Dhugaa dubbachuuf baay'ee gara nama nyaataa waqayyo obsaa siif haa kennuu Jaalalli baay'ee ulfaataa ati nama gaariidha waqayyo nama akka kee yaadu siif haa kennuu garuu kuni kennaa waqayyo kuni kan keeti jedhee waqayyo lafaa siif jirtii kan ati ofi jeete osso hin tanee kan waqayyo siif kenne ta'a kaanaafi kan waqayyo kuni kan keeti jedhe lafa siuf godhee sana egaadhu obsii obboleessa koo 🙏🙏🙏🙏
@helleen43042 жыл бұрын
Uuffff namnii jalalaa dhugaa nama jalatuu gowwaa fakkatam namaa hin tanee biratii Abshir qalii koo sif Kan siif qabbeee sin dhowwatuu waqayyoo
@hawiimuluneh49222 жыл бұрын
Itii naa erumisisaa yoo hin funee ta ee mucaa kana pls hadhaa warraa amanamtuu ta'aaf🥰🥰🥰🥰🥰🥰👌