Baga gammadeen leencakoo dhifama maalee amma ati mind Kee kana Africa keessaatii hin baalleesinni kanaafuu biyyaa England fi gara American deemii yaalli adaara maaloo biyyaa kana gara biraa Miti fkn ardi Eshiya fi Europe dhisii.England and American direct line Idea ok. I live in Germany.
@huseenoromo85806 жыл бұрын
Wowwwwww hedduu namaa gamachisaa anaf garuu baratotaa akana yoon arguu yadoo kesaa nagalchaa @ gabii # anii yeroon barachaa turetii kutaa tokkora jalqabee hama kutaa jahatii (6)sadarka tokkofaa bahudhaan kan xumuree .garuu yeroon sun fashina dargagonii biyyaa bahantuu demaa turee wanta,ef anis yanii biyyaa alla kun nagowomsee kan biyyaa bahee ammaa halayadesaa kesaa jiraa uuuff maloo caraa koo
@martaamasarati15706 жыл бұрын
Martaa masarati
@najatismail75536 жыл бұрын
Huseen oromo abshri ijoluman nama kamiyu hin dogogorsa hundasayi kan rabbi jedhe caala kanuma kessa jirtu allhamdulillah jedhi i
@sifaaniiormoo50886 жыл бұрын
Anaa hoo malif naa hin badhaftani?
@sdd23816 жыл бұрын
Ijaa weyane jalaa similkse waqqayyo baagaa kanan sii ga'ee. Kan akka kee meqaa nuu jala fixxe yuniversisti congratulations my brother god bless you for ever