Naamusa

  Рет қаралды 13,509

Suad Muktar Official

Suad Muktar Official

Күн бұрын

Пікірлер: 175
@allaattiilagamojootannmuka1888
@allaattiilagamojootannmuka1888 3 жыл бұрын
Waan ja'ann, Qocaa fi Hileensa tu Wol dorgommii fiigiinsaatiif wolitti dhufan. Biyyti cuffti kann Durr caalaa wolitti bahann daawachuuf. Mee Qocaan akkamit'ti Hilleensan mooha ja'ee dorgommii seena ja'aniiti ummatni ajaaiban. Yero dorgomiin eegale, Hileensi Qocaa achumatti dhiiseeti yeroon bakka mohinsaati dhihaate muka gaadisa tokko jelatti olgoree Mee xiqqo haraan baafadha Qocaan boruttu ashingehuu ja'ee achumaan hirriibini kuteenii asuma inni hindamaqin Qocaan bakka dorgomiiti Isaa dhihaate Hilleensi hirriibaa damaqee yeroo inni utaala achi gehe Qocaan moohee ja'ann. Kuni Naamusa Qocaan qabuutu Isa moose. I'm really learning a lot from you! Umrii nuuf dheeradhu; galatomi Suad teenya👍✅
@Taba-ht5zp
@Taba-ht5zp 2 ай бұрын
Jabadhu ❤❤❤❤
@AboAli-bd1vh
@AboAli-bd1vh 3 жыл бұрын
Obboletii kenyaa jabajamtuu wallahii baruumsaa hedduu sirra argataa jirra vidio kee hundarraa gorsa of dandahee argan jira akka kiyyatii 👏👏👏👏👏👏👏👏👏 Hedduu galatomii rabbii jiru keefii matii kee kessaa barakaa siif haa godhuu
@gutukemal6024
@gutukemal6024 3 жыл бұрын
Woow Maashallah Naamusa wanti caaltu hin jirtu
@ahmedsiraaj4690
@ahmedsiraaj4690 3 жыл бұрын
Wallahi heddu sihorodafa waan waan heddu isinirra baradhe umri tessan rabbiin nuuf haa dheressu
@neshwanisbad8815
@neshwanisbad8815 3 жыл бұрын
Namni dr suad jaalatu itti roobsaa mee like
@MehadiiTube
@MehadiiTube 3 жыл бұрын
Baga nagayaan dhuftee Su'ad tenyaa Gorsaa bareddaa kan nuuf qooduu kettiif baayyee Galtoomii ❤️🥰
@beekanalii3015
@beekanalii3015 2 жыл бұрын
Welcome
@adamaliyeibrahim208
@adamaliyeibrahim208 3 жыл бұрын
Galaatom gorisaaa garii bayeee nafaayadee gorisaa wa,ee namusaa nufii dabirusuu ketifii galanii ke kumaa kumaa thank you very much my beautiful sister 😘 keep doing really i appreciate you happy new year 🎉
@islaamumaanlubukotioromuma3623
@islaamumaanlubukotioromuma3623 3 жыл бұрын
Mashaa allaah mashaa allaah .S.tenya rabiin sirraa haa jalatu Jzk dhugaa rabiin bekumsarraan bekumsa siif haa dabalu mashaa allaah gorsa bareeda nuf qodaa jirta 💔
@channelmuslim5075
@channelmuslim5075 3 жыл бұрын
Ani Kan naa dhibuu!!! . Ati malif salamataa dhan hin egalatuu. Ergamaan kenyaa nabii muhammad sallallahu waleyyiiwasalaam. Salamata isin giduti hedumessa........ 👆
@hasenomar4732
@hasenomar4732 3 жыл бұрын
Leader guddaa galatoomi barumsa guddaa irraa argadhee ittii nuuf fufaa haaluma kanaan ✍💚💚💚
@hayaatmohammedhayaatmohamm9972
@hayaatmohammedhayaatmohamm9972 3 жыл бұрын
