🙈Madaamii lammii ofii ❌Madaamii arabaa ❤Hanga dhumaa ilaalaa rakkoo ijoolleen keenya keessa jiran

  Рет қаралды 947

Kakuu tube ከኩ ትዩብ

Kakuu tube ከኩ ትዩብ

Күн бұрын

Пікірлер
@alamituugiree6250
@alamituugiree6250 Сағат бұрын
Bana Haadhaa ishii hin ejjitii Osoo an tahe hunduu ishitti Falaxa fixa Dhugaa Ani arba ture qoodaa ishii na harkati caba olaa❤❤❤❤❤
@KABHadhaaBushaa-c7i
@KABHadhaaBushaa-c7i Сағат бұрын
My Love arabaa dhuga rabii ❤❤🎉
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 29 минут бұрын
Osoo Ana tatee ija keessaati balleesse bada dhugaa rabbii 😢😢😢😢😢😢lubbuu gafa dhaldhuu batee saree
@Tigest234
@Tigest234 32 минут бұрын
Arba wayyaa kaanafu Itoophiyaa raakati Waaqayyoo qabi jijirana Waaqayyoo haa kennuu malee
@DarartuuTashome
@DarartuuTashome 11 минут бұрын
Dhugaa waqaa ani kana caala naaf tatii yoo barabde kahe dhise hojedhu nan hin jetuu dhugaa waqaa wanuma kamuu yoo tahee ani wagaa kami yoon galu yade gafa jarsa koo yade tahe qofa ❤❤❤ umaa kenyaa haa galatu
@TaybaAbdu
@TaybaAbdu 5 минут бұрын
Wly anii mana Ethiophiya hin hojedhuu du.e badda maalee😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
@TasneemAbuawwad-l3x
@TasneemAbuawwad-l3x Сағат бұрын
Bofa giddiraa isa lalee mila dhowwatee jedha mamaksii oromoo kanaafii hiyyummaa irraa tulee😢😢😢😢😢😢
@BduJdp
@BduJdp 26 минут бұрын
Silaas nutii warii ehiopiyaa. Amalaa hinqabnuu xiqoo bayananaan. Kanaa beketuu waqnii iyomsee😢😢😢😢
@keenaakoo9378
@keenaakoo9378 20 минут бұрын
Dhugaa laafashiin ciistutii mormaa iraa busee deemaa malee in daalagufii Akkasitii😢
@leenii694
@leenii694 2 сағат бұрын
Nama keenya bira hojjechuurra kadhadhe nyaachuu naaf wayya waaq
@TecnoTecno-d5m
@TecnoTecno-d5m Сағат бұрын
😊😊😊😊😊😊ishen Kun maadami mittim kaaddamidha malee uuuuuuuu kkkkkkk osoo maadami tatee nama dhibaa
@BirhaneAbaba
@BirhaneAbaba 46 минут бұрын
Madami arabaa waayya😢😢
@fanoseyoutube6014
@fanoseyoutube6014 22 минут бұрын
Dhugaa mana anii hojechaa jiruu keessatti mana haadha hojisitu koti Akuma micayyo tana fanaa taphatan kanati nuu walin taphatu hojisissatu kotile nama garii jedhamatu kessa ishee tokko
@Cat-ob2lk
@Cat-ob2lk 2 сағат бұрын
Dhugadhaa hin galuu
@SHEWAYEGUMA
@SHEWAYEGUMA 2 сағат бұрын
Adharawu.jedhiin.kanaan.qinxiirii.haadhashii.😂😂😂😂
@sinbboowallaga5329
@sinbboowallaga5329 59 минут бұрын
Rabbi Nama Ethiopia kana jalaa Dalakituu nani godhini
@Maream-d9z
@Maream-d9z 49 минут бұрын
❤❤❤❤❤❤
@Hababaye
@Hababaye 3 сағат бұрын
Osson video ke ilalu dhufte fayo😂 wel come jene 🫴
@chaltukebede1759
@chaltukebede1759 2 сағат бұрын
Dhugaa jettee nuutii osoo qabne biyyii biyyaa hin tatuu
@SHEWAYEGUMA
@SHEWAYEGUMA 2 сағат бұрын
Dhugaa.keeti.fayyoo.❤❤❤😂😂😂🎉🎉🎉🎉
@layilamahmud
@layilamahmud 2 сағат бұрын
Wly dhugaa jette fayyo 😂😂❤❤
@Honor-su8ny
@Honor-su8ny 2 сағат бұрын
Uuuuuuu😢😢😢😢
@Dammeeshow
@Dammeeshow 2 сағат бұрын
Waqayoo Bofaa bekee milaa dhowatee
