Yeroo Jaalalaa OBN Amajjii 04, 2017

  Рет қаралды 5,036

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Пікірлер: 44
@SabitNajeb
@SabitNajeb 14 сағат бұрын
Raabiin woliti isin haa debisu ❤garu anis sena jalala qaba ture akamitin hirmadha an Dubai jiraa 😢
@boseapplicant9417
@boseapplicant9417 10 сағат бұрын
Ergaa dhugaan jalaatee Maaf Qarshii Gaftaa ree bagaa sii didee Dhiirroonnii Qarshii keenyaa Jalatuu Malee nuhii miti dhiirraa qar siin Gaftuu Blok Godhaa Shamaraan keenyaa mamadoon biyyaa keenyaa Jalaalaa hin beekaan Qarshii ergiin hin Salftaan moo Qarshii ergiin maal inni🤭🤭🙄🙄🏌️🏌️
@minuteshamra7078
@minuteshamra7078 9 сағат бұрын
Kkkkkkkkk dhugaa jetee tole
@FateHussein-g3v
@FateHussein-g3v 5 минут бұрын
Dhugaaz jetee anu kiyyaa hangaa asii dhufeee qarshii naa ergii ykin siilik naa ergii naa jedheee garuu gafaa biyyaa ormaa demuu biri 1 naa hin keninee maatii kiyytuu naa baasee rabbiin waalin ansi xiqqi sani itti qabee hin erguu jedheeni bolck godheeee argaa dhiraaaa
@FateHussein-g3v
@FateHussein-g3v 4 минут бұрын
Biyyee haa nyatuuiii
@jiituuwallagga8637
@jiituuwallagga8637 8 сағат бұрын
Maalii hasoftaan jeette ijoo kuni maslif akaasii😂
@BirqineshRaggaasa
@BirqineshRaggaasa Күн бұрын
Woow tokkoo isiin haa taasisu raabbii abshiir abdii hin kutiin jabbaadhu eegi🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@kibitadese696
@kibitadese696 8 сағат бұрын
Dhiiruma qasrhii ergi jedhu ogasuma jaallali isaaf qabu na keessaa bada ana 😂😂😂
@Abeelove
@Abeelove Күн бұрын
Mucaayyoo hadaara galiifii jalaalli murteessaadha garaa Laffiisifii yaa waq garuu birrii ishee erguu dhisuu isheetti goota isgeen boruus sumaaf fiddee dhufti waan ta,eef ❤yoona guddateti qophaahii egii abdiman❤😂😂
@keenaakoo9378
@keenaakoo9378 Күн бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@makiama9561
@makiama9561 Күн бұрын
😁😒😒💰💸💴💵💶🤦‍♂️
@mubarekmohammed-v4w
@mubarekmohammed-v4w Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ amiin galatomaa
@Batiri-y5q
@Batiri-y5q Күн бұрын
Mubee koo waqayyoo walitti isiin haa debisuu ❤❤
@ashakebede-d5u
@ashakebede-d5u 22 сағат бұрын
Abshiir Qaali Koo ❤❤❤❤
@SarsSara-u5m
@SarsSara-u5m Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@BiftuBeyena
@BiftuBeyena 15 сағат бұрын
Homaa mitii irreen keessaan tokko yoo taee enyumaan addaa hin batanii Aniyuu nan jiraa qarshii nagafatee anii ergufii didnan kan nacufee😔😔😔
@Dinagdee
@Dinagdee 12 сағат бұрын
Yaa deemi damma too qarshii kee itti kenni
@edzedz3968
@edzedz3968 23 сағат бұрын
Waaqayyoo tokko sin haa godhu nama wal jaalatuu waaqayyoo otoo tokko godhee maal qabaa waaqayyo isin haa milkeessu
@Madiiyoutube-k1x
@Madiiyoutube-k1x 9 сағат бұрын
😮😮😮😮 usii deemii taa biraa jaladhu 😂😂😂😂
@Badiyaakamaal
@Badiyaakamaal 23 сағат бұрын
Abshirii 😢
@AlsAl-iw7mb
@AlsAl-iw7mb Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Fatma-yg2ur
@Fatma-yg2ur 22 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@Shukriya-h4h
@Shukriya-h4h 21 сағат бұрын
❤❤❤rabbii Haa lafisuu❤
@saphalookadiir3634
@saphalookadiir3634 Күн бұрын
Yaw jechuu tanaa silaa keessa dhiiste haasawa nii beeyta 😢😅
@MakiyaBakar
@MakiyaBakar 20 сағат бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉
@SomoIya-s4h
@SomoIya-s4h 23 сағат бұрын
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹
@WolideEtana
@WolideEtana 6 сағат бұрын
Raddati jedhi birro 😂😂😂😂 don't afraid
@Simboo_tw5rq
@Simboo_tw5rq 20 сағат бұрын
😢
@Tigest234
@Tigest234 Күн бұрын
Waaqayyo tokko isin haa godhu 🎉🎉🎉🎉
@Kalidmultimediaproduction
@Kalidmultimediaproduction Күн бұрын
Please maatui naaf taha
@SHEWAYEGUMA
@SHEWAYEGUMA Күн бұрын
❤❤❤😂😂🎉🎉
@FayeDaret
@FayeDaret Күн бұрын
Waqaayyoo tokkoo isiin haa godhuu
@technology_planet2024
@technology_planet2024 23 сағат бұрын
Dhiirota Nu xiqqeessuuf jettee as dhuftee booyaa ooltu kanniin akkam goona? Dubartiin takka yoo si didde atis diddee hin dhiftuu? dubartiin biraa hin jirtuu?
