New Best Afaan Oromoo Music Sabriin Jamaal

  Рет қаралды 953,194

Direwood

Direwood

Күн бұрын

Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #OromooMusic #BestMusic #AfricaMusic Godhuu Akka Hindaganne.
#DIREWOOD# Subscribe godhaa
Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna

Пікірлер: 386
@Artfarhaanbaddeeysaa
@Artfarhaanbaddeeysaa 3 жыл бұрын
💞💞 Dire wood
@oromotubi2380
@oromotubi2380 3 жыл бұрын
Anis waa olii darbaa mee lakofsaa kee naa asi darbii farhan sabonaa
@faxefaxe3701
@faxefaxe3701 3 жыл бұрын
Artii senu fedha garu akknti
@maatiijaalala
@maatiijaalala 3 жыл бұрын
@@faxefaxe3701 mati nafi tii sany koo
@uniqueentertainment7423
@uniqueentertainment7423 3 жыл бұрын
Nama faaxee Anniyyaa bakka nuuf bu'u arkannee eenyun bakka buufattaa Farhan keenya
@bayaanahmed5118
@bayaanahmed5118 3 жыл бұрын
THE @@faxefaxe3701
@mammeeoro6314
@mammeeoro6314 3 жыл бұрын
Yeroo laman lale 🙄like na godha
@uniqueentertainment7423
@uniqueentertainment7423 3 жыл бұрын
Warri #Dirree_Wood mucayyoo cimtuu akkanaa gad nuu baasuu keessanif hedduu galatoomaa hedduu!!!!#WOW_AMAZING❤️❤️❤️❤️
@khaliilnourkhaliil209
@khaliilnourkhaliil209 3 жыл бұрын
Woow sabrina jamal Mashaa alah i like you From somalia
@kalidjemal3627
@kalidjemal3627 2 жыл бұрын
ሂዊዬ ፍቅር......... አለምገና(ሰበታ) ያለሽው እሄንን ሙዚቃ ላንች ነውና ሁሌም ስሚልኝ.. ከ2002--2004 የነበረው የፍቅር ዘመን መቼም አይረሳምና
@ahmedyusuf5739
@ahmedyusuf5739 3 жыл бұрын
Wow mashaa allah ijoolee dire daw nuuf jiraadha nuuf jabadha bayyee isiin jalanaa
@abdellahimohammedsani6886
@abdellahimohammedsani6886 3 жыл бұрын
gaariidha garu daanciin keessaan gar somaleeti harkifate jira siireessa ..sabriinaaa qofa sirriti taphate
@creativelife4095
@creativelife4095 3 жыл бұрын
Woow baayyee namatti tola🙏🙏🤝👌👌 jabaadhu , sabriina well done
@makoahmed7381
@makoahmed7381 2 жыл бұрын
I was in dreedaawa it remains me dree dawa i am somali we are brothers i love Ali bira song when i was little i used to listen this song
@diniabdela3893
@diniabdela3893 3 жыл бұрын
Sagalen eshii akkam bareda ittii fufii dhamsa kottii garu ramadani sene off egadha nuttii warrii biyyaa allah jiranu issiin dawachu qophii warota amanta muslima cufan baga ramadaan ittiin isin gahe dini abdela london irraa dire wood qophii garrii👍👍👍☝️🤲
@عويضهالحارثي-ظ4ث
@عويضهالحارثي-ظ4ث 3 жыл бұрын
Hagasiikaa Sabrinan baredduun hijaaba darbitee rabbin siif halafisuu dhifama garuu bayyee bayyeen sijaaladha
@panaden1811
@panaden1811 Жыл бұрын
Wow ! Sweet melody from beautiful gifted young girl.tank you! Afran-Qal //Afran kanko.