Mashaalaah jabadhuu yadnii kee heduu wanii namaa fayaduu Rabiin sii haa tiksuu jajabadhuu
@SeadaShibiruu
@SeadaShibiruu Ай бұрын
Maasha allah Gorsii kee baay'ee Namatti tolaa Jabaadhuu Umrii nuuf dheeradhuu, ñama Akka sii kana Rabbiin nuuf haa baay'isuu Dr.❤❤
@zuzutube491
@zuzutube491 3 жыл бұрын
Wwwwwow mshaa Allaha mashasha Allaahadhugaadha gudaa galaatpma waan bayyee irraa baradha🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍☝️👍👍👍👍👍👍👍👍
@fana_media
@fana_media 3 жыл бұрын
Masha Allah obbolettikoo rabbiin itti sif ha dabalu
@rahimaatube7524
@rahimaatube7524 3 жыл бұрын
Galatom sanyii tiyyaa bektuu tenyaa jabadhuu 😘😘
@dareeofficial7698
@dareeofficial7698 3 жыл бұрын
Ebbifami . Wanguddaa ijaraa jirta. Sammuu dhalota bayyeetu ijaramaa jira. Itti fufi jabaadhu
@wanofiiTube5078
@wanofiiTube5078 3 жыл бұрын
Baga Nagaan Dhuftan Dr S Namoonni Naamusa Qabdan Asuuman Matii Naf Ta'a Anis Isiinfin Ta'aa 🤗😍
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Dubbisi du'aa dhoksaa Naamusa.Dugdiis fayyaan Dhibee dhageeffachuun imala ijaarsa Naatoo qabduu of Caqasii Nafaa lafaa lafee laftis riqicha Biyyaaf biyyeettiis walumaan galatoomii Xiinxaltoota Naannoon cufaa Naamusa.Nageenyiis of healthcare services for all humanity Nyaataanis nafaa Nageenyaa Dhagahi proMiratuu deemsis Naamusa.Fayyaan Dhibee caqasuun Naamusa.kanfaa Humni barnootaa irkoodha Acaluu Naatoo qabuu kanaafuu Hidhiin golgola dukkana ifaa Naamusa.Humni Barsiisaa/siiftuu humna dhageeffatu qabsoo Ogeeyyiin fayyaan faayaa argii beekuu Eegumsaafi Beekumsii biyyeettiis du'aa dhoksaaWelcome yaada mo'ataan qaama miiraatii Qarreenis yaadarraa yuniversity GzxAsiyaa harkiis waraana harka hojiidha of state Education Beekumsii political science wal'ansaa Naamusa!!!!! dhageeffachuun Qalbiinis waraana
@madinam2188
@madinam2188 2 жыл бұрын
Mashaa allaa tabarakalaa Mashaa allaa tabarakalaa Mashaa allaa tabarakalaa
@MiskiAbbanga
@MiskiAbbanga Жыл бұрын
Maashaa allah rabbin umurrii kee nuuf hadheeresu jajjabaadhu ❤❤❤❤❤❤my sister
@seenaaorotube3090
@seenaaorotube3090 3 жыл бұрын
Eeee wly dhugaa keeti anu namuusuma kanan dhabee shukuran ara addani nafi basste jzk 😘🙏
@IsmaelHusein
@IsmaelHusein 6 ай бұрын
Hayyittii intala oromoo ammas nuuf jiraadhu .❤❤❤❤❤❤
@anafisyusuf555
@anafisyusuf555 3 жыл бұрын
Bagaa nagayaan dhuftee yaa sanyii faxumaa nabii
@ZobeeSsss
@ZobeeSsss 8 ай бұрын
Mashaa Allah rabbin umurrii keenuuf hadheeresu jajjabaadhu
@mahammdtahir868
@mahammdtahir868 3 жыл бұрын
Mashaalla Allah mashaalla Allah jabadhuu qalii namaa 💋💋💋💋💋💋💋💋💋👌👌👌👌
@riyadeoroinspire6534
@riyadeoroinspire6534 3 жыл бұрын
Gorsi kee baayyee namatti tola jabduu teenya jabaadhu umrii si ha dheereessuu ya ukhtii teenya qaalii namaa...
