KZ
bin
Негізгі бет
Қазірдің өзінде танымал
Тікелей эфир
Ұнаған бейнелер
Қайтадан қараңыз
Жазылымдар
Кіру
Тіркелу
Ең жақсы KZbin
Фильм және анимация
Автокөліктер мен көлік құралдары
Музыка
Үй жануарлары мен аңдар
Спорт
Ойындар
Комедия
Ойын-сауық
Тәжірибелік нұсқаулар және стиль
Ғылым және технология
DAMMEE_FI_DAMARAA | EPOSODE _8 | FALTUU | NEW OROMO COMEDY | OBORO COMEDY |
24:10
ዮናስን ምን አስለቀሰው? ያልተጠበቀው ጥቁር እንግዳስ ማነው ? //ቅዳሜን ከሰዓት// ሞቅ ካሉ ፕሮግራሞች ጋር
22:05
🤔Можно ли спастись от Ядерки в Холодильнике ? #shorts
00:41
99.9% IMPOSSIBLE
00:24
小丑教训坏蛋 #小丑 #天使 #shorts
00:49
黑天使被操控了#short #angel #clown
00:40
NAN DHARRA'E - Diraamaa Gabaabaa /Garee Aartii Oromooyiin
Рет қаралды 8,261
Facebook
Twitter
Жүктеу
1
Жазылу 220 М.
MO'AA TV
Күн бұрын
Пікірлер: 47
@MmamMama-c7t
Жыл бұрын
Jabaadha dirimaa keessaannii bay.eee naa tolaa Eirraagaa Guddaa
@admasassefa1944
Жыл бұрын
ijoollee qaqqalii keenya nuuf jabaadhaa hedduu sin jaallanna, namni keenya garuu walallaa hin ta'iinamee namni tokko diraamaa hojjeteef faarfannaa dhiisa miti. asinis achiinis dandeettii waaqayyoo namaaf kenneen uummata ofii tajajiluun ogummaa guddadha. waan tokko qofa hojjechuurra danda'amnaan isinuu waan hedduu wal duukaa hojjedha. warri maqaa waaqayyoottii qooste jettanimmoo irra deebi'aa dhaggeeffadha maqaan waaqa hojiisaanii keessattii hin dhaahamne waan maqaan waaqa keessa hin jirremmoo faarfannaa miti. kanaafu maqaa waaqattii essaan qoosan jennaree. diraamaa gaafa hojjettummoo seera aartii keessattii fakkeessitee hojjetta osoo hin taanee taateetu hojjettaa. dhugaa hin jedhiina warri jettan maal akkasaan jedhan barbaaddaniree nama biraa bakka bu'anii hojjetaa jiru namni isaan bakka bu'animmoo dhugaa waaqayyoo jedheema nama kakatudha amma nama sana fakkachuuf dhugaa yoo jedhan dogoggoradhaaree no miti. nama sana ta'anii hojjetani. walumaa gala hojii ijoollee kana hedduun jaalladha cabsuu caalaa jajjabeessuu baraa sa'aa abbaan gaafa cabsee ormi ija jaamsaa jedhani
@burtukanasefa6069
Жыл бұрын
Hojiin Keessaan Garii Garuu foyyeessaa Kana Caala Foyyesani Barechaani Hojeechuun In Danda'aama Waan Hawassaa Keessaa Hin Jiree Ittin Dabaliina
@caaltuutube7217
Жыл бұрын
Hoccii jette shibbirreen dhugaa waanuma hin fakkanne 😏😏😏😏😏😏
@galanigalani8849
Жыл бұрын
Hojiin keessaan garidhaa garuu maqaa waqayyotii hiin qosinaa maloo 😢🙏❤️
@admasassefa1944
Жыл бұрын
ijoollee qaqqalii keenya nuuf jabaadhaa hedduu sin jaallanna, namni keenya garuu walallaa hin ta'iinamee namni tokko diraamaa hojjeteef faarfannaa dhiisa miti. asinis achiinis dandeettii waaqayyoo namaaf kenneen uummata ofii tajajiluun ogummaa guddadha. waan tokko qofa hojjechuurra danda'amnaan isinuu waan hedduu wal duukaa hojjedha. warri maqaa waaqayyoottii qooste jettanimmoo irra deebi'aa dhaggeeffadha maqaan waaqa hojiisaanii keessattii hin dhaahamne waan maqaan waaqa keessa hin jirremmoo faarfannaa miti. kanaafu maqaa waaqattii essaan qoosan jennaree. diraamaa gaafa hojjettummoo seera aartii keessattii fakkeessitee hojjetta osoo hin taanee taateetu hojjettaa. dhugaa hin jedhiina warri jettan maal akkasaan jedhan barbaaddaniree nama biraa bakka bu'anii hojjetaa jiru namni isaan bakka bu'animmoo dhugaa waaqayyoo jedheema nama kakatudha amma nama sana fakkachuuf dhugaa yoo jedhan dogoggoradhaaree no miti. nama sana ta'anii hojjetani. walumaa gala hojii ijoollee kana hedduun jaalladha cabsuu caalaa jajjabeessuu baraa sa'aa abbaan gaafa cabsee ormi ija jaamsaa jedhani
