Maqaa maqaa mara caalu: By Singer Meri Borema

  Рет қаралды 27,412

HINBISILLA MEDIA

HINBISILLA MEDIA

Күн бұрын

Пікірлер: 79
@hailewako2905
@hailewako2905 Жыл бұрын
Ebifamii merrshoo
@skytech3810
@skytech3810 Жыл бұрын
Eebbifami obboleettii teenna 🙏Faaruu hunna guddoo if keessaa qaddu 🥰
@kikowarrawallaggaa2124
@kikowarrawallaggaa2124 Жыл бұрын
Wow eebbifaama ❤❤❤❤
@calebtadele7545
@calebtadele7545 9 ай бұрын
Maqaa maqaa mara caalu yesuus.❤ yeedaloosaa nuuf barreessa hamma dhumaatti.
@AdmiringBubbles-tx8eu
@AdmiringBubbles-tx8eu 9 ай бұрын
Alfaa fi oomega jalqabaaf dhumaa Guyyaan anaaf dhuma isaaf jalqabumaa Isaa hedadhe itti irkadhee Isaa qabadhee heeregadheerun naa hin ganne na hin daganee garaa hin jabaane Maqaa maqaa maraa caalu ×2 iyesus Maqaa gatamaa woliin jaalumaqaa dedhama itti goree laalu waaqi kiyya Maqaa heddu hin beeka tanaan qaraleen Yaame ka na gargaare ka na baraare isaa hardhaleen inni iyesus jedhama dhugumaanu amanamaa dhimaan ka isaa barbaadee adde hundattu argama anaa yaadan kama'e Ka itti goruu dhabeeti maa boota ilmee tiyya naan jedhe an be tisse keeti Si beeka yaada keeti dhaabadheeraa gamu teeti jedhee ka ol naa qabeeru maqaa kana malee meeti innille iyesus Itti irkadhee heregadhee waan hedduu isaan tareera guyyaa abdiin narraa citte maqaan Kuni na utubeera dhofama jirenna kiyya maraa hunduma keessaa ka beeku maqaan Kuni hundaa naaf caaleera isaa jirenna ka natti akeeku yaamadhee jenaani beelamee na hin galchinee yaada garaa kiyyaa itti himanaani ijumaa na hin maalchine haadha fi abballe caale dhimma kiyyaa ka naaf laale jireenni kiyyaayu maqaa kana NAMI iyeesus dabarfate anaa Maqaan Kuni na kabajeeraa maarre Ani yoo isaa jajee gad bu'a naa fuudhee isaa nama na godhee iyesus iyesus iyesus iyesus isaa yaama caldhise hundarra isaa caalchise
@etetumekonnen
@etetumekonnen Жыл бұрын
Waaqi bar ati qaddu mara si eebbisuu🙏#
@HINBISILLAMEDIA
@HINBISILLAMEDIA Жыл бұрын
Thanks
@alexsoareri6420
@alexsoareri6420 11 ай бұрын
Eebbiffama. Ijoollee. Teena. ❤❤❤❤
@MiliDan-y5b
@MiliDan-y5b 3 ай бұрын
Eebbifamaa ❤uuuffayi
@chayinosg1439
@chayinosg1439 Жыл бұрын
Waqaayoo SII ebbisu merrisha wan Baye sira egnaa jabbadhu HINBISILLA MEDIA
@UragoDukale
@UragoDukale Жыл бұрын
waaqi eebba hundumaan si haa eebbisu.
@hinsermuudesa5555
@hinsermuudesa5555 25 күн бұрын
jechaa dhabaa ,yeroo Faarfannaa kana dhagahuu wontaa nata dhagahamu!! Waaqayyoon bara jireeenya ketti siif ha Eebbisuu!!
@MaslaxMaxamed-w2n
@MaslaxMaxamed-w2n 10 ай бұрын
ABIIFFAAMIII ❤❤❤❤❤❤❤
@WotichaGirja
@WotichaGirja 8 ай бұрын
God bless you meri!!!
@ayantuabreham2801
@ayantuabreham2801 Жыл бұрын
Tebarekilgn yene wud Yemigerm melkt yalew mezmur new kesimoch belay sim yalew eyesus new tebarek
@Geldu-p4s
@Geldu-p4s Жыл бұрын
Ebbifamii merisho❤❤
@EjeneWako-n2z
@EjeneWako-n2z Жыл бұрын
GOD bless u meri koo😢❤
@danibato4516
@danibato4516 Жыл бұрын
Waaqi guddan guddina Ufiit guddo si eebisinna♥
@tiritareview
@tiritareview Жыл бұрын
Faaruu dansaa❤❤❤😊😊😊😊 Jadduu teenna waaqi si Eebbisuu
