Kaayyoo Jireenyaa - Dargaggoo Mo'aa Finfinnee / kutaa 3ffaa / Luba Dr.Gammachiis Dastaa waliin

  Рет қаралды 45,797

MO'AA TV

MO'AA TV

Күн бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 59
@FamilyChannel7-37
@FamilyChannel7-37 Жыл бұрын
I have been thirsty for this for my nation. I hope they are immersing themselves. May God bless you, Dr.
@MrBeathose
@MrBeathose Жыл бұрын
Sirbbi Ali Birra legend sirbbe, barnnota jedhe sirbbe hardha’a akka inni ifa nuuf ta’e jiru argge, ummanni kiyyas ija banate Alhamdulillah and thank you so much, Dr Gammachis dhuggati na gammachifttr 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@wegarigemechu9580
@wegarigemechu9580 11 ай бұрын
Luba /Dr Gammachiis Namaa Bara keessatti oromoo Duwwaaf hin tannee Adunyaaf kaaseedha. Beekumsaa isanitti fayyadamuu qabna.❤❤🙏🙏
@አዲስ_ethio_tube
@አዲስ_ethio_tube Жыл бұрын
Daargagessi oromoo kana hanga dhumatti seeraan dhageffatte yoo jiratte kottu 🫡 Dr Gamme we re lucky to have a person like you I would like to say thank you from bottom of my heart for your efforts...I'm sure I'll meet you one day you will see the fruit of this vedio from Nairobi Kenya 🇰🇪 share
@LaliseBalayine
@LaliseBalayine Жыл бұрын
Namnii hamma dhummatti dhageefattee wan gudda barata Ani wan bay'ee irran hubbadhee Dr Gamee nuf jirradhaa namatti tolaa Eebbifama ❤❤
@jossy_mds
@jossy_mds Жыл бұрын
Wow. Dr. Dhugaa dubbachuuf jechi kessan tokkon tokkoon isaa firii qaba. Namni ogeessi kana haalaan itti fayyadamee jireenya milkaa'aa jiraata. Dr. Barri keessan haa ifu kanuma caalaa nama dhaloota qaru ta'aa.
@berhanedesta5034
@berhanedesta5034 Жыл бұрын
Dr Gemechise I’m proud of you be blessed & we need this kind of visionary for our beautiful country to all young energetic people who guide & teach them, it’s my dream too
@mulugetabanti
@mulugetabanti Жыл бұрын
Bayee bayee irra baranne kana caalatti waqayyo isin haa eebisu
@WandeAlexo
@WandeAlexo 3 ай бұрын
Ani ergan leenji isiin darggagoo mo'a jettani kenitan buuse dhageefadhe akka nama dhufen lenjietin ittin fayye Dr umridheera jiraadha
@bayisagada684
@bayisagada684 Жыл бұрын
Dr Gammachiis, Waqayyo Dabalee Dabalee Si yaa eebbisu. Gumaachi Kee Baay'ee Guddaadha.
@bikilaregassa5773
@bikilaregassa5773 Жыл бұрын
Dr. Gammachiis, Waaqayyo bara kee isa hafe dachaadhaan haa eebbisu. Ati eebba dhaloota kanaati. Dhaloonni kun immoo karaakeefi akeeka kee irraa waan hedduu barachuu akka qabu ifaadha.
@yohannestekalegn6740
@yohannestekalegn6740 11 ай бұрын
Thank you so much, Dr. Gemechis
@Gudaan_Rabi
@Gudaan_Rabi Жыл бұрын
wow Ulfaadhu Dr. Jiruun ko amma niseerata. Waaqayyoo umurii dheera siif yaalaatu. Niif jiraadhu jaboo keenyaa
@kumsakitessaofficial3721
@kumsakitessaofficial3721 Жыл бұрын
waaqayyo isin haa eebbisu Dr.
@adanechgezahegm5284
@adanechgezahegm5284 Жыл бұрын
Dr Gemechise I'm proud of you.God blesses you and your family ho raise you.
@hayutibest
@hayutibest 9 ай бұрын
I like this man so much he is legend ❤
@DegefaRegesa
@DegefaRegesa 15 күн бұрын
Waqqayyoo siin haabbisuu
@MisganuBeshada
@MisganuBeshada 2 ай бұрын
Dr Eebbifamaa baayyen isin jaaladha.Isin naman ilaalladhuudha.
@belebasa5872
@belebasa5872 9 ай бұрын
የማቴዎስ ወንጌል 5 16፤ መልካሙን ሥራችሁን አይተው በሰማያት ያለውን አባታችሁን እንዲያከብሩ ብርሃናችሁ እንዲሁ በሰው ፊት ይብራ