@chaltudiriba871
Жыл бұрын
Akka har'a kolfeen bekuu dhaladhee dhuga waqaa 😅😅😂😂😂😂😂
@GalaaneeBadhaasaa
4 ай бұрын
Sinira ajja,e inni kunoo dhugaa 😂😂😂😂😂😂😂😂
@Astar-p7p
Жыл бұрын
Gowwaa dhiraa
@eyasutesfaye3701
Жыл бұрын
Ayi fiilmii afaan oromoo, akkam ajeessitanii😮
@DinkisaDaba-r3q
Жыл бұрын
gowwaa argattee
@Astar-p7p
Жыл бұрын
Hogaa asoftuu hoo hin dadhabduu qayyatuu
@Gadisetube-j1p
Жыл бұрын
Maa jalaa bossa kaa sii raa hi. Bareduu garuu
@tgjesustg2611
Жыл бұрын
Erga maalii dabarsaa????
@ayitejackline-sx1wv
Жыл бұрын
Wayyoo garaa koo kkkkkkkk 😂😂
@caaltuutube7217
Жыл бұрын
Barbaricha ijatti naqaaa mee 🤨🤨🤨🤨🤨
@caaltuutube7217
Жыл бұрын
Icci dhugaa waaqayyo maaloo giiftii koo Farfanna sitti kenne waaqayyo diraamaa miti gabaa argachuuf Faarfannaa gattee kanatti deebite ayiiiiiiii!!!!!!!!! 😢😢😢😢😢😢😢😢waaqayyo nu haa gargaaru malee barichi kun ulfaatadha
@admasassefa1944
Жыл бұрын
diraamaa hojjechuun faarfannaa dhiisuudhaamoo yaada wallallumman guutame akkasii hin barreessina. namni keenya garuu walallaa hin ta'iinamee namni tokko diraamaa hojjeteef faarfannaa dhiisa miti. asinis achiinis dandeettii waaqayyoo namaaf kenneen uummata ofii tajajiluun ogummaa guddadha. waan tokko qofa hojjechuurra danda'amnaan isinuu waan hedduu wal duukaa hojjedha
@caaltuutube7217
Жыл бұрын
@@admasassefa1944 ebbifami jechaa waaqayyo ogummaa ogeessotaa lafatti dabala inni kun ogummaa nama hin jechisiisu diraamaa hojjechuun dandettii ishii yoo ta'e diraamaa hafuura hin hojjetaniiree laaqaa biyyi lafaa laaqu kan bukeessan situ na ulfeesse siifan ulfaa'e maal kun dandeetti qabaachuu namaa mullisaa karaa ittiin beekkamtii argatan barbaaduun faayidaan isaa yeroo muraasa osoo iddoo ofii ilaallachaa deddebi'anii gaaridha kun amma hubannaa kooti
@burtukanasefa6069
Жыл бұрын
Maqaa Waaqanis Hin qoosina
@sintayehutesfaye1155
Жыл бұрын
Jechoota baay’ee nama kofachiisutu as keessa jira😂😂😂
@ramajr8101
Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🤣🤣🤣🤣
@maqidasiinagee3661
Жыл бұрын
Wayii 😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤
@gadisefikadu1098
Жыл бұрын
Wayoo😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
@hadhaako
Жыл бұрын
Bilisumaa atii mucaa arii atii qabdaa mo maloo 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 Baraana 🤣
@misgana1259
Жыл бұрын
😢😢😢😂😂
@FakiihaAhimad
Жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkkkkk
@furnemiresa1
Жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkkk
@fenumerga435
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂
@caaliihurumaa4299
Жыл бұрын
Kkkkkkkkkkk wayyoo kolfaan dune ka
@lomiimargaa9738
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂❤
@Sara-sv8fx
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂uuuuuu
@margemandesa4433
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂 safuun keeti yesuskoo ni xaphaanna jettani marataan kaa gaafa baachiftuu akka kana sittin ulfannee?????.