@samirosman5549
@samirosman5549 3 жыл бұрын
Wow Sabrina jamal umrii dhertuu sif ha kanuu jabadhuu bareeduu tenyaa
@taybahijazi7282
@taybahijazi7282 2 жыл бұрын
Mashaa allah Sabrina taa sagalee bilbilaa jabaadhu bareeduu diree dawaa 👏💗💗👏👏👏💯💯💙💙🥰🥰🥰✅💙💯👏💔💔💔🤝👏💙💙🥰✅💯💯💯👏💗🤝💔💔❤️❤️💝💕🐅🐅😍🤲😍🐅💕💕💕🤲😍😍😍♥️♥️♥️💜🥰✅💙💙💯💯💗🤝🤝❤️💔💯💯
@oromiatimes5050
@oromiatimes5050 3 жыл бұрын
Wow bareeda gaariidha Xiqqo mullachuu fedha namni hunduu akkas isinirra hin turre gaggeessitoonni waltajjii naamusa irratti rakkina qabdan,sirreeffadhaa haalaan bareeda hojii bareeda
@sabaafshow
@sabaafshow 3 жыл бұрын
Woooooow ❤💚❤ Thanks Dr Ali birra
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta,i plz🙏🙏🙏 sanyii koo Anis ta,ee jiraa
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 жыл бұрын
Dire dawa tesso afran qalloo👉❤❤❤
@nawiigobaze4855
@nawiigobaze4855 3 жыл бұрын
dhugaa bareedaa
@RumaanIlyaas
@RumaanIlyaas 26 күн бұрын
🎉 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
@panaden1811
@panaden1811 Жыл бұрын
Wow ! Cool sweet melody from beautiful gifted stylish young artist. Thank you! Afran-Qalo//Afran-Kanko.
@hamzausman7674
@hamzausman7674 3 жыл бұрын
jabbadhu Qashtti Oromo qaalii nama❤❤❤❤💖💖💖💞💞
@carcarTubeTV
@carcarTubeTV 3 жыл бұрын
Sabrina amazing 😍 am I miss you Qashtii bareedhu 💋❤️👊👍
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta,i plz🙏🙏🙏 sanyii koo Anis ta,ee jiraa
@carcarTubeTV
@carcarTubeTV 3 жыл бұрын
Ok Hayee siifn taaya 💋👊🙏❤️👍😍
@MoonekaaMbaalee
@MoonekaaMbaalee 2 жыл бұрын
WAAW WALLAH BAAYYEE NAMATTI TOLA SIRBAA FI ISHE3NIS PERFECT SIMILAR !
@sabootuuarsii2175
@sabootuuarsii2175 3 жыл бұрын
Jabaadhuu habibitii 👌👌👌👌👌👌 itii fuufii oromoo like itii robasaa 😍😍😍😍😍😍
@lt6325
@lt6325 3 жыл бұрын
Addee Sabrinaa namaaa baay,eee qaretidhaa bagaa Oromoo tattee baay,ee siin boonnaaa 💌💌💌
@asiyamohammed6649
@asiyamohammed6649 3 жыл бұрын
Hedduu namati dhaloota haraan artiif hamileen qabuu sabriina irraa mul.aata !!! Jabaadhu
@YuAg-x2z
@YuAg-x2z 8 ай бұрын
Dandeettiin kee adduma dhugaa sirba Adeeroo sirrumatti akkeessite jabaadhu Sabriinaa koo
@tajireshoow172
@tajireshoow172 Жыл бұрын
🎉diire biiyya ko
@NURIYATUBE
@NURIYATUBE 2 жыл бұрын
Masha Alla jabadha Nus jajabeessa
@hordofaabdulazizkemer9876
@hordofaabdulazizkemer9876 3 жыл бұрын
hedduu galatooma warra dirree baayyeen isin jaaaaaallaaaadhaaaaaaaa!!!!!!!