@khalidsharafu
@khalidsharafu Жыл бұрын
Masha Allah gorsaa bareedaa isiniraa argataa jirraa galatoomaa bodaa kana maalif yotubii irraa badee❤️🌹
@tuujiikoofii7608
@tuujiikoofii7608 2 жыл бұрын
Masha allha Masha allha suad to bekoomssaa fi bekamtii
@بناتببنانى
@بناتببنانى 3 жыл бұрын
Baruumsa guddaa irraa argachaa jirra Umrii nuuf dheeradhu Jzk
@naiimamohammed3441
@naiimamohammed3441 3 жыл бұрын
Eee dhugaa oromo akii jete dalaagaa ganamaa hafte funii ilmomaa hafee jate
@Zahara174
@Zahara174 11 ай бұрын
Hedduu Nuf Galatomi Waa Hedduu Sira Hubachaa Jira JZK❤
@faizaabdullahi6972
@faizaabdullahi6972 3 жыл бұрын
ASWRWB, sis suad. You come up with the most important topic, discipline. This is the main thing we miss as a community. I struggle with this myself. Thank you for your advice and excellent explanation of discipline. Keep up 💜 ❤.
@etor-5361
@etor-5361 3 жыл бұрын
waleykum salaam warahmatulah wabarakaatuh
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 3 жыл бұрын
Wl wr wb
@faxumagannaintalaislam1126
@faxumagannaintalaislam1126 3 жыл бұрын
Mashaallaah Mashaallaah Rabbin Amalee bekumsa dhuma hin qabane sifi haa kenu qalii Nama💞💞💞💯✅
@rufiyaa8980
@rufiyaa8980 3 жыл бұрын
Aswrwb atii namaa garii namaa gosaa bardaa namaa keenuu rabbii jzk keetii janataa 💓
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 3 жыл бұрын
Dhugaa keetti Jazaakallaahu kheeyraan
@foziummahayuu3399
@foziummahayuu3399 3 жыл бұрын
Bagaa nagha dhufitee sanyii 🌹♥️
@sabontu1170
@sabontu1170 3 жыл бұрын
Masha Allah masha Allah baga nagan dhufte
@AsdAsd-vw7me
@AsdAsd-vw7me 2 жыл бұрын
As wr wb masha Allah heduu namatii tolaa Umrii naf dheradhuu baaromsaa adda adda nuf galakiisuu keetiif galatomi ulfadhuu mama Teenyaa
@beekanalii3015
@beekanalii3015 2 жыл бұрын
Wow maama guddaa galatoomi waan gaarii irraa argachuu dandaheera
@Nasrimustefa
@Nasrimustefa 3 жыл бұрын
Iti jabadhu sii wajin jiraa 🇪🇹
@ararsotofikofficial
@ararsotofikofficial 3 жыл бұрын
Ws wr wb obboleettii teenya galatoomi gorsaa gaggaarii nuuf qooda jirtaa jabaadhu.
