadhu si jajjabeessuuf qooppii dhaa Oromoon si Faanaa jirraa qalii seenaan ati himtu baayyee qalbii namaa jiisaa wallaahii❤️❤️❤️❤️🙏👍😒👉👂
@husseinebrahim362
@husseinebrahim362 Жыл бұрын
Masha Allah beekumsa si keessa jirun ummaata keenya heeddu fayyaada jirta . jabaadhu itti fufi. Nural HUdas ,asinis jabaadhu
@afandiibroosh
@afandiibroosh Жыл бұрын
Maashaa allaah senaa baay'ee bareeddu nuun gahuu kheetiif galatoomi itti fufi
@sultanhussein7508
@sultanhussein7508 Жыл бұрын
Subahanallah Rabbin Akka ufii Ferdha hojjata Baga Rabbin isa Gargare Alhamdulillah
@ammm1389
@ammm1389 Жыл бұрын
Faarhiyaa tiyaa qallii rabbii bekkumsaarran bekkumsaa sif haa daballuu. inshaa Allah mashaa Allah mashaa Allah tabarakkallah tabarakkallah sin jenee jiraa Abshiir umrii dheeradhuu nufiis duhaa nuf godhii akka sammuu nu baane qaranee akka kee tanuu ❤️❤️❤️💖💖👍👍👍👍👍
@oftaiijiraadhu2926
@oftaiijiraadhu2926 Жыл бұрын
Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah rabbii sirraa haa jaalatu jabaadhu ulfaadhuu dhiigaa koo ❤❤❤🙏🙏
@abduljebarabdela1440
@abduljebarabdela1440 Жыл бұрын
Maashaallaah Maashaallaah Rabbiin sirraa haa jalaatu Nama yoo nama gorse gorsi isaa akka sammuu dhaadhaa irra kaayaniititti dhuuydu Dhugumatti urgaan si hordofuu jalqabee woggaa afuri caale haga hadhaatti gorsa kee quufu hin dandeenye Rabbiifi jechan si jaaladha Rabbiin anaa olitti si haa jaallatu anumaafi siin haa jedhu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Galatoomi Abduljebar. Rabbi sirraa haa jaalatu
@abduljebarabdela1440
@abduljebarabdela1440 Жыл бұрын
Amiiiiiin allaahumma Amiiiiiin
@sufiyashifara9814
@sufiyashifara9814 Жыл бұрын
Mashaallah tabarakaallah rabbin Umurii nuuf haa dheresuu hayuu Kenyan jabduu dubartii nuu illee rabbin Kani akka keeti nuu haa tasisu 😘😘😘
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Allaahumma Aamiin
@maamaa7086
@maamaa7086 Жыл бұрын
mashaaaallah tabarrakallah rabbin sirra hajjallatu keenee sif hadabaluu
@BilalAhmad-gp6gy
@BilalAhmad-gp6gy Жыл бұрын
💗💓💕💟❣
@SabahaAhmed-v8i
@SabahaAhmed-v8i Жыл бұрын
As wr wb masha alh
@michagstar7597
@michagstar7597 Жыл бұрын
Maasha allaha jabaadhu rabbi si haa gargaaruu itti fufi
@KemalAbo
@KemalAbo Жыл бұрын
jabaadhu Fariyaa teenya rabbiin sirraa haa jaalatu nuus warraa irraa fayyaan nu haa taasisu
@binthuseengabrittiirabbii4026
@binthuseengabrittiirabbii4026 Жыл бұрын
Wl wr wb maashallah rabbin sirraa HA jaallatu NAMA waan dhagahetti fayyadamu nuha taasisu insha.allah farhiyaa tiyya jabaadhu jabduu ko fakkeenya guddaa nuuf ta.a jirta 😍😍❤❤
@sadooappls8989
@sadooappls8989 Жыл бұрын
Mashaa,allah fariyaa keenyaa rabbin sirra haa jallatu
@AsAs-ye6yp
@AsAs-ye6yp Жыл бұрын
Maashaallhaa tabbarakaallha fariya bareduu too raabbiif jechan sii jaladhaa jabadhu gorsii kee baay'ee naamattii tolaa 🥰✍️🙌💞🙏💗🎤💝
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Rabbiin isaaf jecha na jaalatte si haa jaalatu!
