mucattiin keessummaan keessan kun waa'ee dhumma baadiyyaaa magaalaa teessee ofitti amanamummaan haasa'uunshee sirrii hin turre. maaliif beektuu waa'ee haala qabatamaa amma baadiyyaa keessa jiru kan beeku namuma amma baadiyyaadhaa dhufe yookiin immoo namuma dhimma kanarratti qorannoo godhe malee tasumaa murteessanii haasawuun sirrii hin turre. kan biraan butii wanti jedhamu amma amma waan hafedha. Hundumaafuu bu'uurri aadaafii duudhaa saba tokkoo baadiyyaadha, kan biraan ijoolleen aadaaf seenaa beektu, sabboonummaas kan qaban dhibbentaa 60 ol ijollee baadiyyaadha. kanaaf baadiyyaa hangana xiqqeessanii haasa'uun of xiqqeessuu, ofumawoo xiqqoo ta'uudha. Hundumaafuu jabaadhaa.
@samirbelachew661523 күн бұрын
Yeroo jaabduu
@getachewnadew911522 күн бұрын
So
@FiloWardi21 күн бұрын
Ani qophi kesani nan jalladha garuu Afani isin hasoftantu bukoo oso hin bukatin hafedha kanfu Amma sin dawachu dhisera🙂Oromiffadha jedhe yon dhageffadhe🤔English itti dabaltu tole English dha jedhe yon dhageffadhe hika hin qabu Englishichi kessan😊 Amariffa sani itti dabaltu🙃 Mali kuni?so I'm Tired😇😢