@jamelahaji7752
@jamelahaji7752 2 жыл бұрын
Hayuu tiyaa nagaafi fayaa umrii dhertuu sii haa kenuu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb Aliyyii Cirrii Citizen ummataafi university dhoksaaOMN ciqileen university dhoksaa Allahu akbur Samiifi dachiidha sawsaw yaarabbii ibiddiis Abbama irrigation center in new generation offers listening kayyoo fikaroora Dhibee UstazYaasin Seeraafi Heeraanis gzxArrabnii wal'ansaa dhugaa dhaqqabi Naamusa Nugusu Tilahun harkiis badii marii beeknee hafnee jeequmsaan Naamusa naaf himattee dhumnee dhiifamaa dhibeenis kayyoon of Caqasii guyyaannis Gaaddisaa Fayyaan faayaa waraana
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Isa dhugaa Amiir Show diraamaafis Welcome johar Muhammad see Dirree wood kolfaan dhumnee bultiinis waraana Eegumsaa dhoksaa kurreejilbaatiif biruma kufee Naatoo qabuu kanaafuu hiyyummaa Naamusaa!!!!Dirqama irkoodha humni barnootaa
@samrijamal1211
@samrijamal1211 3 жыл бұрын
jabadhu Wahedhun Siiraa Barre
@حليمه-م6ص
@حليمه-م6ص 3 жыл бұрын
Barsagha👍👍👍👍👍👍💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔
@faizahassan3730
@faizahassan3730 3 жыл бұрын
Baga ngy dhuftee giftii duree tenyaa
@abdunasirebro4862
@abdunasirebro4862 3 жыл бұрын
Maasha Allah baayyee galatoomi
@Sidiiqaasiraajsheekaa
@Sidiiqaasiraajsheekaa 2 ай бұрын
Mashaa allhaa heduu namaa damesiitaa❤❤❤❤
@hvhcvgvhjh636
@hvhcvgvhjh636 3 жыл бұрын
Maashaa Allah tabarakallah hedduu galatoomii dhugaa barnootaa guddaa nuuf dabarsaa jirtaa itti nuuf fufii jabaadhuu✅✅✅👍👍👍
@oromiyaaabdala2657
@oromiyaaabdala2657 3 жыл бұрын
Naamusa fi adaba fi sabrii wol qaba fi obsaa qabachun
@ራህማ-ሠ6ዠ
@ራህማ-ሠ6ዠ 3 жыл бұрын
Nuuf jiradhuu jaabduu nama waan heeduu sirraa baarachaa jiraa gaalatoomii 🙏🙏
@tamematbark9437
@tamematbark9437 3 жыл бұрын
bagaa.nagayaan.dhufte.qalii.
@tamematbark9437
@tamematbark9437 3 жыл бұрын
Alihmadulilaah Rabbili.Alamiiin.galliin.rabbi..haa.gahuu...umrii.nuuf.dherraadhu.sanyii.ofii..mashallaah.tabarkaalah. rabiin.bekkumsa.bekkumsaraan.siif.haa.dabaluu...☝💖💖💖💜💜💜❤❤❤💙💙💙
@rahamatamama6525
@rahamatamama6525 3 жыл бұрын
MÂÂÂÂÂSH ââállââh tâââbârâk ââállââh jâââzâã kââllãâhu kêyéêêrân Dhugaadha👍👍👍🎓
@MunaFaris9
@MunaFaris9 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhuftee Barssifttuu kiyyaa 😍😘❤💚💛
@nabiyaabdulqadir8133
@nabiyaabdulqadir8133 3 жыл бұрын
Wooooow masha Allah 😘😘😘😘😘😘🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💚💚💚💚
@aminakader5745
@aminakader5745 3 жыл бұрын
Bagaa nagaan dhufte
@mellaqwa1142
@mellaqwa1142 3 жыл бұрын
As wr wb baga nagayan dhufte sabontuu tenya🥰🥰
@mominafeyso5999
@mominafeyso5999 3 жыл бұрын
Mashaalhaa tabarakalhaaa 💋💋💋
@najutube9987
@najutube9987 3 жыл бұрын
Nufi jiradhu gorsa bayye namati tolu nuu gorsa jiraa😍😍
@aminaa1404
@aminaa1404 2 жыл бұрын