@meeyraatube7448
@meeyraatube7448 3 жыл бұрын
Naatu dura laale like naaf godhaa
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta,i plz🙏🙏🙏 sanyii koo Anis ta,ee jiraa
@maatiijaalala
@maatiijaalala 3 жыл бұрын
@@HAYYUVINE kotu mati nafi tii anis sif ta'a
@kedirusman7293
@kedirusman7293 3 жыл бұрын
Kkkkkk mudiira like dhibba siif roobsina abshir
@nabekiimahammad9627
@nabekiimahammad9627 3 жыл бұрын
Woow jabadhu iti fufii qashati biya to
@ararsomohammed158
@ararsomohammed158 3 жыл бұрын
Wow! sagaleen ishee fi daansiin ishii numa bareeda. Abdii Aartii oromoof ni taati.
@husuxaha6663
@husuxaha6663 2 жыл бұрын
Waaw namatti tola
@husuxaha6663
@husuxaha6663 2 жыл бұрын
Sagaleen isii onnee keessaa nama qillifti
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 3 жыл бұрын
Whwww Bay.ee namtti tolaa jabadhuu galatooma Diree wood
@marufumer8257
@marufumer8257 3 жыл бұрын
waaaaw sabriinaayyeeee hedduu hedduu namatti tala fuula duraaf waan guddaa sirraa eeyna jabaadhu
@sadiyaabuu2311
@sadiyaabuu2311 2 жыл бұрын
Wow maashaa allahaa bayyee nama gammachisaa jabadha
@NamaNama-f8r
@NamaNama-f8r 4 ай бұрын
Dhiiro nama meeqa kan sirbu qulqullinna itti godhaa malee Sirba bareedaa laayxan
@mahamadabdurahaman2007
@mahamadabdurahaman2007 3 жыл бұрын
Wwwwww dhugaa heduu takaa Namatii toltaanii Nuf jiiradhaa ❤️🌹👈
@tessohuseena..577
@tessohuseena..577 3 жыл бұрын
Drre wod Ah wanin jedhu inqabu nuuf jabaadhaa heddu nama gammachiisa
@mulukaamulukaa39
@mulukaamulukaa39 Ай бұрын
Wayi oson hargee taye malqabaa dhuga 👌👌💪💪👍🥰🥰🥰🥰
@abdelkaderbakar1520
@abdelkaderbakar1520 3 жыл бұрын
Maashaa Allhaa jenee waani tokkoo badii hin qabanii
@abuhamaar2665
@abuhamaar2665 3 жыл бұрын
wow sabrina jamal akkam one nama raafta jajabadhu takiti oromo jiradhu jiru.
@natoliitube8178
@natoliitube8178 3 жыл бұрын
Wow😲😲😘😘😘😘😘😘😘🥰🥰🥰😛😛 heduu baredan dj dus fi hundii kessanu dire wood jabesa
@muhmmadabdalla2830
@muhmmadabdalla2830 3 жыл бұрын
Jabaadhuu ittifufi bareedduu afran qalloo bareento sagaleenkee hedduubareedaadha qlbiinamaseena
@bariisoojamaal8905
@bariisoojamaal8905 3 жыл бұрын
hedduu baredaa sirbii ke jabadhuu
@ikramlubuye7432
@ikramlubuye7432 3 жыл бұрын
heduu das jaa habibti itti jabadhu siin jaa sibiraa jiraa 👌👎👍❤️❤️❤️❤️
@Akkooentertainment2022
@Akkooentertainment2022 3 жыл бұрын
Dandeettii fi kennaa addaa qabda Sebrin 👏👏👏💖
@chalaaliyi9174
@chalaaliyi9174 3 жыл бұрын
sabriinal jabadhuu bakka buttuu halloo dawwee
@NassehSalehAlTurki
@NassehSalehAlTurki 3 ай бұрын
Mashallah Mashallah Bareda Diree
@makoahmed7381
@makoahmed7381 2 жыл бұрын