@mahisitotaye4031
@mahisitotaye4031 Жыл бұрын
Wow wow obbo gooftaan da
@mahisitotaye4031
@mahisitotaye4031 Жыл бұрын
Gooftaan dabalee si eebbisu waan lubbuu qaba hojattee sagaleen kee 1ffaa miidhesii qabi ulfini hundi abbaa Kenna hundaatiif haa ta'uu
@TemesgenDube-si5gk
@TemesgenDube-si5gk Жыл бұрын
Yeessoo si eebbisuti
@RufoAdola
@RufoAdola Жыл бұрын
Good ples you
@Samuel123_b4p
@Samuel123_b4p Күн бұрын
Isa yaama callisee 🙌🙌🙌🙌🙌
@AriifuGuyyee
@AriifuGuyyee Ай бұрын
Jabaadhuu
@Hharoma_T
@Hharoma_T Жыл бұрын
Meri koo ❤❤ Naa eebbifami tiruu 🥰🥰
@feyisagemeda1545
@feyisagemeda1545 Жыл бұрын
❤❤ WAAQII SII EBBISUU OBBOOLETII NA EBBAA TA'II ❤❤❤❤
@abdigeda9032
@abdigeda9032 7 ай бұрын
Waaqi abbaan kennaa kanaa si eebbisee, kennaaf faaruun sii bacattu. eebbifami
@gutumamo5042
@gutumamo5042 Жыл бұрын
Barii kee kaan Ebba haa tauu farruu kanan bayee ebifameraa goftaan sii haa ebbisuu
@feyisagemeda1545
@feyisagemeda1545 Жыл бұрын
I NO WORD IT'S GOOD GOOD BLEESED YOU MERRY
@milkesadulecha
@milkesadulecha Жыл бұрын
Amazing song ww
@dawitboruministry
@dawitboruministry Жыл бұрын
God bless you more Meri
@HINBISILLAMEDIA
@HINBISILLAMEDIA Жыл бұрын
Thanks deva gudda kenna
@MeriBorema
@MeriBorema 8 ай бұрын
Abatinet❤
@Kiyya_shuga
@Kiyya_shuga Жыл бұрын
Waaqii SI ebbisuu meryyee
@BoruKara
@BoruKara 3 ай бұрын
Maqaa maqaa mara caalu yesus kiyaa Goftaan koo sii Eebbisuu❤❤❤❤
@gamechisbiratu4504
@gamechisbiratu4504 8 ай бұрын
Meriii❤❤❤❤❤❤❤
@bontudadi9142
@bontudadi9142 9 ай бұрын
Waqii bara keti hundaa si Eebbisuu
@nigatuharo2772
@nigatuharo2772 Жыл бұрын
May may God bless you more with his grace I'm so blessed with this song!
@HaweSho
@HaweSho 2 ай бұрын
My blessed sister 🙏❤️❤️❤️❤️
@ebissoroba4055
@ebissoroba4055 Жыл бұрын
I have no words to describe this song. I’m so so blessed by it. It spoke to my soul. Yesoon si haa eebbisi obboleettii
@badhasabarchu8194
@badhasabarchu8194 2 ай бұрын
Waaqi bara keeti adda baase si eebbisu ❤️ waan guddaa sirraa eegna meershoo ❤
@MickyGedo
@MickyGedo Жыл бұрын
Tebarekilgn Merryshaye❤❤🙏
@MilkiyasBaqele
@MilkiyasBaqele Жыл бұрын
ebifamiiii nama gooftaaa
@dimaguyo
@dimaguyo Жыл бұрын
Blessed sister! Farfaana laphee nama tuquu
@negesatariku5059
@negesatariku5059 Жыл бұрын
Abbaan farfannaa kana Waaqi ulfaatuuti. Waaqi bara keeti hunda si woliin haa jiraatu Meerisho.
@abebeelema4249
@abebeelema4249 Жыл бұрын
I love you all. What a name "Hinbisila"? It was very powerful word you have used. I love that name amazingly. I remember song when I was child singing with that word, "Hinbisila nuutii gana 4*" May my God bless you
@MorkataTuke
@MorkataTuke 3 ай бұрын
Eebbifami!!!!!
@moyatudemissie
@moyatudemissie Жыл бұрын
Ebbifami ebba teenna 🥹❤️❤️🙏
@ermias8401
@ermias8401 Жыл бұрын
I don't know what can I say just this song is the holy spiritually song God bless u !😍😍
@FayisaDulacha-ur4tl
@FayisaDulacha-ur4tl 5 ай бұрын
Maqaa maqaa caluu ameeeeen🙌🙌❤
@simenehsefubabi5084
@simenehsefubabi5084 Жыл бұрын
Stay blessed meriye ❤