@QanuQananisa
@QanuQananisa 7 ай бұрын
Mashalla rabbiin fayya iniif haa kennu !isiin cinaa jirra yomilee byee nama gammachissa
@rahimasaeed1748
@rahimasaeed1748 Жыл бұрын
Mashaallaa Mashaallaa Mashaallaa tabarkalhaa rabbii siiraa haa jalatuu oboletti tenna inshaallhaa 🤲☝🤲💚❤💚❤💚💯
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Aamiin
@samiraoro
@samiraoro Жыл бұрын
ماشاءالله تبارك الله 🥰🥰استمري 🥰🥰حلو القصص🥰🥰
@alomalom12-zt3ri
@alomalom12-zt3ri Жыл бұрын
Masha Alha masha Alha masha Alha 🌹
@sadiyasadiyasagu3412
@sadiyasadiyasagu3412 Жыл бұрын
Mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala mashala. Yaaa. Oboletiii tiyaa aa. Baye baye bayee. Sijaladhaa Fariya. Anaa olii Rabini sii haa jalatuu.... itii Nuuu fufiii. Akanii midiyaa Nuuralhudaa jaladhuu. Wanii. Jedhee ibisuu hin qabuu... Meee. Du'aa'ii Nagodhaa. Akaa Rabin Dubartii. Salhihaa naa godhuu. 🤲
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Rabbi si haa jaalatu. galata guddaa qabda. Rabbiin addunyaafi aakhiratti si haa milkeessu
@obsinaan
@obsinaan Жыл бұрын
Waleykumsalaam waramatullaahi wabarakaatuu mashaallaah senna bareedudha ittii nu fufii rabbii siirraa haa jalaatuu uktii farhiyaa rabbiif jechaa sii jaladhaa ❤️🥰
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Rabbi si haa jaalatu!
@suleymanahmad3057
@suleymanahmad3057 Жыл бұрын
Maashaallah jzkl kheeran Galatomi obaleti rabbi jabadhu rabbi si ha gargaru
@Aliyaaaliyaaaliyaa
@Aliyaaaliyaaaliyaa 3 ай бұрын
Maashalla maashalla maashalla maashalla maashalla Rabbiin umrii keessan haadheeressu inshaallaahu ❤❤❤
@jimmaafiqiikir8197
@jimmaafiqiikir8197 Жыл бұрын
Maashaa'alla maashaa'alla maashaa'alla maashaa'alla Jaalatamtuu keenya umurii kee nuuf haa dheeresu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Allaahumma Aamiin
@riyadhassen2202
@riyadhassen2202 Жыл бұрын
Maashaa Allah nuuf jiraadhu umrii baraka siif haa kennuu Rabbiin oltahee
@kediraman9886
@kediraman9886 Жыл бұрын
Mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa mashaallaa ☝☝👍👍👈 rabbiini isinira ha jalattu jazzaa kumulla kerani
@zinabafocader8131
@zinabafocader8131 Жыл бұрын
#Aamiiiiin JZK 💝
@ziyadatufa1864
@ziyadatufa1864 Жыл бұрын
Mashaa'allah Mashaa'allah Rabbiin bekkusa irraan bekkusaa siif haa dabaluu❤️
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 Жыл бұрын
Maashaallh rabbiin isin raa haajalatuu❤💔💔💔
@afrahnasraddiin9591
@afrahnasraddiin9591 Жыл бұрын
Maashaa Allaah Rabbiin sirraa haa jaalatu jzk habiibtii gorsi kee hedduu abdii namatti horata
@mahbubajamal9817
@mahbubajamal9817 Жыл бұрын