Walee khana Alli bira nayaadachiisa Rabi faya haa khnuuf he was the legend
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 жыл бұрын
Wallay hedduu namatti toltan
@alexanderwabi7545
@alexanderwabi7545 3 жыл бұрын
Baay'ee namattii tola jabaadhaa
@Morkinaantube
@Morkinaantube 8 ай бұрын
Jabaadhu bareeduu teena
@nabiyathusein4426
@nabiyathusein4426 3 жыл бұрын
bay ee namti tola rabbin isin haa garagaru
@jiituum5199
@jiituum5199 3 жыл бұрын
Woow akka adda sagaleshee baredda ❤️❤️
@hawwiiyyeesabootusabaa3105
@hawwiiyyeesabootusabaa3105 3 жыл бұрын
Wowwwwwwwwwwwooo jabadhaa baayee namati tolaa jabadhaa qashxiwwaani koo
@sunelsunel7764
@sunelsunel7764 3 жыл бұрын
Jabaadhaa guddina aartii afaan oromoo keessatti gahee guddaa taphataa jirtuu
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 жыл бұрын
Welcome Hamzaa both of caqasii injifannoo johar Muhammad qubeen abbaa malee bultii ilmaaniif tokkummaa maqaa hayyuun lubbuu ummataatii eeguu beekumsaaan fi EegumsaafGaraan ka eeguu dhalootaaf art Acaluu yaarabbii biyyeefis waraanaa deemsis hojiidha
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 жыл бұрын
Laalii beekumsaaan fi Eegumsaaf yaadus hin arginee hinaaffaa siyaasni kufee jireenyii harkaafi garaa
@NURIYATUBE
@NURIYATUBE 2 жыл бұрын
Warooni chanala kana mati tayan youtube keenas Nuf dawadha Nuriya Tube jedha seena Abban chanala kanas galatomi
@aliyyiinaziir3264
@aliyyiinaziir3264 3 жыл бұрын
wooooow Sabrinaa Jemaal Well come back
@abdisamohamadofficial1263
@abdisamohamadofficial1263 3 жыл бұрын
Baga teenya taate bareedduu koo jabaadhuu
@yayaahimed4597
@yayaahimed4597 3 жыл бұрын
si jaalanna haaluma kanaan itti nuu fufi sabri.
@qerroodirre7752
@qerroodirre7752 3 жыл бұрын
Sabrina qashti jabaadhu fulduraaf waan guddaa sirraa eegna
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 жыл бұрын
Minister Barnootaa Omn congratulations johar Muhammad Dr ilkaanin ilmaaniif
@abdukarimmahamaad7486
@abdukarimmahamaad7486 3 жыл бұрын
Ijoollee.Harargee. hedduu isin boona..dhugaa.rabbii.Artii oromootti
@abdiishaaoroman2035
@abdiishaaoroman2035 3 жыл бұрын
Wowwww wallay heduu nama tollaa jiradhuu saanyii koo
@AfranQallootube9232
@AfranQallootube9232 3 жыл бұрын
Dire dhawa qubsumaa Afran Qalloo heduu isiin jalanna jolle tenyaa ❤💝❤💝💝❤💚❤💋💋💋💋💋
@maatiijaalala
@maatiijaalala 3 жыл бұрын
Mat nafi tii sany koo
@احمدبس-ظ8ي
@احمدبس-ظ8ي 3 жыл бұрын
@@maatiijaalala ml
@mullattanqabaa1964
@mullattanqabaa1964 3 жыл бұрын
Sabriinaa Jamaal jabadhuu intalaa afaraan qaloo
@dumessadaba6194
@dumessadaba6194 3 жыл бұрын
ni deema !!!!!!!!!!!!!!! wow! so supper ...