ماشاءالله تبارك الله وكة ءنا ءنا
@tuujiikoofii7608
@tuujiikoofii7608 2 жыл бұрын
Sif hakenuu rabbin
@SadaaMohamed-u4w
@SadaaMohamed-u4w Жыл бұрын
Mashaa allah ijaara hafii ❤❤❤
@hayathassan5394
@hayathassan5394 3 жыл бұрын
Masha Allah BarakAllahu feek ❤
@etor-5361
@etor-5361 3 жыл бұрын
Maa shaa Allah
@toffeoromtichaa1609
@toffeoromtichaa1609 3 жыл бұрын
Waw Excellent mam wan Heddu Heddu irra bardheee galtmii 🌹🌹🌹
@asritube929
@asritube929 3 жыл бұрын
mashallah 👌👍
@AshaMohamand
@AshaMohamand Ай бұрын
Masatbarkalaa masatbarkalaa masatbarkalaa masatbarkalaa masatbarkalaa masatbarkalaa masatbarkalaa masatbarkalaa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@ibadurahman8338
@ibadurahman8338 3 жыл бұрын
As. Wr. Wb. Anaa dhufuu sabboontuu tenyaa Qaalii Mashaallah mashaallah gorsa hedduu bareeda jzkn akkanumaatti jabaadhu itti fufii👍👍❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 3 жыл бұрын
Wl wr wb
@kichuorotube
@kichuorotube 3 жыл бұрын
As wr wb galtomii qalikenya barumsikee heduu namabarsiisaa mee nuu woraa golanamkesaa hojetufii akamitii akaa ofi jijiree mana namtii banu vido toko nufii dalgii malloo galtomii 😍😍
@bontuubontuu3804
@bontuubontuu3804 2 жыл бұрын
Mashallaah
@ilmiimurid9525
@ilmiimurid9525 3 жыл бұрын
jabaadhu su aad
@fenatiwazir8300
@fenatiwazir8300 3 жыл бұрын
Dr Galatomii wan ofii 😍😍😍😍👍👍👍👍👍
@SolMon-f8s
@SolMon-f8s Жыл бұрын
Procrastinating ችግር አለብኝ ምን ትመክሪኛለሽ Dr Sude እወድሻለው
@Bashashaayoutub
@Bashashaayoutub 3 жыл бұрын
Dhugaa jetee Eebbifami
@sifaanshawaa......8819
@sifaanshawaa......8819 3 жыл бұрын
Bagaa nagaadha dhuftee❤🙏
@feyseltube1207
@feyseltube1207 3 жыл бұрын
Mashaa Allaah gorsaa kee hedduu barreddadhaa
@contactmubarak648
@contactmubarak648 3 жыл бұрын
As.wr.wb mashlla yaa suad obolletti teny wan bay.e sirra barane gorsi kee dogongora baye irra naa hambiise
@AlmudinYasin
@AlmudinYasin 9 ай бұрын
Jabdhuu lecaa namaa
@makiya3967
@makiya3967 3 жыл бұрын
Nufi jiraadhuu qalii tennaa😘😘😘😘😘😘
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Nageenyaa says Fayyaan faayaa argii beekuu Eegumsaafi Beekumsii Naaf biruma beeknee Naatoo qabduu kolfaan dhumnee hiriyyaan qaama Together welcome FIB to OMN ijaa Dubbisi gurriis waraanaa her/Hidhiin Beekumsaan Nyaataanis nafaa Nageenyaa Dhagahi Famous for true democracy love and peace advocates for all humanity Naamusa has dhorkuu keessatti yaannis waraanaa shoora guddadha garaan listening kayyoo fikaroora Dhibee UstazYaasin Nuuruu seeEnj seeEnj johar Muhammad Xiinxaltootapro Sammuunitins Addee Xayyibaa Hasan Hasan kolfaan dhumnee of state Education siyaamaa Uumaa DrugIlkaaniin family members of listening Qeerroo and Qarreenis university dhoksaa karaafi garaan dhoksaaOMN internationalism ilmaaniin ittii fufee Afraasee
@mudaanmuddii5685
@mudaanmuddii5685 3 жыл бұрын
