Apostle Gadaa nagaan sif haata'u baayee nama kabajaama dha ati.maaliif yoo jette akkatatti feloship asallatti nuu jajjabeessuu turtee bara 2004 oli kaas tee nuu duga turtee wangeelli akka babbalattuu inni ati goote ijoollee baayeellee nuu cina dhaabatee akka toora hin taanee irraa akka hin baaneef nu gorsittuu kun hundu Galata kee ibsaa ulfaadhu barakee hafes gooftaan si haa gargaaruu
@apostlegedasera28 күн бұрын
Tole Gooftaan nu gargaare haa ulfaatu. Iddoo gooftaan isiniif qabu waan beekuufii dha. Ammas addaan hin badnuu hin badin barri kee haa eebbifamu. Yeroo tokko walitti qabamanii galateeffachuun hin oolu abdii jedhjjn qabaa eebbifami ati nama guddaa dha.