@abdellahimohammedsani6886
@abdellahimohammedsani6886 3 жыл бұрын
sabriya jabaacha dhufa jirta akkam fuula durati deema
@Burqaa2024
@Burqaa2024 3 жыл бұрын
Wow best oromoo music Sabrina jabaadhuu
@AfendiSiraj
@AfendiSiraj Жыл бұрын
Itti deemaa
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 жыл бұрын
Samiifidachiidha Subahannallah beekumsaaan art Acaluu yaarabbii gabaa dhagahee arguu beekii eegii
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Eegumsaafi Beekumsi faaxeeAniyyaa haa hubadhu pro Miratuu har'as kutaa odeeffannoo gurriis waraanaaf dhibeefi Fayyaan Ministeera zinnash siyaasni kufee tosee Beekumsi Dr ilmaaniif lafaa ummataaf irkoodha garaan nyaataan gaaddisa
@caaloofirii
@caaloofirii 3 жыл бұрын
Jabadhuu baredduukoo
@zakiraatube182
@zakiraatube182 3 жыл бұрын
Jabadhaa issin jallanaa dire wood💞💞💞
@kadijabintislam5239
@kadijabintislam5239 3 жыл бұрын
Sagalen kee heddu baredadha wan ofii jabadhu
@mahammadqaasiimabdallah699
@mahammadqaasiimabdallah699 3 жыл бұрын
Jabadha isiin jalana Walisa Kenya Ahmad ibroshee fiiti ida.uu keysaanif baye galatoma isiin jana
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 жыл бұрын
Harkis wal eeguu walk in the way of world caqasii injifannoo johar Muhammad wal beeknee garaadha biruma lafa keessi imimmaanii ummataaf congratulations to see Omn congratulations on the way of work
@mahamadabdurahaman2007
@mahamadabdurahaman2007 3 жыл бұрын
Uuuuuuuffffffff 🌹👈 Diiree tiiyaa siifiin dhufaa
@ademjemal9593
@ademjemal9593 3 жыл бұрын
Jabadhuu Bareduu Oromo
@jkenyaaoro5069
@jkenyaaoro5069 3 жыл бұрын
Jolee diree hduu baredadhaa garuu vidoo baredaa toko osoo iiraa debiteedaledee muziqumaa kanan?
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Dorgaa dorgee qaama Miiraatii Dirree wood and college of the chance of caqasii kurree jilbaatiif waliin yaadii waliin deemiin fedhiin lubbuu dugdaa taanee goototaa Organization of Both worlds in the chance of caqasii Congratulations to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan Beekumsi fi Egumsaaf dubartiin garaan Dr fayyaa faayaa
@ramadanadem2405
@ramadanadem2405 3 жыл бұрын
Direwood big respect ..😍
@amiraahmedahmed941
@amiraahmedahmed941 3 жыл бұрын
Woooooow jabaadhu 💝🥰👍
@kheyrtocabdi8236
@kheyrtocabdi8236 2 жыл бұрын
Waaaaaaw 💋🥰🥰🥰
@welega2624
@welega2624 3 жыл бұрын
Sagalee ke wwooww ❤❤💋💋 namatii toltuu jabbaadha d/w
@kayiruukayiruu2108
@kayiruukayiruu2108 3 жыл бұрын
Sabontu oromo jabadhuu bayyee namatii tolaa
@direboyzxirruuosman9039
@direboyzxirruuosman9039 3 жыл бұрын
Sagalen computer clip 👍
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 жыл бұрын
Maatii naaf ta,i plz🙏🙏🙏 sanyii koo Anis ta,ee jiraa
@ahmadshaamil5343
@ahmadshaamil5343 3 жыл бұрын
Anaa biraas kotuu yaa magaalee diree dawaa
@sadyawwol2318
@sadyawwol2318 2 жыл бұрын
Jabdhuu bayyee tokko Nati toltee
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 жыл бұрын