@BirqineshRaggaasa
@BirqineshRaggaasa Күн бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉
@TsigeeHabatamuu
@TsigeeHabatamuu Күн бұрын
Rabbii waliti isiin haa dubisu mucayoo dubia kottu ilaalaa galgalaa har'aa mucaa kana bilbilii rabbii 😢🙄
@Madiiyoutube-k1x
@Madiiyoutube-k1x 9 сағат бұрын
😂😂😂😂 hin bilbiluf
@Harebe-s2k
@Harebe-s2k Күн бұрын
@Salma-kf3vb
@Salma-kf3vb Күн бұрын
Waqayyoonni isiini haa milkesu.
@minuteshamra7078
@minuteshamra7078 Күн бұрын
Waqayoo tokko isiin haa goodhu
@FadilaYasen-gn3og
@FadilaYasen-gn3og Күн бұрын
Rabbiin kan wolii isiin hatasiisu inshallah Allaah ☝️😍🥰
@ahmadmohammed-dx4yr
@ahmadmohammed-dx4yr Күн бұрын
kzbin.info/www/bejne/o2Sng2pvrd-ci8ksi=YQoCILEfgQ6MYw7V
@Obse415
@Obse415 14 сағат бұрын
𝗃𝖺𝗅𝖺𝖺𝗅𝗂 𝗄𝗎𝗇𝗂𝗂 𝗂𝗃𝗈𝗈𝗅𝗅𝖾𝖾 𝖠𝗋𝗌𝗂𝗂 𝗌𝗁𝖺𝗐𝖺𝖺 𝗐𝖺𝗅𝗅𝖺𝖺𝗀𝗀𝖺𝖺 𝗁𝖺𝗋𝖺𝗋𝖺𝗀𝖾𝖾 𝗆𝖺𝗅𝖾𝖾 𝖽𝗁𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝗃𝗂𝗆𝗆𝖺𝖺 𝗃𝖺𝗅𝖺𝖺𝗅𝗂𝗂 𝗁𝗂𝗇 𝗊𝖺𝖻𝗎𝗆𝗈𝗈 𝖺𝗋𝗀𝖾𝖾 𝗁𝗂𝗇 𝖻𝖾𝗄𝗄𝗎𝗎 𝗆𝖾𝖾 𝖿𝗂𝖽𝖺𝗆𝖾𝖾 𝗂𝗌𝖺𝖺𝗇𝗂𝗅𝖾𝖾😂
@Madiiyoutube-k1x
@Madiiyoutube-k1x 9 сағат бұрын
😂😂😂 hin jiru
Caayaa OBN Amajjii 05,2017
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1 М.
ሐረግ ( ክፍል 43)
31:08
ለዛ
Рет қаралды 117 М.
Cheerleader Transformation That Left Everyone Speechless! #shorts
00:27
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 16 МЛН
IL'HAN - Qalqam | Official Music Video
03:17
Ilhan Ihsanov
Рет қаралды 700 М.
Oduu Galgalaa Sa'aatii 1:00 OBN Amajjii 05, 2017
54:11
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1,7 М.
Yeroo Jaalalaa 'Maaloo koottu', Gaabbii Jaalalaa
18:28
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 10 М.
የ ምሽት የአማርኛ ዜና ጥር  05 - 2017 ዓም - Abbay News - Ethiopia
19:34
ዓባይ ዜና - Abbay News
Рет қаралды 3 М.
Oduu Galgala Sa'aatii 1:00 OBN Amajjii 04, 2017
38:38
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 3,7 М.
Daddaraaroo OBN Amajjii 04, 2017
1:26:09
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 1,6 М.
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 166 М.
Yeroo Jaalalaa
21:06
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 71 М.
Yeroo Jaalalaa OBN Onkololeessa 03, 2017
17:44
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 25 М.