Daraa bunaa na yaadachiiftani Wallaggaan galatoomaa
@kasimronihiikonjo95168 жыл бұрын
umrii sii haa dhersuuu rabiin sanyii koo
@meyraasabaa89309 жыл бұрын
lencaa nama kadiir martuu umrii rabiin si ha dhereysuu
@bebebebe68949 жыл бұрын
Wwwww kadir kenya nuu jiradhu dhiraa hojiin kee hundii nama gamachisaa
@siifansifooahmed38578 жыл бұрын
oromoo tahuu kottii yomiyuu nan bonaa
@FufaTujuba9 жыл бұрын
Maal akkan jedhutu na dhibe. sagalee fi yeedaloo akkasumas ergaa cimaa jaarraa kanaa ta'uu qaba. Of course art of Afaan Oromo needs such like hard work. Kadir fi Keyeroon hojii bareedaadha hojjettan galatoomaa!