Dubbii guyyaafi halkanis nafaa icciitiin kabeeku eeguu fi kanaaf Zinnash Tayyachow dhalootaaf hin eegduree ethioforrum nyaataan dhalootaaf diina onneen marii ijaa qabduu gurra eegduree ethioforrum congratulation to see Omn congratulations 24hour duula beekne waraana lafaa nafaan dhalootaaf qeerroofi qarree itti goranii laalanii imala ijaarsaa johar Muhammad yaannis hidhaa kanaaf barnootaa
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 жыл бұрын
Kanaaf Dr ilkaanin Dr AliiBirraa koottuu dhufee arrabnis raajiidha nyaataanis Ida'amuun qaama miiraatii omn raajiidha nyaataanis kurreejilbaatii B/jBiraanuu juulaa guyyaafi halkanis
@HAYYUVINE
@HAYYUVINE 3 жыл бұрын
Woow woow❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@obsaafroo
@obsaafroo 3 жыл бұрын
Voloco voice kuni salagale original miti mala tatan sahibo 100% voloco qofa bar 😂
@lensamuloo9268
@lensamuloo9268 3 жыл бұрын
Kkkk
@mameeoro6366
@mameeoro6366 3 жыл бұрын
Woow sabirnaa diree wood glt
@mamushiibrahmalaq217
@mamushiibrahmalaq217 3 жыл бұрын
Dhuga sabrin midadu jalala qabafi Ani
@Nasree-eh7np
@Nasree-eh7np Жыл бұрын
Rihuu shirkaa ❤
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132 3 жыл бұрын
Wowowow qaqaliwan ilman gotaa ❤💚❤💚❤💞💞💞🌷🌷🌷🌷🌷🌷🥰💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️♠️
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 жыл бұрын
Sabaafisa Dr ijaa fuudhi laftis riqicha biruma qalbiin Waraana kadiir said Dr Onneen waraana Dr garaan marii hudduun teessuma laftis injifannoo
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 жыл бұрын
Kanaaf art Sabriinaa diinnis laalee nyaannis bultii ilmaaniif tokkummaa maqaa hayyuun lubbuu ummataatii eeguu welcome johar Muhammad yaadanii hin arginee jirraa ilmaaniif jirtuuu wirtuu lafee dugdaa fedhiin ilmaaniif tokkummaa
@abdurahmaansauu3942
@abdurahmaansauu3942 3 жыл бұрын
Mucayyoon Dansaadha❤
Yakkii koo Dachaa Sabriina Jamaal
4:38
Direwood
Рет қаралды 2,7 МЛН
Direwood Waajiin Bashannanii Bashbashii
34:06
Direwood
Рет қаралды 80 М.
Flipping Robot vs Heavier And Heavier Objects
00:34
Mark Rober
Рет қаралды 53 МЛН
Running With Bigger And Bigger Lunchlys
00:18
MrBeast
Рет қаралды 137 МЛН
Help Me Celebrate! 😍🙏
00:35
Alan Chikin Chow
Рет қаралды 85 МЛН
Cool Parenting Gadget Against Mosquitos! 🦟👶
00:21
TheSoul Music Family
Рет қаралды 18 МЛН
Galataa Labuu Wallee Gitaaraa. Guitar music remix 2024
14:51
Galataa labuu
Рет қаралды 620 М.
Best Oromoo music cover Sabboontuu Mahammad 2021
3:40
Direwood
Рет қаралды 935 М.
kiyya tokumma muziqaa afaan oromoo sirba jaalala ulfadha
10:30
gamachu kiya
Рет қаралды 11 М.
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
Motessa Studio
Рет қаралды 8 МЛН
Best New Oromoo Music Farhan Suleyman 'lilmee qara hin qabne'
5:54
Sabrina Jamal - New Ethiopian Afaan Oromoo Mashup ( Official Video 2022 )
4:11
Galataa Labuu wallee gitaaraa
13:56
Labuu Entertainment
Рет қаралды 3,8 МЛН
Flipping Robot vs Heavier And Heavier Objects
00:34
Mark Rober
Рет қаралды 53 МЛН