@seenaakeebekii7820
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤
@jamilajami5653
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kumekadi
Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂
@badhaseeAbdiisaa-pw5vo
Жыл бұрын
Guddidhaa kuni maa Akkasii gota muca 😂😂😂😂😂
@obsinnettokkumma40
Жыл бұрын
😂😂😂😂😅😅😅😅
@badhaseeAbdiisaa-pw5vo
Жыл бұрын
😂😂😂😂
@hadhaako
Жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@elsafikadu8664
Жыл бұрын
Mali?yoaffe
@hadhaako
Жыл бұрын
Guddima Kee baraana 🤣
@bashadutube
Жыл бұрын
😂😂😂😂😂
@yadinyadin3493
Жыл бұрын
😅😅😅😅😅😅😂😂😂
@jituutamiraat8250
Жыл бұрын
😂😂😂😂
@adisgamaada5720
Жыл бұрын
😂😂😂😂
24:10
DAMMEE_FI_DAMARAA | EPOSODE _8 | FALTUU | NEW OROMO COMEDY | OBORO COMEDY |
OBORO2
Рет қаралды 187 М.
22:05
ዮናስን ምን አስለቀሰው? ያልተጠበቀው ጥቁር እንግዳስ ማነው ? //ቅዳሜን ከሰዓት// ሞቅ ካሉ ፕሮግራሞች ጋር
ebstv worldwide
Рет қаралды 4,2 М.
00:41
🤔Можно ли спастись от Ядерки в Холодильнике ? #shorts
King jr
Рет қаралды 7 МЛН
00:24
99.9% IMPOSSIBLE
STORROR
Рет қаралды 31 МЛН
00:49
小丑教训坏蛋 #小丑 #天使 #shorts
好人小丑
Рет қаралды 54 МЛН
00:40
黑天使被操控了#short #angel #clown
Super Beauty team
Рет қаралды 61 МЛН
31:23
ForX : "ANAATU HIDHAA JIRA" Qophii Addaa
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 42 М.
30:12
Eebba Galgalaa - Luba Garramu Jaallata
MO'AA TV
Рет қаралды 828
11:05
comedy afaan oromoo Gizacho, by utuu media
Utuu Media
Рет қаралды 7 М.
15:21
ያልተነገረለት ከዳይመንድ የተሰራው አስገራሚ መስጊድ
Abel Birhanu የወይኗ ልጅ 2
Рет қаралды 185 М.
15:13
AN DHIIRA !! 😅 DHALOOTA HEGEREE 10
Ibsa Abdi Official
Рет қаралды 165 М.
8:35
Jawar Abiy kokke qabu ittii fufee jira iccitii gurguddoo saxilee kuno | Moha Oromo
Moha Oromo
Рет қаралды 1,8 М.
53:14
Abbaa Lataa Acting Academy: Tuurtii Garee Hirkoo Waliin Taasifne
Abbaa Lataa Acting Academy
Рет қаралды 15 М.
52:25
Amma Ijoolleekoof Aannan Bituu danda’eera! - Galateeffannaa fi Dhiifama
MO'AA TV
Рет қаралды 8 М.
36:48
"HARKUMA KANAAN DAAKTEE BUKEESSUUFII?...!" Geerarsa Salaalee etv |Ebc |Etv Afaan Oromoo
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 3,2 М.
16:57
|| QARMII || kutaa 1ffaa
KERON MEDIA
Рет қаралды 34 М.
00:41
🤔Можно ли спастись от Ядерки в Холодильнике ? #shorts
King jr
Рет қаралды 7 МЛН