Welcome I love you from America ❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚
@XahaAbagidi
@XahaAbagidi 3 жыл бұрын
Galatomi rabbiin bekumasa siif hadabaluu
@hasenomar4732
@hasenomar4732 3 жыл бұрын
Well come leader
@rawadarawada7786
@rawadarawada7786 3 жыл бұрын
Omg:::!!!!! Naamusa.isheen maqaa dhooftee kana an 100% 95.hin qabuu👌ani naamusan zero jechudhaa🤦
@faxumagannaintalaislam1126
@faxumagannaintalaislam1126 3 жыл бұрын
Sii qofaa miti huduma kenna Harumara egalee iti hoo jachuu qaban jabadhu
@safiyaamuhammad2741
@safiyaamuhammad2741 2 жыл бұрын
As wr wb Asuman warii namusa hin qabnee bayee jira bakka namusa tana ittii nuf debi'aa
@rozaarozaaoromoo2309
@rozaarozaaoromoo2309 3 жыл бұрын
Mashaa alhaa Galtomaa
@guledmaxamed2529
@guledmaxamed2529 3 жыл бұрын
Maashalah
@shukariimohmad
@shukariimohmad Жыл бұрын
Nuf jiradhuu qalii tiyaa
@maraym6252
@maraym6252 3 жыл бұрын
Of course sister I love your advice 🥰
@muniiraaarsiibaha6570
@muniiraaarsiibaha6570 3 жыл бұрын
Asalamualekumaa waramatulahii wabarakatuu Mashaa Allah rabbi amaleedabalee siihaakenuu
@etor-5361
@etor-5361 3 жыл бұрын
Waleeykum salaam warahmatullah wabarakaatah💕
@tiyyakiyya4116
@tiyyakiyya4116 3 жыл бұрын
Galatomi gorsa hedduu nuf qodaa jirtaa namoni birolle oso wan akkasi hojatani bayye garidha Atile jabadhu itti fufii
@emanmohammad4846
@emanmohammad4846 3 жыл бұрын
Mashallaah mashallaah
@AbduramanMuhammad-bw6jx
@AbduramanMuhammad-bw6jx 5 ай бұрын
Suad muktar gorsa baredadha galatomii❤
@fuad37825
@fuad37825 3 жыл бұрын
Maashaa allaaha
@ahmedinhassan6792
@ahmedinhassan6792 3 жыл бұрын
Masha allaha
@arsiibaha2587
@arsiibaha2587 3 жыл бұрын
Ati Maalif yero Dhufu Maal As wrwb hin jenee
@mohammedbasha585
@mohammedbasha585 2 жыл бұрын
👍👍👍💯🙏
@shafikadir1205
@shafikadir1205 Жыл бұрын
Dhugaa ketii onneffichtuu tenya GALATOOMAA
📵  If Qindeessitee akkamiin jiraachuu dandeessa
27:31
Suad Muktar Official
Рет қаралды 10 М.
If jijjiiruu ni feetaa ??
21:05
Suad Muktar Official
Рет қаралды 20 М.
It’s all not real
00:15
V.A. show / Магика
Рет қаралды 20 МЛН
Chain Game Strong ⛓️
00:21
Anwar Jibawi
Рет қаралды 41 МЛН
Une nouvelle voiture pour Noël 🥹
00:28
Nicocapone
Рет қаралды 9 МЛН
Sheffield Thursday 9-9 Sandra Youngboys 19/12
28:25
Leisure Leagues Sussex
Рет қаралды 211
Itti fayyadama yaroo(TIME MANAGEMENT)
6:42
Ibsa Damiinaa
Рет қаралды 5 М.
Osoo  waggaa 30 hin guunne maal gochuu qabda !
18:52
Suad Muktar Official
Рет қаралды 31 М.
Dhaamsa Abbaa Gadaa Naamusa Ilaalchisee
7:25
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Рет қаралды 192
Finfinnee Keessatti yeroo Jalqabaaf Vlog hojjedhe. 🥰
11:38
Suad Muktar Official
Рет қаралды 104 М.
miraa jechuun mali?
21:07
Suad Muktar Official
Рет қаралды 4,1 М.
Icciitii isin beekuu qabdan !
26:55
Suad Muktar Official
Рет қаралды 25 М.