@jalatuusabba4399
@jalatuusabba4399 Сағат бұрын
😢😢😢😢
@MazaMaza-w5p
@MazaMaza-w5p 58 минут бұрын
Anis osoo amaa madamin araba naaf kafaltu dacha naaf kafalte madami Ethiopia 🇪🇹 biraa hin hojadhu dhugaa 😢😢😢
@madina-d6y3s
@madina-d6y3s 3 сағат бұрын
Wly,Arba woya❤❤🎉
@EMANOROMO
@EMANOROMO 2 сағат бұрын
Nadho Ethopiy Rip
@BurtukanKabede
@BurtukanKabede 2 сағат бұрын
Dhugaa eitoophiya fi arabaa waaliitti hin fidini kan haka araba garamin hin jiru 😂😢
@ziziEthiopia
@ziziEthiopia 27 минут бұрын
umani Ethiopia bayen hamadha kanatu biya akas baredu qabane garadi taha jirana yuumuu hiyuma kesas hin banuu umata wal nyachun ol fixun bekamu kesa toko 😡😡😞😞😞😓yaa waqayo malo ati biya tenya naga godhi tikomomsi wud agare 🇪🇹❤️❤️❤️
@Tigest234
@Tigest234 28 минут бұрын
Yoona daraa keessa katee qoshasha kuni balagene qufute qufa in bufatu
@Cat-ob2lk
@Cat-ob2lk 2 сағат бұрын
😂😂😂😂😢😢😢
@galaanafaarfannaa2719
@galaanafaarfannaa2719 4 минут бұрын
Wuyy oto ana ta,ee mata ishe iraa liqiseni badaa dhuga waqayoo Ani Arabayuu nani ishe tumera dhuga waqayoo
@asteer966
@asteer966 3 сағат бұрын
👍🏻❤❤
@botu-d2z
@botu-d2z 3 сағат бұрын
Maatii nafii ta oro ko
@SamiraMohamed-e6p
@SamiraMohamed-e6p 3 сағат бұрын
Nadhoo tenyaa osoo dabartee hin dandamatu mee kanaa bekaa hiyumaa itti bachisee hagaa lubuni jirtuu hiyumani irra batuu uffuu huduu udani teete ishii tufati
@Emabbiitee
@Emabbiitee Сағат бұрын
😂😂😂😂😂😂
@Hayaati-j3y
@Hayaati-j3y 2 сағат бұрын
osoo Anaa tahee walahii ini tumaa tanaa akami godhatii qalitinii walahii ini aree wayyii osoon biraa jiradhee likitiin ishii debisaa caccaabisee ishii kahaa
@FizaLama
@FizaLama 37 минут бұрын
👍👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️👍👍❤️❤️❤️❤️💋💋🥰🥰🥰🥰
@RaniKhan-g1s
@RaniKhan-g1s 3 сағат бұрын
Fayoo koo maloo ani ijaa kiyani argee micoo hiryaa koo toko akatii siqaayi kesaa jirtuu waqayyoo qofaabekee namin kenyaa bayeeamadhaa
💔✈️Yemen❌😭Hammam Ayyuu akka jaallatu airport deebi'ee mirkaneesse sa'idoon
8:23
“Don’t stop the chances.”
00:44
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 62 МЛН
Support each other🤝
00:31
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 81 МЛН
Mom Hack for Cooking Solo with a Little One! 🍳👶
00:15
5-Minute Crafts HOUSE
Рет қаралды 23 МЛН
OMN: ODUU MUDDEE 18, 2024
23:33
OMN
Рет қаралды 32 М.
LIVE SHABOMEDIA OROMIYAA ODUU ADDAA SAGANTAA GUYYAA 17/2024
14:51
Ibsisha Hirira Bahe Sura Maki Godhe Qixaxi Fudhate
15:17
𝗞𝗔𝗟𝗜𝗗 𝗧𝗨𝗕𝗘
Рет қаралды 6 М.
USA strikes Russia / Zelensky's statement on negotiations
15:12
NEXTA Live
Рет қаралды 319 М.
Gannikoo lubbuu kee haa maaru, uuff dadhabbii ishee waggaa 7 utuu ijaan hin argiin boqatte
9:00
😳Madamii ajaa'ibaa jaarsi ishee hojjettuu ulfeessee lakkuu 2 irraa dhalche
10:01
Kakuu tube ከኩ ትዩብ
Рет қаралды 6 М.
“Don’t stop the chances.”
00:44
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 62 МЛН