Maashaallhaa maashaallhaa jabaadhuu rabbii siiraa hajallatuu
@biftuahmed7564
@biftuahmed7564 Жыл бұрын
Masha allha dhuguma barumsa gudda nuf qodde jzk keyer
@kalidligdi1972
@kalidligdi1972 Жыл бұрын
Maashallah rabbiin sirra hajjallatuu duran sagalee kee malee sin beynuu amma si argineraa masha allah yaanni kiyyaa ................ Bayyeedhaa akkanati hin himuu
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Galatoomi Khalid
@dursituuxayiib8844
@dursituuxayiib8844 Жыл бұрын
Subaahan Allaah Alhaamdulillah yaa Rabbii namaa siraati irkaate jiraatuu nu godhii 😢
@asdfgssssdd2903
@asdfgssssdd2903 Жыл бұрын
Mashaallah Mashaallah ❤ ❤ ❤ ❤ ❤
@hawisedi273
@hawisedi273 Жыл бұрын
Subahan allaa yaa rabbi obsaa duban milkii qabduu nuf keni galatomii yaa farihaa
@ziyadamii
@ziyadamii Жыл бұрын
Ws wr wb maashaa'allaah Jzk Galatoomi farhiyaa Rabbiin sirraa haa jaalatu inshaa'allaah!
@kasimamano533
@kasimamano533 Жыл бұрын
Maashaallah baayye nam barsiisa obboletti teenna jabaadhu... Jazakellahu keyran.Rabbi siihaa milkeessuu
@MagarsaaAhmad-pu7qd
@MagarsaaAhmad-pu7qd 8 ай бұрын
Wallahii fariiyaa hedduun sii jaladha dubartii hin argiinee jabadhu kanuumaan ittii fuufii❤❤❤❤❤
@abdulbariabdulahi6479
@abdulbariabdulahi6479 Жыл бұрын
maasha allaah baraka llaahu fiiki jabaadhu dubartoota keennaaf fakkeenya tahaa jirta da awaan shamaarroota irraa akkaan miidhaga waan ta,eef abshir satakuuniini daa,iyatan mu,assiirah in shaa allaah.....
@farhiyaadam
@farhiyaadam Жыл бұрын
Galatoomi!
Seenaa: Namticha Qananiin Duniyaa Hin Taaneef: Farhiyaa Aadam 2023
15:03
Seenaa Ajaa’ibaa intala rakkoon marfamte: Farhiya Aadam 2023
10:07
Farhiyaa Aadam
Рет қаралды 236 М.
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 14 МЛН
Try this prank with your friends 😂 @karina-kola
00:18
Andrey Grechka
Рет қаралды 3,7 МЛН
Что-что Мурсдей говорит? 💭 #симбочка #симба #мурсдей
00:19
黑天使只对C罗有感觉#short #angel #clown
00:39
Super Beauty team
Рет қаралды 34 МЛН
Seenaa: Intala Falfaltuu - Farhiyaa Aadam 2023
12:01
Farhiyaa Aadam
Рет қаралды 314 М.
#seenaa dubartoota jiraatoo // dubartii Aaqila
5:42
Alia Tube
Рет қаралды 19 М.
Seenaa: Du'aa'ii Xayyaara Samii buuste! Farhiyaa Aadam 2023
11:44
Farhiyaa Aadam
Рет қаралды 218 М.
RNH 814, July 10, 2023 Soora Qalbii
33:46
Nuuralhudaa
Рет қаралды 31 М.
Teknoolojii akkaan nama sodaachisu: Farhiyaa Aadam 2023
12:54
Farhiyaa Aadam
Рет қаралды 120 М.
Seenaa: Guyyaa Tasgabbii - Farhiyaa Aadam 2023
5:28
Farhiyaa Aadam
Рет қаралды 118 М.
Quando eu quero Sushi (sem desperdiçar) 🍣
00:26
Los Wagners
Рет қаралды 14 МЛН