@preciousmorningstar
@preciousmorningstar Жыл бұрын
Beyond the words pls kutaawwan hafan hunda dafaa dafaa gad nuuf dhiisaa
@SagniTamiru-o2d
@SagniTamiru-o2d 8 ай бұрын
the man of the generation!!!!
@fitsumware6680
@fitsumware6680 Жыл бұрын
Eebbifamaa Dr.
@acheluabdeta
@acheluabdeta Ай бұрын
Dr goftaan isiin haaebisuu
@EliasMagarsla
@EliasMagarsla 3 ай бұрын
waaqayyo isin haa eebbisu.
@JiloJiliicha
@JiloJiliicha 7 ай бұрын
Ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamaa ebbifamii ebbifamii
@galmagufu4897
@galmagufu4897 6 ай бұрын
Eebbiffamaa Dr baruumsa guddaa irra argadheera!
@hailubirhanudadi2152
@hailubirhanudadi2152 9 ай бұрын
Galatooma Dr
@almazhilu979
@almazhilu979 Жыл бұрын
Wwwww god bless you dr gamee thank you very much❤❤❤
@Derartu-kr3rx
@Derartu-kr3rx 4 ай бұрын
Dr Galaatomaa Kan dhagahef kanumatu gahadha
@saintmezmursm8208
@saintmezmursm8208 Жыл бұрын
amazing God bless you!
@tigsiabiti
@tigsiabiti Ай бұрын
Uses Is Lord
@acheluabdeta
@acheluabdeta Ай бұрын
Well come
@astechtube
@astechtube 7 ай бұрын
welcome bro Good Job Itti muddii
@KiyaarulIslaam
@KiyaarulIslaam 7 ай бұрын
Jabadhu jaba saba jajjabina siif hawwa
@Dimbittii
@Dimbittii Жыл бұрын
Eebbifamaa dhugaa❤
@gtime8986
@gtime8986 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@MelkamuAsefa-k2l
@MelkamuAsefa-k2l Жыл бұрын
Amazing.
@NigusieBeranu
@NigusieBeranu 5 ай бұрын
Before this, Jesus is way
@milkessanegeriofficial
@milkessanegeriofficial Жыл бұрын
Make this downloadable
@Uae4040-w3u
@Uae4040-w3u Жыл бұрын
Ameeeeeeennnnnn Eebbifamaaaaaa
@BurkaGobena
@BurkaGobena 7 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@daraartuuoro6694
@daraartuuoro6694 Жыл бұрын
Eebbifamaa Dr❤
@NigusieBeranu
@NigusieBeranu 5 ай бұрын
I am a planning so I heard you
@Sara-m6s8f
@Sara-m6s8f Жыл бұрын
Wwwoww❤❤❤
@koketTomas
@koketTomas Жыл бұрын
Ameeen eebbifamaa❤❤
@yasoa5546
@yasoa5546 Жыл бұрын
Ebifamaaa Ebifamaaa ❤❤
@FikeSefu
@FikeSefu 7 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@AlexAlex-to6jh
@AlexAlex-to6jh 4 ай бұрын
Gudaa galatoomi
@GulumaDegefa-b4v
@GulumaDegefa-b4v Жыл бұрын
@waliifbirab3259
@waliifbirab3259 8 ай бұрын
❤❤🥰🥰🐅
@Adisu935
@Adisu935 8 ай бұрын
Dear Galaatomaa
@SaraSara-ur1nj
@SaraSara-ur1nj 10 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@AbdulakiimMahamed
@AbdulakiimMahamed 6 ай бұрын
❤❤❤😂😂😂🎉😮
@dasuudasuu2410
@dasuudasuu2410 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@Abdi_Tame
@Abdi_Tame 7 ай бұрын
❤❤❤❤
@Edasa504
@Edasa504 10 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@daraartuuoro6694
@daraartuuoro6694 Жыл бұрын
❤❤❤
Я сделала самое маленькое в мире мороженое!
00:43
the balloon deflated while it was flying #tiktok
00:19
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 34 МЛН
Ouch.. 🤕⚽️
00:25
Celine Dept
Рет қаралды 28 МЛН
DABALUU!|DR. GEMECHIS DESTA|WORD OF GOD
1:11:06
CJ Tv
Рет қаралды 78 М.
" WAAQAYYOO SI YAADATA " LUBA Dr GAMMACHIS DASTAA
49:52
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 12 М.
Biizinasii tokkoo jalqabuuf wantoota 7'tu si barbaachisa-Luba Dr.Gammachiis Dastaa
23:01
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 47 М.
HIN YADDA'IN || LALLABA WANGEELAA AMAANU'EL ARABAATIIN @ifafayinatvofficial1906
31:58