@calebtadele7545
@calebtadele7545 9 ай бұрын
Waaqayyo baga sigargaare nuti ijoolle abba tokkoti baga kan yesuus taate.🎉 garuu.pls faaru kana barreeffamaan vidio irratti nuuf utuu barrefamee caalaatti yeedaloo isaa hubachuuf nu utuba ture..
@TakuBoru
@TakuBoru Жыл бұрын
Amezing
@tarikudukaleofficial2838
@tarikudukaleofficial2838 Жыл бұрын
God bless you 🙏🙏🙏
@ayyeleelolee1302
@ayyeleelolee1302 Жыл бұрын
Eebbifami
@MaslaxMaxamed-w2n
@MaslaxMaxamed-w2n 10 ай бұрын
EBIIFFAAMII ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@simalemuda2681
@simalemuda2681 Жыл бұрын
Blessed
@badhasabarchu8194
@badhasabarchu8194 2 ай бұрын
May God bless you forever 🙏
@nehemiahdaudi834
@nehemiahdaudi834 Жыл бұрын
Wow what a powerful song🔥🔥
@debelagemeda891
@debelagemeda891 Жыл бұрын
GOD BLESS YOU MORE SISTER MERI
@gutaguyeofficially-tube6210
@gutaguyeofficially-tube6210 Жыл бұрын
Gooftaan sii eebbisu jireeni kiyya maqaa kana
@GamachuNenko
@GamachuNenko Жыл бұрын
❤😂😢😅
@gutemiesa7469
@gutemiesa7469 Жыл бұрын
My best sister ❤
@KuftuGAbate
@KuftuGAbate 3 ай бұрын
Meriye naa ebbifam 😢❤
@amanuelbonney7948
@amanuelbonney7948 Жыл бұрын
God Bless you ❤❤
@temesgendbofficial
@temesgendbofficial Жыл бұрын
❤❤❤❤YEESSOO❤❤❤
@YonasBuzuna
@YonasBuzuna 7 ай бұрын
galatoomi abboo
@DawitGodanaa
@DawitGodanaa Жыл бұрын
❤❤❤❤
@robaduba3817
@robaduba3817 Жыл бұрын
❤Amazing song www🫶
@EliyaasRoobee
@EliyaasRoobee 9 ай бұрын
Hi😊
@DD-qp5eg
@DD-qp5eg 8 ай бұрын
Maqaa maqaa mara caalu yesuus maqaa gataamaa wali..... maan jedha? faaruun kun bakka sani naaf hin galee
@DD-qp5eg
@DD-qp5eg 8 ай бұрын
deebii isa nan barbaada ishii
@MeriBorema
@MeriBorema 8 ай бұрын
Lyrics Meri borema chanal irratti gad lakifameera guutu isaa
@MeriBorema
@MeriBorema 8 ай бұрын
Maqaa gatamaa woliin jaaluu
@gehathegreat3336
@gehathegreat3336 Жыл бұрын
@ababotube11
@ababotube11 Ай бұрын
May God bless you 🙏 ❤️
@JarsoGuyo-e1y
@JarsoGuyo-e1y 8 ай бұрын
Blessed
@fureetube5651
@fureetube5651 11 ай бұрын
❤❤
HINDHIISUU: HAYYUU: FAAR: AANOLEE JILOO
8:20
HINBISILLA MEDIA
Рет қаралды 82 М.
GOSPEL SINGER DAWIT GODANA MAARREE SODAAN: NEW GOSPEL MUSIC VIDEO
6:12
HINBISILLA MEDIA
Рет қаралды 52 М.
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
BeatboxJCOP
Рет қаралды 18 МЛН
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН
My scorpion was taken away from me 😢
00:55
TyphoonFast 5
Рет қаралды 2,7 МЛН
NEW Burji gospels ETON MELESE HIRBO 22/12/2024
5:45
Melese Hirbo
Рет қаралды 4,4 М.
NAN DEEMA  |  Pastor Befikadu Bekele (Lyrics Video)
5:25
Befikadu Bekele Official
Рет қаралды 47 М.
DABARREERRA:Garee Daadimattoota Sabakaa Sabbaa Boruu
5:21
HINBISILLA MEDIA
Рет қаралды 30 М.
Sanyii hin bannee Shakisofeloship Oromo Gospel song 2015/2023
6:15
ALL FILM PRODUCTION
Рет қаралды 27 М.
MATI HARO : HIN LAAKKAWADHU
6:23
Girma Gedo
Рет қаралды 6 М.
DUULEE NA YAAME: HAYYUU AANOLEE JILO: New Gospel Music Video
7:31
HINBISILLA MEDIA
Рет қаралды 21 М.
REAL or FAKE? #beatbox #tiktok
01:03
BeatboxJCOP
Рет қаралды 18 МЛН